Telegram Web Link
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
Arsenal ๐Ÿค Spain๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ ๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Arsenal ๐Ÿค Chelsea

Chelsiin qarshii itti dhangalaasee bita nuti waggoota muraasa booda jalaa๐Ÿ˜‹


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Kana Beektuu?

Keeppaa Arrizaabaalaagaan riikardii gooli eegdotaa akka qabatee jiru. Jijjiirraan Keeppaan Atileetik Bilbaa'oo irraa gara Chelsiitti bara 2018tti taasise gooli eegaa qaalii addunyaa kanaa yeroo kamuu isa taasisa!

Paawundii miiliyoona 72 (ยฃ72m)


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Raaya fi Keeppaa
Filannoon goolii eegidoota Arsenaal bara dhufu.

You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘Carraan Bara dorgommii dhufu taphataa sarara fulduraa Arsenaal ta'uu akka Fabrizio Romano gabaasetti

Vektoor Gyookireesh 40%
Bebjamin seesko 60%

๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡นFabrizio Romano

โ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘Keepaa Arrizabalaga Arsenaalitti makamuuf jecha damooza (gaatii) isaa walakaan hirdhisee jira [Hand of Arsenal] gabaase

โ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
AC Milan Maartineeliif fedhii qabaachuu isaa Transfer Daily gabaaseera!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Deco ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โœ…Leenjistootaa Mindaa guddaan kaffalamuuf kessaa lenjisaan Arsenaal mikeel artettan sadarkaa 4ffaa irratti argaama

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
โ—ผ๏ธ|| Dhamsaa Degertootaa arsenaaliif !

Arsenaal jijjiirraa taphaata sarara fuldura mallatessuu irratti akka bayye harkifaacha jiru beekamadha kanuma irraa kahun oddefannoo dhugaa hin taane guyyaadha gara guyyaatti bahu irraatti argaamu kanaaf nuti maddotaa amanamoo irraa qofa akka isiniif dheyisinuu hubaatanii obsaan akka nuu eegdaan isiniif dhaamna waan haaraan waan hin jirref qofa callisnee

โ–ซ๏ธAdminoota arsenaal irraa

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Maatii Channel keenyaa kanneen guyyaa borii qormaata Exit Exam fudhattan hundumaaf

Kan Milkiidhaan Xumurtan Isiniif haa ta'u Carraa Gaarii!โค๏ธ

YOU TUBE ORO ARSENAL
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Affeerraa suuraa
๐Ÿšจ HERE WE GO SOON ๐Ÿ”œ

-Fabrizio Romano

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
๐Ÿšจ HERE WE GO SOON ๐Ÿ”œ -Fabrizio Romano YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share | @Oro_Arsenal            | @Oro_Arsenal
๐Ÿšจ Oduu gurguddaa torban kana dhagaahaman keessaa tokko waa'ee Seeskoo ta'a.

[Faabriiziyoo Roomaanoo]

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
๐Ÿšจ HERE WE GO SOON ๐Ÿ”œ -Fabrizio Romano YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share | @Oro_Arsenal            | @Oro_Arsenal
Biyyaa maaf wal fixnaโ—โ—

Nammoonni hedduun post osoo hin hubatin comment barreessuuf fiigu. Poostiin armaan ol jiru guyyaa dhihoottii jedha malee xumurameera hin jedhu.

โœ… Here we go soon
โŒ Here we go

Lamaanuu gargar kanaaf wal hubachuun gaariidha.
Daavid Raayaan tapha har'aa irratti teessoo jijjiirraa irra jiraatus inni yeroo kamuu gooli eegaa cimaadha.

Best of luck ๐Ÿฅฐ
Carraa Gaarii ๐Ÿ”ด

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
ZUBIMENDII SCORES
2025/07/06 18:17:27
Back to Top
HTML Embed Code: