Telegram Web Link
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟDeeklaan Raayis taphataa cimaa bara dorgommii 2024/25 taโ€™uun sagalee dhibbeentaa 52 argachuun filatame. ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ โ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
Raayisitti aanuun Bukaayoo Saakaa fi Deeviid Raayaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaan filamanii jiru!

๐Ÿฅ‡ Declan Rice ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐Ÿฅˆ Bukayo Saka ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐Ÿฅ‰ David Raya ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ

Itti walii galtuu?

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Just for fun :- ๐Ÿ˜…

Torban dhufu jijjiirraan Seeskon gara Arsenal godhu ni xumurama.
Hamma torban Kun dhumutti deeggartoonni Arsenal haala isaan keessa jiran suuradhan ๐Ÿ˜…
Arsenal fi RB Leipzig torbee dhufu keessa walii galtee irra gahuuf marii ni taasisu jechuun [Fabrizio Romano]'n gabaasee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Jorginho gara Flamengotti jijjiirraa isaa xumure jira.
Jorginhon Arsenaal gadhiisee hanga bara 2028'tti garee Biraazil kana waliin ni tura.
โœŒ๐ŸปCarraa gaarii

You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Arsenaal kana xummuruu danda'a jettani yaaddu?
Akkam bultan maatiin arsenal๐Ÿฅฐ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿฅฐ
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿšจ Bukaayoo Saakaan dhimma gahumsa qaamaatiin garee Ingilaandin ala tahe jira.

[Sami Mokbel]

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿšจ Arsenaal taphataa sarara cinaa Baayermuunik Leerooy Saanee irratti murtee xumuraa eegaa jira.

[Cfbayern]

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Mariin Arsenaal fi Leipzig, akkasumas kilabichaa fi taphaticha gidduutti taasifamaa jiru haala gaariin kan adeemsifamu yoo ta'u, guyyoota itti aanan keessatti walii galteen kun ni xumurama jedhamee eegama.

- Faabriiziyoo Roomaanoo


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Seลกko fi taphattoota sarara fuulduraa arsenal bara dorgommii darbee.

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
ร˜DE N galgala sarara gidduu Italy urgufaa bulteโค๏ธ๐Ÿ”ฅ

+ 1Assist

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Pirimiyer Liigiin Ingilaand bara 2025/26 Hagayya 22 2017 akka eegalu mirkanaa'ee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Arsenal Biriyaan Mibeemoo eeggataa Saakaa gochuuf akka barbaadaa ture [David Ornstein] gabaasee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
โœ…Gaareen biyyaalessaa Ingiliiz hiriiraa ishee yoo ifomsiituu Taphattoonni arsenaal Raayis fi Luwiis Skeliin tessoo jijjiraa irraa eegalu sakaan garee kessaa hafeera

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Arsenal Kepaa Mallattesifachuudhaf dhiyaatera.


๐ŸŽ– DAVID ORNESTEIN



YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Ohh God๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ™†โ€โ™‚
Jijjiirraan kun isin gammachiisee?

Jijjiirraa gaariidha paawundii miiliyoona 5 qofaan๐Ÿ‘Œ


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Arsenal ๐Ÿค Spain๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ

๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
2025/07/06 11:47:54
Back to Top
HTML Embed Code: