Telegram Web Link
Barattootaa fayyaa fi Ogeessotni fayyaa garee kanaa gadii join godhaa itti fayyadamaa ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Midwiferyppt
@Midwiferyppt
๐Ÿ“…๐Ÿ”œ One year to go

๐Ÿ“ธ B/R FOOTBALL

SHARE
@ORO_ARSENAL
Roodriigoon Riyal Madrid keessa tura.

Madda; Marca
โ€ข|| AC Milan Oleksandr Zinchenko waliin mari'achaa kan jiran yoo ta'u, mindaan Zinchenko ol'aanaa ta'uun isaa garuu gufuu guddaadha.

[ Dimarizio ] .

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Akka score 90 n baasetti Deeklan Raayis Taphataa Sarara gidduu qaalii Awurooppaa keessatti hammatamee Jira.

Arsenal ๐Ÿ”ด
Declan Rice ๐Ÿฅฐ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿšจ David Ornstein

Waaโ€™ee Arsenaal taphataa sarara fuulduraa hordofuu isaa yeroo gaafataman:

โ€œWaggaa tokkoo oliif namni Niikoo Wiiliyams caalaa yaada Arsenaal olโ€™aanaa waan jiru natti hin fakkaatu.โ€

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โœ…Right winger yeroo amma akka 90 score baseetti

Black diamond โค๏ธ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿšจ Arsenaal gatii Ispoortiin gaafate caalaa gadi aanaa dhiyeessee jira.

Arsenaal Yuuroo miliyoona 60 gadi kaffaluuf fedhii qaba, garuu sun Ispoortiin hin quubsine. Arsenaal sa'aatii muraasa darban keessatti Jokoreef gaaffii jalqabaa dhiyeessee ture.

[Maisfuetbol๐Ÿฅˆ]

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
๐Ÿšจ Arsenaal gatii Ispoortiin gaafate caalaa gadi aanaa dhiyeessee jira. Arsenaal Yuuroo miliyoona 60 gadi kaffaluuf fedhii qaba, garuu sun Ispoortiin hin quubsine. Arsenaal sa'aatii muraasa darban keessatti Jokoreef gaaffii jalqabaa dhiyeessee ture. [Maisfuetbol๐Ÿฅˆ]โ€ฆ
Odeeffannoo Wal fakkaatuun Akka gaazexeessaan beekkaman odeeffannoo Arsenaliin Wal qabatan itti dhiheenyaan gabaasuun kร n beekkamu Chaarles waats maxxanse irrattis

๐Ÿšจ Gabaasni Poorchugaal akka jedhutti Arsenaal amma Victor Gyokeres fudhachuuf dhiyeessii idilee kan ยฃ51m caalu dhiyeessuu isaati. garuu caalbaasiin kun waan Ispoortiig taphataa sarara fuulduraa kanaaf barbaadu gadi ta'a.

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿ—ฃ๏ธGabri'eel Roodriigoon Arsenaalitti ni makama?

๐Ÿ—ฃ๏ธHin beeku, garuu akkan jaalladhu ifaadha. Inni taateedha. Duraanis namootatti himeera, inni taateedha! Osoo nuf taโ€™ee, dhugaadha nan jaaladha.

You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ

https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿšจ BREAKING:

Arsenaal jijjiirraa ofiisaa jalqabaa Victor Giyokereeshiif gara Sporting tti maallaqa โ‚ฌ55m + โ‚ฌ10m dabalataan dhiyeesse jira.๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ช๐Ÿ’ฐ

Haa ta'u malee Ispoortiin gaaffii kana ni kuffisa jedhamee eegama. โŒ

(Madda: #Record_Portugal)

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gabriโ€™eel Magalhรฃes: โ€œMiidhaamni koo jiโ€™a sadii yoo taโ€™u, amma walumaa gala jiโ€™a lama fixeera. Amma shaakala salphaaf dirree irratti fiigaan jira. Jalqaba bara dorgommii duraatiif qophii dha.โ€
Jechuun yaada isaa kenneera!

Namni gaby dirree irratti arguu yaaddan qofti โค๏ธ
Gabriel Magalhaes

โ€˜โ€™Rodrigon taphataa addaa taโ€™uusaa Andriyaa Berta tti himeera.โ€™โ€™

SHARE
@ORO_ARSENAL
Tiyoo Hernaandeez Atleetikoo Maadriiditti makamuuf akka jiru kan himame yoo ta'u, Ac milaan Ziinchenkoof fedhii akka qabu himamaa jira.

[ Alferdo Pedulla ]

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿšจ Arsenaal leepziing gati seeskoo yoo gadii hin bufne taphattoota akka Hugo Ekitike fi Alvarez mallatteessisuuf yaadaa akka jiru [Jordaan Deevisj] gabaseera

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Taphataan sarara gidduu keenya Toomaas Paarteen har'a waggaa 32 guuteera. HBD ๐ŸŽ‚
Gabri'eel Magalesh Instagram isa irratti baqaqsanii hodhuu hamstring irraa dandamacha jirachu isa ibse jira. Akkasumas dhuunfaan shakkalaa jalqabeera.

You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Arsenaal taphoota michoomaa bara dorgommii duraa Hagayya 9 ykn 10 gaggeeffamu cinatti waancaa Emireets ni taphata.

You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ

https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
2025/07/04 17:22:23
Back to Top
HTML Embed Code: