Telegram Web Link
Taphataan Vaaleenshiyaa 'target' kilaba keenyaa Kiristiyaan Mooskuweeraan har'a waggaa 21 guutee jira!

Happy BirthdayπŸŽ‚πŸ₯³


YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Arsenal Vaaleenshiyaadhaaf jijjiirraa Kiristiyaan Mooskuweeraaf dhiheessii jalqabaa dhiheessee kan ture yoo ta'u dhiheessiin kun Vaaleenshiyaadhaan kufaa ta'ee jira. Dhiheessiin kilabni keenya Arsenal dhiheesse Yuuroo Miiliyoona 19 gadi kan ta'ee fi sababa kanaaf kufaa ta'ee jira. Taphataan kun koontiraata diigduu Yuuroo Miiliyoona 19 kan qabu yoo ta'u koontiraatni Vaaleenshiyaa keessa isa tursiisu xumuramuuf waggaan 1 qofti kan hafe yoo ta'u Arsenal gatii koontiraata diigduu kanaa gaditti mallatteessifachuuf abdii godhatee jira!

Arsenal dhiheessii 2ffaa akka ergu madden gabaasaa jiru!


YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Affeerraa suuraa πŸ˜”
Piriimiyerliigiin Ingiliiz bara dorgommii dhufu irraa kaasee

πŸ‘‰Yeroo boqonnaatti taphattoonni fi leenjistoonni interview akka godhan ni godhamu.
πŸ‘‰Taphattoonni boqonnaatti jijjiiraman interview ni godhamu.
πŸ‘‰Kutaa uffannaa keessatti waantoonni ta’an hundii tamsasaa kalatitiin ni darba.

You Tube Oro Arsenal⏬️⏬️
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Nuuf Bilbilaa!
0939966994
Inbox @fgbravaa

Join Channel
@Fgart11
||Eenyuun mallatteessisna ta’a laata?

SHARE
@ORO_ARSENAL
πŸ’ΈπŸ˜ƒπŸ˜—πŸ˜³πŸ˜”

πŸ‘Mooskuweeraa Arsenaalitti makamuuf bayyee dhihaatee jira. [Fabrizio Romano] gabaase

πŸŽ₯❗️❗️❗️❗️❗️❗️
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘Liiziing gatii Benjamin seeskoof gaafata turan irraa hirdhisaanii jiru amma amma taphataadhaaf pawondii miiliyoon 60 fudhachuuf qophiidha. [BILD] gabaase

πŸŽ₯❗️❗️❗️❗️❗️❗️
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Waggoota 2 dura guyyaa har'aa ture kilabni keenya Kaay Havartiz Chelsii irraa yuuroo miiliyoona 75'n mallatteessifachuu ifa kan godhe!

Kaay❀️❀️

YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
πŸ‘Arsenaal maskuuweeraan mallatteessiif Gaafii 2ffaa yuuroo Miiliyoon 20-22 ta'u dhiheessaniifii jiru. Taphataaaf Arsenaal dhimma dhuunfaa irratti dursanii walii galanii jiru. [NICOLO SCHIRA] Gabaase.

πŸŽ₯❗️❗️❗️❗️❗️❗️
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Arsenal maaliif dursee taphattoota sarara gidduu fi sarara duubaa mallatteessisuu filate?

‎ βœ“ sababni inni guddaan taphattoota‎ sarara fuulduraa mallatteessiifachuufi yeroo ga'aa argachuu sababi barbaadef.

‎βœ“ sababni inni lammaffaan immoo taphattoota ganna kana kilabicha gadhiisan kanneen akka; Toomaas paartee ,Joorjiniyoo fi keeraan teernii bakka buusuu waan barbaadeef.

‎ βœ“ Filanno taphattoota (squad depth) gaarii fi dorgomaa ta'e qabaachuuf.

# Yaada xumuraa

‎Kilabni keenya taphattoota sarara fuulduraa ciccimoo fi beekamoo ta'an mallatteessiifachuun isaa hin hafu.maaliif yoo jettan, sporting daarektariin keenya Andree beertaan nama muuxannoo olaanaa qabu waan ta'ef dandeettii taphattoota ciccimoo fiduu waan qabuu fi abbootiin qabeenyaa kilaba keenyaas qarshii baasuuf(invest ) qophiidha.wanti 100% ofitti amanamummaa guddaan haasa'u dandeenyu kilabni keenya taphataa sarara fuulduraa akka malleetteessifatudha.

Isin maal isinitti fakkaata? yaada keessan nuuf qoodaa.


Suuraa kana irraa maal hubattan ?

What do you understand from this picture ?

YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Kiristiyaan Noorgaard Bireentifoord keessa turuuf barbaadee kan ture yoo ta'u gaaffii Arsenal irraa dhihaateef hordofuun battaluma sanatti Arsenaliif tole jedhe jechuun [Fabrizio Romano]'n gabaasee jira!

Arsenal irraa gaaffiin taphataaf dhihaachuun Lootoriin namaaf bahuu waliin walqixa. Gaaffii Arsenal irraa dhihaate namni fayyaa qabu kufaa hin taasisuπŸ€—


YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Prefer the best left winger for Arsenal
Anonymous Poll
25%
Eze
64%
Rodrigo
6%
Martinelli
5%
Lookman
Taphattoota sarara ittisaa ciccimoo addunyaa lamaan kana paawundii miiliyoona 54 qofaan mallatteessifanne yoo jedhame eenyutu amana?

YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
History. Tradition. Class.

❀️ The Arsenal


YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Piroofeesar Arsen Wenger, Peep Gaardiyoolaa fi Koloo Tuuree
2025/06/29 15:56:13
Back to Top
HTML Embed Code: