Telegram Web Link
Taphattoonni keenya Meeriinoo fi Zubimendin Hiriira dhaabbii Ispeen keessa jiru Raayyaan teessop jijjiirraa irra jira?


Zubimendi kan keenyamo warri jettan😳

Eeyyeen Maartiin Zubeemeendiin taphataa Arsenaal dhaπŸ’ͺ
πŸ‘131😁49❀34
Big Gabi on [IG ] ❀️
πŸ₯°117❀16
Tilmaama keessan Abbu Tech irra barreessaa...!

T.me/abbu_tech
T.me/abbu_tech
πŸ‘14❀4
Arsenaal ganna kana garee isaa cimsuuf karaa gaariin karoorfachuu itti fufee waan jiruuf taphattoota akka taphataa Riyaal Maadriid Roodriigoof fedhii qabaachuu isaa itti fufeera jechuun sky sports gabaaseera
😁61❀32πŸ‘9
Meeriiiinooooo
❀56πŸ‘5
Goooaaaaal
😁42❀24πŸ₯°1
Galchiii bareedduu biyya isaaf lakkoofsise
❀105πŸ‘12😁4πŸ‘3
Jalasiin akka qoosaatti bakka isaa jijjiirrate jira😁

Super Mik Arteta's Jobs❀️
❀176😁9πŸ‘6πŸ”₯4πŸ‘1
😁
<|>
❀185😁15πŸ‘10πŸ”₯4πŸ†’1
Arsenal gooli eegaa tokko mallatteessifachuuf kan barbaadu yoo ta'u Keeppaa Arrizaabaalaagaan gooli eegaa kilaba keenyaan barbaadamuudha akkasumas 'release clause' Keeppaa miiliyoona 5 qofa akka ta'e itti himamee jira amma dubbiin eegalee jira jechuun [Fabrizio Romano]'n gabaasee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
πŸ‘41❀20πŸ”₯2πŸ™2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀9
UEFA Nation League Finalist
❀161πŸ‘3😁2😒1
France Saalibaan Ala gara dirree yoo seenu galchiin 5 irratti lakkoofsifamee jira

Saliba πŸ”₯
πŸ‘192😁34❀31πŸ”₯7πŸ‘6
AURA😁πŸ’ͺ
πŸ‘162❀44😁5
✍️Signed!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀149πŸ”₯6πŸ‘2πŸ‘1
Loyalty βšͺοΈπŸ”΄.

YOUTUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ”₯94❀14πŸ‘4
❀129πŸ”₯6πŸ‘1
βœ…OFFICIAL

Gabri'eel Magalesh kontiraata hanga bara 2029 ttii Arsenal kessaa isaa tursisuu mallatesse jira dabalataniis filannoo wagga 1 qaba

YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
❀123πŸ‘2πŸ₯°1πŸ•Š1
β–ͺ️|| Gabireel Magaleesh kontiraata ergaa mallatteesseen booda!

πŸ—£|| "Hanga ammaatti waan baay'ee hojjennerra; amma yeroon itti waancaa injifannudhaa "

YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
❀143😁6πŸ”₯4πŸ‘3
❀️🀍❀️🀍❀️🀍
❀161πŸ₯°10πŸ‘2😁1
2025/07/09 01:36:51
Back to Top
HTML Embed Code: