Telegram Web Link
2029 ❀️πŸ’ͺ
❀113πŸ”₯6
Beenjaamin Seeskoon Kontiraata Waggaa 5 Arsenaal wajjin walii galeera

[Nicoschira]


YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘170❀34πŸ”₯5😁5
🚨 Arsenaal fi RB Leipzig Jijjiiraa seeskoo irratti mariirra jiru.

Taphataan kun hanga bara 2030tti Arsenaal waliin kontiraata haaraa irratti walii galeera.

[Nico Scharia].


YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀137πŸ”₯16πŸ‘8πŸ†2
β–ͺ️πŸ₯Ά
πŸ”₯186❀40πŸ†14πŸ‘3
βœ…Tarree goolii eegdota 100 ciccimoo bara kana akka ESPN baasetti David Rayyaan sadarkaa 6ffaa irratti argama.

YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
❀58πŸ‘7
😁48❀18πŸ“1
πŸ”ŠORO ARSENAL⚽
Photo
Arsenaal maal yaadeti ?? Arteettano Yaadnisaa maali? Rakkoon boordin Arsenal qabu hanga yoomitti itti fufa ?

Akkuma Amalasaa kilabni keenya Arsenal jijjiirraa taphattoota irratti akkan harkifachaa jira, maqaan taphattoota Arsenal wajjin ka'anii 10 ol ta'u hanga ammaatti garuu qabatamaadhan taphataan Arsenalif mallatteesse tokkooyyuu hin jiru ( Zubimendin akkuma jirutti ta'e)
Faalla kanaammo kilaboonni Morkattoota waancaa jedhaman kan akka Liverpool, Man City jijjiirraa isaan gochaa jiraan baay'e yaddeessaadha.
Liverpool bara kana waanca haa nyaatu male bara dhufus akka waan kilaba waanca hin nyaannetti akkaan of jajjabeessa jira, akkasumas taphattoota qulqullinaa olaana qaban garee isaanitti dabalaa jiru, Manchister Sitinis akkasuma, Faalla kana kilabni keenyammo hirriba irraa jira πŸ˜‘ jijjiirraa taphataa tokko xumuruuf yeroo ji'a tokko ol kan turu Arsenalidha, jijjiirraa taphattoota yoo fixe Official gochuufis yeroo dheera kan fudhatu Arsenal qofaadha. Edu Gasper yeroo Arsenal keessa ba'e rakkinni Kun ni furama jennee eega turre Andiree Bertaanis dhufee waan jijjiire tokkooyyu hin qabu, Haala Amma jiru kanaan Andiree Bertaan hanga Edu Gasper waama tokko hin hojjeenne ( kana gara fuulduraatti kan ilaalu ta'a)


Arsenal morkattoonni isaa haala kanaan utuu isaan of ijaarani utuu arguu hanga yoona taphataa world class ta'e tokko akkamittin hin mallattesisne? Moo bara dhufus  waancaaf utuu hin taane top 4 qofaaf morkachuufidha ? Akkas taanan gadi ba'anii nutti haa Himani nus garaa kutannee teenya πŸ˜”

Waan fedheefu gara fuulduraatti waan ta'u walumaan ilaalla. Iddoo nagaa oola !
😒52❀22πŸ‘10😁5πŸ”₯4
Kepa Arrizabalaga to Arsenal. πŸ‡ͺπŸ‡Έ

Discussion ongoing
😁65❀24πŸ‘6
🚨🚨 Mariin Arsenaal Benjamin Seskon mallattesifachuudhaf gochaa jiru gara sadarkaa olaanatti cee'e jira.

FABRIZIO ROMANO


YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
πŸ‘103❀25πŸ™3
πŸ”ŠORO ARSENAL⚽
🚨🚨 Mariin Arsenaal Benjamin Seskon mallattesifachuudhaf gochaa jiru gara sadarkaa olaanatti cee'e jira. FABRIZIO ROMANO YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share | @Oro_Arsenal            | @Oro_Arsenal
Kilaboonni lammaan jijjiirraa taphataa kana irratti torban kana gara dhumaa waliigalteerra ni ga'u jedhamee eeggama.

FABRIZIO ROMANO

YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
πŸ‘85❀17😁5
Saa'ati 48 darban keessati mariin haaara addaa addatu ture, akkasumas milkaa'a ture. [ Florian Plettenberg ]
πŸ‘71❀13πŸ₯°2
πŸ”ŠORO ARSENAL⚽
Saa'ati 48 darban keessati mariin haaara addaa addatu ture, akkasumas milkaa'a ture. [ Florian Plettenberg ]
🚨 Leipzing jijjiirrra kana irraa walumaagalatti yuuro miliyoona €80 barbaada, hanga yoonatti waliigalteerra wanti ga'e hin jiru.


[ Phillipp Hinze ]
❀85πŸ‘7
Daavid Ornisten ...


Waa nuun jedhi malee boss 😁


Odeeffoo dhugaa tahan kan Arsenaal Gaazeessaa kamuu caalaa dafee kan maxxansudha
😁97πŸ₯°41❀27πŸ‘7πŸ‘5πŸ†5
2025/07/09 20:13:35
Back to Top
HTML Embed Code: