Telegram Web Link
Na gammachiifnan isiniif qoode

#Oduu_Walajjeechaa!
-Miseensi paartii ABIN kan Itoophiyaa baraaruf dargaggeessa gurmeessaa ture, guyyaa kaleessaa Gondor Matammaa keessatti rasaasanb ajjeefamee jedhame.

-Dabalataanis hoogganaan paartii ABIN kan Matakkal aanaa Waanbaraa keessatti dheengadda ajjeefamee jira. Guyyoota kana keessatti qofa hooggantootni narraa ajjeefamaniiru’ jechuun Partichi beeksisee jira!
@oromooGNN
Odeeffannoo Torbanii JTD 8ffaa.m4a
12.2 MB
Odeeffannoo Torbaanii Daqiiqaa 13 fi Sokondii 57 Qofa MB Isaa 12.2 qofa buusa dhageeffadhaa Odeeffannoo Gara Garaa Ufkeessaa QabaπŸ“€ @Doublemmk_Bot ✍
Beeksisa.m4a
2 MB
Beeksisa Kana Buufadhaa
Kunis gorsa

Gaafa qabeenya argatte Rabbii kee yaadadhu! Qabeenyi hiyyummaa irraa malee du'a irraa si hin oolchu waan ta'eef.
@oromooGNN
saadiq saaydaa
<unknown>
Nashiidaa Haaraa Munshid Saadiq Sayyidaa Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa irratti baasee

Share waliif godhaa
α‹¨αˆ¨αˆ˜α‹·αŠ• α‹ˆαˆ­α‰ƒαˆ› 10 α‰€αŠ“α‰Άα‰½

@oromooGNN
As wr wb

Jirtaa qaali namaa obboleessa koo ati hoo akkam jirta filatamtuu namaa obboleetti too

πŸ“¨ Ergaa gabaabduu tanaan waa si kadhachuu barbaada sababni isaatis nama mara keessa akka ati na hin dinne abdii waanin qabuuf si gaafadhe

πŸ‘‰ ani obboleessi kee eennu akka tahe na beyta sitti himuu hin barbaachisu

πŸ‘‰ sababni isaatis nama maratu na beeka akka ani yakkamaa namaa tahe
bifa , jecha fi deemsa koo keessatti nama rabbi sodaatu fakkaadhus umrii koo keessatti harka caalu badiirratti fixe jechuu ni danda'a ammas ittuma jira.

πŸ‘‰ inumaayyu kan mul'isee hojjadhurra inni dhoksaan hojjadhu yoo gara laafessi koo naaf dhiise malee idmee/jiruu koo guutu jahaannam keessa na tursiisu mala

πŸ‘‰ inumaa wanti nama ajaa'ibsiisu Rabbiin anaa kana bareeche tolchee na uume!!!

πŸ‘‰ wanti jechuu barbaade bareedumsa addaa qabaadhe miti itiin boonufs dubbachaa hin jiru
bareedumsa Rabbiin ilma namaa ittin faaye keessa wanti narraa hir'ate tokkolleen hin jiru

πŸ‘‰ija , gurra , luka , funyaan , harka , arrabaa fi sammuu gaari naaf kennee jira

πŸ‘‰ garu ani kana mara osoo rabbi naaf tahee jiru takkaa Rabbii kiyyaaf galata galchee hin beeku guyyuu badii raawwachuu malee keyriin hojjadhu muraasa

πŸ‘‰ kanafu obbolessa koo atis obboleetti too akka ani yakkamaa namaa tahe beektee jirta kanafu ji'a Ramadaana kana keessa kessattu 10'n booda tana keessa Rabbii kee naaf kadhadhu

πŸ‘‰ anis yoo ati Rabbii kee naaf kadhattee warra rahmata Rabbii argatu keessa tahuu abdiin qaba

πŸ˜‚ hadaraa Rabbii na hin dagatin kaa akka warra hoongahurra hin taane

πŸ‘‰ galata rabbii kiyyaa baga qabaadhe obboleessa / obboleetti akka keeti/teeti

πŸ‘‰ sababni isaatis namni akka kee kanatti garaa naa laafe rabbitti naaf warwatu hedduu hin argamu

πŸ‘‰ galatoomi obboleessa koo atis obboleetti too kanin/tanin ani Rabbiif jecha akka lubbuu tiyyatti jaaladhu

🀲 Ani Obboleessa Kee Miseensa Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii

✍ Musa Muhammad

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡
JBMANπŸŒ™
Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii
@Qabsahaa
HalkaΓ± kanatti jabaadhu 23,25,27,29
Nyaatan osoo hin tahin ibaadaan jabaadhu zikrii fi du'aa'iin baay'isi

Bro&Sis Anas hin irraanfatin du'aa'ii teeetiin siif malakatu kadhataa!!!
@oromooGNN
AS WR WB
Oduu Gammachiisaa

Firootaa fi hiriyyoota keessan kanneen biyyaa keessaa fi biyya Alaa jiraniin Iid Mubaarak jechuu barbaaddu???


Marree Namoonni karaa Raadiyoo JTD tiin ergaa baga ittiin Isin gahee dabarfatuu barbaadu maraaf Ahlii fi firoottan akkasumas hiriyoiota keessaniin baga ittiin si gahe warri jechuu barbaaddan karaa @kadiirtunaa tiin sagalee fi karaa @Musa_mu tiin barreeffamaan ergachuu dandeettu yeroon ergaa keessan itti qeeballu Ramadaana 25/1442 hanga Ramadaana 29/1442 titti ergaa keessan ni qeeballa nama tokkoof daqiiqaa 1 qofatu hayyamama.

Biyya feetanuu jiraattan ergaan keessan bahra qaxxaamuree nu bira gaha

#Qopheessitoota Sagantaa Raadiyoo JTD

@JM7nD
AS WR WB
Oduu Gammachiisaa

Firootaa fi hiriyyoota keessan kanneen biyyaa keessaa fi biyya Alaa jiraniin Iid Mubaarak jechuu barbaaddu???


Marree Namoonni karaa Raadiyoo JTD tiin ergaa baga ittiin Isin gahee dabarfatuu barbaadu maraaf Ahlii fi firoottan akkasumas hiriyoiota keessaniin baga ittiin si gahe warri jechuu barbaaddan karaa πŸ‘‰ @kadiirtunaa tiin sagalee fi karaa πŸ‘‰ @Musa_mu tiin barreeffamaan ergachuu dandeettu yeroon ergaa keessan itti qeeballu xummuramuu ka'ee jira yeroon keessan dhumaruu ka'e nama tokkoof daqiiqaa 1 qofatu hayyamama.

Biyya feetanuu yoo jiraattan ergaan keessan bahra qaxxaamuree nu bira gaha

#Qopheessitoota Sagantaa Raadiyoo JTD

@JM7nD
#ODUU_AMMEE

Sagantaan Ifxaaraa guyyaa kaleessa gaggeeffamuuf karoorfame gufate ture bor Caamsaa 03/2013 bakkuma duraan gaggeessuuf karoorfame (addabaabayii Masqalaatti) akka gaggeeffamu ibsame.

"Sagantaan Ifxaaraa kaleessaa dhorkamee bakkuma sila karoorfameetti bor Caamsaa 03/2013 baasii guutuu mootummaadhaan qaama nageenyaatiin kabajaan eegamaa sa'a 10 irraa kaasee ni godhama. Tokko taanee yoo waliin dhaabbannee gaaffilee keenyas akkasuma deebisiifna." ~ Ustaaz Ahmaddiin Jabal

@oromooGNN
2025/07/13 16:42:34
Back to Top
HTML Embed Code: