Baayβeen gadda!
Ilmaan Oromoo biyya ofii keessa nagayaan jiraachuu dadhabanii baqatanii biyya ormaa keessatti bifa suukaneessaa saniin namootni 300βtti tilmaamamu Yamanitti dhumuun onnee na madeesse. Oromoota biyya Yamanitti dhuman maatii fi firoottaniif jajjabina hawwa. Ummatni Oromoo baldhaan saffisaan namoota irraa hafan gargaaree mala itti dhahuun dirqama keenya mara. Waliif haa birmannu!
Maddi: Nuuralhudaa
@oromooGNN

Audio
Odeeffannoo Torbaanii Afaan Oromoo ti fi Arabbiffan Kan Qophaahedha Daqiiqaa 6 fi Sokondii 53 Qofa MB Isaa 6.5 Yaada Keessan Karaa π€ @Doublemmk_Bot β Nuuf Barreerssaa
Oduu Ammee
JTD Damee Arsii Roobee guyyaa har'aa Barattoota qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa qormaata fudhatan Eebbaan gaggeesse sagantaa kanarratti namoonni hedduu kan argaman yoo ta'u Dargaggoo fi Dargaggeetti Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan kanaaf Sartafikeenni kennameefii jira Barattoonni kunneen magaalotaa fi Gandoota garagaraa irraa dhufanii kan Magaalaa Roobee irraatti barataa kan turan yoo ta'u Bakka deeman kamittuu Daaw'aa godhuu fi gara Jama'aas waamu ta'e hundeessu irrattis akka hirmaatan dhaamameefi jira.
Kan Gabaase Tajaajila Oduu JTD'ti
@JM7nD

Forwarded from Dawaa Qalbii (Sammaan Seman)
Namni haadhaa fi abbaa isaatiif tola oole, ilmaaniin galata galfama.
www.tg-me.com/Sammaan
www.tg-me.com/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ββββββ
@Rabbiiftai

π Amiable News
πSoomanni dhufuuf guyyaa muraasatu hafe uf haa qulqulleessinuuβ
ππππ΄π₯π»πΉπ·π
Ergaa
β€οΈπ§‘ππππ
Hiryaa kee Rabbiif jecha si jaallaturra π€π¨
Obboleessaf Obboleetti Muslimaa
kan ykn tan ani garaa kootirraa Rabbiif jecha jaalladhu maraafβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
π ErgaaKana Dubisii
π Hubadhu
Barreeffama kana si qofaaf hin ergine
Nama beeku fi ka hin beekne kan Contact jalaa qabu maraafuu ergee Jira.
π Please Atis Dubbisi
πIshaa Allah rabbi Siif Ha Laaffisu
Namaa Jaalattu cufafis Erguu hin Dagatiin
Ati Nama Ani Osoo Ijaan Hin Argini fi Argee Jaaladhu Keessaa nama tokko
πKuni kenna guddaa
ani shamarree fi dargaggoo muslimaa maraaf qabuudha
π Hin daganne kennaa kabajaaf Jaalalaaπ
π·Assalaamu aley'kum
π·Warahmatullahi
π·Wabarakaatuhuu
πNamaa Atii Dhifama
Goteef Kessaa Kan Jalaqabaa Tahuun Barbadaa Ykn Kan Tokkoffa tahun barbadaa Obbolessa kiyya ykn Obboletii Tiyya qaali
πOsoo Ramadanii π hin
Seeniin Jechuudha
πDhiifama yoo Anii Guyyaa tokkolee qalbii Tee nasiisee π
Ykn Rifachisee π§
πDhiifama Yoo Sababaa Kiyya arteπ ykn gaddite π
πDhiifama yoo waan ani hin jedhinis Namarraa dhagessee Nattii mufattesπ
πDhiifama jechaa Kijibaa Kanin Sirraa Kahee
Yoo jiraates π₯
πDhiifama Yonin Maqaa Kee Xuresses π
πDhiifama yoniin Namaan Wal sii lolchisesπ
πDhiifama yoo qaldii keessa si muufachiises π
πdhiifama Yon Sii dubaa Sii hamadhesπ«
πDhiifama waan si jaaladhuuf si duuba waahe kee haasayee
π dhifama Yon Gochaa badaa Sirra kaahes π©
π Dhiifama Ergaan π§ koo kunu yoo dogongora qabaate
π Dhiifama Barreeffama yoo sitti dheeresses
πDhifamaa Walumaa Galattii Osoon Bekuu Ykn Osoon Hin Bekiin yoon Sii Midhees π
πDhifama Wanti anii sii Gafaadhuuf Wanin Rabbiif jecha Sii Jalaadhufiiπ
Kanaaf
πOf Qulqulessinee Ramaadan Yoo Simannee Soomanni Keennas Nurraa Ol Fudhamaa
Jachuudha π€
πAniis obboleessa koo ykn obboleettii too qaalii Wanti Ati na Goote hin jiru yoo jiraates Hundaa π―% Dhifamaa Siif Godhetin Jira π€
πIshaa Allah Atiis Akka Dhifamaa Naaf Gootu Abdiin Qaba Obbolessa Kiyyaa Atiis Obboletti tiyyaπ€π€
π Maarre Raamadaniπ
Nuu Hundafuu Carraa Kenyaa Gudadhaa Kanaaf Carran Kunii akka nun Dabbaree Ittii haa Fayyadamnuu π
π Ramadaanni haa dhufu gaafas towbanna jechuun hin ta'u β kanaaf dursinee qaamaf qalbii teenna haa qulqulleessinu
π·Obboleewwan koo Ergaaπ¨ Kiyyaa Kana
Namni Siitii Mufatee πYoo jiratee
Ykn Nama Ati itti mufatte hundaaf ergiif
π dabalataanis nama πJalattuu Cufafis Ergiiπ
πYoo dhiifama naaf goote yoon tarii Anaa kana Namaa Atii Rabbiif Jecha Jalattuuu πππkeessa isa tokko yoo Tahee Debissii Ergaa kana Anuumafu Ergii.
π Galatoomi π
Onnee π namaa kan beeku Rabbi qofaβοΈβοΈβοΈ
Ani miseensa Laa'ilaaha illallaah hundaa nin Jaaladhaππ
BYE π BYE π
βFrom Musa Muhammad ykn Double M βπ
Miseensa π Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa
πππππππ
@telegiraamaJBMAN

Odeeffannoo Torbaanii Daqiiqaa 8 fi Sokondii 50 Qofa MB Isaa 8.3 qofa buusa dhageeffadhaa Yaada Keessan Karaa π€ @Doublemmk_Bot β Nuuf Barreerssaa
Forwarded from @Erdoogaa_turkiibot
πΉDursa Argii yoo feete Jaaladhu yoo feete Jibbi
Odeeffannoo qabatamaa fi Gorsa babbareedoo argachuuf π sii filadhee jira.

Forwarded from Gorsa Akka Qorsaa (Double M βπ M.M.Ks)
Oduu Gaddaa
#WAA_ISLAAMAA ππ
#MOOXAA
Naannoo Amaaraa Magaalaa Mooxaatti kaleessa galgala Finxaaleeyyii Amaaraa fi Ortodoksiitiin Madraasaa seenuun qur'aanaa fi Kitaabota keessa jiran waliin Ibidda itti qabsiisuun barbaaddessaan.
#ΩΨ§_Ψ₯Ψ³ΩΨ§Ω Ψ§Ωπ

AS WR WB
Oduu Gammachiisaa
Namoota karaa Raadiyoo JTD tiin ergaa baga Soomaan Isin gahee dabarfatuu barbaadu maraaf Ahlii fi firoottan akkasumas hiriyoota keessaniin baga ittiin si gahe warri jechuu barbaaddan karaa @kadiirtunaa tiin sagalee fi karaa @Musa_mu tiin barreeffamaan ergachuu dandeettu yeroon ergaa keessan itti qeeballu 1/8/2013 hanga 2/8/2013 haga halkan keessa 3:00 titti ergaa keessan ni qeeballe nama tokkoof daqiiqaa 1 qofatu hayyamama.
Biyya feetanuu jiraattan ergaan keessan bahra qaxxaamuree nu bira gaha
#Qopheessitoota Sagantaa Raadiyoo JTD

Duula Ariifachiisaa
Waldorgommii Aanota 7'n JTD gidduutti Adeemsifamaa jiru Add Member Guruppii JTD /@JM7nD kana irratti akka hirmaattan kabajaan isin gaafadha.
Duula kana Akka Aana Roobeetti dhiiraf shamaraan eegallee jirraa
Kanaafuu Atis gahee kee bahi
kana π @JM7nD xuqii seeni dafii yoo diqqaate nama 100 ol Add godhi
Hiriyyoota teetis Affeeri.
Jzk

Odeeffannoo Torbaanii Daqiiqaa 20 fi Sokondii 5 Qofa MB Isaa 18.76 qofa buusa dhageeffadhaa Dhaamsa Baga Jala bultii Ramadaanaatii isin gahee uf keessa qaba Yaada Keessan Karaa π€ @Doublemmk_Bot β
Ramadaan Kariim. Kan baranaa, kan bara egeree!
=====
Ramadan Kareem to all Muslims around the world!Ramadaan Kariim. Kan baranaa, kan bara egeree!
=====
Ramadan Kareem to all Muslims around the world!

Abdii hin muratin Anuu hamilee sitti horaa
Si gorsuu???
Anaa dubbate osoo hin taane jecha dubbatame laali.
Xiyya yeroo darbatan akka inni fagoo deemuf sirriitti duubatti harkisanii gadi dhiisu. Atis akkuma kana haalli keessa jirtu gaafa duubatti si harkisu fageessee fuulduratti si darbuufi waan ta'eef jabaadhu kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu!
Inshaa Allaah ba'ada usrin yusraa.

Forwarded from Arsii
πAmmee
π Chaanaalota Gorsaaf Qorsa Ufkeessa qaban
π Akkasumas Odeeffannoo Qabatamaa Biyyaaf Alaa
Kunoo π JOIN π Godhuu Qofa

#Ψ³ΩΨ±ΩΨ§
Akkuma beekkamuu may 26/5/2021 tti suuriya'aa keessatti filannoon gaggeeffamuuf akka murtaaβe hundi keenyaa dhageenyee gurraa qabna, filannoo kanarratti namtichi dhiiga muslimtootaa dhangalaasuudhaan beekkamu kan maqaan isaa #Bashaaral_Asad jedhamu ammas aangoo irra turuudhaaf, waraqaa duula na filadhaa biyyattii keessatti raabsaa jira.
Aduwwii Islaamaa bakkuma jirtutti Rabbiin ishee hin milkeessin jedhaa.

Kunis πgorsa
π Nama gaarii yaaduu fi gaarii hojjatu yoo taate namni ati jaalattee dhabdu tokkollee hin jiru.
π Garuu namni si jaalatee si dhabu immoo hedduudha.
π Nama si jaalatuu fi si kabaju itti hin boonin Amala gaarin hubachiisi
Sababni
π Nama ati jaalattuu fi kabajjutu sitti boonaa.
YesβοΈ Or NoβοΈ