Telegram Web Link
Forwarded from ቲ-SHIRTS STORE via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Media Ko
#OduuGammachisaa
Tajaajilli telekoomii Oromiyaa Lixaa har'arraa eegalee tajaajillisaa akka eegalu pirezidaatiin naannoo Oromiyaa ibsan.


Pirezidantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ibsa gaazexessitootaaf kennaniin kanaan sura rakkoo nageenyaa Oromiyaa Lixaarra ture, garaa tasgabbiitti deebisuuf opireeshinii geggeefamuu tajaajilli telekoomii addaan cite turuu yaadachiisaniiru.

Yeroo ammaas nageenyi Oromiyaa Lixaa hirmaanna hawaasaafi qaamolee nageenyaan waan mirkanaa'ef, har'arraa eegalee tajaajilli telekoomii deebi'uu obbo Shimallisa ifoomsaniiru.

#Share
@HawwiTiMES
@HawwiTiMES
Forwarded from Media Ko
Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa vaayirasii koronaa ittisuuf, ogeeyyii tola ooltotaaf waamicha dhiyeesse.

Ministeerichi ogeeyyiin tola oolmaadhaan vaayirasicha ittisuuf hojjechuu fedhaniif akka galmaa'an waamicha dhiyeesseera.

Weerarri vaayirasichaa hammaachaa dhufnaan tola ooltonni kan barbaachisan ta'uu beeksiseera.

Haaluma kanaan;

1. Ogummaa fayyaatiin eebbifamanii hojiitti hinseenne

2. Ogeeyyiin fayyaa dhaabbilee dhuunfaa keessa hojjetan

3. Ogeeyyiin fayyaa sooramaafi sababiiwwan addaddaatin hojiirra hinjirre (tajaajila idileetiif)

4. Barsiisonni dhaabbilee barnoota olaanaa

5. Barattoonni ogummaa fayyaa (mootummaafi dhuunfaa) waamicha dhiyaate keessatti hammatamaniiru.

Ministry of Health Ethiopia
@HawwiTiMES
@HawwiTiMES
Forwarded from ONNACHIIFTU JIJJIRRAMAA (😈NO Name)
* COVID-19 updates as on 01.04.2020 at 9:00 AM * 👇

▪️ Active Cases: *29*
▪️ Cured/Discharged/Migrated cases: *1*
▪️ Death cases: *0*

* Please stay at home and comply with lockdown guidelines to help yourself, family and community stay safe. *

* No need to panic. Essential commodities, Medicines, etc are / would be available *


Plse share it for ur frnds!

@ofiifofiin
@ofiifofiin
@ofiifofiin

Join us

@seenaajaalaladhugaa
@ebbiofficial
Forwarded from Sabaaf App (🤔zak)
Maloo obolotaa koo


Of egadhaa bilbilii keessan karwaan kana hatamaa jiraa

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇


https://youtu.be/9v1XABdogkI
Forwarded from ቲ-SHIRTS STORE via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Covid_19 Pandemic
#Ameerikaa.

Perezdaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp Torbaan lamaan dhufan ameerikaanotaaf torbaanota gaddaa ta'uu akka malu dubbatan.

Ameerikaan weerara koronaavaayrasiitiin hanga ammaatti lammii 5,000 ol du'aan ka dhabde yoo tahu 215,300 ol koroonaavaayrasiin hubamanii jiru.

Oduma wal qabateen perezdaantiin Raashiyaa Puutiin Ameerikaaf qarqaarsa meeshaa yaala koronaatiif oolan gumaache, perezdaanti Tiraampis kan yeroo hedduu booniinsaan beekkamu qarqaarsa kana mamii tokko malee fudhatuu himame, yeroon amma keessa jirru yeroo wal dura dhaabannu osoo hin taane ka wal cinaa dhaabannu dha jechuun perezdaant puutiin dubbate.

©️CNN, wabeefanne

#Odeeffannoo waytaawaa @Fursaan_Media irraa argatuuf chaaynaalii keenna join, share waliif godhaa.


@Fursaan_Media
@Fursaan_Media

https://fb.me/Fursaanmedia
Forwarded from Golden SHOW via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sabaaf App (🤔zak)
Obolotaa koo maloo qufaa fi corona adda basadhaa baraa

https://youtu.be/KVQjgKkpWps
Forwarded from Golden SHOW via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
📩📩📩📩📩📩📩📩📩📩📩📩

Oddeeffannoo addunya fi dhibee COVID-19 hundaa bakka tokkotti Afaan Oromoottin argachuuf Chanaalaa Telegramaa keenya JOIN godha.

Itti dabalamaa👇
Forwarded from ቲ-SHIRTS STORE via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#New_SOUND 2020
Present:
#IBADUREHMAN_MULTIMEDIA
Producer:
ASBAR STUDIO □ @ASBAR3D
2025/07/09 17:19:12
Back to Top
HTML Embed Code: