Har'a ykn boruu eegalee bu’aa qormaata kutaa 12ffaa karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuun ni danda’ama - Ministeera Barnootaa
Har'a ykn boruu eegalee bu’aa qormaata kutaa 12ffaa karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuun kan danda’amu ta’uu Ministeera Barnootaa beeksise.
Qormaanni kutaa 12ffaa soroorfamee xumuramuu Ministirri Ministeera barnootaa Dooktar Geetahuun Makuriyaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaanin ibsaniiru.
Barattootta har’a yookaan boruu eegalanii bu’aa qormaata isaanii karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuu kan danda’an ta’uu ibsaniiru.
@abdataa3

Firii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee Ejansiin Madaallii Barnoota fi Qormaata Biyyoolessaa ibsa laateen barattoonni qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa fudhatan 702 qabxii 600 ol galmeessu isaani akkadumas firii olaanaa bara kana galmaa’ees 669 ta’uu beeksiseera.
Jaal Marroon 'Aljazeera' irratti dhiyaate!
Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Zoonii Lixaa Kumsaa Dirribaa (Jaal Marroo) sagantaa marii Aljazeera TV 'The Stream' jedhu galgala kana qilleesarra oolee irratti dhiyaachuun himannaan "loltoonni WBO Lixa Oromiyaa keessatti namoota baay'ee ajjeesuun duguuggaa sanyii raawwataa jiru" jedhame ka'aa jiru dhugaa akka hin taane himuun haaleera.
"Qaamni walabaa ta'e dhimma kana ilaalchisee qorannoo gaggeessuuf gara naannoo san yoo dhaqe, gargaarsa barbaachisu hunda gochuuf WBO'n qophaa'ummaa daran qaba," jedheera.
Hoggantoota olaanoo mootummaa dabalatee qaamolee hawaasaa baay'ee giddutti odeeffannoo "Jaal Marroon ajjeefameera" jedhu tatamsa'aa wayita jiru kanatti video (sur-sagaleedhaan) marii miidiyaa idil addunyaa 'Aljazeera' afaan Ingiliiziin gaggeesse irratti mul'achuun isaa dubbii ijoo akka ta'u taasiseera.
Guutummaasaa ilaaluuf👇
https://bit.ly/2QRi97l
📌 Marii kana irratti dhimmoota ijoo ka'an ilaalchisee bal'inaan walitti deebina.

YouTube
🇪🇹 Is Ethiopia hurtling towards all-out ethnic conflict? | The Stream
Delicate political agreements and relationships across ethnic lines in Ethiopia are in danger of unraveling, activists and experts say, prompting fears of a full-blown ethnic war.
Conflict erupted in November when the Ethiopian government went to war with…

Mohaammad Deksiisoo wabiin erga bahee booda ammas deebisanii hidhan!
Qarshii wabiidhaaf gaafatame kafalee mana hidhaa irraa erga bahee Poolisoonni Humna Addaa Oromiyaa paatirooliidhaan fudhanii deeman. Amma eessa akka geessan hin beekamu. https://www.tg-me.com/abdataa3

Telegram
Abdataa online
Oduu addunya
Jechamoota
Gorsaa hayyoota
Hadisotaa
Seena
Nashiida,sirba,baaco, karaa sagaleetin isin biran geenna
Waate of world
Chaanaalii YouTube keenna subscribe nuuf godha
Our you tube channel plz subscribe
#Robe town tube

#WAA_ISLAAMAA 😭😭
#MOOXAA
Naannoo Amaaraa Magaalaa Mooxaatti kaleessa galgala Finxaaleeyyii Amaaraa fi Ortodoksiitiin Madraasaa seenuun qur'aanaa fi Kitaabota keessa jiran waliin Ibidda itti qabsiisuun barbaaddessaan.
#وا_إسلاماه😭
Join👇

Abdeks roo...ki(19):
Waan Nama Soomanu Ibaadarratti Gargaaru.
1️⃣. Sodaa Rabbii Qabaachuu fi hamtuu hundarraa uf eeguu.
2️⃣. Qaraatii qur'aanaa Heddummeessuu, Zikrii fii kadhaa Rabbii heddumeysuu,
3️⃣. Saahibban fofokkataa irraa fagachuu. Namni saahiba fakkata jallaa qabu wahuma hamtuu isarraa barata. Mammaksatti raaddi harreen wajji oolte dhuufuu barti'' jedhan. Eegaa nama gaarii qajeelaa Rabbii sodaatu saahiba (shariika) godhadhaa. .
4️⃣. Masgiidatti maxxanuu fii salaata jamaa'aa irratti uf tiiysuu. Hanga dandeessetti yeroo hedduu masjiidatti argamuu yaalii godhi. Masjiida teessee sunnaa salaattee, zikrii gootee, Rabbii kadhattee, qur'aana qaraatee, yoo jette Sawaaba hedduu walitti tuulatte, badii dhagayuufii arguu jalaayis nagaya baate (tiiyfamte). Tanaaf gara masjiida gara masjiida.
5️⃣. Waan fedhii lubbuu namatti kakaasuu fii waan qalbii nama goggoysu laaluu irraa fagaachuu.
Kunis hedduudha fakkeenyaaf:- Filmii fii suuraa baalagummaa fokkataa daw'achuu, kanneen televijiina, Video, Internet, YouTube, Facebook, WhatsApp, Twitter, Instagram, TikTok, Telegram, fi kkf irraatti badii gadi dhiifamtee facaafamtu daaw'achuun haalaan dhoowwaadha.
6️⃣. Dogogoraa fi badii irraa fagaachuu.
7️⃣. Nama hamachurraa uf eeguu, farada (lukkee) tahurraa, kijibarraa, nama xiqqeysu fii k.k.f. irraa Arraba ufii tiiysuu
8️⃣. Yeroon qaalii tahuu isii beekanii itti fayyadamuu.
9️⃣. Guddina kabajaa baatii tanaa beekanii eeggachuu.
🔟. Ummata gaggaarii dur kan ibaadaa irratti jajjaboo turan seenaa isaanii barachuu fii jala deemuu.
1️⃣1️⃣. Lubbuu ufii qorachuu.
1️⃣2️⃣. Towbaa irra deddeebi'anii haarawoomsuu.
Yaa Obboleessa Islaamaa, Yaa Obboleetti Islaamaa, Ramadaanaaf Guyyaa 6 ykn 5 Tu Hafee Jiraa.
Itti fayyadamuuf haa qophoofnuu!
Rabbiin nagaan ittiin nu haa gahu.
http://www.tg-me.com/Abdekso3

Abdeks man kush
Channel kana irraa Kan isiniif taru! #seenaa
#da'waa
#waa'e sooma irra
#mammaksota adda adda
#waan yeron wal qabatu
#Tatewwan gara gara
#nasheda
#jechoota Jalala
#baaco gara gara
#kabaja hadhafi abbaa
K.k.f ni argattan join godha irra fayyadama.
.

Qabxiin seensaa yuniversitii boru sa'aa Sadii fi walakkaatti akka gad dhiifamu ifoomee jira.
http://www.tg-me.com/Abdekso3
http://www.tg-me.com/Abdekso3
የከፍተኛ ትምህርት ተቋም የመግቢያ ነጥብ :
በተፈጥሮ ሳይንስ ፦
- ለወንድ 380 ፤ ለሴት 368
- ለታዳጊ ክልሎች ደግሞ ለወንድ 368 ለሴት 358
- ለአካል ጉዳተኞች ለወንድ 350 ፤ ለሴት 345
- ለአርብቶ አደሮች አካባቢዎች 358
- በትግራይ እና መተከል ለወንድ 358 ለሴት ደግሞ 350
በማህበራዊ ሳይንስ ፦
- ለወንድ 370 ፤ ለሴት ደግሞ 358
- ለታዳጊ ክልሎች እና አርብቶ አደር አካባቢዎች ለወንድ 358 ፤ ለሴት 348
- ለአካል ጉዳተኞች ለወንድ 340፤ ለሴት 335
- በትግራይና መተከል ለወንድ 348 ፤ ለሴት 340
♻️ለአስተያየት ፣ ለጥቆማ አልያም ለጥያቄ👇👇👇
@atc_newsbot
🔔ትምህርት ነክ መረጃ ለማግኘት ቻናላችንን ይቀላቀሉ👇
@atc_news @atc_news

#Jiillee_Dhummuugaa
Naannoo Amaaraa, Godina Addaa Saba Oromootti kan argamu bulchiinsi Aanaa Jiillee Dhummuugaa aannichatti rakkoo nageenya uumameen lubbuun namoota 68 akka wareegame, namoonni 114 ammoo akka madaa'an, manneen jireenya manneen barnoota buufataalee fayyaa gara 815 akka gubatan, akkasumas qotee bultoonni 40,000 ta'an qabeenya isaanirra buqqa'uu isaani ibsuun miidiyaaleen kamuu qaamaan iddoo balaan kun qaqqabeetti argamuun akka gabaasan gaafateera.

“Poolisii Humna Addaa Oromiyaa kana baasee Raayyaa Ittisa Biyyaatiin
Shanee guyyaa 15 keessatti nin balleessa” jedhee waraana ummata Oromoo irratti bobbaasee jira Abiy. Nama sammuun isaa sirrii hin jirre qofatu akkanatti yaada. Guyyaa 15 mitii waggaa 3 keessatti balleessuu dhiisii laaffisuu hin dandeenye. Sadarkaan WBOn amma irra jiru sadarkaa olaanaadha. Yoo xiqqaate poolisiin humni Addaa Oromiyaa WBOtti makame 6000. Kanarraa himna WBO tilmaamuun salphaadha. Abiy abjuu hin dhugoomnetti jira. https://www.tg-me.com/abdataa3
Shanee guyyaa 15 keessatti nin balleessa” jedhee waraana ummata Oromoo irratti bobbaasee jira Abiy. Nama sammuun isaa sirrii hin jirre qofatu akkanatti yaada. Guyyaa 15 mitii waggaa 3 keessatti balleessuu dhiisii laaffisuu hin dandeenye. Sadarkaan WBOn amma irra jiru sadarkaa olaanaadha. Yoo xiqqaate poolisiin humni Addaa Oromiyaa WBOtti makame 6000. Kanarraa himna WBO tilmaamuun salphaadha. Abiy abjuu hin dhugoomnetti jira. https://www.tg-me.com/abdataa3
Telegram
Abdataa online
Oduu addunya
Jechamoota
Gorsaa hayyoota
Hadisotaa
Seena
Nashiida,sirba,baaco, karaa sagaleetin isin biran geenna
Waate of world
Chaanaalii YouTube keenna subscribe nuuf godha
Our you tube channel plz subscribe
#Robe town tube
Jechamoota
Gorsaa hayyoota
Hadisotaa
Seena
Nashiida,sirba,baaco, karaa sagaleetin isin biran geenna
Waate of world
Chaanaalii YouTube keenna subscribe nuuf godha
Our you tube channel plz subscribe
#Robe town tube
AMMEE: Hojjattoota mootummaa naannoo Amaaraatiif Adaanech kondominiyeemii 4000 kennitee jirti. Kaleessa liistiin isaanii waajjira kantiibaa gahee jira. https://www.tg-me.com/abdataa3
Telegram
Abdataa online
Oduu addunya
Jechamoota
Gorsaa hayyoota
Hadisotaa
Seena
Nashiida,sirba,baaco, karaa sagaleetin isin biran geenna
Waate of world
Chaanaalii YouTube keenna subscribe nuuf godha
Our you tube channel plz subscribe
#Robe town tube
Jechamoota
Gorsaa hayyoota
Hadisotaa
Seena
Nashiida,sirba,baaco, karaa sagaleetin isin biran geenna
Waate of world
Chaanaalii YouTube keenna subscribe nuuf godha
Our you tube channel plz subscribe
#Robe town tube
Faayidaawwan soomaa
★★★★★★★★★★★★
Abu Hurayraan akka gabaasanitti Ergamaan Rabbi sallallaahu Alayhi wasallam akkana jedhaniiran:-
“Rabbiin akkan jedhe:- dalagaan ilmaan namaa cufti isumaaf soomni yoo haafu, inni garuu Anaafi. Galata(ajrii) isaas anatu kenna. Soomni gaachan. Yeroo guyyaa sooma qabdan, oduu saalaa hin haasahinaa, hin wacinaa, coora gowwummaas hin corinaa, namni tokko yoo isa arrabse ykn yoo loolenis yeroo lama ani sooma qaba haa jedhu. Rabbii lubbuun Muhaammad harka isaa jirtuun kakadhe, fooolin afaan nama sooma qabu shitto miskii caalaa Rabbiin biratti urgaawaa(mi'aawaa) dha.
Namni soomu gammachuu lama qaba yoo fuxuuru fuxuura saatin gammada. Rabbii isaatin yeroo qunnamu sooma isaatin gammada.

«Namni sadaqaa kennu sadaqaan inni kennu harka hiyyeessaa irra bu'uun duratti haarka Rabbii irra akka buutuu osoo beeke gammachuun isaa gammachuu fudhataa sanii caala ture.»
Ibnu Al-Qayyiim
★★★★★★★★★
@abdataa3
Ibnu Al-Qayyiim
★★★★★★★★★
@abdataa3
Ijaarsi siidaa yaadannoo Goota Oromoo Jenaraal Waaqoo Guutuu magaalaa Roobeetti eegalame!
Ijaarsi siidaa yaadannoo Goota Oromoo Jenaraal Waaqoo Guutuu Birrii miiliyoona 21.8n magaalaa Roobeetti ijaaramuuf jiru har'a eegalameera.
“Gabrummaa hidddaan buqqisna, dadhabnu Ilmaan itti guddifna” jedhe Gootni baddaa Baalee Jenaraal Waaqoo Guutuu: Ijaarsi siidaa yaadannoo bakka Ministir Deetaan Ministeera Geejjibaa Ityoophiyaa obbo Kaasaahuun Goofee argamanitti eegalameera.

Mareyama:
#Oduu Gammachiisaa
Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo marti #Jawaar Dabalatee
Hatattamaan Hidhaa irraa Akka Hiikaman Dhaabbinni
mootummoota Gamtoomanii wal gahii kaleessaa fi Ganama
Haraa taa'e irratti murteessee jira, kanaaf Dafaa #Share
waliif godhaa, Sagalee haa taanuuf hayyoottan Keenyaaf.
#Share
@Abdekso3

Preezdaantiin Chaad Idiriis Deebey filannoo injifachuu isaani ibsamee guyyaa tokko booda ajjeefaman!
Preezdaantiin Chaad Idiriis Deebey haleellaa irra ga’een lubbuun isaanii darbuu ibsameera.
Preezdaant Idiriis Deebey yeroo 6ffaaf biyyattii bulchuuf filannoo injifachu isaani guyyaa tokko dura kan ibsame yoo ta'u, lola finciltoota waliin gaggeeffameen haleellaa irra qaqqabeen har’a lubbuun isaanii darbuu ibsameera.
Filannoo Preezdaantummaa biyyattiitti gaggeeffameen %80 sagalee ummataa argachuun isaanii ifoomee ture.
Tibbana Imbaasiin Ameerikaa biyyatti keessatti argamu finciltoonni kan akka Bookoo Haraam haleellaa geessisu waan malaniif lammiileen Ameerikaa biyyatti gadhiisanii akka bahan hubachiise ture.
Maddi: Reuters

#masrii
Mootummaan masrii Baatii Ramadaanaa sababeeffachuun hidhamtoota biyya masrii 1686 mana hidhaatii gadi lakkisee jira.
Maddi
#Aljaziiraa

Tigraay keessatti Helikoptarri RIB lafa kufusaa L/Janaraal Baacaa Dabalee dubbatan!
Qindeessaa Damee Ijaarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa kan ta'an Letenaal Janaraal Baacaa Dabalee har'a ibsa waajjira isaanitti gaazexeessitootaaf kennaniin tibbana Helikoptarri Raayyaa Ittisa Biyyaa Naannoo Tigraay keessatti balaliirra osoo jiru lafa kufusaa dubbataniiru.
Letenaal Janaraalichi waa'ee dhimma kana wayita ibsan miseensonni garee ABUT akka waan Helikoptarii kana rukutanii lafa buusan odeessisaa jiran odeeffannoo sobaati jechuun haalaniiru.
L/Janaraal Baacaa ibsa kanaan, "Helikoptara keenya kan isaan rukutanii lafa buusan miti, rakkoo teeknikaa mataa isaatin lafa bu'eera, kun ammoo waan mudatudha" jedhaniiru.

Ergamaan Rabbii(s a w) akkana jedhaniiran:–
«Namni tokko maatii ofiitif yaade baasin inni baasu akka sadaqaatti lakkaahamaaf.»
★ T.me/abdataa3