Abiy Ahmed poolisii humna addaa Oromiyaa godinoota WBOn keessa socho’u keessaa baasee RIB seensisee torbee 2 keessatti WBO qulqulleessa jedhe. Torbeen 2n dhumte. WBOn jabaachuu malee hin laafne. Abiy Kijibuu isaatti nama qaanfatuu miti malee silaa nama qaanyayee dhokachuun irra ture. Safuu hin beeku
إيَّاكُم أنْ تَحسَبوا الفِراقَ هَيِّنا!.
Du’aan adda deemuu kana akka waan salphaatti hin ilaalinaa!.
Join👇
@abdataa3

"Namni Ji'a Ramadaanaa haala amanaa ta'eeni fi ajri Rabbirraa argadha jadhee soome badiin kanaan dura dalagee hunduu ni dhiifamaaf."
Nabiyyii Muhaammad(s a w)
★★★★★★★★★★★★★★★
Nabiyyii Muhaammad(s a w)
★★★★★★★★★★★★★★★
HAADHA_WAGGAA_SHANII_(5)
#Lina_Medina jedhamtii Lammii biyyaa Peeruu kan turtee yoo ta'uu Mucaa ishee jalqabaa yeroo godhattuu Umuriin ishee Waggaa shanii (5) fi ji'a Torbaa (7) fi guyyaa digdaamii tokkoo(21) turtee.
Kanaanis Akkaa Adduunyattii Namaa umurii xiqqaan Mucaa godhattee jedhaamuun seenaa irraattii galmooftettii !!
𝓪𝓳𝓪𝓫.....

➻ #Dubara_Areedaa_qabduu
#Harnaam_Kaur jedhamti UK kan jiraattuu yoo ta'uu Fuulbana 2015 GC irraa kaasun turee kan Areedaa biqilchuu eegaalte!!!!!
Kanaaniis Galmee wantoota dinqisisoo irrattii Galmooftee jirti.🙈🙈🙈🙈🙈
#Share gochuun nu cina dhaabbadhaa 🙏

AMMEE
Barattoonni Entrance bara 2013 qorumsa seensa unvesity fudhattan hundaaf, guyyaa har'aa iddoon seensa barnoota unversity gadhiifameera laalachuu dandeessu.. link armaan gadii kana fayyadamaa #Share 👇👇
http://result.neaea.gov.et/home/placement
Bakka gaarii qubadhaa

#Hadiisa_Laafaa
➫Hadiisni waa'ee Ramadaanaa ilaalchisee,
"Awwalli isaa Rahmata, walakkaan isaa Araarama, xumurri isaa ibiddarraa bilisoomuu" jedhu nabiyyii keenyarraa hin sabanne.

Magaalaa Dirree Dhawaatti naannoo Shamantariyaa jedhame waamamutti sababa har'a ganama sa'aatii 2:00 hanga 6:00tti rooba cimaa roobeen lubbuun namoota sagal darbe.
Sababa rooba cimaa kanaan dallaan dhaabbata tokko manneen jireenya sadi irratti kufuusaarra kan ka'e lubbuun namoota kana akka darbe Komishiniin Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa beeksiseera.

Namni daa’ima jaalatu, abbaa irraa ajjeesee rakkinaaf hin saaxilu. Abiy ilmaan kumaatama abbaa malee hambise. Ilma guddifachuun gaarii ta’us Abiy siyaasaa ittiin dalaguuf yeroo mara suuraa agarsiisuun isaa nama gaarii isa hin taasisu. Wanti hundi fakkeessaaf osoo hin taane onneerraa yoo godhan rabbii fi nama birattis fudhatama qaba. Ilmaan abbaa malee hambise kumaatamni akkuma ilma inni guddisaa jiru kanatti abbaa isaanii harka qabatanii guddachuu hawwan ture. Namni akka Abiy garaa jabaatu addunyaa kana irra jira jedhee hin yaadu
Oduu Ammee:
Manni jireenyaa H/D ABO, Obbo Daawud Ibsaa waraana mootummaatiin cabsamuufi naannichatti dhukaasni qawwee dhaga'amuu maddi OMN hime.
...
Galgala kana waraanni mootummaa toora mana jireenyaa Obbo Daawid Ibsaa marsuun, naannoo sanarra sochiin kamuu akka hin taasifamneef jiraattota ittisuu isaanii namni OMN dubbise himee jira.

Gamtaan Awurooppaa taajjabdoota filannoo Itoophiyaatti hin ergu jedhe!
Gamtaan Awurooppaa haal-dureewwan guutamuu qaban irratti qondaalota Itoophiyaa waliin waliigaluu dhabuu isaa irraa kan ka'e taajjabdoota filannoo Itoophiyaatti erguuf ture akka haqe ibse.
Gamtichi kana kan jedhe ibsa Wiixata 3,2021 kenne irratti yoo tahu, bakka bu'aa ol aanaan gamtichaa Jooseef Booreel taajjabdoota erguuf ulaagaaleen barbaachisan akka hin guutamne himan.
Walabummaa ergamichaa fi meeshaalee komunikeeshinii nageenya taajjabdootaaf murteessoo tahan gara biyyatti galchuu dhabuun ulaagaalee guutamuu dhaban keessatti ibseera.
Gama kaaniin seenaataroonni Ameerikaa shan filmaatni Itoophiyaan torbanoota booda gaggeessuuf deemtu, haala amma jiruun ulaagaalee idiladdnuyaa hin guutu jechuun torban darbe xalayaa barreessanii turan.

#UPDATE
FBC madda amansiisaarra mirkaneeffadhe jedhe akka gabaaseetti Komiishinarri poolisii naannoo Amaaraa duraanii Abbara Addaamuun 'dhibee tasaan' boqotaniiru.
EBC'n gama isaatin ganama kana "dhukkuba natti dhagahame" jedhanii gara Hospitaala akkuma deemaniin lubbuu isaani darbu gabaaseera.

#Subhaanallaah
#Dubartii_ijoollee_sagal_lakkuu_deesse
Guyyaa kaleessaa/Tuesday #morocco keessatti dubartiin takka umriin ishee waggaa 25 tan taate maqaan ishee "#Haliimaa_siissee tan jedhamtu erga ogeeyyiin fayyaa daa'imman torba garaa keessaa qabdi jedhanii booda ijoollee sagal lakkuu deesse argamte jedhan.
Ministeerri fayyaa #maalii akka gaabaastetti, "ijoolleen kunneen shan dubra yoo ta'an, afur immoo dhiira, hunduu fayyaa guutuudhaan jiraachaa jiru" jette.
Ijoolleen sagala lakkuu dhalachuun baay’ee nama dinqisiisa, garuu hujiin Rabbii keennaa yeroo kamuu sammuu namaa akkaan dadhabsiisaa.
ما فعل الجليل فهو جميل.
Maddi
Aljaziiraa

Kanneen DV guuttan hundaaf!
Namoonni lootorii DV 2022 guuttanii carraa keessan kanneen eegaa turtan hundaaf, carraan kun May 8,2021 ykn har'a Sanbata Ebla 30,2013 ni ifooma. Carraa gaarii!
👉 https://dvlottery.state.gov/

Perezdaantiin Turkii #Raceb_Tayyib_Erdogaan akkana jedhan:
➫Miidhaa Israa’eloonni Masjidal_Aqsaa(Qiblaa_muslimoota_yeroo_jalqabaa) irratti ifaan ifatti dhaqqabsiisaa jiran cimsinee balaaleffanna.
➫Turkiin keessatti, yeroo kamuu, bakka kamittuu taanaan Obboleewwan keenya kan Filisxeem wajjiin dhaabachu keessatti itti fufna.
#Aljaziiraa

Kaleessa Bilxiginnaan dirree Addabaabayii Masqalaatti na filadhaa jechaa ooltee har’a hawaasa Muslimaa dhukaasa itti banuun akka hin faxarre dhoorguun amantii Islaamaafi hordoftoota amantichaatiif kabajaa akka hin qabne Bilxiginnaan har’a ifatti labsite. Baay’ee nama qaanfachiise haalli Bilxiginnaan itti jirtu!