Baaliyyoo!
Qe'ee Sayyida Heeroo
Qe'ee warra guddaa
Qe'ee kabajaa!❤️🥰✍️✈️
Qe'ee Sayyida Heeroo
Qe'ee warra guddaa
Qe'ee kabajaa!❤️🥰✍️✈️
👍26👏10❤3👎1
Dhugaa walitti himuu qabna - "Miidiyaaleen keenya Marsaalee Hawaasaa sirnaan fayyadamuu hin dandeenye, OBN dabalatee hundumti isaanii irraa fayyadamuu danda'uu qabu..."
- Qophii Eebba #OBNCyberMedia 👇
https://youtu.be/FMgtMTR_1aw?t=691
- Qophii Eebba #OBNCyberMedia 👇
https://youtu.be/FMgtMTR_1aw?t=691
❤10👍4👏1
Nama Guddaa dhabne!
"Ani Afaan Oromootiin dubbadhaa!..." jechuun Oromoo bakka bu'anii Paarlaamaa keessatti guddina Afaan Oromootiif shoora isaanii kan bahatan, Ogummaa Siyaas-Diinagdee qabaniin hanga Baankii Guddicha biyya kanaa Awash ijaaruu gahee isaanii kan bahan Obbo Bulchaa Dammaqsaa Oromoofis Itoophiyaafis hayyuu ulfoo turan. Boqochuu isaanii Gadda Guddoodha.
Maatiifi Firoottan hundaaf jajjabina hawwaa, Isaaniif Jaannata haa kennu jechuun barbaada

👏34❤22👍17🥰2
Forwarded from OICT Solutions (Abdisa Bancha Jara)
OICT Solutions Tajaajiloota kennu muraasa:-
》Magaalota, Dhaabbilee fi Hooteloota keessatti Hojii Kaameraa Diriirsuu,
》Sirna Hojjattoota too'achuu(Attendance management),
》Sirna Baasiifi Galii too'achuu,
》Sirna Bittaa fi gurgurtaa too'achuu,
》Sirna Faarmaasii fi Hospitaala too'achuu,
》Guutummaa hojmaata Biiroo fooyyessuu[ Complete Office Automation],
》Bulchiinsa Magaalotaaf Kaameraa bilisaan Diriirsuu....
》Maagaalotaaf Kaameraa daandiirraa Dhokataa diriirssuu
》Hootelootaaf/dhaabbileef/Magaalotaaf Kaameraa Bilisaa/gatii gadi aanaan diriirsuu irratti argamna...
》Sirna Guutuu Gabaa Digitaalaa[ Complete Digital marketing]
▪︎ Page verifications
▪︎ Boosting /Reaching out...
▪︎ E-Commerce
▪︎ Web development,
▪︎ SEO,
▪︎ Graphics & Design ... etc
Haluu jedhaa
Tel: 0902381111 | 0903439943
📧 : [email protected]
Web: www.oictsolutions.com

👍21❤1🥰1
Dhugaa dubbachuuf Ana dabalatee hedduun keenya Kitaabota dubbisuu hin jaalannu.
Garuu namoota Kitaaba dubbisaniidha kan:
》Biyya Bulchan
》Kan Addunyaa jijjiiran
》Kan Kalaqa haaraa uuman
》Kanneen Siyaas-Diinagdee idil-addunyaa jijjiiran warra dubbiseedha.
'Kitaaba dubbisuun guutuu nama taasisa...' jedhama mitiiree
Kanaafuu: Namootni dubbisuu barbaadan, Kitaabota Sadarkaa Idil-Addunyaatti Gatii olaanaan gurguraman Bilisaan Marsariitii asii gadii kanarraa buufachuu dandeessu.
Kitaabotni Siyaasaa, Diinagdee, Qunnamtii fi Odeeffannoo, Ofgahoomsuu, fikkf kanneen Hayyoota Idil-Addunyaatiin barreeffame asirraa dhabame waan jiru natti hin fakkaatu, Buufadhaa👇
https://oceanofpdf.com/

👍74🙏21👎5👏1
#Congratulations ijoolleen maqaa Amboo sirreessitan! Good move!🫡
#Ethiotelecom heard our voice and corrected "Agerehiwot to Ambo!"
Kana booda Bilbila yeroo gara Amboo bilbiltan, #Hagerahiwot osoo hin taane #Ambo jedhee isiniif baasuu qaba.
Caasaa Bulchiinsa Itiyootelekoomii fi Hojjattoota dhimma kana ajandaa taasisanii furmaatni akka dhufu gahee keessan baatan hundumti #Ulfaadhaa!
Magaalotni ykn iddoon yeroo bilbila #ethiotelecom ykn map irratti maqaa warra soddaadhaniin moggaafame agarsiisu ragaa qabatamaatiin deeggaraa keessaan nuuf ergaa ykn as jalatti maxxansaa... Galatoomaa!

👍69🥰6👏3❤2
Namichi maraataan Addunyaa dhuunfataa jiru, #elonmusk bara darbe tapha akkasiitiin #twitter fudhatee Xtti jijjjiirate. X too'achuun isaa Filannoo Ameerikaa guutumatti dursuuf itti fayyadaman.
Amma innis Abbaa qabeenyaa qofa osoo hin taane #abbaaaangoo Baasii fi Galii Mootummaa Ameerikaa too'achuuf muudameera.
Taphni isaa itti'aanu Addunyaa Ispoortii Ingliizi harkaa fuudhanii too'annoo Ameerikaa jala galchuudha.
Kunis ifatti labsuu isaatiree...
#Liverpool chaw!😁😅🤗🤭
BTW: Elon Musk is my always best creative 👌

👍98❤24👏8👌1
World Economic Forum yaa'ii Idil-Addunyaa bara kana gaggeesseen akka ibsetti carraalee Hojii waggoota shanan dhufanitti akka Idil-Addunyaatti jiran 170M keessaa mil.80tt hiiqu Tekinoolojii(AI, Big Data, Cyber security...) dhaan tahuu ibsameera.
Kanaafuu waggoota muraasaaf iddoon xiyyeeffannoo kam akka tahe beekuun gaariidha jechumaaf..

👍92❤8👏4
Itti-Fayyadama Marsaalee Hawaasaa fi Digitalization irratti Marii dheeraa OBN Radio irratti👇
https://web.facebook.com/share/v/1EjrjLquvb/

👍28🤩3🥰2👏1
Gandi #maraattuun keessatti walgeette diigamuuf qophii xumuraa irra jira. #chawchealse 😁
👍43🤩6❤5👏3🥰2🔥1