Telegram Web Link
Dhiira jabaa duuba dubartii jabdutu jira jedha Oromoon.
Miirri Haati warraa I/A Presidantii Ameerikaa JD Vance yeroo sirna kakuu raawwatu agarsiisaa turte Addunyaa ajab jechiise.
Gammachuu keessa ishee ibsachuu malee fuuldura miidiyaa jiraachullee waan quba qabdu miti.
Ogeettiin seeraa Ushaan ilma Hiyyeessaa JD Vance Utubdee akka sadarkaa kana gahu shoora olaanaa taphachuu miidiyaaleen gabaasaa jiru.
Sa'aatii 1:30 booda marii kallattiin wal argina
๐Ÿ“ฒ Join HUCISA's Telegram Livestream with Abdisa Bancha! ๐ŸŽ™

โœ… Meet Abdisa Bancha Jara , a CEO and Founder of OICT Solutions, a Senior IT Expert with 11 years of experience and a graduate of Haramaya University. Abdisa has worked with global tech giants like Google and Facebook, contributed to adding Afan Oromo to Google, and earned the 3rd World Prize (YCEC), Best Social media influencer of 2023 in Ethiopia, 2024 Distinguished OSA Award winner and 5 Ethiopian Languages coordinator on Google

๐Ÿ“ฝ What Youโ€™ll Learn:
๐Ÿ”ป Abdisaโ€™s inspiring journey and career milestones.
๐Ÿ”ป Using technology for social impact.
๐Ÿ”ป Insights from his work with Google and Facebook.
๐Ÿ”ป Tips for freelancing and IT development.
๐Ÿ”ป Building a successful IT career.

๐Ÿ—“ Date: Saturday, January 25
โฐ Time: 2:30 Night, Local Time
๐Ÿ“ Where: Telegram @hucisa

๐Ÿš€ Donโ€™t miss this chance to grow!
Qe'ee na oomishte, bu'uura imala jireenyaa keessatti jalqabe keessaa Haramaayaan ishee tokko,Barattoota akkuma koo achirraa biqilaa jiraniif muuxannoo akka qoodu affeerraa kabajaa naaf dhiyaateef Galatoomfachaa mariin keenya eegaluuf jedha...๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ

https://www.tg-me.com/hucisa?livestream
Kana booda Tekinoolojii fi Tajaajilootni sadarkaa idil--addunyaatti haaraa hojiirra oolan hundi Afaan Oromootiin tajaajila ni kennu...

Afaan Oromoo afaan idil-addunyaa taasifanne jennee qoma dhiibne kan dubbanbuuf qabatama irra dhaabbanneeti.
Tajaajilli ykn oomishaaleen dhaabbileen daangaa qaxxaamuran Afaanota guddatan kanneeniin fayyadaman waan taheef salphatti afaan hojii dhaabbilee hedduu tahuuf carraa argata.

Afaan Oromootis qabatamuma kanaan Tekinoolojiiwwan haaraa bahaa jiran akka #Chatgpt, #grok, #deepseek fi kkf fa'a irratti afaan tajaajilaa tahee dhufaa jira.

Deetaan Afaan Oromoo nuti Google galchaa jirru ammas guutuu hin taane waan taheef hamqinnootni hiikkaa fi dogoggorootni muraasni ni jiru, sirreessuufis hojjatamaa jira.

Deepseek haa galatoomu.
#QWEN kan jedhamu #ChatGPT fi #DeepSeek kan caalu argame...

Imalli Saffisaa Addunyaan gara Tekinoolojiitti taasisaa jiru guyyaa guyyaan geeddaramaa kan jiru yoo tahu, xiyyeeffannoo kenninee yoo faana tarkaanfachuun dirqama tahaa jira.

Haaluma walfakkaatuun torbaan kana ajandaa miidiyaalee idil-addunyaa tahee kan ture #DeepSeek kan caalu #qwen kan jedhamu dhaabbata daldalaa guddicha #Alibabatu hojjate jedhameera.

Sirni AI Qwen kunis Afaan Oromoo #Deepseek caalaa akka hubatuu fi qindeessu ragaan suuraan asii gaditti qabsiifame ragaa natti fakkaata.
Imala guddina Tekinoolojii kana Afaan keenyaan argachuun hawaasa keenyaaf milkaa'ina Afaan keenyaaf ammoo guddina beeki.
Bara alseerummaan daangaa darbe keessa jirra.๐Ÿค”

Irra-deddeebiidhaan #beeksisoota Namootni dhuunfaa fi Dhaabbileen dhuunfaa daangaa qaxxaamuranii Biyyoota alaatti ilma namaa gurgurachuuf ifatti beeksisan argaa jirra.

Amma tooftaan saamichaa Kaan Turki, Kaan Thailand, Kaan Kanaadaa, Kaan Jarman, Kaan Awustiraaliyaa, Kaan Dubaayi, Kaan Kuweeti, Kaan Suud-Arabiyaa...fkkf isin geessina jedhee Mallaqa guddaa erga irraa funaanee booda jalaa miliqa.

Yeroo Qaala'iinsi jireenyaa namoota heddutti ulfaate kana Akka carraatti fayyadamuun #dallaalotni akkanaa kun karaan biyyaa isin baafnuun Jira jedhanii ifatti saamicha yoo gaggeessan caljennee ilaaluu qofa taane....

Garaa Nama nyaata..
#Stophumantraffic #daldallinamaahaadhaabbatu
Afrikaan kibbaa dhaabbata guddicha Tekinoolojii #Google adabde.
Adabbichi seenaa keessatti Adabbii xiqqoo dhaabbatichi adabame jedhameera.
Biyyayaatiin dhaabbatichi Odeeffannoo sobaa facaasuun adabuu himte....
Adabbii: Doolara Kuma 27 ykn rand Kuma 500.
Ayi Afrikaa! Afrikaan kun garaa laafti๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜…
www.tg-me.com/abdisabancha
Google sadarkaa idil-addunyaatyi yoo himatamu doolaara miliyoonaa fi biliyoona yoo himatamu argine nuti.๐Ÿ˜
Raashiyaan Lakkoofsa Addunyaa irra hin jirreen himachuun seenaa dhiyooti!
Duulli AIdhaan deeggarame Rifoormii Hooggansa OICT irratti gaggeessuuf qophii xumuruu oduun milixxee nu geette mirkaneessiteerti. #tarkaanfii walirratti fudhatanii rifoormii jijjiiramaa gaggeessuun akka jajjabeeffamu dhaamna!๐Ÿƒ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜
www.tg-me.com/abdisabancha
Forwarded from OICT Solutions
Amma dhibbeentaa 99 hojii ogummaa irratti fuulleefannee jirra. Dhaabbilee tajaajilaa fi Oomishaalee Tekinoloojii barbaadan kamiifuu tajaajila sadarkaa eeggate dhiyeessuuf qophii tahuu keenya ibsaa, hardhas @oictsolutions dhaabbata guddicha keenya #Elilly business group waliin hojjachuuf haalduree barbaachisu xumuree jira.
Affeerraa nuuf taasifameef Galateeffachaa, Ogummaan hawaasa keenya tajaajiluun cimee kan itti-fufu taha. #oict4digitaltransformation

Namootni Magaalota Adda addaa keessa jirtan OICT wajjiin hojjachuuf fedhii qabdan qophaayaa
Dubartootni Marsaalee Hawaasaa irratti #wilwil jechaa ooltan Pirezidaantii Tanzaaniyaa irraa baradhaa...
Dubartummaan kabajaadha, warri akkanatti Jaarsa, Daa'ima fi mana keessan kunuunsitan baga Geessan.
Happy Women's Day! #March8
2025/06/27 23:07:41
Back to Top
HTML Embed Code: