Balaan lolaa Jarmaniitti mudate yoo xiqqaate namoota 80 galaafate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57861183
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57861183
BBC News Afaan Oromoo
Balaan lolaa Jarmaniitti mudate yoo xiqqaate namoota 80 galaafate - BBC News Afaan Oromoo
Balaa lolaaJarmanii mudateen dhibbaan kan lakkaa'aman du'uutu himame, Neezarlaands fi Beeljiyam keessattis namoonni hedduun du'uutu himame.
Dhaabbileen idil-addunyaa afur dhorkamuu Addis Standard morman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57854338
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57854338
BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbileen idil-addunyaa afur dhorkamuu Addis Standard morman
Hayyamni maxxansaa marsariitii Addis Standard Finfinnee kan ta'e Miidiyaa Jaakeen yeroof jedhamuun dhorkuu hordofee dhaabbileen adda addaa mormiisaanii dhageessisan.
Tarkiin diroonota Itoophiyaaf dhiyeessaa jirti jedhamuun ‘dhara’ jette
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57863094
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57863094
BBC News Afaan Oromoo
Tarkiin diroonota Itoophiyaaf dhiyeessaa jirti jedhamuun ‘dhara’ jette - BBC News Afaan Oromoo
Tarkiin xiyyaarota nama maleeyyii (diroonii) kaayyoo tajaajila raayyaa Itoophiyaaf dhiyeessaa jirti jedhamuun ‘’dhara’’ jedhe Itoophiyaatti Imbaasiin Tarkii.
WhatsApp namoonni bilbila malee ergaa akka dabarsan dandeessisuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57854337
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57854337
BBC News Afaan Oromoo
WhatsApp namoonni bilbila malee ergaa akka dabarsan dandeessisuuf
WhatsApp maamiltoonni yeroo jalqabaatiif mala bilbilsaanii malee ergaa akka wal jijjiruu dandeessisan hojiirra oolchuuf yaali jalqabe.
Hajjii bara kanaa irratti namoota 60,000 qofatu akka hirmaatan hayyamame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57867574
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57867574
BBC News Afaan Oromoo
Hajjii baranaa namootni 60,000 qofti irratti hirmaatan suuraan - BBC News Afaan Oromoo
Hajjii bara kanaa kan namootni Saawdii jiraatan 60,000 qofti irratti hirmaachuuf hayyama argatan maal akka fakkaatu suuraan.
Keeniyaatti dho'insa taankarri boba'aa Kaawuntii Siyaatiin yoo xinnaate namoonni 13 du'an
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57882714
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57882714
BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaatti dho'insa taankarri boba'aa Kaawuntii Siyaatiin yoo xinnaate namoonni 13 du'an
Keeniyaatti dho'insa taankarri boba'aa Kaawuntii Siyaatiitti mudateen yoo xinnaate namoonni 13 du'an.
Mosaajii‘rogeeyyii basaasuuf mootummootaatti gurgurame’- Pegaasis
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57885377
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57885377
BBC News Afaan Oromoo
Mosaajii ‘rogeeyyii basaasuuf mootummootatti gurgurame’- Pegaasis
Mosaajii basaasaa dhaabbata Israa'iliin hojjatamuun bilbila rogeeyyii basaasuuf hojiirra oolaa jiru.
Waraana Tigraay: Waa'ee haleellaa humnoonni Tigraay Affaaritti raawwatanii maal beekna?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57867577
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57867577
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Waa'ee haleellaa humnoonni Tigraay Affaaritti raawwatanii maal beekna?
Dhuma Torbee darbeetti haleellaan naannoo Affaar keessatti raawwatan humna addaa Oromiyaa deeggarsa humna mootummaaf dhufe bittimsuufi jedhe TPLF.
Ogeeyyiin miidiyaa mana hidhaa jiran himannaa ''qaama bilisa baasuu'' dhiyeessan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57883263
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57883263
BBC News Afaan Oromoo
Ogeeyyiin miidiyaa mana hidhaa jiran himannaa ''qaama bilisa baasuu'' dhiyeessan
Gaazexeessitoonnii fi hojjattoonni miidiyaa erga to'annoo jala oolfamanii guyyoota 20 lakkoofsisan mana murtii sadarkaa federaalaa Dhaddacha hariiroo hawaasaatti iyyata qaama bilisa baasuu (habeas corpus) dhiyeeffatan.
'Kanneen Somaaleen qaama Itoophiyaa ta'uu hin feenetu humnaa addaa erguu keenya morma' Musxafee Muhammad
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57883264
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57883264
BBC News Afaan Oromoo
'Kanneen Somaaleen qaama Itoophiyaa ta'uu hin feenetu humna addaa erguu keenya morma' - BBC News Afaan Oromoo
Pirezidaantiin naannoo Somaalee Musxafee Muhaammad Umar miseensonni humna addaa naannichaa gara Tigraayitti imaluusaanii BBC Afaan Somaaleetti himan.
Itoophiyaan hidhaa Haaromsaa waggaa lammaffaa bishaan guutuu 'milkaa'inaan xumure' jette
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57878340
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57878340
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan hidhaa Haaromsaa waggaa lammaffaa bishaan guutuu 'milkaa'inaan xumure' jette - BBC News Afaan Oromoo
Miidiyaan biyyaalessaa ETVn bakka ijaarsa hidhichaatti argamuun wayita bishaan hidhicha guutee irraan yaa'uu eegalu kallattiin tamsaasaa ture.
'Qaroon Booranaa' Jaatanii Alii Tandhuu eenyu turan? Ganna hedduun booda ammallee maaliif leellifamu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57819659
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57819659
BBC News Afaan Oromoo
'Qaroon Booranaa' Jaatanii Alii Tandhuu eenyu turan? Ganna hedduun booda ammallee maaliif leellifamu?
Jaatoo fi Shaalaqaan maqaa hawaasni ittiin yaamu. Maqaan warri baasaniif Jaatanii Alii Tandhuuti. Gaggeessaan Booranaa duraanii ''jireenya isaa guutuu uummata isaaf jiraate'' jedhamu kun har'allee hawaasa Booranaa fi uummata Oromoo biratti guddoo jajama.
Naayijeeriyaan haadholii fi daa’imman 100 butamanii turan bilisa baasuu himte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57911876
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57911876
BBC News Afaan Oromoo
Naayijeeriyaan haadholii fi daa’imman 100 butamanii turan bilisa baasuu himte
Qondaalotni kaaba-lixa Naayijeeriyaa haadholii hoosisaniifi daa’imman 100 garee geeddaraa qarshiin nama butaniin fudhatamanii turan bilisa baasnee jedhan.
Waraana Tigraay: Itoophiyaan humnooti Tigraay Affaaritti 'deeggarsa ugguran, haleellaa raawwatan' jette
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57878342
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57878342
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Itoophiyaan humnooti Tigraay Affaaritti 'deeggarsa ugguran, haleellaa raawwatan' jette
Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa humnoonni Tigraay naannoo Affaaritti haleellaa shororkeessummaa raawwatan, deeggarsa namoomaas ugguran jedhe.
'Waggaa waggaan lafti keenya fudhatamaa jira' - horsiisee bultoota Karrayyuu
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57913842
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57913842
BBC News Afaan Oromoo
'Waggaa waggaan lafti keenya fudhatamaa jira' - horsiisee bultoota Karrayyuu
Godina Shawaa Bahaa aanaan Fantaallee fi Naannoo Amaaraatti Aanaan Minjaar Shankoraa daangaa waliin qaban irratti yeroo hedduu waldhibdeen ni uumama.
Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa eeyyamni hojii 'Addis Standard' akka deebi'uuf murteesse
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57910928
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57910928
BBC News Afaan Oromoo
Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa eeyyamni hojii 'Addis Standard' akka deebi'uuf murteesse
Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa eeyyama hojii 'Addis Standard' yeroodhaaf dhorkee ture amma kaasuun hojiitti akka deebi'uuf murteessuu isaa hime.
Teeknoloojii: Sodaafi abdii tajaajila telekoomii dabalataa qabaachuun qabatee dhufu
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57910927
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57910927
BBC News Afaan Oromoo
Abdiifi sodaa tajaajila telekoomii dabalataa qabaachuun qabatee dhufu - BBC News Afaan Oromoo
Jiraataa magaalaa Jimmaa kan tahe Mahaammad Abbaa Garoo bilbilli harkaa isaa waan hundaasaa akka tahe hima. Bilbilli harkaa isaa kun tajaajila qunnamtiin alatti maallaqa ittiin sochoosuu fi bittaa gurgurtaaf faayidaa inni qabu guddaa tahuu hima.
Ajajaan humna addaa Beenishaangul Gumuz duraaniifi namoonni lama 'qaamolee hin beekamneen' ajjeefaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57936684
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57936684
BBC News Afaan Oromoo
Ajajaan humna addaa Beenishaangul Gumuz duraaniifi namoonni sadi 'qaamolee hin beekamneen' ajjeefaman
Ajajaan poolisii humna addaa Beenishaangul Gumuz duraanii dabalatee namoonni sadii hojiif imalarra osoo jiranuu qaamoota hinbeekamneen ajjeefamuu qondaaltoonni naannichaa BBC'f mirkanneessan.
TPLF aanaalee Affaar sadii qabachuufi namoonni 54,000 qe'eerraa buqqa'uu qondaalli naannoo Affaar himan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57910931
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57910931
BBC News Afaan Oromoo
TPLF aanaalee Affaar sadii qabachuufi namoonni 54,000 qe'eerraa buqqa'uu qondaalli naannoo Affaar himan
Haleellaa hidhattootni TPLF naannoo Affaar keessatti dhaqqabsiisan jiraattota naannichaa kumaatama hedduu tahan qe'ee isaanii irraa buqqisuu qondaalli naannichaa hime.
Dr Dabretsiyoon G/mikaa'eliif Geetaachoo Raddaa dabalatee hoggantoota TPLF irratti himanni baname
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57936914
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57936914
BBC News Afaan Oromoo
Lola Tigraay: Dr Dabretsiyoon G/Mikaa'eliifi Geetaachoo Raddaa dabalatee hoggantoota TPLF irratti himanni baname
Abbaan Alangaa Waliigalaa galmee Dr Dabretsiyoon G/mikaa'el jalatti Geetaachoo Raddaa dabalatee hoggantoota TPLF fi dhaabbilee garaagaraa isaan waliin hidhata qaban hogganaa turan namoota 62 irratti himata bane.