Waraana Tigiraay: Sudaan mootummaa Itoophiyaa fi TPLF gidduutti araara buusuuf hojii eegaluuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58095584
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58095584
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigiraay: Sudaan mootummaa Itoophiyaa fi TPLF gidduutti araara buusuuf hojii eegaluuf
Sudaan deeggarsa hawwaasa idil-adunyaa waliin mootummaa Itoophiyaa fi TPLF gidduutti araara buusuuf hojii eegaluuf jakka jirtuu gabaafame.
👍1
Itoophiyaan jaarsummaa Sudaanitti akka hinamanne ibsite
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58103025
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58103025
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan jaarsummaa Sudaanitti akka hin amanne ibsite
Dubbi himtuun Ministira Muummee Itoophiyaa Billane Siyyum ibsa miidiyaaleef kenniteen, mootummaan Itoophiyaa mariif jaarsummaa Sudaan akka hin fudhanne ibsite
'Samaantaa Paawor akka MM hin arganne dursinee itti himneerra' - Amb Diinaa Muftii
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58103023
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58103023
BBC News Afaan Oromoo
'Samaantaa Paawor akka MM hin arganne dursinee itti himneerra' - BBC News Afaan Oromoo
Dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii ibsa isaanii Kamisa har'aa keessatti, guyyaaa tokkoof Itoophiyaa daawwatanii kan turan hojii gaggeessituun USAID Samaantaa paawor, imala isaanii kanaan Ministira Muummee Dr. Abiyyi…
❤1
Finciltoonni TPLF magaalaa Laallibalaa qabachuun himame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58103026
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58103026
BBC News Afaan Oromoo
Finciltoonni TPLF magaalaa Laalibalaa qabachuun himame
Finciltoonni TPLF Kamisa har'aa, Hagayya 05, 2021 magaalaa Laallibaalaa seenuu isaanii jiraattonni fi Kantiibaa Ittaanaan magaalichaa BBC'tti himan.
Waraana Tigraay: Tokkummaan Itoophiyaa babal'achuu waraana Tigraayiin yaaddoo keessa gale baraaramuu danda'aa?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58073542
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58073542
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Tokkummaan Itoophiyaa babal'achuu waraana Tigraayiin yaaddoo keessa gale baraaramuu danda'aa?
Waraanni Tigraay ji'oota saglan darbaniif ture ammas babal'ataa jira, abdii fi carraan marii nageenyaas baayee dhiphaadha.
Dhiiga arjoomu: Baankii dhiigaa Baahirdaar kan teeknoloojiin dabalame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58107574
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58107574
BBC News Afaan Oromoo
Baankii dhiigaa Baahirdaar kan teeknoloojiin dabalamuun isa jalqabaa ta'e - BBC News Afaan Oromoo
Haalli adeemsi dhiiga arjoomuu magaalaa Baahirdaar eessaa ka'ee eessa akka gahe ilaalchisee ogeessonni BBCtti himan.
Gabaan sharafa alaa Itoophiyaa dabaluufi dhiibbaa diinagdee inni qabu
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58108186
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58108186
BBC News Afaan Oromoo
Gabaan sharafa alaa Itoophiyaa dabaluufi dhiibbaa diinagdee inni qabu
Finfinnetti sharafa alaa isa idileen alatti jijjiirraan seeraan alaa gabaa gurraachaa guyyoota darban keessatti haala olaanaa taheen dabaleera.
Haati daa’imashee guyyoota jahaaf qofaatti dhiisuun beelaan ajjeefte hidhaa buute
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58123207
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58123207
BBC News Afaan Oromoo
Haati daa’imashee guyyoota jahaaf qofaatti dhiisuun beelaan ajjeefte hidhaa buute - BBC News Afaan Oromoo
Haati daa’imashee guyyaa jahaaf qofaatti dhiistee lafa shubbisaa baate hidhaa buute. Daa’imnis beelaan lubbuunshee darbeera.
Mootummaan 'humna ittisaa isaa guutuun' hidhattoota TPLF akka waraanu akeekkachiise
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58092338
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58092338
BBC News Afaan Oromoo
Mootummaan 'humna ittisaa isaa guutuun' hidhattoota TPLF akka waraanu akeekkachiise
Mootummaan Itoophiyaa Humna raayyaa ittisa biyyaa guutuun waraana humnoota TPLF waliin godhamutti akka deebi'uu beeksise.
Sudaan anniisaa elektirikii meegaa waattii kuma 1 Itoophiyaarraa bituuf gaafatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58126483
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58126483
BBC News Afaan Oromoo
Sudaan anniisaa elektirikii meegaa waattii kuma 1 Itoophiyaarraa bituuf gaafatte - BBC News Afaan Oromoo
Sudaan anniisaa elektirikii meegaa waatii kuma tokko Itoophiyaarraa bituuf waliin dubbachaa akka jirtu miidiyaan biyyattii SUNA jedhamu gabaase.
Rakkoo daa'immanii haadholiin kaasan irraa kitaaba fayyaa kan barreessan Dr Abarraa Olaanii
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061608
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061608
BBC News Afaan Oromoo
Rakkoo daa'immanii haadholiin kaasan irraa kitaaba fayyaa kan barreessan Dr Abarraa Olaanii
Deebii gaaffilee haadholiin waa'ee daa'ima isaanii irra deeddeebiin gaafatan bifa kitaabaan barreesse, Doktar Abarraa Olaanii.
Waraana Tigraay: Haleellaa Afaar keessatti raawwateen lammiileen nagaan ajjeefamuufi madaa'uun ibsame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58142346
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58142346
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Haleellaa Afaar keessatti raawwateen lammiileen nagaan ajjeefamuufi madaa'uun ibsame
Naannoo Afaar Godina 4 [Fanti Rasuu] keessatti haleellaa meeshaa waraanaa cimaan raawwateen namoonni hedduu lubbuu dhabuufi kaan miidhamuu qondaalonni naannichaafi maddeen hospitaalaa BBC'tti himan.
'Iji kan ittiin argan malee kan ittiin yaadan miti' - ogeessa suuraa qaro-dhabeessa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58162962
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58162962
BBC News Afaan Oromoo
'Iji kan ittiin argan malee kan ittiin yaadan miti' - ogeessa suuraa qaro-dhabeessa
Qaro-dhabeessi suuraan kaasuun beekamu Abduu Sa'id, ''Iji kan ittiin argan malee kan ittiin yaadan miti,'' jedha.
Waraana Tigiraay: Waraana baqachuun Kaaba Walloorraa kumaatamni magaalaa Dasseetti baqatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58163753
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58163753
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigiraay: Jiraattoonni Kaaba Walloorraa waraana baqachuun magaalaa Dassee seenan
Humnoonni TPLF keessumaa naannoo Afaariifi Amaaraatti haleellaa bananiin ture naannolee kanatti lolli eegalee jiraattonni 200,000 ol kan baqachuu eegalan.
Baayidan Afgaanistaan keessaa loltoota baasuu hin gaabbu jedhan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58144762
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58144762
BBC News Afaan Oromoo
Baayidan Afgaanistaan keessaa loltoota baasuu hin gaabbu jedhan - BBC News Afaan Oromoo
Wayita Taalibaan magaalota Afgaanistaan hedduu to'annoo jala oolcha jirutti, hogganoonni Afgaan biyya isaaniif falmachuu qabu jechuun loltoonni Ameerikaa akka bahan murteessuutti akka hin gaabbine Joo Baayidan himan.
❤1
Waraana Tigraay: UNHCR Tigraayitti kaampiiwwan lama baqattoonni Ertiraa keessa dahatan bira gahuu hime
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58156941
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58156941
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: UNHCR Tigraayitti kaampiiwwan lama baqattoonni Ertiraa keessa dahatan bira gahuu hime
Ejensiin baqattootaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii - UNHCR, naannoo Tigrayitti kaampiiwwan lama baqattoonni Ertiraa keessatti dahatan irra deebiin qaqqabuu danda'uu hime.
Waraana Tigiraay: Raayyaan ittisa biyyaaa fi humni addaa naannoolee TPLF irratti 'tarkaanfii dhumaa akka fudhatan' kallattiin kenname
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58111769
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58111769
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigiraay: Raayyaan ittisa biyyaaa fi humni addaa naannoolee TPLF irratti 'tarkaanfii dhumaa akka fudhatan' kallattiin kenname
Raayyaan ittisa biyyaaa fi humni addaa naannoolee TPLF irratti 'tarkaanfii jabaa fi keessa deebii hin qabne' akka fudhatan' kallattiin kennamuu Waajjirri Ministera Muummee hime.
Waraana Tigraay: 'US dhiibbaa Itoophiyaarratti gochaa jirtu akka dhaabduuf qabsaa'aa jirra'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58144761
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58144761
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: 'US dhiibbaa Itoophiyaarratti gochaa jirtu akka dhaabduuf qabsaa'aa jirra'
Dhiibbaan mootummaan Ameerikaa Itoophiyaa irratti gochaa jiru akka dhaabbatuuf hojjechaa akka jiran lammilee fi dhalattoonni Itoophiyaa Ameerikaa jiraatan beeksisan.
Waraana Tigiraay: 'Hanga haal-dureen keenya guutamutti Affaariifi Amaaraa keessaa hinbaanu' - Geetaachoo Raddaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58163756
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58163756
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigiraay: 'Hanga haal-dureen keenya guutamutti Affaariifi Amaaraa keessaa hinbaanu' - Geetaachoo Raddaa
Dubbii himaan TPLF Geetaachoo Raddaa raayyaa ittisa biyyaa fi kaan TPLF lolan hanga magaalaa Finfinneettis tahu hordofuun akka waraanaa itti fufan BBCtti himan.
Olompikii Tookiyoo: 'Osoon MM Abiy ta'e, aangoo dabarseen kenna' - Atileet Siifan Hasan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58169030
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58169030
BBC News Afaan Oromoo
Olompikii Tookiyoo: 'Osoon MM Abiy ta'e, aangoo dabarseen kenna' - Atileet Siifan Hasan
Olompiika Tookiyoorratti meedaaliyaa warqee lamaafi nahaasa tokkoon injifachuun kan leellifamte dhalattuun Itoophiyaa Siifaan Hasan waraanni Itoopiyaa keessatti gaggeefamaa jiru ''biyyattii mancaasaa jira'' jette.