Fayyaa: Sudaan Kibbaa duula ittisa HIVtiif dhiirota miiliyoona 1.5 dhaqna qabuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58469077?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58469077?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Fayyaa: Sudaan Kibbaa duula ittisa HIVtiif dhiirota miiliyoona 1.5 dhaqna qabuuf
Sudaan Kibbaa haaluma qaama duula ittisa HIV/ADIS biyyattii keessatti gaggeeffamaa jiruutiin wal qabatee dhiiroota miliyoona 1.5 dhaqna qabsiisuuf akka jirtu beeksiifte.
Tekinooloojii: Sagaleewwan siyaasa, fayyaafi teekinooloojii Itoophiyaa gara Clubhouse'tti ce'aa jiraa?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58469740?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58469740?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Tekinooloojii: Sagaleewwan siyaasa, fayyaafi teekinooloojii Itoophiyaa gara Clubhouse'tti ce'aa jiraa?
Fayyadamtoonni appilikeeshinii Clubhouse mobaayila isaaniirratti buufatan kamiyyu, dhimma kamirrattiyyu garee marii ijaarrachuu ni danda'u.
Qondaaltonni waraanaa Giinii torbanoota keessatti mootummaa haaraa hundeessuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471958?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471958?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Qondaaltonni waraanaa Giinii torbanoota keessatti mootummaa haaraa hundeessuuf
Kolonel Mamady Doumbouya akka jedhutti kanaan booda qondaaltota adamsanii yakkaan gaafachuun hin jiru jedha.
Somaaliyaatti basaastuun tokko achi buuteen dhabamnaan wal dhabdeen hammaate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471939?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471939?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Somaaliyaatti basaastuun tokko achi buuteen dhabamnaan wal dhabdeen hammaate
Somaaliyaatti dubartii basaastuu humna tikaa taate Ikraan Tahliil jedhamtu achi buuteen ishee dhabamnaan pirezedaantii fi Ministira muummee gidduutti wal dhabdeen uumame guddataa dhufe.
Waraana Tigraay: 'Tigraayitti namoonni 150 ta'an beelaan du'an' - TPLF
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58460652?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58460652?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: 'Tigraayitti namoonni 150 beelaan du'an' - Finciltoota Tigraay
Naannoo Tigraay baatilee sagalii oliif waraanaan goolamaa turte keessatti namoonni fi bineeldonni beelaa fi yaala fayyaa dhabuun du'aa akka jiran biiroon qonnaa naannichaa beeksiseera.
Waraana Tigraay: 'Fandii dabalataa dhibnaan deeggarsa namoota miliyoona afuriif Kaaba Itoophiyaatti goonu adda kutna' - WFP
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471942?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

Fandii dabalataa hin argannu taanaa deeggarsa nyaataa Kaaba Itoophiyaatti miliyoona afuruuf goonu adda kutuuf dirqamna jedhe Sagantaan Nyaata Adunyaa.
Koronaavaayiras: Gosti Covid-19 Deltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argame - Ministeera Fayyaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478071?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478071?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayiras: Gosti Covid-19 Deltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argame - Ministeera Fayyaa
Saffisa baayyee ol-aanaaa ta'een kan tatamsa'uufi baayyee hamaadha jedhame gosti koronaavayirasii Deltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argamuu ministeerri fayyaa beeksise.
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti bakakkaan ijoollee jaha muka jalatti ajjeese
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58480037?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58480037?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti bakakkaan ijoollee jaha muka jalatti ajjeese
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuu ganda Gomboo Qilxuu Jaaletti bakakkaan qe'ee tokko keessa ijoolle jaha ta'an ajjeesuu jiraattonni dubbatan.
Tola ooltummaa: Dhaabbata laaboraatorii Finfinneetti baatii Qaammee keessa bilisaan tajaajilu
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478073?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478073?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Tola ooltummaa: Dhaabbata laaboraatorii Finfinneetti baatii Qaammee keessa bilisaan tajaajilu
Wiituun Qorannoo Fayyaa Wuddaasee waggoota 12 dura ture kan hojii eegale. Bara kana dabalatee waggaa waggaan guyyoota Qaammee hunda tajaajila qorannoo fayyaa bilisaan kennaa jira. Maaltu dhaabbaticha kakaase?
Shamarreen hospitaalatti dogoggoraan maatii biraaf kennamte himata bante
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Shamarreen hospitaalatti dogoggoraan maatii biraaf kennamte himata bante
Shamarreen Ispaanish ganna 19, yeroo dhalatte dogoggoraan daa’ima maatii biraan wal-jijjiirte qondaalota fayyaa beenyaa gaafattee. Dogoggorri kuni uumamuusaa kan mirkanaa’e qorannoo DNAdhaani.
Balaa Xiyyaaraa: Daarikterotni kaampaanii Boeing balaa dhaqqabee tureen himatamuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471944?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471944?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Balaa Xiyyaaraa: Daarikterotni kaampaanii Boeing balaa dhaqqabee tureen himatamuuf
Abbootiin qabeenyaa kaampaanii Boeing akeekkachiisa nageenya xiyyaaricha agarsiisu hin fudhanne jechuun daarikterota isaa himachuuf akka jedhan abbaan seeraa US himan.
Lammiilee Yamanitti ugguramanii jiran biyyatti deebisuun tumsa dabalataa gaafata-IOM
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484543?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484543?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Lammiilee Yamanitti ugguramanii jiran biyyatti deebisuun tumsa dabalataa gaafata-IOM
Lammiileen Itoophiyaa 5,000 ta'an biyya waraanaa fi weerara Covid-19'n raafamaa jirtu, Yaman, keessaa ba'uun biyyattii deebi'uuf danqamanii jiraachuu Dhaabbati dhimma Baqattootaa Idil-addunyaa(IOM) hime.
UNHCR lakkoofsi baqattoota Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471946?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471946?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
UNHCR lakkoofsi baqattoota Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin Dhimma Baqattootaa lakkoofsi baqattoota Itoophiyaa kaampii baqattootaa Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe.
Waraana Tigraay: Finciltoonni Tigraay Kaaba Gondaritti namoota nagaa 119 ajjeesuu jiraattonni fi aanga'oonni himan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484544?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484544?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Naannoon Amaaraa finciltoonni Tigraay namoota 120 ol ajjeesun himate, TPLF waakkate
Haleellaan kun tibba naannoon kun to'annoo TPLF jala turetti ta'uu fi haleellaa kanaanis daa'imman, jaarsolii, dubartoonniifi luboonni ajjeefamuu jiraattonniifi qondaaltonni mootummaa dubbataniiru. Haa ta'u malee, TPLF ibsa baaseen ajjeechaa keessaa hin qabu…
Waraana Tigraay: Reeffa laga Takkazeetti argaman ilaalchisuun Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa waamtee gaafatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58482805?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

Reeffi 30'tti siqu baatii dura laga Takkazee keessatti argamuu isaa hordofee Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa Kaartumitti argamu waamtee gaafachuun ishee himame.
Barattoonni Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoramuuf Yunivarsiitii Mattuu seenanii sadi qoccollaa saalaa raawwachuusaaniin qormaatarraa gaggeeffamaniiru.
Maaltu mudate?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c3355kmdl8no?at_campaign=ws_whatsapp
Maaltu mudate?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c3355kmdl8no?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Barattoota kutaa 12ffaa qoccollaa saalaan qormaata biyyaalessarraa ari'aman
Barattoonni Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf Yunivarsiitii Mattuu seenan sadi qoccollaa saalaa raawwachuun qormaatarraa ari'aman
🇺🇸 Tarkaanfii Pirezidant Tiraampiin lammiileen miiliyoona 14 lubbuu akka dhabuu malan gabaasni mul'ise. 👇
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cqx22d3qwjvo?at_campaign=ws_whatsapp
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cqx22d3qwjvo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Sababii haqamuu deeggarsa USn waggoota shan dhufanitti namoonni mil. 14 du'u danda'u jedhame
Namoota umuriisaanii malee sababii kanaan lubbuunsaanii darbu keessaa nuusni daa'imman akka ta'e qorannichi ifoomseera.
'Qaroo Booraanaa' jedhamuun kan beekamu Jaatanii Alii bara 1992 guyyaa har'aa ajjeefame.
"Gaaddisi dawoo gosaa waa nurraa cabuu hin malle;
Jaatanii Alii Tandhuu biyyeen si dhawuu hin malle," jechuun kan sirbameef Jaatanii Alii eeenyu?
👇🏿
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57819659?at_campaign=ws_whatsapp

'Qaroon Booranaa' Jaatanii Alii Tandhuu eenyu turan? Ganna hedduun booda ammallee maaliif leellifamu?
Jaatoo fi Shaalaqaan maqaa hawaasni ittiin yaamu. Maqaan warri baasaniif Jaatanii Alii Tandhuuti. Gaggeessaan Booranaa duraanii ''jireenya isaa guutuu uummata isaaf jiraate'' jedhamu kun har'allee hawaasa Booranaa fi uummata Oromoo biratti guddoo jajama.
🩺💊 Akka gabaasni jedhutti, Itoophiyaatti ganna tokkotti qofa namoonni haaraan dhukkuba kaansariin qabaman 80,300 ta'u.
Isaan keessaa 55,000 ammoo ni du'u jedha. Furuuf maaltu yaadame?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cnvmml5e92do?at_campaign=ws_whatsapp
Isaan keessaa 55,000 ammoo ni du'u jedha. Furuuf maaltu yaadame?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cnvmml5e92do?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan waldhaansa kaansarii addunyaatti yaaddoo ta'aa dhufee fooyyessuuf waan hojjataa jirtu
Itoophiyaan waldhaansa dhukkuba kaansarii fooyyessuuf dhimmamtee hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Itoophiyaa Dr. Maqdas Dhaabaa himan.
Ertiraan humna waraanaa ishee cimsachuun Itoophiyaan akka hin tasgabboofne gochaa jiraachuu gabaasi mul'ise. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crmv4p241l2o
BBC News Afaan Oromoo
Ertiraan waraanashee cimsaa Itoophiyaan akka hin tasgabboofne taasisaa jirti- gabaasa
Eritraan uggurri meeshaa waraanaa irra kaa'amee ture kaafamuu hordofee waraanashee deebiiftee cimsuudhaan naannichaatti, keessattuu Itoophiyaatti tasgabbiin akka hin jiraannee taasisaa jirti jedhe gabaasni dhaabbanni mit-mootummaa Ameerikaa baasee tokko.…