Telegram Web Link
Finfinnee bakka bu'uun paarlaamaaf kan filataman eenyu fa'i?

Ibsa waa'ee suuraa, (Gubbaa bitaarraa) Dr Injinar Silashii Baqqalaa, Dr Liyaa Taaddasaa, Amb. Diinaa Muftii, Daaqon Daani'eel Kibrat, Daagimaawiiti Mogas, Zaadiig Abrahaa, Dr Yinaagar Dasee, Pirof. Hiiruut W/Maariyaam, Diilaamoo Atoree

Filannoo baranaatiin Paartiin Badhaadhinaa teessuma Paarlaamaa 436 keessaa 410 kan mo'ate yoo ta'u, kanaanis teessuma waggoota shanan ittaanuuf mootummaa hundeessuu dandeessisu argateera.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
123456 - paaswordiin kee hangam cimaadha?

Lakkoofsa akka '123456', 'password123' ykn lakkoofsa bilbilaakee furtuu akkaawuntii itti seentu gootee fayyadamtaa?
Akkas goonaan kophaakee hinjirtu. Addunyaarratti jecha 'password' jedhu mataasaa namoonni hedduun akka paaswordiitti itti fayyadamu.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
2025/07/13 18:50:16
Back to Top
HTML Embed Code: