Qondaalli olaanaa Gamtaa Awurooppaa Itoophiyaarra qoqqobbiin akka kaa'amu yaada dhiheessan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57817373
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57817373
BBC News Afaan Oromoo
Qondaalli olaanaa Gamtaa Awurooppaa Itoophiyaarra qoqqobbiin akka kaa'amu yaada dhiheessan
Gaggeessaan Imaammata Alaa Gamtaa Awurooppaa Hoseph Boreel rakkoo Naannoo Tigraay jirun walqabatee miseensonni gamtichaa Itoophiyaa qoqqobuu akka yaadan yaada dhiheessaniiru.
Hookkara Afriikaa Kibbaa: Yoo xiqqaate namoonni 30 ta'an du'an
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57816229
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57816229
BBC News Afaan Oromoo
Hookkara Afriikaan Kibbaatiin yoo xiqqaate namoonni 72 du'an - BBC News Afaan Oromoo
Erga Pirezidaantiin duraanii hidhamanii booda hookkara Afriikaa Kibbaa keessatti mudateen yoo xiqqaate namoonni 72 ta'an du'an.
Waraana Tigraay: Itoophiyaan murtee Mana Maree Mirga Namoomaa UN 'yeroo isaa kan hin eegne' jette
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57826039
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57826039
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan murtee Mana Maree Mirga Namoomaa UN 'yeroo isaa kan hin eegne' jette - BBC News Afaan Oromoo
Mootummaan Itoophiyaa yaada murtee Gamtaan Awurooppaa dhimma Tigraay ilaalchisee Mana Maree Mirga Namoomaa UN'f dhiyeessee sagalee caalmaan fudhatama argateen ''yeroo isaa kan hin eegnee fi dantaa siyaasaa of duubaa kan qabu'' jechuun balaaleffate.
❤1
Hidha Haaromsaa: Masrii fi Sudaan gara mariitti akka deebi'an Itoophiyaan gaafatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57779697
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57779697
BBC News Afaan Oromoo
Masrii fi Sudaan 'qajeelummaan' gara mariitti akka deebi'an Itoophiyaan gaafatte - BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan Masrii fi Sudaan dhimma Hidha Haaromsaa irratti marii jaarsummaa Gamtaa Afrikaan hogganamu jalatti akka deebi'an waamicha dhiyeessite.
Waraana Tigraay: Baqattoonni Eertiraa Tigraay jiran 'haleellaa haaloo bahumsaaf saaxilaman' jedhe UN
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57779699
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57779699
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Baqattoonni Eertiraa Tigraay jiran 'haleellaa haaloo bahumsaaf saaxilaman' jedhe UN
Baqattoonni Eertiraa Tigraay jiran wayita waraanaa qaama tokko ykn kaaniif loogdaniittu jedhamuun haleellaa, ukkaamfamuu fi hidhaaf saaxilamuu isaanii gabaasaaleen amanamoon na gahaniiru jedhe UN.
Loltoota Daa'immanii: Daa’imman hidhatan waraana Tigraay keessa mul’achuufi gaaffii kaase
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57831654
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57831654
BBC News Afaan Oromoo
Loltoota Daa'immanii: Daa’imman hidhatan waraana Tigraay keessa mul’achuun gaaffii kaase
Dhiyeenya kana miidiyaan biyya Ameerikaa New York Times gabaasa dhiyeesse keessatti suuraalee hedduu fayyadame keessaa tokko, ijoolleen umuriin isaanii xixiqqaafi loltummaaf hin geenye fakkaatan meeshaa waraanaa qabatanii wayita imalan kan mul'isu ture.
Namoota achi buuteen isaanii dhabame iyyaafachuu eegaluuf jedhe Komiishiniin Mirgoota Namoomaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57829579
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57829579
BBC News Afaan Oromoo
Namoota achi buuteen isaanii dhabame iyyaafachuu eegaluuf jedhe Komiishiniin Mirgoota Namoomaa
Namoota achi buuteen isaanii wallaalamee iyyannoon hedduun isa dhaqqabaa akka jiru fi barbaacha eegaluuf akka ta'e Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa beeksise.
Ajjeechaa Hacaaluu Hundeessaa: Xilaahun Yaamii du'aan akka adabamu Abbaan Alangaa gaafate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57845866
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57845866
BBC News Afaan Oromoo
Ajjeechaa Hacaaluu Hundeessaa: Xilaahun Yaamii du'aan akka adabamu Abbaan Alangaa gaafate
Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa raawwachuusaa manni murtii kan mirkaneesse Xilaahun Yaamii du'aan akka adabamu Abbaan Alangaa gaafate.
Waraana Tigraay: Naannoleen Itoophiyaa raayyaa tumsuuf humna addaa gara Naannoo Tigraayitti ergaa jiru
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57846022
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57846022
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Naannoleen Itoophiyaa raayyaa tumsuuf humna addaa gara Naannoo Tigraayitti ergaa jiru
Naannoleen Itoophiyaa garaa garaa Raayyaa Ittisa Biyyaa tumsuuf humnoota addaa isaanii gara Kaaba Itoophiyaa baatii saddeet darbeef lolli itti adeemsifama jirutti ergaa akka jiran beeksisan.
Hokkora Afrikaa Kibbaan lammiileen Itoophiyaa miidhaman jiru
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57857779
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57857779
BBC News Afaan Oromoo
Hokkora Afrikaa Kibbaan lammiileen Itoophiyaa miidhaman jiru - BBC News Afaan Oromoo
Hokkoraa fi hiriira mormii Afrikaa Kibbaatti umameen lammiileen Itoophiyaa lubbuun isaanii darbe akka hin jirre Ambaasaaddar Shifarraaw Taklamaariyaam himan.
Somaaliyaa: Namtichi intala buddeenaasaa gudeede du'aan adabame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57832098
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57832098
BBC News Afaan Oromoo
Somaaliyaa: Namtichi intala buddeenaasaa gudeede du'aan adabame
Kibba bulchiinsa Somaaliyaa Jubaalaandiitti namtichi intala buddeensaa kan waggaa sadii gudeeduun du'aaf saaxile itti dhukaafamuu akka du'u taasifame.
Hidhaan seeraan alaafi dararri namoota nagaarra gahuu akka dhaabbatu dhaabbileen mirga namaaf falman gaafatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57852485
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57852485
BBC News Afaan Oromoo
Hidhaan seeraan alaafi dararri namoota nagaarra gahuu akka dhaabbatu dhaabbileen mirga namaaf falman gaafatan
Waraana Tigraayiin walqabatee magaalaa Finfinnee dabalatee bakka adda addaatti namoota akka feeteen hidhuufi dararuun qaamolee mootummaan raawwatu akka dhaabatu dhaabbileen mirga namoomaaf falman gaafatan.
'Amantiin koo rakkoo saba koof akkan dubbadhu na dirqamsiisa'-Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57660593
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57660593
BBC News Afaan Oromoo
'Amantiin koo rakkoo saba koof akkan dubbadhu na dirqamsiisa'-Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa
Barsiisaa amantii Islaamaa kan ta'an Ustaaz Raayyaa Abbaa maccaa, yeroo baayyee manzuumaa hojjetan keessatti rakkoo hawaasa kaasuun beekamu.
Waraana jalaa miliquuf lammileen Tigraayirraa tibbana Sudaanitti baqatan maal jedhu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57861313
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57861313
BBC News Afaan Oromoo
Waraana jalaa miliquuf lammileen Tigraayirraa tibbana Sudaanitti baqatan maal jedhu?
Halkan hunda dargaggoonni daangaa eegumsa cimaa qabu qaxxaamuruun, laga saffisaan yaa’u daakanii Sudaanitti miliqu.
Balaan lolaa Jarmaniitti mudate yoo xiqqaate namoota 80 galaafate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57861183
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57861183
BBC News Afaan Oromoo
Balaan lolaa Jarmaniitti mudate yoo xiqqaate namoota 80 galaafate - BBC News Afaan Oromoo
Balaa lolaaJarmanii mudateen dhibbaan kan lakkaa'aman du'uutu himame, Neezarlaands fi Beeljiyam keessattis namoonni hedduun du'uutu himame.
Dhaabbileen idil-addunyaa afur dhorkamuu Addis Standard morman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57854338
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57854338
BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbileen idil-addunyaa afur dhorkamuu Addis Standard morman
Hayyamni maxxansaa marsariitii Addis Standard Finfinnee kan ta'e Miidiyaa Jaakeen yeroof jedhamuun dhorkuu hordofee dhaabbileen adda addaa mormiisaanii dhageessisan.
Tarkiin diroonota Itoophiyaaf dhiyeessaa jirti jedhamuun ‘dhara’ jette
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57863094
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57863094
BBC News Afaan Oromoo
Tarkiin diroonota Itoophiyaaf dhiyeessaa jirti jedhamuun ‘dhara’ jette - BBC News Afaan Oromoo
Tarkiin xiyyaarota nama maleeyyii (diroonii) kaayyoo tajaajila raayyaa Itoophiyaaf dhiyeessaa jirti jedhamuun ‘’dhara’’ jedhe Itoophiyaatti Imbaasiin Tarkii.
WhatsApp namoonni bilbila malee ergaa akka dabarsan dandeessisuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57854337
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57854337
BBC News Afaan Oromoo
WhatsApp namoonni bilbila malee ergaa akka dabarsan dandeessisuuf
WhatsApp maamiltoonni yeroo jalqabaatiif mala bilbilsaanii malee ergaa akka wal jijjiruu dandeessisan hojiirra oolchuuf yaali jalqabe.
Hajjii bara kanaa irratti namoota 60,000 qofatu akka hirmaatan hayyamame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57867574
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57867574
BBC News Afaan Oromoo
Hajjii baranaa namootni 60,000 qofti irratti hirmaatan suuraan - BBC News Afaan Oromoo
Hajjii bara kanaa kan namootni Saawdii jiraatan 60,000 qofti irratti hirmaachuuf hayyama argatan maal akka fakkaatu suuraan.