Lola Tigiraay: Daandiin Jibuutiirraa Finfinnee geessu cufamuun himame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57984536
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57984536
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaa: Daandiin Jibuutiirraa Finfinnee geessu cufamuun himame
Daaniin guddaan Jibutiirraa Finfinnee geessu, akkasumas daandiin baaburaa ulaa galaanaa Jibutiirraa meeshaalee gara Finfinneetti geessu cufachuusaa bulchaan naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammad Roohitarsitti himan.
Lola Tigraay: Abbaan Alangaa Janaraal Tsaadiqaan dabalatee qondaaltoota waraanaa TPLF 74 irratti himannaa bane
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999509
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999509
BBC News Afaan Oromoo
Lola Tigraay: Abbaan Alangaa Janaraal Tsaadiqaan dabalatee qondaaltoota waraanaa TPLF 74 irratti himannaa bane
Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa qondaaltoota waaraanaa olaanoo TPLF 74 irratti mootummaa federaalaa humnaan diiguuf yaalu jechuun yakka shororkeessummaan himate.
Keeniyaafi UKn al-Shabaab waliin loluuf waliigalteerra gahan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999510
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999510
BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaafi UKn al-Shabaab waliin loluuf waliigalteerra gahan - BBC News Afaan Oromoo
Keeniyaafi Yunaayitid Kingidam (UK) yaaddoo gareen al-Shaabaab Somaaliyaa irraan gahaa jiru hir'isuuf kan dandeessisu waliin ta'anii ittisuuf waliigaltee mallaatteessan.
Lola Tigraay: Itoophiyaan hawaasni addunyaa 'yakkawwan' TPLF itti-fufee raawwachaa jiru osoo arguu callisuun naaf gaaffiidha jette
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57984537
https://www.bbc.com/afaanoromoo/57984537
BBC News Afaan Oromoo
Lola Tigraay: Itoophiyaan hawaasni addunyaa 'yakkawwan' TPLF itti-fufee raawwachaa jiru osoo arguu callisuun naaf gaaffiidha jette
Mootummaan Itoophiyaa osoo Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigiraay (TPLF) 'yakkawwan' gara garaa itti-fufee raawwachaa jiruu argee callisuu filachuun hawaasa addunyaa gaaffii natti ta'aa jira jedhe.
Siwiidin ajjeechaa jumlaa hidhamtoota Iraan bara 1988'f lammii Iraan tokko himatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999511
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57999511
BBC News Afaan Oromoo
Siwiidin ajjeechaa jumlaa hidhamtoota Iraan bara 1988'f lammii Iraan tokko himatte
Lammiin Iraan Haamid Nuur jedhamun himame kunis ajjeechaa jumlaa namoota wayita wal waraansa Iraan fi Iraaqiitti hidhaa irra turaniitiin himannaan irratti baname.
Kubbaaniyyaan meeshaa waraanaa oomishu haleellaa raawwatameef beenyaa doolaara miil. 33 kaffale
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57996269
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57996269
BBC News Afaan Oromoo
Kubbaaniyyaan US meeshaa waraanaa oomishu beenyaa doolaara miil. 33 kaffale - BBC News Afaan Oromoo
Kubbaaniyyaan meeshaa waraanaa kan hidhattoonni ittiin mana barumsaa US keessatti haleellaa raawwatan oomishe, maatii barattoonni jalaa miidhamaniif beenyaa doolaara miiliyoona 33 kaffale.
Qondaalli poolisii US, Koloraadoo shakkamaa dhaabuun itti dhukaasuuf waan doorsiseef to'atame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58008454
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58008454
BBC News Afaan Oromoo
Qondaalli poolisii US, Koloraadoo shakkamaa dhaabuun itti dhukaasuuf waan doorsiseef to'atame
Qondaalli poolisii Koloraadoo kun osoo nama to'annaa jala oolcheen ''yoo sochoote sittan dhukaasa'' jechuun doorsisuu viidiyoon waraabame argame.
Tookiyoo 2020: Olompikii Tookiyoon atileetonni Itoophiyaa yoom, maaliin dorgomu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58008918
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58008918
BBC News Afaan Oromoo
Olompikii Tookiyoon atileetonni Itoophiyaa yoom, maaliin dorgomu? - BBC News Afaan Oromoo
Gosoota dorgommii ispoortii 33 olompikii Tookiyoo irratti taasifaman keessaa Itoophiyaan afur irraati hirmaatti. Isaanis atileetiksii, Bishkiliitii, Daaka bishaanii fi Tekuwaandoodha. Dorgommiiwwan kunneen yoom adeemsifamu?
Hogganaan deeggarsa namoomaa UN haaraan Itoophiyaa dowwachuu eegalan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58008456
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58008456
BBC News Afaan Oromoo
Hogganaan deeggarsa namoomaa UN haaraan Itoophiyaa dowwachuu eegalan
Mootummoota Gamtoomaniitti Hogganaan Dhimmoota namoomaa fi Qindeessaa Deeggarsa Yeroo Balaa, Maartiin Giriifiitis dowwannaa guyyoota jahaa Itoophiyaatti taasisan har'a eegalan.
Waraana Tigraay: Naannoon Amaaraa lola jajjabaatti jiraachuu hime, maagalotni to'atamuu haale
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57996271
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57996271
BBC News Afaan Oromoo
Daangaa naannolee Amaaraafi Tigraay irratti lolli cimaan gaggeeffamaa jira - BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraa iddoowwan Tigraay waliin waldaangessanitti adda waraanaa sadi irratti waraanni jajjabaan gaggeeffamaa jiraachuu mootummaan naannoo Amaaraa beeksiseera.
Rakkoo xiyyaar-samii Raashiyaan Buufatni Hawaa Idil - addunyaa karaarraa maqe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58022623
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58022623
BBC News Afaan Oromoo
Rakkoo xiyyaar-samii Raashiyaan Buufatni Hawaa Idil - addunyaa karaarraa maqe
Buufatni Hawaa Idil - addunyaa (ISS) erga xiyyaar-samiin Raashiyaa dhiyeenya achi buufatte haala hin eegamneen annisaa baaste booda, buufaticha rakkoon mudachuu aanga'oonni himan.
Dubartootaa: Jaalala koompiitaraa daa'imummaa hanga haadha qabeenyaa dhaabbata teeknoolojii idil-addunyaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58019250
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58019250
BBC News Afaan Oromoo
Dubartootaa: Jaalala koompiitaraa daa'imummaa hanga haadha qabeenyaa dhaabbata teeknoolojii idil-addunyaa
Daa'imummaan 'kompiitar pirogiraamiing' kan eegalte dhalattuun Itoophiyaa Yoodiit Yasfaayee amma haadha qabeenyaa dhaabbata Teekinoolojii idil-addunyaati.
Covid-19: Pirezidant Baayidan kanneen talaallii fudhataniif dolaarri 100 akka kennamu waamicha dhiheessan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58022738
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58022738
BBC News Afaan Oromoo
Covid-19: Pirezidant Baayidan kanneen talaallii fudhataniif dolaarri 100 akka kennamu waamicha dhiheessan
Pirezidantiin US hojjettoonni federaalaa hundi akka talaalfaman yookiin qoratamuun akka dirqama ta'u ajajaniiru.
Waraana Tigraay: 'Qaamoleen wal-waraanan hatattamaan dhukaasa dhaabanii mariitti seenuu qabu'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58023531
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58023531
BBC News Afaan Oromoo
'Qaamoleen wal-waraanan hatattamaan dhukaasa dhaabanii mariitti seenuu qabu' - US - BBC News Afaan Oromoo
Qaamoleen waraana Kaaba Itoophiyaa keessaa harka qaban haal-duree tokko malee, hatattamaan waliigaltee dhukaasa dhabuurra gahu qabu jette Ameerikaan.
Waraana Tigraay: Konkolaataawwan deeggarsaa 200 ol Samaraa irraa gara Maqaleettii deemaa jiru jedhame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58031011
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58031011
BBC News Afaan Oromoo
Konkolaataawwan deeggarsaa 200 ol Samaraa irraa gara Maqaleettii deemaa jiru jedhame - BBC News Afaan Oromoo
Daangaa naannoo Affaarii fi Tigraayittii lola tureen torban muraasaaf deeggarsi gara naannoo Tigraay adeemu addaan citee turus, har’a konkolaataawwaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa gara Maqaleetti socho’uu jalqabuun ibsameera.
Samaantaa Paawor፡ Hoggantuun USAID dhimma Tigraay ilaalchisuun dhiibbaa dippilomaasii taasisuuf Itoophiyaa daawwachuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58014701
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58014701
BBC News Afaan Oromoo
Samaantaa Paawor፡ Hoggantuun USAID dhimma Tigraay ilaalchisuun dhiibbaa dippilomaasii taasisuuf Itoophiyaa daawwachuuf
Hoggantuu dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa, USAID, Samaantaa Paawor daawwannaa hojiif gara Itoophiyaafi Sudaanitti akka imaluuf jiran dhaabbatichi beeksiseera.
Itoophiyatti wal’aansi baqaqsanii yaaluu onnee inni jalqabaa akkamiin raawwate?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58033312
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58033312
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyatti wal’aansi baqaqsanii yaaluu onnee inni jalqabaa akkamiin raawwate?
Wiixata 18/2013 A.L.I, wal’aansi baqaqsanii yaaluu ‘’Itoophiyaa keessatti kana dura tahee hin beeku,’’ jedhame taasifameera.
Hojjetaan UN Obbo Getaachaw Raddaa waliin mul’atan akkamiin biyyaa bahan?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58039198
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58039198
BBC News Afaan Oromoo
Hojjetaan UN Obbo Getaachaw Raddaa waliin mul’atan akkamiin biyyaa bahan?
Qondaala dhaaba mootummaan federaalaa shororkeessaa jedhee labsee kan tahan Obbo Getaachaw Raddaa waliin suuraa miidiyaa hawaasaa irratti naanna’aa ture irratti kan mul’atan, hojjetaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa (WFP) gara biyya biraatti jijjiiraman.
Israa’el Iraan doonii boba’aa geejibu haleelteetti jechuun himatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58040271
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58040271
BBC News Afaan Oromoo
Israa’el Iraan doonii boba’aa geejibu haleelteetti jechuun himatte
Israa’el Iraan doonii boba’aa deddeebisu haleelteetti, kanaanis lammiileen Biriitiish tokkoofi Roomaaniyaa tokko ajjeefamaniiru jechuun himatti
Erdoogaan Tarkiin Itoophiyaadhaaf deeggarsa gosa kamiyyu ni taasifti jedhan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58050993
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58050993
BBC News Afaan Oromoo
Erdoogaan Tarkiin Itoophiyaadhaaf deeggarsa gosa kamiyyu ni taasifti jedhan
Pirezidaantiin Tarkii Rasiip Xaayiip Erdoogaan, biyyisaanii Itoophiyaadhaaf deeggarsa kamiyyu ni taasifti jedhan.