Mootummaan Jabuutii walitti bu'insa saboota Somaaleefi Affaar biyyattii keessatti mudate balaaleeffate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58050994
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58050994
BBC News Afaan Oromoo
Mootummaan Jabuutii walitti bu'insa saboota Somaaleefi Affaar biyyattii keessatti mudate balaaleeffate
Motummaan Jabuutii walitti bu'iinsa gareewwan saboota Somaaleefi Affaar Jabuutii keessa jiraatan jiduutti dhiheenya kana kutaalee magaalaa guddoo Riippablika Jabuutiitti mudate cimsee akka balaaleeffatu beeksiise.
Waraana Tigraay: Mootummaan haaldureewwan TPLF dhiyeesse irratti maal jedhe?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061601
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061601
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Mootummaan haaldureewwan TPLF dhiyeesse irratti maal jedhe?
Janaraal Tsaadiqaan Gabratansaa'i turtii Wiixta BBC News Hour waliin taasisaniin, gareen TPLF dhiheenya kana maaliif naannoolee ollaa Affaariifi Amaaraatti haleellaa babalisaa akka jiru, akkasumas eegeereen Tigraayiifi ummata naannichaa maal akak ta'urratti…
Koronaavaayiras: Itoophiyaaatti mudannoo namoota 'koronaan dhukkuba dabalataaf isaan saaxilee'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061782
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061782
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayiras: Itoophiyaaatti mudannoo namoota 'koronaan dhukkuba dabalataaf isaan saaxilee'
Namoonni koronaavayirasiin qabamanii bayyanatan dhukkuba biraaf saaxilamuun dubbii ijoo tahaa jira. Haaluma kanaan namoota rakkoon akkasii isaan mudate lama gaafanneerra.
Cilee gurguruu irraa hamma humna qilleensaa keessa tajaajiluutti- Dargaggoo Zaambiyaa Biwaalyaa Kaatoongoo
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58064592
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58064592
BBC News Afaan Oromoo
Cilee gurguruu irraa hamma humna qilleensaa keessa tajaajiluutti- Dargaggoo Zaambiyaa Biwaalyaa Kaatoongoo
Biwaalyaa Kaatoongoo lammii Zaambiyaa yoo tahu, barnoota isaa yunvarsiitii xumuree erga eebbifamee hojii dhabee ture. Sababa hojii barnoota isaan dhabeen waggootaaf cilee gurguraa ture.
Itoophiyaan caalbaasii hayyama tajaajila Itiyoo-telekoom lammaffaa baasuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061603
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061603
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan caalbaasii hayyama tajaajila Itiyoo-telekoom lammaffaa baasuuf
Itoophiyaan baatii dhufaatti caalbaasii hayyama tajaajila Itiyoo-telekoom lammaffaa baasuuf akka jirtuu Rooyitarsi qondaaltoota mootummaa olaanoo lama waabeeffachuun gabaase.
Afgaanistaan: Taalibaan magaalaa murteessituu haleeluu hordofee lolli hammaachaa jira
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58014708
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58014708
BBC News Afaan Oromoo
Taalibaan magaalaa murteessituu haleeluu hordofee lolli hammaachaa jira - BBC News Afaan Oromoo
Waraanni magaalaa murteessituudha jedhamte gidduutti jalqabameefi sodaachisaadha jedhame mootummaa Afgaanistaaniifi hidhattoota Taalibaan gidduutti gaggeefamaa jira. Taalibaan ammoo waggootaan booda yeroo jalqabaatiif magaalaa araddaa gadhiisisuu danda'a…
Haacaaluu Hundeessaa: Himatamaa tokkoffaa Xilaahun Yaamii hidhaa umurii guutuun adabame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58064593
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58064593
BBC News Afaan Oromoo
Haacaaluu Hundeessaa: Himatamaa tokkoffaa Xilaahun Yaamii hidhaa umurii guutuun adabame
Ajjeecha Weellisaa Haacaaluu Hundeessaatiin kan himatame Xilahun Yaamii hidhaa umrii guutuu adabamU manni Murtii federaalaa murteesse.
Maanguddoon taankiin bara waraana addunyaa lammaffaa qe'eesaaniitii argame adabaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58080202
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58080202
BBC News Afaan Oromoo
Maanguddoon taankiin bara waraana addunyaa lammaffaa qe'eesaaniitii argame adabaman
Maanguddoon lammii Jarman soorama bahan tokko taankii dabalatee meeshaalee waraanaa hedduu qaban, meeshaalee waraanaa seeran ala qabachuun balleessaan itti murame.
Dhalattootni Tigraay 'eenyummaa keenyaan daraaramaa jirra' jechuun komatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58074255
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58074255
BBC News Afaan Oromoo
Dhalattootni Tigraay 'eenyummaa keenyaan daraaramaa jirra' jechuun komatan
Dhalattootni Tigraay hedduun magaalaa Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii adda addaa keessa jiraatan jumlaan hidhamaa, miidhaan qaamaa fi doorsifni irra gahaa akka jiru himatu.
Dooniin UAE irraa kaate hidhattootaan butamuun gara Iraanitti akka deemtu ajajamte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58082962
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58082962
BBC News Afaan Oromoo
Dooniin UAE irraa kaate hidhattootaan butamtee turte gadhiifamte
Dooniin UAE irraa kaate hidhattootaan butamuun gara Iraanitti akka deemtu ajajamtee turte gadhiifamte.
Samaantaa Paawor: 'Finciltoonni TPLF Amaaraafi Affaar keessaa, humnoonni naannoo Amaaraa ammoo Tigraay Lixaa keessaa bahuu qabu'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58082963
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58082963
BBC News Afaan Oromoo
Samaantaa Paawor: 'Finciltoonni TPLF Amaaraafi Affaar keessaa, humnoonni naannoo Amaaraa ammoo Tigraay Lixaa keessaa bahuu qabu'
Finciltoonni Humna Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) naannoo Amaaraafi Affaar keessaa, humnoonni naannoo Amaaraa ammoo Lixa Tigraay keessaa ba'uu qabu jechuun Samaantaa Paawor akeekkachiisan.
Hidhattootni qe'ee ministira humna ittisa Afgaanistaan Kabul jiru haleelan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58064596
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58064596
BBC News Afaan Oromoo
Hidhattootni qe'ee ministira humna ittisa Afgaanistaan haleelan - BBC News Afaan Oromoo
Hidhattootni qe'ee jireenyaa ministera ittisa biyyaa Afgaanistan haleelanii yoo xiqqaate namootni afur ajjeefaman. Ministeerichi garuu qe'ee hin jiran ture.
Waraana Tigraay: Itoophiyaan dhaabbilee deeggarsa namoomaa sadii ji'a sadiif hojiirraa dhorkite
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58084171
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58084171
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Itoophiyaan dhaabbilee deeggarsa namoomaa sadii ji'a sadiif hojiirraa dhorkite
Itoophiyaan dhaabbilee deeggarsaa namoomaa sadii 'ergama dhaabbataniin ala socho'an' baatii sadiif hojiirra ugguruu beeksiste.
Baqattoota Ertiraa Tigraay keessaa baasuun naannoo Amaaraatti dabarsuuf karoorfamuu UN hime
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061606
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58061606
BBC News Afaan Oromoo
Baqattoota Ertiraa Tigraay keessaa baasuun naannoo Amaaraatti dabarsuuf karoorfamuu UN hime - BBC News Afaan Oromoo
Baqattoota lammiilee Ertiraa naannoo Tigraay keessatti argaman baasuudhaaf karoorriwwan yeroo balaa tasaa qophaa'uu Motummaan Gamtooman (UN) beeksiise.
Qindeessaan deeggarsa namoomaa UN daawwannaa Itoophiyaa booda maal jedhan?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58091663
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58091663
BBC News Afaan Oromoo
Qindeessaan deeggarsa namoomaa UN daawwannaa Itoophiyaa booda maal jedhan?
Maartiin Giriifiz guyyoota lamaaf Tigiraayi wayita daawwatan haalli rakkoo namoomaa baayyee hamaan jiraachuu ijaan argu eeraniiru.
'Nuti Lixa Tigraay lafa jedhamu hin qabanne' - Naannoo Amaaraa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58092336
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58092336
BBC News Afaan Oromoo
'Nuti Lixa Tigraay lafa jedhamu hin qabanne' - Naannoo Amaaraa
Naannoon Amaaraa daangaa naannoo Tigraay waliin qabutti waraana humnoota TPLF waliin dhalateen namootni 200,000 qe'eessaaniirraa buqqa'uu beeksise.
Paarkii Inxooxxoo hanga daandii Jibuutiitti dhaabbata pirojektii gurguddoo ijaaru
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58089101
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58089101
BBC News Afaan Oromoo
Paarkii Inxooxxoo hanga daandii Jibuutiitti dhaabbata pirojektii gurguddoo ijaaru
Ministirri Muummee Abiyi Ahimad dhiyootti Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti wayita dhiyaatan raawwiin hojii pirojektoota Itoophiyaatti laafaa ta'uun, qabeenya biyyaa qisaasessa akka jirufi guddina dinagdee biyyattiif qorumsa tokko ta'uu dubbatanii turan.
Samantaa Paawor : Ameerikaan rakkoo Itoophiyaan keessa galtee akka baatu deeggaruu malee 'fedhii gartuu tokkoo hin qabdu'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58095579
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58095579
BBC News Afaan Oromoo
Samantaa Paawor daawwannaa Itoophiyaatti taasifteen waa'ee biyyattii maal jette? - BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbata USAID kan geggeesitu Samantaa Paawor tibbana deeggarsi namoomaa haala ittiin Naannoo Tigraayii fi iddoowwan biroo qaqqabaa jiru akkasumaas haala Nageenyaa Itoophiyaa irratti warra qaamni Ilaalu wajjin dubbachuuf Itoophiyaa turte.
Baangilaadeshitti bakakkaan bu'ee keessummoota cidha irra turan 17 ajjeese.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58064597
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58064597
BBC News Afaan Oromoo
Bakakkaan keessummoota cidharra turan 17 ajjeese - BBC News Afaan Oromoo
Namootni cidhara turan osoo isaan bidiruu irraa bu'anii bakakkaan dedeebiin bu'uun kan ajjeese.
Ameerikaafi Sudaan dhimma Itoophiyaarratti maal mari'atan?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58096995
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58096995
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaafi Sudaan dhimma Itoophiyaarratti maal mari'atan?
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan dhimma yeroo ammaa Itoophiyaa keessa jiruufi waa'ee adeemsa motummaa ce'umsaa Sudaan ilaalchisuun Ministirri Mummee Sudaan Abdallaa Haamdook waliin mari'achun himame.