Dubbi himaan Taalibaan kun bara dheeraaf ifatti bahee mulatee kan hinbeekamne yoo ta'u, amma yeroo jalqabaatiif ummata durattis mul'ate.
Warri Taalibaan erga Afgaanistaan to'atanii booda Kibxata yeroo jalqabaatiif ibsa gaazexeessitootaaf wayita kennanitti dubbi himaan isaanii Zabihullaah Mujahid ture kan hunda caalaa ibsa kennaa ture.
-»@bbcAfaanOromoo ..
========Read more===⤵️l

Telegraph
Dubbi himaan Taalibaan fuulaan hin beekamne dhumarratti mul'ate - BBC News Afaan Oromoo
Sa'aatii 5 dura Madda suuraa, Reuters
Waraana Tigraay, Sudaan: Tarkii fi Itoophiyaan dhimmoota waraanaa fi kaan irratti wal-ta'uuf waliigalan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58263439
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58263439
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay, Sudaan: Tarkii fi Itoophiyaan dhimmoota waraanaa fi kaan irratti wal-ta'uuf waliigalan
Itoophiyaan biyyoota Afrikaa murteessoo keessaa tokko ta’uu himanii, birmadummaan daangaa ishee kabajamuu fi nagaan biyyattii Tarkiif barbaachisaa ta’uu himaniiru.
Buqqaatota Beenishaangul kuma 500 oliif 'gargaarsa dhaqqabsiisuun cimaa ta'eera' - UN
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58263038
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58263038
BBC News Afaan Oromoo
Buqqaatota Beenishaangul kuma 500 oliif 'gargaarsa dhaqqabsiisuun cimaa ta'eera' - UN
Naannoo Beenishangul Gumuz keessa buqqaatonni kuma 540 ta’an yoo jiraatan Nannoo Kibbaa keessa ammo jiraattoonni miiliyoona 1.4 ta’an gargaarsi akka isaan barbaachisu UN ibseera.
Afgaanistaan: Eenyummaa gaggeessitoota Taalibaan keessa jiranii beektuu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231311
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58231311
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Eenyummaa gaggeessitoota Taalibaan keessa jiranii beektuu?
Taalibaan "mootummaa hammataa ta'e" hundeessuufan jira jedhe. Garuu caasaan isaa yeroo ammaa maal fakkaata? Gareen kun dursaa olaanaa, mana maree miseensota 26 of keessaa qabuufi kan hojiiwwan gara garaa to'atu "kaabinee ministeerota " qaba.
Afgaanistaan: Seerri Shari’aa maali? Seera kanaan gochaawwan yakka tahan maal fa’i?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58259084
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58259084
BBC News Afaan Oromoo
Afgaanistaan: Seerri Shari’aa maali? Seera kanaan gochaawwan yakka tahan maal fa’i?
Shari’aan maddisaa Quraana haa tahuyyuu malee hiikaa isaa irratti garuu hayyoonni Islaamaa gurguddoon irratti hirmaatu. Adeemsi kunis ‘Fatwaa’ jedhamuun beekama.
Afgaanistaan: Taaliibaan lammiileen Afgaanistaan akka gara buufata xiyyaaraa hin galle dhorke
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58253747
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58253747
BBC News Afaan Oromoo
Taaliibaan lammiileen Afgaanistaan gara buufata xiyyaaraa akka hin galle dhorke - BBC News Afaan Oromoo
Taaliibaan erga Kaabul to'atee lammiilee Afgaanistaan sodaatanii biyyaa bahuuf gara buufata xiyyaaraa deeman akka hin seenne dhorke.
Lammiin Ameerikaa tokkollee Kaabuul keessatti hin hafu jedhan Baayidan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58266193
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58266193
BBC News Afaan Oromoo
Lammiin Ameerikaa tokkollee Kaabuul keessatti hin hafu jedhan Baayidan
Pireezidant Joo Baayidan loltoonni Ameerikaa guyyaa akka bahan itti himame caalaa turuu danda’u, sababiinsaa immoo Taalibaan namoota achii bahuu barbaadan buufata xiyyaaraa Kaabuul akka hin geenye gochaa ijaa jiruufi jedhan.
Ashraaf Gaanii: Pireezidantiin Afgaanistaan biyyaa baqatan UAE qubatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265691
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265691
BBC News Afaan Oromoo
Ashraaf Gaanii: Pireezidantiin Afgaanistaan biyyaa baqatan UAE qubatan
Tokkummaan Eemireetota Arabaa(UAE) pireezidantii Afgaanistaan Ashraaf Gaaniifi maatii isaanii namooma irratti hundaa'uun simachuu beeksise.
Gaazexeessaan Eertiraa waggoota digdamaaf hidhame akka gadhiifamuuf UN gaafate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265603
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265603
BBC News Afaan Oromoo
Gaazexeessaan Eertiraa waggoota digdamaaf hidhame akka gadhiifamuuf UN gaafate - BBC News Afaan Oromoo
Gaazexeessaan Ertiraa murtii tokko malee waggoota digdamaaf hidhame Daawwit Yisihaaq atattamaan akka hiikamuuf ogeessonni dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) gaafatan.
Waraana Tigraay: Barreessaa ol-aanaan UN Itoophiyaatti marii siyaasaan waldhabdeen akka furamu gaafatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58278356
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58278356
BBC News Afaan Oromoo
Antooniyoo Guutereez Itoophiyaatti dhukaasni atattamaan akka dhaabbatuuf gaafatan - BBC News Afaan Oromoo
Antooniyoo Guutireez Itoophiyaatti nageenyi akka bu'uuf jalqaba dhukaasni dhaabbachuun mariin siyaasaa gaggeefamuu akka qabu gaafatan.
Waraana Tigraay: Wanti ganna 20 dura lammilee Eertiraarra gahe amma dhalattoota Tigraayirra gahaa jiraa?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58273788
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58273788
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Wanti ganna 20 dura lammilee Eertiraarra gahe amma dhalattoota Tigraayirra gahaa jiraa?
Sadaasa 2020 keessa waldhabdee Tigraay keessatti uumame booda, Itoophiyaa naannoolee adda addaa keessa kan jiraatan dhalattoonni Tigraay, eenyummaa keenya irratti hundaa’uun haleellaan nurra ga’aa jira jedhu.
Waraana Tigiraay: Magaalaa Dabre Taaboritti haleellaa meeshaa guddaan gaggeeffameen miseensa maatii tokkoo keessaa shan ajjeefaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265606
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58265606
BBC News Afaan Oromoo
Dabre Taaboritti haleellaa meeshaa guddaan gaggeeffameen mana tokkoo namoonni shan ajjeefaman - BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraa, godina Gondar Kibbaa magaalaa Dabre Taabor keessatti haleellaa meeshaa waraanaa guddaan gaggeeffameen miseensa maatii tokko keessaa shan ajjeefamuun himame.
Waashingitan DC: Namichi US Kaappitaal Hiil cinaatti boombii qabatee sodaachisaa to'atame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58279984
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58279984
BBC News Afaan Oromoo
Namichi US Kaappitol Hiil cinaatti boombii qabatee sodaachisaa ture to'atame - BBC News Afaan Oromoo
Namichi gamoo Kongiraansii Ameerikaa Waashingitan DC jiru, Kaappitol Hiil cinaatti boombiidhaan sodaachise to'annoo jala oole.
Waraana Tigraay: Furmaanni waldhabdee daangaa Amaaraafi Tigiraay waraanaanimoo seeraan?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58022198
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58022198
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Waldhabdee daangaa Amaaraafi Tigraayiif furmaanni waraanaan moo seeraan?
Yeroo ammaa kanatti daanga naannoolee Amaaraafi Affaar fi Tigraayiitti waraanni cimaan gaggeeffamaa jira. Waraanni kunis gaaffii daangaalee baroota dheeraaf naannoolee kunneen irratti waldhabaa turan humnaan deebiifachu irratti kan kiyyeeffateedha. Ofii waldhabeen…
Koronaavaayiras: Itoophiyaan qajeelfama COVID-19 ittisuufi to'achuuf bahee hojiirra jiru jijjiirte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58296784
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58296784
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayiras: Itoophiyaan qajeelfama COVID-19 ittisuufi to'achuuf hojiirra jiru jijjiirte
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin du'aniifi kanneen kutaa warra jabaa dhukkubsataniitti dabarfaman haala baayyee rifaasisaa ta'een dabalaa jiraachuu hordofee qajeelfamni weerara dhibee kanaa ittisuufi to'achuuf gargaaru fooyyaa'ee ba'uun…
Itoophiyaa daandii qaxxaamuraa irratti: Garamitti deemuu dandeessi?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58299285
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58299285
BBC News Afaan Oromoo
Dhuguma Itoophiyaan daandii qaxxaamuraa irratti argamtii? - BBC News Afaan Oromoo
Waraanni naannoo Tigraay keessatti jalqabee gara naannolee ollaatti babal'ate namoota kumaatamaan lakkaa'aman akka du'aniifi miliyootaan kan lakkaa'aman ammoo baqachuuf dirqamaniiru.
Lola Tigraay: US waraana Tigraayiin walqabatee hogganaa waraana Ertiraarra qoqqobbii keesse
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58307451
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58307451
BBC News Afaan Oromoo
Lola Tigraay: US waraana Tigraayiin walqabatee hogganaa waraana Ertiraarra qoqqobbii keesse
US waraana Tigraay keessatti gaggeefamaa ture keessatti ''sarbama mirga namoomaa keessatti keessatti hiree qabu'' jechuun hoogganaa waraana Eertiraarra qoqqobbii keesseetti.
Leenjiin 'Gaachana Sirnaa' Oromiyaa keessatti kennamaa jiru maali?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58307452
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58307452
BBC News Afaan Oromoo
Leenjiin 'Gaachana Sirnaa' Oromiyaa keessatti kennamaa jiru maali?
Godinaalee Oromiyaa keessatti caasaa mootummaan leenjiin bu'uura loltummaa ''gaachana sirnaa'' jedhamu kennamuu eegaluu mootummaan naannoo Oromiyaa beeksise.
Itoophiyaatti hojjettoota mootummaa qaala'insa jireenyaa waliin wal'aansoo qabaa jiran
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308730
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308730
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti hojjettoota mootummaa qaala'insa jireenyaa waliin wal'aansoo qabaa jiran
Hojjettootni mootummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessa jiran qaaliyinsi jireenyaa itti hammaachuu BBCtti himan.
Hakainde Hichilema: Pirezidaantii haaraan Zaambiyaa mormitoota Afriikaa jajjabeessan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313616
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313616
BBC News Afaan Oromoo
Hakainde Hichilema: Pirezidaantii haaraan Zaambiyaa mormitoota Afriikaa jajjabeessan
Namoonni siyaasaa yeroo dheeraaf dararaa irra ga'uun abdii kutatan, pirezidaantii Zaambiyaa haaraa kan yeroo ja'a filannoorratti hirmaatanii dhumarratti milkaa'an irraa barachuu qabu.