Waraana Tigraay: Furmaanni waldhabdee daangaa Amaaraafi Tigiraay waraanaanimoo seeraan?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58022198
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58022198
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Waldhabdee daangaa Amaaraafi Tigraayiif furmaanni waraanaan moo seeraan?
Yeroo ammaa kanatti daanga naannoolee Amaaraafi Affaar fi Tigraayiitti waraanni cimaan gaggeeffamaa jira. Waraanni kunis gaaffii daangaalee baroota dheeraaf naannoolee kunneen irratti waldhabaa turan humnaan deebiifachu irratti kan kiyyeeffateedha. Ofii waldhabeen…
Koronaavaayiras: Itoophiyaan qajeelfama COVID-19 ittisuufi to'achuuf bahee hojiirra jiru jijjiirte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58296784
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58296784
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayiras: Itoophiyaan qajeelfama COVID-19 ittisuufi to'achuuf hojiirra jiru jijjiirte
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin du'aniifi kanneen kutaa warra jabaa dhukkubsataniitti dabarfaman haala baayyee rifaasisaa ta'een dabalaa jiraachuu hordofee qajeelfamni weerara dhibee kanaa ittisuufi to'achuuf gargaaru fooyyaa'ee ba'uun…
Itoophiyaa daandii qaxxaamuraa irratti: Garamitti deemuu dandeessi?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58299285
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58299285
BBC News Afaan Oromoo
Dhuguma Itoophiyaan daandii qaxxaamuraa irratti argamtii? - BBC News Afaan Oromoo
Waraanni naannoo Tigraay keessatti jalqabee gara naannolee ollaatti babal'ate namoota kumaatamaan lakkaa'aman akka du'aniifi miliyootaan kan lakkaa'aman ammoo baqachuuf dirqamaniiru.
Lola Tigraay: US waraana Tigraayiin walqabatee hogganaa waraana Ertiraarra qoqqobbii keesse
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58307451
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58307451
BBC News Afaan Oromoo
Lola Tigraay: US waraana Tigraayiin walqabatee hogganaa waraana Ertiraarra qoqqobbii keesse
US waraana Tigraay keessatti gaggeefamaa ture keessatti ''sarbama mirga namoomaa keessatti keessatti hiree qabu'' jechuun hoogganaa waraana Eertiraarra qoqqobbii keesseetti.
Leenjiin 'Gaachana Sirnaa' Oromiyaa keessatti kennamaa jiru maali?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58307452
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58307452
BBC News Afaan Oromoo
Leenjiin 'Gaachana Sirnaa' Oromiyaa keessatti kennamaa jiru maali?
Godinaalee Oromiyaa keessatti caasaa mootummaan leenjiin bu'uura loltummaa ''gaachana sirnaa'' jedhamu kennamuu eegaluu mootummaan naannoo Oromiyaa beeksise.
Itoophiyaatti hojjettoota mootummaa qaala'insa jireenyaa waliin wal'aansoo qabaa jiran
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308730
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308730
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti hojjettoota mootummaa qaala'insa jireenyaa waliin wal'aansoo qabaa jiran
Hojjettootni mootummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessa jiran qaaliyinsi jireenyaa itti hammaachuu BBCtti himan.
Hakainde Hichilema: Pirezidaantii haaraan Zaambiyaa mormitoota Afriikaa jajjabeessan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313616
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313616
BBC News Afaan Oromoo
Hakainde Hichilema: Pirezidaantii haaraan Zaambiyaa mormitoota Afriikaa jajjabeessan
Namoonni siyaasaa yeroo dheeraaf dararaa irra ga'uun abdii kutatan, pirezidaantii Zaambiyaa haaraa kan yeroo ja'a filannoorratti hirmaatanii dhumarratti milkaa'an irraa barachuu qabu.
👍1
Filannoo Itoophiyaa: Somaalee dabalate iddoowwan filannoon duraan hin gaggeeffaminitti Fulbaana 20 gaggeeffamuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58311826
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58311826
BBC News Afaan Oromoo
Iddoowwan filannoon hin gaggeeffamnetti Fulbaana 20 akka raawwatu murtaa'e - BBC News Afaan Oromoo
Bakkeewwan filannoon Waxabajjii 14 itti hingaggeeffamiin hafeetti Fulbaana 20, 2013 akka gaggeeffamuuf murtaa'u boordiin filannoo biyyaaleessaa Itoophiyaa beeksiise.
Waraana Tigraay: USAID himannaa deeggarsi nyaataa 'beekaa' finciltoota Tigraayif kenname jedhu balaaleeffate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58316080?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58316080?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: USAID himannaa deeggarsi nyaataa 'beekaa' finciltoota Tigraayif kenname jedhu balaaleeffate
Dhaabbati deeggarsa namoomaa Idil - Addunyaa US, USAID, himannaa deeggarsi namoomaa ummata Tigraayif kennamaa jiru finciltoota TPLF'f kennamaa jira jedhu balaaleeffate.
'Halkaniin balbala cabsanii nutti seenanii nu dararu'- Baqattoota Itoophiyaa Sa'uudii jiran
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313618?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313618?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
'Halkaniin balbala cabsanii nutti seenanii nu dararu'- Baqattoota Sa'uudii jiran - BBC News Afaan Oromoo
Lammiileen Itoophiyaa Sa'uudii Arabiyaa jiran qaamolee nageenyaa fi poolisoota biyyattiin dararaan itti hammaachuu himatu.
❤1
Koronaavaayiras: Itoophiyaatti weerarri COVID-19 sadaffaan muul’achuu Ministeerri Fayyaa beeksise
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308732?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308732?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaatti weerarri COVID-19 sadaffaan muul’achuu Ministeerri Fayyaa beeksise - BBC News Afaan Oromoo
Weerarri koronaavaayirasii sadaffaan Itoophiyaatti muul'achuu Ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaan ibsaniiru.
Pireezidantiiin duranii Chaad ajjeechaa siyaasaa kuma 40 oliin yakkamaa ta'an hidhaatti du'an
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319735?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319735?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Pireezidantiiin duranii Chaad ajjeechaa siyaasaa kuma 40 oliin yakkamaa ta'an hidhaatti du'an
Pireezidantiin Chaad duraanii bara bulchiinsa isaanii waggaa saddeet keessatti ajjeechaan siyaasaa kuma 40 ol raawwatameera jechuun yakkamaa ta'an hidhaan umrii guutuu itti muramee ture mana hidhaatti lubbuun darbe.
Hogganaan CIA gaggeessaa Taalibaan waliin Kaabulitti icciitiin mariyatan -Miidiyaalee Ameerikaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58323515?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58323515?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Hogganaan CIA gaggeessaa Taalibaan waliin Kaabulitti icciitiin mariyatan -Miidiyaalee Ameerikaa - BBC News Afaan Oromoo
Hogganaan Dhaabbata Basaasaa Ameerikaa CIA gaggeessaa Taaliibaan waliin Wiixata Kaabul keessatti icciitiin walga'uun mariyachuu isaanii miidiyaaleen Ameerikaa gabaasan.
Oromiyaatti namoonni miliyoona lamaa ol 'gargaarsa nyaataa barbaadu'
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308731?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308731?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Oromiyaatti namoonni miliyoona lamaa ol 'gargaarsa nyaataa barbaadu'
Naanoo Oromiyaa Arsii Lixaa, Gujiifi godinaalee Oromiyaa birootti namoonni miiliyoona lamaa ol ta'an deeggarsa midhaan nyaataa akka barbaadan Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksise.
Waraana Tigraay: US fi EUn loltoonni Ertiraa deebi'anii Tigraayitti bobbaafamuutti yaaddahuu himan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319736?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319736?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
US fi EUn loltoonni Ertiraa deebi'anii Tigraayitti bobbaafamuutti yaaddahuu himan - BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaafi Gamtaan Awurooppaa loltootni Eertiraa irra deebiin naannoo Tigraayitti bobbaafamaniiru jechuun yaaddoo ibsan.
Haleellaan Wallagga Bahaatti lubbuu namoota hedduu galaafate akkamiin dhaqqabe?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313687?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313687?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Haleellaan Wallagga Bahaatti lubbuu namoota hedduu galaafate akkamiin dhaqqabe? - BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa kanaan lakkoofsi namoota lubbuu dhabaniifi miidhamanii ifatti taa'uu baatus, namoonni ijaan argineerra jedhan BBCtti akka himanitti, yoo xiqqaate lubbuun namoota 150 darbeera.
Afgaanistaan: Baankiin Addunyaa Taalibaan Afgaanistaan to'achu hordofee biyyattiiirraa maallaqa dhaabe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58326237?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58326237?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Baankiin Addunyaa gargaarsa Afgaanistaaniif taasisuu irraa dhaabe - BBC News Afaan Oromoo
Baankiin addunyaa kana kan beeksise erga Dhaabbati Maallaqaa Idiladdunyaa(IMF) torbee darbe maallaqa Afgaanistaan irraa kutuu ibseeti.
Waraana Tigraay: Haleellaa Raayyaa Qobboo, Agamsatti raawwatame jedhame keessa kanneen turan maal jedhu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308733?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308733?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa Raayyaa Qobbootti raawwatame jedhame keessa kanneen turan maal jedhu? - BBC News Afaan Oromoo
Lola naannoo Tigraay keessatti jalqabamee gara naannolee ollaa Amaaraafi Affaaritti babal'ateen miidhaawwan gurguddaan namaafi qabeenyaarra gahaa jiraachuu odeeffannoowwan qaamoleen gara garaarraa bahan ni mul'isu.
Beela hamaa Madagaaskaaritti mudateen namootni ilbiisota nyaachaa jiru
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58327638?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58327638?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Beela hamaa Madagaaskaaritti mudateen namootni ilbiisota nyaachaa jiru
Madagaaskaar fiixee ''beela jijjiirama qilleensaan'' adunyaa jalqabaa mudachurratti argamti akka gabaasa UN jedhuutti. Kumaatamni sababa roobni waggoota afuriif hin roobiin tureef beelaa fi hanqina nyaataa sadarkaa ''suukaneessaa'' irratti argamu jedhe.
Yugaandaa fi Ruwaandaan lammiilee Afgaanistaan keessaa baqatan simachaa jiru
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58326239?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58326239?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Biyyoonni Afriikaa lammiilee Afgaanistaan keessaa baqatan simachaa jiru - BBC News Afaan Oromoo
Yugaandaan lammiilee Afgaanistaan keessaa baqatan simachuu eegalte, Ruwaandaan ammoo barattoota 250 caalan fudhattee barsiisuuf.
👍1