Loltoonni Itoophiyaa hedduun gaaffii Sudaaniin Abiyee keessaa ba'uuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58326240?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58326240?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Loltoonni Itoophiyaa hedduun gaaffii Sudaaniin Abiyee keessaa ba'uuf
Ergama nageenya eegsisuu UN jalatti hiriiruun Sudaan, bulchiinsa Abiyee kan turan loltoonni Itoophiyaa, bakkicha gadi dhiisanii akka ba'an mootummaan Sudaan UN waliin waliigalteerra ga'uun himame.
Tuuniziyaan dhimma Hidha Haromsaa Itoophiyaarratti komii UNSCtti dhiyeessuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58335591?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58335591?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaan komii Tuuniziyaan dhimma Hidha Haromsaarratti UNSCtti dhiyeessuuf jirtu qeeqxee - BBC News Afaan Oromoo
Deetaan Ministira Dhimmoota Alaa Ambaasaadar Reediwaan Huseen Tuniziyaan hidha guddicha haroomsaa ilaalchisuun komii mana maree nageenyaa Motummoota Gamtoomaniif galfachuu jirtu morman.
Waraana Tigraay: To'annaa humnoota TPLF jala kan jirtu Tigraay keessatti jireenyi maal fakkaata?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308734?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58308734?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: To'annaa humnoota TPLF jala kan jirtu Tigraay keessatti jireenyi maal fakkaata?
Naannoo Tigraay keessatti tajaajilawwan akka ibsaa, bilbila, intarneetii, baankiifi geejibni erga adda citee baatii lama ta'e keessatti jireenyi maala akka fakkaatu jiraattota gaafanneerra.
Immoojiiwwan seenaa dhugaa namootaa akka qaban beektuu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58256635?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58256635?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Immoojiiwwan seenaa dhugaa namootaa akka qaban beektuu? - BBC News Afaan Oromoo
Immoojiin isin guyyuu fayydamtan duubni isaanii seenaa dhugaa namootaa qabaatu jettanii yaaddanii beektu?
Jappaan talaallii Moderna miiliyoona 1.63 sodaa faalameera jedhuun hojiin ala goote
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58338960?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58338960?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Jappaan talaallii Covid US omishte Moderna faalameera jechuun kennuu dhaabde - BBC News Afaan Oromoo
Talaalliin Covid-19 Moderna doozii miiliyoona 1.63 erga faalamee booda Jappaan talaallii kana fayyadamuu dhaabde.
👍1
Qondaalli poolisii Taayilaand sababa viidiyoo dararaa haalaan qoodameef barbaadamaa jira
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339151?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339151?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Qondaalli poolisii sababa viidiyoo dararaa haalaan qoodameef barbaadamaa jira - BBC News Afaan Oromoo
Poolisootni magaalaa Baangikook, mana qananii hogganaa poolisii Thitisan Utthanaphon ykn maqaa masoo "Jo Ferrari" jedhamuun beekamu sakatta'aniiru.
Carraan daldalaa US amma Itoophiyaa ittiin 'doorsifte' AGOA'n maali?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319737?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319737?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Carraan daldalaa US amma Itoophiyaa ittiin 'doorsifte' AGOA'n maali?
Mootummaan Ameerikaa carraa daldalaa Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa hedduuf kennite Itoophiyaan sababa sarbama mirga namoomaa naannoo Tigraayiin dhabuu akka dandeessu akeekkachiiseera.
Ertiraa: Ajajaan waraanaa Ertiraa Janaraal Filiphoos Waldayohaannis kan US qoqqophaa irra keessee eenyudha?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58350423?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58350423?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Ertiraa: Ajajaan waraanaa Ertiraa Janaraal Filiphoos Waldayohaannis kan US qoqqophaa irra keessee eenyudha?
Itaamaazhor Shumiin Ertiraa Janaraal Filiphoos Waldayohaannis sababa lola Tigraayin US sarbama mirga namoomaan isaan himachuun 'Global Magnitsky Act’ eeruun qoqqobde eenyudha?
Waranaan Tigraay: Hidhattootni TPLF Gondar Kibbaatti saamichaafi bu'uura misoomaa mancaasun himataman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319738?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58319738?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Hidhattootni TPLF Gondar Kibbaatti saamichaafi bu'uuraalee misoomaa mancaasun himataman - BBC News Afaan Oromoo
Hidhattootni TPLF naannoo Amaaraa Godina Gondar Kibbaa naannolee to'annoo isaanii jala turan keessatti saamicha raawwachuun, bu'uuraalee misoomaa mancaasuun gabaafame.
Afgaanistaan: 'Haleellaan hammaatus US lammiileeshee Afgaanistaan keessaa baasuu inuma xumurti'- Baayidan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58352880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58352880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
'Haleellaan hammaatus US lammiileeshee Afgaanistaan keessaa baasuu inuma xumurti'- Baayidan - BBC News Afaan Oromoo
Haleellaan boombii loltoota US 13 dabalatee namoota 90 galaafate, namoota Afgaanistaan keessaa baasuu irraa boodatti nu hin deebisu jedhan Pirezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan.
Hambaan gosa qurxummii luka afur qabu haaraan Masriitti argame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58353134?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58353134?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Hambaan gosa qurxummii luka afur qabu haaraan Masriitti argame - BBC News Afaan Oromoo
Saayintistoonni Masrii hambaa gosa qurxummii weel jedhamu kan luka afur qabuufi waggoota miiliyoona 43 dura jiraachaa ture argataniiru.
Rakkoo Afgaan: Gareen hidhattoottaa Is- K Afgaan keessaa eenyuudha?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339015?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339015?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Gareen hidhattootaa Is- K Afgaanistaan keessa socho'u eenyuudha? - BBC News Afaan Oromoo
Garee jihaadistii bara 2015 hundeeffamuun bara dhiheenyaa kana keessa ajjeechaawwan sukkaneessoo ta'aniin himatamu Isis- K eenyuudha?
Waraana Tigiraay: Manni Maree Nageenyaa UN waa'ee Itoophiyaa maal mari'ate?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58353003?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58353003?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigiraay: Manni Maree Nageenyaa UN waa'ee Itoophiyaa maal mari'ate?
Dhaabbata mootummoota Gamtoomaaniitti Manni Maree Dhimma Nageenyaa, Itoophiyaatti rakkoo nageenyaa mudate ilaalchisee kaleessa Hagayya 26,2021 marii gaggeessera.
Waa’e haleellaa boombii Kaabulitti namoota 90 ol ajjeesee maal beekna?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58359677?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58359677?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waa’e haleellaa boombii Kaabulitti namoota 170 ol ajjeesee maal beekna?
Haleellan boombii gurguddaan lama Afgaanistaan naannawa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Hamiid Kaarzaayi kan qaqqabe, wayita lammileen nagaan Taalibaan jalaa xiyyaaraan miliquu itti fufanittidha.
Namoonni hedduun soorama bahuusaanii maaliif dhokfatuu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339017?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58339017?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Namoonni hedduun soorama bahuusaanii maaliif dhokfatuu?
Qorannoon akkaadamii Harvaardiin hojjatame tokko akka mul'isetti namoonni baayyee erga soorama bahaniin boodas akka waan hojiirra jiran of fakkeessu. Kun maaliif laata?
Naannoo Amaaraatti namoota daboon qorattoota ajjeessan 32 irratti murteen darbe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58367839?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58367839?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraatti namoota daboon qorattoota ajjeessan 32 irratti murteen darbe - BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Amaaraa Godina Goojjaam Lixaa, aanaa Gonjii Qolalaatti namoota hojii qorannoo gaggeessuuf gara sanatti imalaniirratti haleellaa gareen raawwachuun ajjeechaa raawwataniifi miidhaa qaqabsiisan irratti murteen darbe.
Dubartiin Faransaay reeffa sanduuqa keessaa faaya mormaafi kaan hatan to'annoo jala oolan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374210?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374210?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Dubartiin Faransaay reeffa sanduuqa keessaa faaya mormaafi kaan hatan to'annoo jala oolan
Poolisiin akka amanutti dubartiin kuni nama gadda ibsachuuf dhufan fakkeessaniiti hanna kan raawwatan.
Pireezidantii Biraazil Bolsonaaroo: Na ajjeesu, na hidhu yookaan irra deebiin filama
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374313?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374313?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Pireezidantii Biraazil Bolsonaaroo: Na ajjeesu, na hidhu yookaan irra deebiin filama
Pireezidantiin Biraazil Jaayir Bolsonaaroo filannoo pireezidantummaa bara dhufurra egereen koo waa sadii jedhan: mana hidhaa, du'a yookaan moo'icha.
Rakkoo godaansaa Awurooppaa: Godaantonni 500 ol dhiyeenya odola Itaaliitti baraaraman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374316?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374316?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Godaantonni 500 ol dhiyeenya odola Itaaliitti baraaraman - BBC News Afaan Oromoo
Dooniin eegdota daangaa galaanaa Itaalii, bidiruu qurxummii dhiyeenya odola Laampeduusaa keessaa godaantota 539 baraaran.
Waraana Tigraay: Miidhaa waraanni Tigraay diinagdee Itoophiyaarraan gahe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374319?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58374319?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Miidhaa waraanni Tigraay diinagdee Itoophiyaarraan gahe
Gatiin nyaataa dabalaa jira, humni waa bituu maallaqa biyyattiis gadi bu'aa jira, akkasumas amantaan invastaroonni qabanis gadi bu'aa jira.