Dinagdee Itoophiyaa: Dhaabbileen idil-addunyaa Itoophiyaa seenuun Itiyoo-Telekomiif qormaatamoo carraadha?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381704?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381704?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Dinagdee Itoophiyaa: Dhaabbileen idil-addunyaa Itoophiyaa seenuun Itiyoo-Telekomiif qormaatamoo carraadha?
Muuxannoofi maallaqa guddaa qabatee tajaajilli telekomii gara Itoophiyaa Gamtaan galuuf jiru kun, hanga ammaatti sektara kana dhuunfaan guutummaatti qabatee kan ture Itiyoo-Telekoomiif yaaddoo uumuu mala gaaffii jedhu ni kaasisa.
Mirga Dubartootaa:Rogeeyyiin Indiyaa gudeeddiin gaa'ela keessaa akka yakkaatti akka ilaaalamuuf gaafatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381575?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381575?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Mirga Dubartootaa:Rogeeyyiin Indiyaa gudeeddiin gaa'ela keessaa akka yakkaatti akka ilaaalamuuf gaafatan
Manni murtii Indiyaa gaa'ela keessatti quunnamtiin saalaan humnaan godhamu gudeeddii miti jedheera. Rogeeyyiin ammoo dhimma kanarratti seera haaraatu barbaachisa jechuun duula gaggeessaa jiru.
Pirezidantiin Filisxeem Abbaas erga 2010tii aanga'oota ol-aanoo Israa'el waliin yeroo jalqabaatiif mariyatan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381705?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58381705?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Pirezidantiin Filisxeem erga 2010tii aanga'oota ol-aanoo Israa'el waliin yeroo jalqabaatiif mariyatan - BBC News Afaan Oromoo
Pirezidantiin Filisxeem Abbaas haasaa erga 2010tii aanga'oota ol-aanoo waliin taasifame jalqabaati jedhameen ministira Israa'el waliin taasisan
Itoophiyaa dabalatee Afrikaatti namoonni kuma 44 ol bakka buteensaanii dhabame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58379939?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58379939?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaa dabalatee Afrikaatti namoonni kuma 44 ol bakka buteensaanii dhabame
Itoophiyaa dabalatee biyyootii Afriikaa kaan keessatti namoonni kuma 44 ol ta'an bakka buteensaanii dhabamuun ibsame.
Shilingiin Keeniyaa akkamiin jiruu jiraattoota Mooyyalee ulfaataa taasise?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58394667?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58394667?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Shilingiin Keeniyaa akkamiin jiruu jiraattoota Mooyyalee ulfaataa taasise? - BBC News Afaan Oromoo
"Namni Shilingii Keeniyaa malee Birrii Itoophiyaa akka horiitti hin ilaalu" jedhu jiraattuun magaala Mooyyalee BBCn haasofsiise.
Qajeelfamoota foyya’insa waldaalee siivilii boodatti akka hin deebisne yaaddessan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58400564?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58400564?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Qajeelfamoota foyya’insa waldaalee siivilii boodatti akka hin deebisne yaaddessan
Filannoo 1997 A.L.I booda, sochii waldaalee siviilii mootummaan seeraa fi dhiibbaa bulchiinsaa gochuun laaffisee ture, waggoota lamaan darban keessatti fooyya’insa akka agarsiise ni himama.
US keessatti yakki jibbiinsaa bara 2020 keessa akkaan dabale-Gabaasa FBI
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58405684?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58405684?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
US keessatti yakki jibbiinsaa bara 2020 keessa akkaan dabale-Gabaasa FBI
Akka gabaasa Biiroo Qorannoo Yakkaa Federaalaa US(FBI)'tti, yakka jibbiinsaan daran kan miidhaman gurraachotaa fi Eeshiyaan Ameerikaan warra jedhamaniidha.
Afgaanistaan: Meeshaaleen waraanaa humnoonni Ameerikaa Taalibaanitti dhiisanii bahan hangami?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58405714?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58405714?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Meeshaaleen waraanaa US Afgaanistaanitti gattee baateefi harka Taalibaan seene hangami? - BBC News Afaan Oromoo
Loltoonni Ameerikaa turtii waggoota 20 booda yeroo Afgaanistaanii bahan kanneen gatanii bahan keessa xiyyaaronni 73 keessatti argamu. Garuu hundi isaanii hin dalagan.
'Hangan du'utti nan qabsaa'a - Dhukkubsataa kalee dhukkubsattoota kaan furaa jiru
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58398881?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58398881?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
'Hangan du'utti nan qabsaa'a - Dhukkubsataa kalee dhukkubsattoota kaan furaa jiru - BBC News Afaan Oromoo
Dhukkubsataa kalee waldaa dhukkubsattoonni kalee deeggarsa maallaqaa akka argatanii fi murteewwan dhukkubsattoota kalee ilaallatu mootummaan baasu irratti dhiibbaa godhu hundeesse.
Kooriyaan Kaabaa talaallii Covid miiliyoona sadii ta'u dhihaatef fudhachuu didde
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58418029?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58418029?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Talaallii Covid-19 'natti hin fidiinaa kaanitti kennaa' jette Kooriyaan Kaabaa - BBC News Afaan Oromoo
Kooriyaan Kaabaa talaallii koronaavaayirasii miiliyoona sadii kennameef ture hin barbaadu kaanitti dabarsaa jechuu ishee Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii (UN) hime.
Itoophiyaan qaala'insa jireenyaa to'achuuf maallaqa baankonni ol-kaawwatan dachaan guddisuuf murteessite
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58418080?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58418080?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Dinagdee Itoophiyaa: Itoophiyaan qaala'insa jireenyaa to'achuuf maallaqa baankonni ol-kaawwatan dachaan guddiste
Qaala'insa jireenyaa garmalee dabalaa dhufee to'achuuf baankoonni hanga maallaqaa of eeggannoof baankii biyyaaleessaa olkaa'uu qaban gara parsantaa kudhaniitti akka ol guddisaniif murtaa'uun dhagahame.
Godaansa: Waywaannaa lammiilee Itoophiyaa manneen hidhaa Sa'ud Arabiyaa keessaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58420394?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58420394?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waywaannaa lammiilee Itoophiyaa manneen hidhaa Sa'ud Arabiyaa keessaa - BBC News Afaan Oromoo
Lammiileen Itoophiyaa Sa'ud Arabiyaa mana hidhaa al-Shumaysii keessatti yeroo dheeraaf hidhamanii jiran rakkoolee fayyaa hamaaf saaxilamneerra jechuun BBCtti himan.
Hariiroo alaa Itoophiyaa: Itoophiyaan Embasii ishee Aljeeriyaa jiru cufuuf murteessite
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58418034?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58418034?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Hariiroo alaa Itoophiyaa: Itoophiyaan Embasii ishee Aljeeriyaa jiru cufuuf murteessite
Itoophiyaan embasii ishii biyya Kaaba Afrikaa Aljeeriyaa jiru cufuuf murteessuu ishee embaasichi guyyaa kaleessaa beeksiseera.
Haleellaa Wallagga Bahaatti hidhattootaan raawwate jedhameen poolisoonni hedduu madaa’un himame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58394669?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58394669?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa Wallagga Bahaatti hidhattootaan raawwate jedhameen poolisoonni hedduu madaa’un himame
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Saasiggaatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin miseensonni poolisii 44 yoo madaa'an, hidhamtoonni miliqfaman.
Baankoti Itoophiyaa maaliif gamoowwan dhedheeroo ijaaru, hangam bu’a-qabeessa?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58426898?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58426898?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Baankoti Itoophiyaa maaliif gamoowwan dhedheeroo ijaaru, hangam bu’a-qabeessa?
Gamoowwan dhedheeroo ammayyaa Finfinnee keessatti mul’atan keessaa hedduun isaanii kan baankiiwwanii ijaaranidha.
'Tuurizimiin akkaan gadi bu'us, dinagdeen Itoophiyaa guddina agarsiise' - Ministeera Maallaqaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58429223?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58429223?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
'Tuurizimiin akkaan gadi bu'us, dinagdeen Itoophiyaa guddina agarsiise' - Ministeera Maallaqaa
Ragaan guddina diinagdee biyyattii kan bara 2013 ammatti ifoomsamuu baatus ragaalee jiran ilaaluun kan bara darbee caaluu akka danda'u Ministeerri Maallaqaa beeksiseera
Waraana Tigraay: Kuusaan nyaataa, boba'aan Tigraay keessaa qabu dhumachuu UN beeksise
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58411083?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58411083?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Kuusaan nyaataa, boba'aan Tigraay keessaa qabu dhumachuu UN beeksise - BBC News Afaan Oromoo
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti qaamni deeggarsa namoomaa qindeessu (OCHA) Kaaba Itoophiyaa bakka waraannii mootummaa fi humnoota TPLF itti hammaatetti , deeggarsi namoomaa dhumeera, maallaqnifi boba'aanis akkaan hanqateera ykn xumurameera jechuun akeekkachiise.
UNtti ambaasaaddarri US bakka bu'aa AU Gaanfa Afriikaa waliin mari'atan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58431383?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58431383?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
UNtti ambaasaaddarri US bakka bu'aa AU Gaanfa Afriikaa waliin mari'atan
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Ambaasaaddarri Ameerikaa Liindaa Toomaas Giriinfiild Gaanfa Afrikaatti bakka bu'aa Gamtaa Afriikaa kan ta'an Pirezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Olusegun Obasaanjoo waliin bilbilaan dubbachuu ibsan.
Afgaanistaan: Biyyoota jiraachuu Taalibaaniif wabii ta'an Tarkiifi Qaataar
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58405960?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58405960?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Biyyoota jiraachuu Taalibaaniif wabii ta'an Tarkiifi Qaataar - BBC News Afaan Oromoo
Biyyoonni gama Lixaa torban kana keessa Afgaanistaaniin gadhiisanii yeroo bahan Taalibaanonn gammachuu isaan ibsachuuf magaalaa Kaabul dhukaasaan raasan.
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa bineensota bosonaa seeraan ala daddabarsa himannaa jedhu haale
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58431384?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58431384?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa bineensota bosonaa seeraan ala daddabarsa himannaa jedhu haale
Daandiin qilleensaa Itoophiyaa bineensota lubbuun jiran seera sadarkaa addunyaatti, Afriikaatti akkasumas biyya keessaa kabajuun of-eeggannoodhaan kan imalchiisu ta'uu hime.