Waraana Tigraay: Hojjettootni embasiiwwan Itoophiyaa cufamaa jiranii gariin biyyatti deebi'uuf yaadda'uu himan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58438976?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58438976?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Hojjettootni embasiiwwan Itoophiyaa cufamaa jiranii gariin biyyatti deebi'uuf yaadda'uu himan
MM Abiy Ahimad Itoophiyaan iimbaasiiwwanii fi qoontsilaa qabdu keessaa walakkaa isaanii akka cuftu erga ibsanii booda iimbaasii Aljeeriyaa jiru kan mootummaan cufamuu isaa ibse isa jalqabaati.
Siyaasa Itoophiyaa: Alaabaan sadi naannoo Amaaraa filannoof dhiyeessee maal ibsu?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58438977?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58438977?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Siyaasa Itoophiyaa: Alaabaan sadi naannoo Amaaraa filannoof dhiyeessee maal ibsu?
Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Amaaraa alaabaa naannichaa kan durii guutummaatti jijjiiruun haraa labsuuf filannoowwan sadii dhiyeesserratti yaada uummataa gaafate.
Kitaaba waa'ee afaan, aadaa fi qubsuma uummata Mursii birrii miliyoona 13 fixe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58441686?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/58441686?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Kitaaba waa'ee afaan, aadaa fi qubsuma uummata Mursii birrii miliyoona 13 fixe
Kitaabni mata-duree 'A Grammar of Mursi' jedhuun maxxanfame, barsiisaa Yuunivarsiitii Jiinkaa Dr Fireewu Girmaa jedhamaniin barraa'e.
Dhalattoota Afrikaa UAE jiraatan irratti miidhaan 'gara jabinaa' raawwatamaa jiraachuun himame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58450264?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58450264?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Dhalattoota Afrikaa UAE jiraatan irratti miidhaan 'gara jabinaa' raawwatamaa jiraachuun himame
Gamtaa Araboota Imireetis (UAE)'tti hojjattoota lammiilee Afrikaa ta'an irratti gochaan gara jabinaa raawwatamaa jiraachu gabaasni tokko mul'ise.
Hariiroo Itoophiyaafi Sudaan: Waraanni Sudaan finciltoota Itoophiyaa hin deeggarre jechuun waakkatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58453191?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58453191?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Hariiroo Itoophiyaafi Sudaan: Waraanni Sudaan finciltoota Itoophiyaa hin deeggarre jechuun waakkatte
Sudaan finciltoota Tigraay deeggarti jechuun isa qondaaltonni Itoophiyaa himatan mormuun waakkatte.
'Beenshangulitti haadhoolii daa'imasaanii waliin hidhaman 19 atattamaan haa gadhiifaman' - KMNI
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58450272?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58450272?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Beenshangulitti haadhoolii daa'imasaanii waliin hidhaman 19 gadhiifaman
Naannoo Beenishaangl Gumuuz Godina Matakkal Aanaa Bulan keessatti dubartoonni 19 abbaan warraasaanii badiin shakkaman daa'imman waliin hidhamanii jiran yaadeessaa ta'ufi atattamaan akka gadhiifaman gaafatee ture mana hidhaatii baafamuu Komishiniin Mirga Namoomaa…
Waraana Tigraay, Itoophiyaa: 'Ijoollee qabannee holqa keessa jiraataa jirra' - Jiraattota Lixa Tigraay
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58455499?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58455499?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay, Itoophiyaa: 'Ijoollee qabannee holqa keessa jiraataa jirra' - Jiraattota Lixa Tigraay
Jiraattoonni Humaraa, Adbaayi, Idiriis, Qaaftaa Humaraa fi ganda Dagaguum kan amma to'annoo Naannoo Amaaraa jalatti argamu keessa jiraatan miidhaan saalaa, hidhaan fi ajjeechaan jumlaa saba irratti xiyyeeffate raawwatamaa jira jechuun BBCtti himan.
Israa'eliitti daa'imman lakkuun mataansaanii walitti qabatee dhalatan gargar baafaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58459561?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58459561?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Israa'eliitti daa'imman lakkuun mataansaanii walitti qabatee dhalatan gargar baafaman
Israa'el keessatti daa'imman lakkuun mataansaanii walitti maxxanee dhalatan wal'aansa baqaqsanii yaaluu sa'atii 12 fudhate booda amma nagaa qabu.
Sudaan meeshaa waraanaa Itoophiyaa irraa xiyyaaraan garas fe'ame Kaartuumitti to'achuu himte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58441687?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58441687?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Itoophiyaafi Sudaan: Sudaan meeshaan waraanaa xiyyaara Itoophiyaan geeffame seera qabeessa ta’u mirkaneessite
Ministirri Biyya Keessaa Sudaan meeshaaleen waraanaa sanduuqa 70 ol qondaaltota biyyattiin xiyyaara Itoophiyaa Sambata Kaartum buufaterraa to’atame seera qabeessa ta’u mirkaneeffachuu hime.
Waraana Tigraay: Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe'an 100 ta'an Maqalee seenuu WFPn hime
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58459565?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58459565?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe'an 100 ta'an Maqalee seenuu WFPn hime
Konkolaattonni fe'umsaa meeshaalee deeggarsa namoomaa fe'an 100 ta'an magaalaa guddittii naannoo Tigraay Maqalee galuu Sagantaan Nyaataa Addunyaa (WFP) ibse.
US fonqolcha mootummaa Giinii balaaleffatte, loltoonni kaabinoota walga'ii waaman
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58459563?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58459563?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
US fonqolcha mootummaa Giinii balaaleffatte, loltoonni kaabinoota walga'ii waaman
Mootummaan US fonqolcha mootummaa Giinii irratti raawwatame mormuun ibsa baase.
Fayyaa: Sudaan Kibbaa duula ittisa HIVtiif dhiirota miiliyoona 1.5 dhaqna qabuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58469077?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58469077?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Fayyaa: Sudaan Kibbaa duula ittisa HIVtiif dhiirota miiliyoona 1.5 dhaqna qabuuf
Sudaan Kibbaa haaluma qaama duula ittisa HIV/ADIS biyyattii keessatti gaggeeffamaa jiruutiin wal qabatee dhiiroota miliyoona 1.5 dhaqna qabsiisuuf akka jirtu beeksiifte.
Tekinooloojii: Sagaleewwan siyaasa, fayyaafi teekinooloojii Itoophiyaa gara Clubhouse'tti ce'aa jiraa?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58469740?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58469740?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Tekinooloojii: Sagaleewwan siyaasa, fayyaafi teekinooloojii Itoophiyaa gara Clubhouse'tti ce'aa jiraa?
Fayyadamtoonni appilikeeshinii Clubhouse mobaayila isaaniirratti buufatan kamiyyu, dhimma kamirrattiyyu garee marii ijaarrachuu ni danda'u.
Qondaaltonni waraanaa Giinii torbanoota keessatti mootummaa haaraa hundeessuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471958?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471958?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Qondaaltonni waraanaa Giinii torbanoota keessatti mootummaa haaraa hundeessuuf
Kolonel Mamady Doumbouya akka jedhutti kanaan booda qondaaltota adamsanii yakkaan gaafachuun hin jiru jedha.
Somaaliyaatti basaastuun tokko achi buuteen dhabamnaan wal dhabdeen hammaate
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471939?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471939?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Somaaliyaatti basaastuun tokko achi buuteen dhabamnaan wal dhabdeen hammaate
Somaaliyaatti dubartii basaastuu humna tikaa taate Ikraan Tahliil jedhamtu achi buuteen ishee dhabamnaan pirezedaantii fi Ministira muummee gidduutti wal dhabdeen uumame guddataa dhufe.
Waraana Tigraay: 'Tigraayitti namoonni 150 ta'an beelaan du'an' - TPLF
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58460652?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58460652?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: 'Tigraayitti namoonni 150 beelaan du'an' - Finciltoota Tigraay
Naannoo Tigraay baatilee sagalii oliif waraanaan goolamaa turte keessatti namoonni fi bineeldonni beelaa fi yaala fayyaa dhabuun du'aa akka jiran biiroon qonnaa naannichaa beeksiseera.
Waraana Tigraay: 'Fandii dabalataa dhibnaan deeggarsa namoota miliyoona afuriif Kaaba Itoophiyaatti goonu adda kutna' - WFP
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471942?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

Fandii dabalataa hin argannu taanaa deeggarsa nyaataa Kaaba Itoophiyaatti miliyoona afuruuf goonu adda kutuuf dirqamna jedhe Sagantaan Nyaata Adunyaa.
Koronaavaayiras: Gosti Covid-19 Deltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argame - Ministeera Fayyaa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478071?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478071?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Koronaavaayiras: Gosti Covid-19 Deltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argame - Ministeera Fayyaa
Saffisa baayyee ol-aanaaa ta'een kan tatamsa'uufi baayyee hamaadha jedhame gosti koronaavayirasii Deltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argamuu ministeerri fayyaa beeksise.
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti bakakkaan ijoollee jaha muka jalatti ajjeese
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58480037?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58480037?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti bakakkaan ijoollee jaha muka jalatti ajjeese
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuu ganda Gomboo Qilxuu Jaaletti bakakkaan qe'ee tokko keessa ijoolle jaha ta'an ajjeesuu jiraattonni dubbatan.
Tola ooltummaa: Dhaabbata laaboraatorii Finfinneetti baatii Qaammee keessa bilisaan tajaajilu
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478073?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58478073?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Tola ooltummaa: Dhaabbata laaboraatorii Finfinneetti baatii Qaammee keessa bilisaan tajaajilu
Wiituun Qorannoo Fayyaa Wuddaasee waggoota 12 dura ture kan hojii eegale. Bara kana dabalatee waggaa waggaan guyyoota Qaammee hunda tajaajila qorannoo fayyaa bilisaan kennaa jira. Maaltu dhaabbaticha kakaase?