Shamarreen hospitaalatti dogoggoraan maatii biraaf kennamte himata bante
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484880?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Shamarreen hospitaalatti dogoggoraan maatii biraaf kennamte himata bante
Shamarreen Ispaanish ganna 19, yeroo dhalatte dogoggoraan daa’ima maatii biraan wal-jijjiirte qondaalota fayyaa beenyaa gaafattee. Dogoggorri kuni uumamuusaa kan mirkanaa’e qorannoo DNAdhaani.
Balaa Xiyyaaraa: Daarikterotni kaampaanii Boeing balaa dhaqqabee tureen himatamuuf
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471944?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471944?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Balaa Xiyyaaraa: Daarikterotni kaampaanii Boeing balaa dhaqqabee tureen himatamuuf
Abbootiin qabeenyaa kaampaanii Boeing akeekkachiisa nageenya xiyyaaricha agarsiisu hin fudhanne jechuun daarikterota isaa himachuuf akka jedhan abbaan seeraa US himan.
Lammiilee Yamanitti ugguramanii jiran biyyatti deebisuun tumsa dabalataa gaafata-IOM
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484543?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484543?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Lammiilee Yamanitti ugguramanii jiran biyyatti deebisuun tumsa dabalataa gaafata-IOM
Lammiileen Itoophiyaa 5,000 ta'an biyya waraanaa fi weerara Covid-19'n raafamaa jirtu, Yaman, keessaa ba'uun biyyattii deebi'uuf danqamanii jiraachuu Dhaabbati dhimma Baqattootaa Idil-addunyaa(IOM) hime.
UNHCR lakkoofsi baqattoota Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471946?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58471946?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
UNHCR lakkoofsi baqattoota Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin Dhimma Baqattootaa lakkoofsi baqattoota Itoophiyaa kaampii baqattootaa Sudaan jiranii hir'atus eessa akka galan hin baramne jedhe.
Waraana Tigraay: Finciltoonni Tigraay Kaaba Gondaritti namoota nagaa 119 ajjeesuu jiraattonni fi aanga'oonni himan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484544?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58484544?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
BBC News Afaan Oromoo
Waraana Tigraay: Naannoon Amaaraa finciltoonni Tigraay namoota 120 ol ajjeesun himate, TPLF waakkate
Haleellaan kun tibba naannoon kun to'annoo TPLF jala turetti ta'uu fi haleellaa kanaanis daa'imman, jaarsolii, dubartoonniifi luboonni ajjeefamuu jiraattonniifi qondaaltonni mootummaa dubbataniiru. Haa ta'u malee, TPLF ibsa baaseen ajjeechaa keessaa hin qabu…
Waraana Tigraay: Reeffa laga Takkazeetti argaman ilaalchisuun Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa waamtee gaafatte
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58482805?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

Reeffi 30'tti siqu baatii dura laga Takkazee keessatti argamuu isaa hordofee Sudaan ambaasaaddara Itoophiyaa Kaartumitti argamu waamtee gaafachuun ishee himame.
Lola Israa'eliifi Iraaniif sababoota ta'anii kan eeraman keessaa inni ijoo dhimma gabbisa niwukilaraati.
Boombiin nukilaraa garuu maali? Akkamiin hojjeta? Yuraaniyeemii hangamiitu nukilara oomisha?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvg6en7zpz6o?at_campaign=ws_whatsapp
Boombiin nukilaraa garuu maali? Akkamiin hojjeta? Yuraaniyeemii hangamiitu nukilara oomisha?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvg6en7zpz6o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Anniisaan nukilaraa addunyaa fayyaduus, balleessuus danda'u akkamiin hojjetama?
Gameessi saayinsii ammayyaa abbaan fiiziksii Albart Eyinistaayin anniisaan waan xiqqoorraa argamu addunyaa jijjiiruu akka danda'u irratti wayita oguma isaa addunyaaf gumaachu har'a balaa kana addunyaatti fida hin seene.
🇪🇹🇪🇷 Tibbana bakkeewwan Itoophiyaafi Ertiraa daangessanitti waan addaatu jira.
Kuni eega waggootii dhihoo waan hin baramne.
Mootummoonni biyyoota lamaa callisuu filataniiru. Eenyutu duuba jira?
↪️ https://youtu.be/DHeswCcnR08?si=51UohOx3kLbwQZzS?at_campaign=ws_whatsapp
Kuni eega waggootii dhihoo waan hin baramne.
Mootummoonni biyyoota lamaa callisuu filataniiru. Eenyutu duuba jira?
↪️ https://youtu.be/DHeswCcnR08?si=51UohOx3kLbwQZzS?at_campaign=ws_whatsapp
YouTube
Daangaa Itiyoo-Ertiraarra waan adeemaa jiru duuba kan jiru eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
Tibbana bakkeewwan daangaa Itiyoo-Ertiraa muraasarratti sochiitu adeemaa jira.
Ummati wal keessa dhufee, gammachuufi nagaatu mul’ata.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Miirri hawaasaa muddama dureewwan siyaasaa biyyoota lamaan…
Ummati wal keessa dhufee, gammachuufi nagaatu mul’ata.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ
Miirri hawaasaa muddama dureewwan siyaasaa biyyoota lamaan…
Dhukaasa dhaabuun waan waliigaltee idilee uumuu kan of keessatti hammatedha.
Kunneenis, dhukaasa dhaabuu, tarkaanfii siyaasaa itti aanu, yeroofi bakka hojiirra oolu dabalata.
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cpqn2z1ewevo?at_campaign=ws_whatsapp
Kunneenis, dhukaasa dhaabuu, tarkaanfii siyaasaa itti aanu, yeroofi bakka hojiirra oolu dabalata.
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cpqn2z1ewevo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Dhukaasa dhaabuun lola Iraaniifi Israa'el xumuraa?
Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Wixata galgala Israa'eliifi Iraan dhukaasa dhaabuu kan nagaa waaraa fiduu danda'a jedhan irratti waliigaluu isaanii beeksisaniiru.
Magaalaa guddoo Naayiroobii dabalatee, Keeniyaan kaleessaa kaasee boorofteetti. Maaltu ta'e?
🇰🇪🇰🇪 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cy4nlw2z453o?at_campaign=ws_whatsapp
🇰🇪🇰🇪 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cy4nlw2z453o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Mormii Keeniyaa irratti yoo xiqqaate saddeet ajjeefamanii hedduun miidhaman
Mormii guyyaa kaleessaa Keeniyaatti mootummaa preezdaanti Wiliyaam Ruutoo mormuuf kumaatamni daandiitti bahan irratti walitti bu'iinsa hiriirtotaa fi poolisii gidduuutti uumameen, yoo xiqqaate namoonni saddeet yoo du'an, 400 kan ta'an ammoo madaa'aniiru.
⚛️ Anniisaan atoomii xiqqoo irraa argamu addunyaa jijjiiruu danda’a.
Argannoon kun garuu addunyaaf waan gaariis balaas fideera.
Anniisaan nukilaraa albuuda yuraaniyeemiirraa hojjetamu addunyaa sodaachisa.
Ofii nukilarri akkamiin hojjetama, akkamiin ammoo hojjeta? 👇
↪️ https://youtu.be/c1uhr7H_bvQ?si=Q4qTdnXLi9yQLPrj?at_campaign=ws_whatsapp

Anniisaan nukilaraa addunyaa fayyaduus balleessus ni danda’a, garuu akkamiin?| BBC News Afaan Oromoo
Anniisaan atoomii xiqqoo irraa argamu addunyaa jijjiiruu akka danda’u gameessi abbaa Fiiziksii jedhamuun beekamu Albart Eyinsitaayin addunyaaf gumaacheera. Argannoon kun garuu addunyaaf waan gaariis balaas fideera.
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉…
Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉…
Namni Atoomik boombii amma addunyaan akka malee sodaattu hojjete gaafa Jaappaan irra buusuun al takkaatti namoota kuma dhibbaan lakkaa'aman fixe maal jedhe?
Gaabbii isaa akkamiin ibse? 👉👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cmlxk99w32jo?at_campaign=ws_whatsapp
Gaabbii isaa akkamiin ibse? 👉👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cmlxk99w32jo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
''Abbaa Atoomik boombii'' kan jedhamu Roobart Oppanhayimar eenyu?
''Abbaa Atoomik boombii'' kan jedhamu Roobart Oppanhayimar eenyu?
Traamp dubbii hogganaan olaanaan Iran Ali Khamani ''Iraan Ameerikaa adabdeetti, ''jedhaniif deebii kennan.
Ameerikaan irra deebiin Iraan haleeluu akka dandeessu dubbatan.
Gabaasichaaf; 👇👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cj9vex28nvvo?at_campaign=ws_whatsapp
Ameerikaan irra deebiin Iraan haleeluu akka dandeessu dubbatan.
Gabaasichaaf; 👇👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cj9vex28nvvo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Ameerikaan ammallee Iraan haleeluu dandeessi-Tiraamp
Prezidaant Doonaald Tiraamp Iraan Yuuraaniyeemii sadarkaa yaaddessaa ta'etti gabbisuu kan itti fuftu yoo ta'e irra deebin Iraan irratti boombii darbachuuf akka yaadan ibsaniiru.
Hanqina boba'aa itoophiyaa keessatti tibbana mudateen Finfinnee fi Adaamaa dabalatee magaalota biyyattii adda addaa keessatti konkolaattonni hiriira dhedheeraa guyyotaaf ture mul'achaa jira.
Sababni maali? Mootummaan gatii dabaleeraa? Gaafanneerra. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0epldwnzwxo?at_campaign=ws_whatsapp
Sababni maali? Mootummaan gatii dabaleeraa? Gaafanneerra. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0epldwnzwxo?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Hiriira boba'aa tibbana magaalota Itoophiyaatti mul'atee fi rakkoo maddisaa wallaalame
Hanqina boba'aa itoophiyaa keessatti tibbana mudateen Finfinnee fi Adaamaa dabalatee magaalota biyyattii adda addaa keessatti konkolaattonni hiriira dhedheeraa guyyotaaf ture mul'achaa jira.
Afaan Oromoo Telegram channels.
___________________________________________
BBC NEWS : @bbcAfaanOromoo
FBC : @fbcAfaanOromo
VOA : @voaAfaanOromo
___________________________________________
BBC NEWS : @bbcAfaanOromoo
FBC : @fbcAfaanOromo
VOA : @voaAfaanOromo
🧑🎓🎓🇬🇧 Kui ajaa'iba. Dubartiin kuni yunivarsiitii irraa eebbifamtee hojii argachuuf CV ishee bakka 600 ol galfatte.
Sanuu hin arganne. Dhumarra akkam taate seetan?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cm209p7xyn1o?at_campaign=ws_whatsapp
Sanuu hin arganne. Dhumarra akkam taate seetan?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cm209p7xyn1o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Hojii 647 iyyadheen dhumarratti tokko argadhe
Kaatliin Moorgaan yunivarsiitii irraa eebbifamtee hojii 600 oliif erga iyyata galfatteen booda abdii kutachuutti dhiyaadheen ture jette.
Dhukkubbni onnee tasaa maali?
Namni dhibee onneen tasuma du'e yeroo jedhamu dhagahama. Kun mallattoo dhukkubaa homaa osoo irratti hin argiin tahuu danda'a.
Ofii dhukkubni onnee tasaa maali? Akkamiin irraa of eeguun danda'ama?
👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cy4yvl3v474o?at_campaign=ws_whatsapp

Fayyaa onnee keenyaa akkamiin eeguu dandeenya?
Onneen fayyaalessi qaamni kee hojiisaa sirnaan akka dalagu godha. Dhiiga raabsuun oksijiinii dabalatee qabiyyeewwan murteessoo qaama kee waliin gaha.
Iraan deebitee Ameerikaa waliin marii nuukileeraa jalqabuuf ulaagaa lafa keesse.
Tiraampi irraa maal akka barbaaddu ibsiteetti. Iraan maal feeti? Yuuraaniyeemiin ishee %60 gabbachuu kan amante Iraan kaayyoo ishees ibsiteetti.
Kanaaf Ameerikaan maal jetti?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cwye744kngpo?at_campaign=ws_whatsapp

'Amerikaan marii haaraa jalqabuun dura yaada ammas Iraan haleeluu dhiisuu qabdi'- Ministira Iraan
Ameerikaan marii dippilomaasii dhimma nuukileeraa irratti jalqabee adda cite akka itti fufu barbaannaan haleellaa dabalataa Iraan irratti yaadde dhaabuu qabdi jedhan itti aanaan ministeera dhimma alaa Iraan.
Pirezidant Doonaald Tiraamp namoota TikTok bituu danda'an akka qaban dubbatan.
Miidiyaan hawaasummaa kun sodaa nageenyaaf jecha US keessatti dhorkameera.
Tiraampi Chaayinaa irraa eenyu akka bitu barbaadu laata? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cq53452lew6o?at_campaign=ws_whatsapp

Tiraamp ''garee tujaarotaa' TikTok bituu danda'an nan qaba jedhan
Tiraamp gaaffii fi deebii Fox News waliin taasisaniin ''garee tujaarotaa'' TikTok dhuunfachuu danda'an akka qaban ibsan.
Astirooyidoonni afur dhiyeenya dachee irratti kufuu danda'u jedhamuun qorattoonni xiyyeeffannoo guddaan qorataa jiru.
Astirooyidoonni kunneen kam fa'i? Miidhaa akkamii namarraan gahu? Adda baafamaniiru.
Asii argattu. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2vvlq9wl0o?at_campaign=ws_whatsapp
Astirooyidoonni kunneen kam fa'i? Miidhaa akkamii namarraan gahu? Adda baafamaniiru.
Asii argattu. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2vvlq9wl0o?at_campaign=ws_whatsapp
BBC News Afaan Oromoo
Astirooyidoonni qorattoonni hawaa ija miixanii ilaalaa jiran afur dachee rukutuu danda'uu?
Jaarmiyaalee hedduun kan isaan xiyyeeffannaa fi itti dhiheenyaan astirooyidoota hordofaniif waan isaan dacheerraan balaa ga'aniif qofa miti.