Ameerikaan yeroo hunda walitti bu'iinsa Baha Gidduugaleessa keesstti mudatu duubaa dhabamtee hin beektu

Fakkeenyaaf wal waraansa Sooriyaa, kan Iraaq akkasumas yeroo garaagaraatti hidhattoota Yemana keessaarratti halleellaa raawwachuun maqaan Ameerikaa ni ka'a, maaliif?

↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c77v467r4gro?at_campaign=ws_whatsapp
Nama nagaa buusu ta'uudhaaf waadaa galuudhaan baatii Amajjii keessaa aangaoo marsaa lammataa kan fudhatan Doonaald Tiraamp, Ameerikaa waldhabdee Israa'eliifi Iraan jidduu galchuuf tarkaanfii falmisisaa fudhatan.
Kun ammoo yaaddoo qabatee itti dhufe qaba. 🇺🇸🇺🇸😟😨https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cn8152r12rpo?at_campaign=ws_whatsapp
Aadde Yeshihareg Yirguu jiraattuu magaala Mattuuti. Hojiin idilee isaanii ammoo Yunvarsiitii Mattuu keessatti barattootaaf Ittoo bilcheessuudha.

Harka qalleettii yoo tahan Birrii guddaa lakkaa'anii hin beekan.

Tibbana Birrii Kuma 100 lafaa arganii achuma dhaabadheen iyye jedhan. Namoonnis itti birmatan. Sana booda waan tahe BBCtti himaniiru.

👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c89e75wny5zo?at_campaign=ws_whatsapp
2025/06/25 19:06:33
Back to Top
HTML Embed Code: