Workishooppiin Maanaajimantii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa, Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti geggeefamaa ture milkiin xumurame.
Sirna kanarratti, Walitti Qabduun Boordii Baankichaa Aadde Maskaram Dabbabee argamuun, ergaa dabarsaniru. Xumura irrattis, Distiriiktota, Dameelee fi Geggeesitoota adda duree ta'aniif beekamtiin kennamuun, sagantichi milkaa'inaan goolabameera.

በአዳማ ከተማ ገልመ አባ ገዳ ሲካሄድ የነበረው የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ  የማኔጅመንት ዎርክሾፕ በስኬት ተጠናቀቀ።
በሥነ ሥርዓቱ ላይ የባንኩ የዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ ወይዘሮ መስከረም ደበበ በመገኘት መልዕክት አስተላልፈዋል። በመጨረሻም ለግምባር ቀደም ዲስትሪክቶች፣ ቅርንጫፎች እና አመራሮች አበረታች እውቅና ተሰጥቶ ፕሮግራሙ በስኬት ተጠናቋል።

#Coopbank #ManagementWorkshop #Adama #GalmaAbbaaGadaa #LeadershipInAction
👍4425🥰5👏5🤝2
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, kennaa gammachuu keessan lachuu guutuu taasisuun isin eegna!

የተሻለ ምንዛሪ ብቻ አይደለም የሁለቱንም ወገን/የሁለታችሁንም/ ደስታ ሙሉ የሚያደርግ ስጦታ አለን!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
13👍7
Maanaajimantiin Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa woorkshooppii magaalaa adaaamaatti geeggeeffame irrati hirmaatan 1000 ol ta’an,  sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaa irrattis qooda fudhachuun, eegumsa naannoof quuqama qabaniifi, hawaasaaf ammoo aantummaa isaanii agarsiisanii jiru.

በአዳማ ከተማ በተካሄደው የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ማኔጅመንት ዎርክሾፕ ላይ የተሳተፉ ከ1000 በላይ የሚሆኑ የአመራር አባላት በዘንድሮው አረንጓዴ አሻራ የችግኝ  ተከላ መርሀግብር በመሳተፍ፣ ለአካባቢ የተፈጥሮ ሀብት ጥበቃ ተቆርቋሪነታቸውን፣ ለማህበረሰቡ ደግሞ ያላቸውን ቅርበት አሳይተዋል።
#Coopbank #GreenLegacy #GreenerEthiopia
55👍14🥰10👏7
Kaffaltii Ifaa Keessan Ifaan Kaffaladhaa!
Tooftaan kaffaltii daran salphaa fi mijataa, Kooppeey I-birri ammoo filannoo keessan jalqabaa haa ta'u.

የመብራት ሂሳብዎን በጊዜ ይክፈሉ!
እጅግ ቀላል እና ምቹ የሆነው ኮፔይ ኢ-ብር የመክፈያ ዘዴ፣ ቀዳሚ ምርጫዎ ይሁን።
#CoopayEbrr #Coopbank #ElectricUtilityBillPayment #SeamlessPayment #DigitalBanking #StayPowered
20👍8🥰1
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, kennaa gammachuu keessan lachuu guutuu taasisuun isin eegna!

የተሻለ ምንዛሪ ብቻ አይደለም የሁለቱንም ወገን/የሁለታችሁንም/ ደስታ ሙሉ የሚያደርግ ስጦታ አለን!
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
👍104
Wixinee kee arginee, abdii guddinaaf qabdus hubannee, jalqabbii kee fiixa baasuun hawwii kee dhugoomsuuf, liqii dijitaalawaan si qaqqabne.
Liqiin dijitaalawaa wabiimaleessaa Michuu Kiyyaa siifi!

ጅምርሽን አይተን፣ የእድገት ተስፋሽን ተረድተን፣ የወጠንሽው እንዲዘልቅ፣ ምኞትሽ እንዲሞላ በዲጂታል ብድር ደርሰንልሻል።  ምቹ ኪያ ከማስያዣ ነጻ ዲጂታል ብድር ላንቺ ነው!
#MichuKiyya #Coopbank #DigitalLoan #WomenEmpowerment #SmartBanking
27👍6🥰3
Ergaa keessan saffisa ajaayibaan, kennaa keenya waliin isiniif dhaqqabsiifna.

መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
10👍6
Habadan, rooba gannaa fi qorra hammaataa kanaan kaffaltii tajaajilaaf manaa gadi hin baatan.
Waa’ela keessan kaffaltii tajaajilaa, Kooppeey I-birri!

በዚህ ዝናብ እና ብርድ፣ ለአገልግሎት ክፍያ በፍጹም ከቤት አይወጡም።
የአገልግሎት ክፍያ አጋርዎ፣ ኮፔይ ኢ-ብር!
#CoopayEbirr #Coopbank #SmartPayments #RainySeasonConvenience #DigitalBanking
34👍8🥰1
Ergaa keessan saffisa ajaayibaan, kennaa keenya waliin isiniif dhaqqabsiifna.

መልዕክትዎን በአስገራሚ ፍጥነት ከስጦታችን ጋር እናደርስልዎታለን
#Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
11👍5
Akka yaada keessanii kan fagoo dhiheessee, imala keessan kan isiniif saffisiisu Kooppeey I-birri fayyadamuun tikkeetii balalii xiyyaaraa muradhaa!

ልክ እንደ ሀሳብዎ የሩቁን አቅርቦ ጉዞዎን በሚያፈጥንልዎ፣ በኮፔይ ኢ-ብር የአየር በረራ ትኬትዎን ይቁረጡ!
#CoopayEbirr #Coopbank #FlyWithEase #SmartPayments #DigitalBanking
👏156👍6🥰2
Maallaqni callaan kun ba'aan isaas, dhabni isaas, nama qora. Yeroo kamittuu, baafachuufis ta'e ofirraa galchitanii boqochuuf, Maashinni ATM ammayyaawaan keenya, isin cina jira.

ይህ ጥሬ ገንዘብ ሸክሙም፣ ማጣቱም ፈታኝ ነው። በማንኛውም ጊዜ ለማውጣትም ሆነ ገቢ ለማድረግ፣ ዘመናዊው የኤቲኤም ማሽናችን ከጎንዎ ነው።
#Coopbank #SmartATM #24HourBanking #CashMadeEasy #ModernBanking #BankAnytimeAnywhere
👍2417🥰2
2025/07/14 01:03:33

❌Photos not found?❌Click here to update cache.


Back to Top
HTML Embed Code: