Telegram Web Link
Forwarded from KMN
ጉጂ ይፀዳል ስልህ

አንተ ወደ ግብፅ ተጉዘህ በጊዛ ፒራሚድ አይተህ ሊሆን ይችላል ፤ ወይም እንደ አልኬሚስቱ እረኛ በጊዛ ተገኝተህ ህልምህ እንዲፈታልህ ሽማግሌ ጠይቀህ ሊሆን ይችላል ፤

መርሀባ

እኔ ግን ህልሜን በሜኤ ቦኩ ማስፈታት ብቻ ያምረኛል ፤

አንተ BBC ሲል ሠምተህ Seven Wonderers የተባሉ ፈረንጅ የስልጣኔ ማማ ያላቸውን የቁስ ስልጣኔዎችን ደጋግመህ ጎብኝተህ ሊሆን ይችላል ፤ አንደበትህ ደጋግሞ
"Wow ፣ Marvelous ፣ Fabulous አጃኢብ " የሚሉ ቃላትን ያወጣም ይሆናል ።

መርሀባ

ልቤ ግን አስመሮም ለገሰ ስለተራቀቀበት ገዳ አብዝቶ ይቃትታል ፤ ነፍሴ ከጉጂ ንፅህት ነፍስ ጋር ይህን መባባል ትመርጣለች።

ጉጂዋ Yooyyaa ሲለኝ Yooyyaa ብዬ መልሳለሁ ፤ ከዚያ ደግሞ
Nageenni keessan badhaadhaa? ብዬ ስጠይቀው
Badaadha keessan badhaadhaa? ብሎ ይመልሳል ፤
Badhaadha ብዬ እፈወሳለሁ ።

አንተ በቤኪንግሀም ፓላስ ተገኝተህ የንጉሳዊ ስርዐት ክብረበ0ል ተመስጠህ ወይም በለንደን ሀይድ ፓርክ ተገኝተህ ሠዎች ያሻቸውን ሲሉ ወይም በእንግሊዝ ፓርላማ ክርክር ቀንተህ ፣ በክርክሩ መሀል ፕሬዚዳንቱ ላይ የተቃዉሞ ጩኸት ሲያሰሙ ተመልክተህ ሊሆን ይችላል ፤

መርሀባ

እኔ ግን እንደ ኤይፍል ታወር ሞገሳሞቹን ጉጂዎች ያልተዛነፈ ሰልፍ ማየት መርጣለሁ ፤ በቀደመው አባ ገዳ እና በአዲሱ አባ ገዳ መሀል ያለው ፍፁማዊ የስልጣን ርክክብ ዉስጥ ያለው ዲሞክራሲ ይረቅብኛል ፤ ከሀይድ ፓርክ ጫጫታ ያ የጉጂ ሉባ ፊት ፊት እየቀደመ የህግ ቃል ሲያወጣ ይገዛኛል ፤

አንተ ከሲሴሮ ደጃፍ ጥበብ ፍለጋ ባዝነህ ፣ ሮም ሄደህ የሮምን የፈራረሱ ህንፃዎች ስር አጎንብሰህ ቫቤኔ ልትል ትችላለህ ፤ አንተ የቻይናን ግንብ ተደግፈህ ማስተዋልን ፍለጋ ኮንፊሽየስ ደጃፍ ተንበርክከህ ሊሆን ይችላል ፤ ማርክስ ደጃፍ ጀርመን ተቀምጠህ Autocratic constitution እና ፖለቲካል ሳይንስ ጥበብ ልትቀዳ ድክ ድክ ብለህ ሊሆን ይችላል ፤

መርሀባ

እኔ ግን የውስጥ ውበቴ ይሻለኛል ፤ ጥበብን ፍለጋ ውቅያኖስ አላቋርጥም ፤ የኔ እውነት ጉጂ ዉስጥ ነው ፤ የኔ ጥበብ ሜኤ ቦኮ መሀል ነች፤ የኔ ውበት ከአባ ገዳ ጂሎ መንdho (የሀርሙፋ) ወደ አባ ገዳ ጃርሶ Dhuጎ (የሮበሌ) አፍ የሚቀዳ ነው ፤ የኔ እውቀት ላባው ስር ነው ፤ የኔ ማስተዋል indigenous ነው ፤ ከለቻው ስር ተደፍቼ

እውነት
እውቀት
ጥበብ

እቀምሳለሁ ፣ እቀስማለሁ ፤ እመጣለሁ ። ጉጂ ደጃፍ የቀመስኩትን እውቀት ለትውልድ እነግራለሁ ፤ ያየሁትን ለአለም መሠክለሁ ፤ ጉጂ ያለስስት እንካ ያለችን እኔም ያለ ስስት ሰጣለሁ ።በዚያች በቅድስት ስፍራ ተቀምጬ ቦካ እየጠጣሁ እመረ ቃለሁ።

ጉጂ ይፀዳል ፤ ኡፍፍፍ

❤️❤️❤️
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Wan Ta'a Jirtu Ilaali Oromoo

Gochi sukaneessan kun Gujii Bahaa Ona Gooroo Doolaa ganda Saraansar keessatti raawwatame.

Namni isaan akka bineensatti utuu lubbuun keessa jiru ittin taphatan kun waa balleesse utuu hin taane WBO waliin quba wal qabda jedhameetu.

Oromoon biyya isaa irratti waan hin taane hinqabu.

Kana Ilaali Booree Godhadhu

መረጃ፦ይህ ወጣት እንዲህ የሚያደርጉት #በምሥራቅ_ጉጂ_ዞን #ግሮ_ዶላ_ወረዳ #ሳራንሰራ_ቀበሌ ነው ልጁ ጥፋት ወይም ወንጀል ሠርቶ ሳይሆን #ከኦሮሞ_ነፃነት_ሠራዊት ጋር ገና ለገና በግምት ግንኙነት አለህ በሚል ነው ነፍሱ እያለች እንዲህ የምያሰቃዩት....
ኦሮሞ በቄው ምንም ውስጥ የሌለን እንዲህ እያሰቃዩ ያሉት.....

ለያንዳንዷ ዋጋ አሁንም እንላለን እናስከፍላችኋለን....
እንዳትረሳ ወገኔ እንዳትረሳ ኦሮሞ!!!
Forwarded from KMN
#Iccitii hidhamuu Ob. Battee Urgeessaa!

Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa sana Lammaa Magarsaa fi Jawaar Mohammed fa’a yaalanii mata jabina pptiin fashale sun akka haaratti dhukkeen irraa hurgufamee wal gahiin ta’a’amee ture.

Wal gahii kana KFO irraa namni tokko ABO irraa Ob. Battee dabalatee namoonni sadi hirmaatanii walitti qabummaa PPtiin eegalamee ture. Mariin marsaa jalqabaa wixinee yaada irratti walii galtee barbaachisu akka paartileedhaaf qoodamu waliif galamee garee Telegram irratti yaadni wixinee paartileedhaaf ergamee ture.

Yaada wixinee kanarraa wantoonni hir’atan yoo jiraatan ykn yaada dabalataa akka paartileen itti guutanii fi yaadan gabbisanii dhufaniif dhiyaate. Wixinicha keessa wantoota hir’atan jedhan qabatanii wal gahii lammataatif gaafa dhaqan yaada hir’ate jedhan akka kaasaniif carraan paartileedhaaf kenname.

Carraa kanatti fayyadamanii yaadota hafe jedhan hundaa tarreessan. Gareen PP garuu “yaada kana akka yaadatti ni fudhanna ammatti garuu kun haa hafuu yaada wixinee nuti dhiheessine kana mallatteessaa”kan jedhutti ce’an.

Kana gidduutti walii galteen dhibde. Paartileen mormituu (gareen Ob. Battee) fa’a “yaadichi isin fiddan hiree saba keenyaa quucarsa, mirga saba keenyaa daangeessa qofa otuu hin taanee sarbamiinsa mirgaa birootif saaxila jechuudhan nuti hiree oromootirratti daba hin mallatteessinu”jedhanii haalli gara dirqisiisuttu adeemuu fakkaannan wal gahicha addaan kutanii bahan.

Ob. Battee kanatu hiisise:-

~Maalif waan nuti isiniin jenne fudhachuu diddu?

~Akkamitti waan nuti ni ta’a jennee dhiheessine isin mallatteessuu diddu?

~Akkamitti mirga oromoo fi hiree egeree sabichaa murtoo fi kabaja keenya har’aa caalchiftan?

~Kan nuti mallatteessaa jenne isin mallatteessuu malee mirga maal qabduuf ni mormitu?

kanumatu yakka ta’e. Hammanumatu hidhaaf fi ukkaamsaf isa saaxile. Oromoodhaaf qabsoofna jechaa warra dantaa oromootif gaafii kaase sanuu wixinee isaan dhiheessan waloon gabbisuuf keenya malee keessan fafa jechuutu hidhaa dhiira buuse.

Teessoo tokkorra taa’anii dantaa saba tokkootif karaa nagaatin qabsaawuf warra garaa baldhina hin qabnetu isa qawwee baatef karaan nagaa banaadha jedha.

Ammas ni jenna biyya kanas saba kanas hallayyaatti oofurra dhaabbadhaa of ilaalaa. Daandii jaldeessaa qabattan fuuldurri isaa qileedhaa of eegaachaa imalaa!
#FreeAllOromoPoliticalPrisoners
@highlight https://www.facebook.com/share/Z8pt85PK6KwiDzok/?mibextid=WC7FNe
Forwarded from KMN
Forwarded from KMN
Hin Afuufinaa Nu gahee…!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Oromoon biyya ofii irra jiraachuu dadhabee gara Somaaliyaa baqatee achitti hammaattus tolus carraa biyyaa sadaffaa eeggachaa fi jiruu ofii geggeessaa ture …

“sababa walii galtee Somaalii Land waliin goonen ulaa gaalaanaa waggaa shantamaaf arganne”jedhamee MM dabalatee miidiyaalen biyyattii afarsaniin moqaadishoodhaa hanga Hargeessaatti, Buroodhaa hanga Basaasotti reebame ajjeefame.

Ammas kaadiroonni sirnichaa fi warri sirnichaaf afaan ofii kireessee jiraatu akka Keeniyaarraa ulaan galaanaa argamee fi Oromoo Booranaa kan Keeniyaa keessa jiran waliinis walii galtee addaa uumameetti afarsuu eegalaa jiru. Kun ummata Keeniyaa fi siyaasessitoota keeniyaa hedduu biratti gamanumaan gumgummii kaasee jira. Keessattuu siyaasessitoonni Keeniyaa hidda dhalootaa Somaalee qaban gama Twitter gubbaadhan akka waan weerarri dhufeetti kakaasaa jiru. Kanaan duras Pr Somaaliyaa Hasan Sheek akka Itiyoophiyaa waraanuf dargaggoota Somaaliyaadhaaf lolan keeniyaarraa isiniif ergina jechaa turan.Kanaaf kaadiroonni fi faarsee bultoonni afuufuu keessan dura kan Somaalee Land sanarraa maal bufanne jedhaa of gaafadhaa!

Ulaa galaanaa argachuun adeemsa mataa isaa dandahe qaba malee akka waan nama meeshaa bade argateetti hin lallabamu.
https://www.facebook.com/share/6BbNvKFgTnPn6VbM/?mibextid=WC7FNe
Forwarded from KMN
Yakka ittiin himatan dhabnaan “Faannoo fi WB0 walitti qindeessee finfinneetti hokkora kaasisuuf socho’aa jiraashakkine” jedhanii as bahan. Uggum…!

Garaagarummaa yaadaa fi Ijjannoo Ob. Battee Urgeessaa finxaaleyyii waliin qabu miidiyaadhuma Ofiif bulchanirra sagantaa “ሻይ ቡና" jedhurra isaanif jiraa bar. Osoo hammeenya keessan beeku fi hiitanii waan irraan geessan Ummanni beeku nama qabsoo karaa nagaatti cichee imalu dirqidhumaan yakkuun cubbuu abba torbaan falatanii namarraa hin baane dhala.

Qabsoo nagaa waan jedhamuttis balbala cufaa jiraachuu keessaniif ragaadha.
#FreeAll_OromooPoliticalPrisoners

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid0yDM4mEPxmn5GtMRPf1i4eos6Di12B3UiNPEaktWWZTXZfVAddV72MAFo6jTPsq2Xl&id=100088565581632&mibextid=WC7FNe
2024/05/16 22:23:54
Back to Top
HTML Embed Code: