Telegram Web Link
Forwarded from KMN
Mana isaati galgalaan baasaniit rasaasan dhahanii gatan.
Baraan goota awwaalla, dhiitee bariitu hayyuu qarayyoo sabaa of biraa dhabna, ganna dhufaa darbaa sabboonaa coranii ajjeesu nutis tibbuma tokko boonyee dhiifna. Akkanatu nu’i, nutu akkasi!

Barsiisaa Daawwit Bulchiinsa magaala buraayyuu keessa mana Jireenya isaatii galgala tikni mootummaa fi hidhattoonni gandaa dhaqanii qabanii deeman. Buufata poolisii bulchiisa magaalaa buraayyuu keessatti rasaasan erga rukutanii booda baasanii kilinika buufata poolisii cinaa jiru balbalarratti gatanii biraa miliqan. achii namoonni naannoo fi maatin hordofanii waldhaasa olaanaadhaaf Hoospitaala ABET galchanii waldhaansisaa guyyaa sadi yaalchidanis lubbuu isaa oolchuf hin carroomne.

Barsiisaa Daawit Baqqanaa Godina Wallagga lixaa magaalaa mandii keessaatti namni hin beekne hin jiru. Dararaa lafa dhalootaa isaatti irratti raawwatamu ijibbaatee gara buraayyuu erga godaanee waggaa kudhanii ol ta’us amma kunoo warri hidirsaa ture…!

Maati fi hiroyyoota isaa hunda addatti hiriyyaa koo Gamada B Abdisa waaqayyo jajjabina isiniif haa kennu. Kana caala jecha hin qabu😢

በጥይት ራሷን የቻለች ሀገር ይሀዉ ዛሬ ይሄን የሞቀ ቤተሰብ በትናለች:: አዎ ስንዴ ለተራበ ዜጋዋ ድሮን ከምታመርት ሀገር የኚህን እምቦቆቅላ አባት ብትነጥቅ, ለዝህች የሴት ወይዘሮ ባዶ ጎጆ ከነዚህ ነፍስ ካላወቁ ጨቅላዎች ጋር ብታስታቅፍ የስልጣናቸዉ ምስ ደም.. የመሰዊያ ታዛዉ ብልፅግና ነዉ እና የሚገርም አይሆንም::

መምህር ዳዊት ከቡራዩ ቤቱ ተወስዶ ፖሊስ ጣቢያ ቢያደርሱትም እዚያ ግቢ ስልጣን የጀገናቸዉ ፈሪዎች በጥይት ዶፍ ተቀብለዉታል:: ፖሊስ ጣቢያ ዉስጥ ገደሉት እንዳይባሉም ከፖሊስ ጣቢያዉ አጠገብ ባለዉ ክሊኒክ በር ላይ ጣሉት:: እንዲህ ባለ ጭካኔ ዛሬም እኚህን የቤተሰብ መሪ የሀገር ቅርስ መምህር ለስጣናቸዉ ምስ መስዋዕት አድርገዉታል::

https://www.facebook.com/share/15y3A92g4n/?mibextid=wwXIfr
Odeeffannoo guyyaa guyyaan argachuu barbaadu?
Gadaa Media Network-GMN: Facebook page Follow fi Like gochuu hordofuun hin dagatinaa.

https://www.facebook.com/GadaaMediaNetwork
Forwarded from KMN
Namni haadhaa fi ilmoo kana iddoo tokkotti ajjee$e hidhaan cimaa waggaa 28ti itti murtaaye jedhamus waggaa tokko booda horii kafalee bahuudhaan godinuma sana keessa nagaadhan jiruu hoo’aa jiraachaa jira.

“Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Darraatti Caamsaa 26-2016 ALH tti namni maqaan isaa Faannoo Fissahaa Teewdroos jedhamu haadha fi ilmoo xinnaa kana gara jabinaan iddoo tokkotti ajjeesa. Yeroodhaaf too’atamee dhimmi isaa mana murtiitti ilaalamaa turus yeroo muraasa booda murtoo hidhaa cimaa waggaa 28 akka itti murtaaye maatitti himanii gara mana amala sitreessaatti dabarsine jedhanii turan. Haa ta’uutii garuu horii kafaluudhaan hidhaarra bilisa gadi lakkifamee amma godinuma sana magaalaa Fiichee keessa nagaadhaan jiruu hoo’aa jiraachaa jira.

Qaamolee Seeraa fi ummanni Oromoo miidhamni maatii keenyaa isinitti dhukkubsu hundi sagalee nuuf ta’aa”

https://www.facebook.com/share/1AkeSnoRbw/?mibextid=wwXIfr
The economist oomishniifi al-ergiin qamadii hanga jedhame miti jedhus mummichi minsteeraa Itoophiyaa biyyattiin oomisha qamadiin bara kana Afirkaa irraa sadarkaa duraa irratti argamti jedhan.

Barruun 'The economist' jedhamu Itoophiyaan oomisha qamadiin of danda'uurra dabartee alatti ergaa jirti kan jedhu soba ta'uu erga saaxilee torban osoo hin guutiin muummichi minsteeraa Itoophiyaa Abiy Ahimad paarlamaatti dhiyaachuun qamadii gara alaatti ergaa jiraachuu irra deebiin himan.

Odeessa guutuuf toora telegram channel armaan gadii seenaati dubbisaa 👇
http://www.tg-me.com/GadaaMediaNetworkGMN
2025/06/30 06:49:30
Back to Top
HTML Embed Code: