Biiraa sana eebbisisuu kan Giincitti argame hundi ishee caasaa tikaa fi caasaa galabaati. As miidiyaa kana irratti duraan yaada walabaa barreessaa turan booda keessa gaafa faayidaa isaanii argatan guutummaatti gara caasaa mootummaatti of jijjiiran. Ammas sobanii warri miidiyaa kana irraa akka waan yaada walabaa barreessaanii of fakkeessan jiru. garuu si gowwomsuu isaaniiti. Dhoksaan hojii tikummaatti bobba'anii jiru. Cinattis hojii raayyaa miidiyaa hojjetu. Isaan kana suutuma hordofna rakkoo hin qabu.
Garuu miskinonni miidiyaa kana irraa calliftee jara kana jala yaatuu fi keessan odeessa laattuuf irra of qusachuu qabdan. Warra ilkaaniin kolfaa duubaa qilee si gatudha jarri!

โค36๐ฅ11๐จ5๐2
Birgeedii Odaa Kaarraa Qulqulleessaa jiraโ๐
Milkeessi Waaq๐คฒ
Milkeessi Waaq๐คฒ
โค16๐4
Magaalaa Keessa deemanii ummata nagaatti fokkoruun dhiirummaa miti.
Umaata irraa of quusadhaa warrii haftan!

๐27โค13๐10๐ฅ9๐3๐2
Nagaa Maaltu Jira Otoo Abiy Ahimed Jiruu!
Damballaash Gabre Mikaaโel Nageenyi Finfinnee London Caala Jedhe
Tarkaanfii Leencota Magaalaa Finfinnee
Eda Waxabajjii 15,2025 Magaalaa Finfinnee dhiyoo Sabbataa fi Xoor Haayiloochii gidduu magaalaa Alemganaa bakka mooraa leenjii ispoortii waraanaa PPtti akka isheen sochii qaamaa hojjechaa jirtutti tarkaanfii boombii galgala kana sa'a 1:30tti irratti fudhatamee jira.
โAmbulanceโ tu achii wal-maraa bultee. Hedduutu miidhame!
Injifannoon Uummata Oromoof!

โค20๐10๐ฅ6๐4๐3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akka kubbaa Millaati millachuun aduunyan itti qoosuuti wan jiru kanatti Oromoon waa hubatee laa dhimma Israel ๐ฎ๐ฑ fi Iran ๐ฎ๐ท ?
*********
Kan anga'oon addunyaa kanaa humna waraanaa fi humna dinagdeen wal morkanii wal haleelaa jiranitti inni kan keenyaa dhabbata mana amantiin wal qoode atakaaro keessa yeroon seenuu ilaalan jira.
Isaan kan wal haleela jiran dinagdeef meesha waranaan badhaadhani as deebi'an si garboomsuf wal loluuti jiru wan ta'eef, Oromoon dhimma warra dureeyyi quufni wal ficiisisu dhiisi rakkoo keesso keeti gadii ta'ii mari'aadhu furmaata waara fidii isa Impayeerri ilmaan kee gadii baase rasaasan waadaa jirutti.

โค51๐ฅ6๐1
Anaa Dhufuu
Bahaa Shaggar
Aanaa Fantaalleerra RIBn 3 hidhannoo guutuun WBO bira ga'an jiru.

๐37โค15๐ฅ7๐7๐3
Kan aanaa Muloo sun humna Riphee Lolaa ganama sakatta'aaf baate galgala WBOn magaalaa jalatti eeggatee 6 battalatti ajjeesuun 1 immoo yeroo ammaa madooftee buufata Fayyaa aanichaa jirti.
Ganama kana isheen hafte walitti deebitee marii gaggeessaa jirti.

๐ฅ24โค15๐10
Wallaggaa lixaa warri ganda ijaarra jeette kaate namni 11 qacam godheera abbaan dhimmaa .
๐22โค17๐ฅ4
Inbox Sibuu Siree
Gadheen tola hin jaallattu
Aanaa Sibuu Sireetti dhiyeenya kana qubattooni kan deebite qabutte humna addaa Oromiyaa kan ofiin jettu sana faana WBO loluutti kaanan WBOn akkashen lamuu ol hin jennetti biyyeetti ishee rirrite jira.
IUOf

๐39โค23๐12๐ฅ3
Kibba Lixa Shaggar aanaa Sooddoo Daaccii ganda Bacaqii keessatti diina adabuun injifannoo boonsaa galmeesse jira leencichi.
Injifannoon Uummata Oromoof โ
Injifannoon Uummata Oromoof โ
โค33๐ฅ8๐4๐3
Hanga amma reeffi 19 magaalaa Tarree galee jira.
Magaalii Tarree Sooddoo Daaccii boo'ichaa qofa taatee jirti.
Milishaaf ripheedha kan reeffi magaalaa tarree seene....๐
Danda'ii situu kana filate

๐28โค13๐6๐ฅ3