Telegram Web Link
Godina Iluu Abbaa Booraa!

"Rakkoo fageenyaa malee rakkoo nageenyaa hin qabnu" jette faarsebulaan Iluu

"Taateen kun Aanaa Haluu Ganda kidanemihret jedhamuti kan tae gaafa sanbataa.
Nama Habatamu Alamuu (tiliquu mirinda) jedhamuun beekamuu giddidhan Ambuulaansi gali jedhanin sana booda lakki an hin deemu utuun jedhe diduu sensiisun utuu uummati fi caasaan gandaa dhaabbate adaraa dhiisa jedhe itti iyyuu rasaasa itti roobsun galafatan.
"Oromoon wal ta'i ofta'i kaadire ilmaan keetti xiyyeeffatetti xiyyeedhu".
😒32❀17πŸ‘6πŸ‘1
K/Abiyyi maqaa itti moggaasuun abbaa qabeenya dararuuf fuula isaa garasiitti nanneessuti jira.

Abiy Ahmad Marii hawaasa daldaltootaa (abbootii qabeenyaa) waliin magaalaa Finfineetti taasisen abbootiin qabeenyaa biyyattii nageenya booressuu keessatti dhibbeentaa 60 ol gumaachu jechuun komii irratti kaase jira.

Kana faana bu'uun kaabineef kaadireen hojii abbooti qabeenya dararutti akka xiyyeeffattus ifa bahee jira.
Kadiree ollaa kee jirtutti xiyyeeffanno kee jabeessi.
❀23😁13πŸ”₯3
Oromoo Kaadireen Ilmaan Kee Si Jalatti Fixxe
============================
Dargaggoonni lamaan kun torbee darbe, guyyaa 3/06/25, aanaa Dugdaatti ajaja kantiibaa magaalaa Ogilchaan gara jabeenyan rasaasa itti robsiisun ajjeefaman.
😭33❀7
Eeruu
Beekam Turaa, bulchaan Aanaa Aqaaqii kan joollee jahan galma Waaqeffannaa keessaa baasee ajjeechise sun kana.
Oromoon Kaadiree ollaa keeti ilmaan kee fixaa jiruutti xiyyeeffadhu!
❀28πŸ‘14😭9πŸ”₯6πŸ‘1
Gaambeellaa
GPLF (Riphee Lolaa Gaambeellaa ) Akooboo Bakka jedhamutti RIB waliin Lola Addaa irra jiru.
πŸ”₯33❀8πŸ‘3πŸ†2😁1
Hawaasa kana jireenyan kan ajjeesaa jiru Impayeerri kun ammammoo lola haaran gadii bahee jira.

Innis hanga yoonatti deggersa dabalatan hawaasi kan itti tajaajilamaa ture Boba'aa ( Gas ⛽️) irratti tax percent 15 akka itti ida'aamuf mana mareef dhiyeesse jira.
Adda durummaan galii birr Billion 3 irraa argachuuf Impayeerichi kan itti kayyeeffate keessaa:
~Boba'aa
~Shukkaraa fi
~Ashaboo yoo ta'u isaan kaanis wal duraa duuban tarreeffamani jiru.

Hawaasi adeemsa Impayeera kana irratti dammaqu baatus adeemsi kun meeshan wal waraanu caalaa kan hawaasa keenya ajjeese lafarraa duguugu ta'u hubachuu qaba.
❀33😑10πŸ‘3πŸ”₯2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ergaa Jabduu

Mootummaa amma Jiru Kana Uummatatu Lolu Qaba.

Mootummoonni Addunyaa sabaa isaani hin lolani maalifin bakki kufaati isaani boruu biyyuma sana waan ta'eef mootummaan niitii warra Adii ta'e kun uummaata isaa kallaatti hedduun lola innis
~ Hiyyummaan
~ Qawween
~Hawwasummaan waan danda'un uummaata kana xaxa keessa galchee harka duwwaa ajjeesaa oolaa.
❀30πŸ‘6πŸ”₯2
✍️Kun oduu gadda osoo hin taane gumaacha lubbuu ayyaana bilisummaa fi goonni gumaachuudha.πŸ’Š
Gootaf wareegamni cidha malee gadda miti.βœ…οΈ
Goota kaayyoon isaa sabasaa roorroo keessaa baasee boqachiisuuf waa lama isarraa dirqama. πŸ’Š
1 karaa kamiin haa ta'uu diina isaa buqqisee saba bilisoomsuudha.
2 wareegamee daandii dhugaai saaqee dhaloota itti hiriirsuudha
Kanaafuu gootaan hin gaddinu.‼️

✍️Qabsoon hadhooftuudha. Garuu wanti duuba jiru bilisummaan aannani nama beekutu dhuga.βœ…οΈ
✍️Maatii qabsaawota ajjeessuu hidhuun. Qabsaa lafisee qabsoo gufachiisu osoo hin taane daran onnachiisa. πŸ’Š
Otoo maatii qabsaa'otaa ajjeesuuf daarruu buqqisuu fi qabsaawota toorshii gochuun nama milkeessa ta'ee tigraan caalaa wanni itti milkaa'u hin jiru. πŸ’Š

✍️Wareegamni maatii qabsaawota wareegama qabsaa'aati.
Wareegamni qabsaa ammoo du'aa saree fi jeedalaa otoo hin taane. Wareegama sabaati.
Sabni gumaa isaa eessa akka baafatuuf akkamitti akka baafatu tolchee beeka jechuudhu kooti.

Abbaan jaal sabaaf Galga'uu abbaa oromoo hundaati.
😭44❀34😁3πŸ”₯1
Ollaan keenya Sidaamni utuu nun hin beekin biyya taate moo namni Alamayoo Ximotiwoos jedhamu fonqolcha motummaa gaggeessuf utuu jedhu qabanne kan jettuf. 🀣
😁25πŸ‘10❀9πŸ”₯3
Wallagga Lixaa aanaa mana Sibuutti PPn hanga'oota koo hidhee jechuun of haareessa jirti
============================
Kan hidhaan itti murtaa'es
➊ Bulchaa Aanaa Mana Sibuu Gammachiis Sirriqaa waggaa 7.
βž‹ Itti Gaafatamaa Buusaa Gonofaa Beekuma Qajeelaa hidhaa waggaa 2
➌ Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Birraatuu Tafarii hidhaa waggaa 1 yoo wal adabduu

Bulchaa Aanaa Sayyoo Noolee Abbayyaa Dabalaas hidhaa waggaa 8ti itti murreerra jetti.
Hawaasa kana saaman isa kaan ajjeesanii ija uummata duraa wal dhoksuun adeemsa duruma bara Muktaar ffaa irraa daddarbaa wan dhufeef nuf harayaa miti.
Oromoon kan fedhu "Birmadummaa" dha.
❀38πŸ‘11πŸ₯°4πŸ€”2
Injifannoo
WBOn Zoonii lixaa Aanaa Gudayyaa Biilaatti tarkaanfi guggubduu fudhateen 8 harkaan qabe jira.
IUOf!
πŸ”₯31πŸ†13πŸ‘10❀6πŸ–•1
Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo Qawwee guban
============================
Pirezdaantichi guyyaa har'aa meeshaalee waraanaa harka nama dhuunfaa turanii fi 'rakkoo nageenyaa natti fiduu malu' jechuun shakkan 6000 bifa kana fakkaatuun walitti qabanii gubaniiru.
Qawwee tanniin ulaagaa kamiin akka namootarraa funaan himamuu baatus dirree irratti abidda yoo itti bobeessan muul'ataniiru.
😁33❀19
Aanaa Sabbataa Awwaas magaalaa TAFKII keessatti Birgediin Caffee Tumaa cibraan malkaa hawwas injifanoo Cululuqaa Galmesee jira. Heedduu harkaan qabuun
Meshaalee heduus dugdaa dinaraa hikuun galii moraa qabasoo godhee jira.
πŸ”₯34❀22πŸ‘7
Haroo Limmuu😒

Hojjetaa Baankii Daldala Itoophiyaa Damee Haroo Limmuu kan ta'e Waggaarii Moosisaa Ittichaa nami jedhamu kadireen Shaneef Maallaqa daddabarsita jettee qabdee mana hidhatti darara hamaa erga irraan gahaaa turteen booda dhukkubsatee mana yaalaatti osoo yaalamaa jiru damdamachu dadhabe du'aan addunyaa kanarra gargar bahee jira. 😒
Akka odeeffanneti hanga'oon baankichas wan baankichi gochuuf maluu dhorkachuun gahee diinummaa isaanille akka bahaacha jiran bira geenye jirra.
Kan boqotee lubbuu nuf haa maaru isa kaan akka itti wal gaafannu ni qabaanna.
Oromoon kaadire ilmaan kee si jalatti fixaa jirtuutti itti dammaqiπŸ‘‹
😭51❀34😒5πŸ”₯3πŸ₯°1
2025/07/13 14:10:05
Back to Top
HTML Embed Code: