Telegram Web Link
Dubbiin leenji kaadire Hawaash wan gatate:

Kaabinee leenjii waraanaarra jirtu keessaa 65 obbaafatteetti.
165 ammoo miliqxeetti.
Warri itti hafte ammoo yeroo dhiyooti gara qe'etti wan deebituf Qeerroon qiyyafannoo kee tolchii!
πŸ‘39❀9😁4πŸ‘Ž3
Injifannoo cululuuqaa

Leeconni WBO Zoonii Kibba Bahaa Godina Arsii Lixaa Keesa Socho'u Tarkaanfii Laalesaa kanbii diinaa irratti Fudhateen Kaanbicha Gutumatti barbadeese Diinoota Achi keesa Quphate keessa
~60 Battalumatti Yoo Ajjeesu
~35 Madoo Danda'amii hin qabne Madeesee
~10 Immo Harkaan Qabateera Waan Kabicha keesaa Jiru Hundaa dhufatee Mooraa Qabsootii Galii Godheera.
Iniiffaanoon ummataa Oromoof
πŸ”₯38❀31πŸ†11
Deegartoonni Walaayittaa Dichaa Guyyaa Har'aa Waraana Abiyyiin Ajjeefaman Amma Sa'aa Kanaatti Nama 5 ta'eera.
πŸ‘25❀9πŸ”₯5
Gootichi Abdiin sabaa
WBOn Galgaleessee
Itti Seenuun Naannessee Raasaa jiraa ✊πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

Milkeessi waaq ✊πŸ’ͺ
πŸ†51πŸ‘15❀12πŸ‘4
Qeerroon Jala Bu'ii Adda Baasi

"Konkolaataan lobbed track kannen lakkoofsa gabatee biyya keniyaa ta'e yeroo dheraaf meshaa contineran fe'ame kallatti Kibbaa irraa Lixa Wallaggaa Gimbii kambii RIB biyyaati bu'a jiru". Kana hordofii.
πŸ‘44❀17πŸ”₯3
Injifannoo Caanqaa

Abdii Fi Gaachanni Uummata Oromoo WBOn galgala kana Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sadii Canqaa Ganda Cirrachaa jedhamutti turtii sa'aa 1:30 keessatti tarkaanfii fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Sa'aatii ammaa Waraanni RIP daandii maqa Ganda Koomboo fi Cirrachaarra dhaabbattee jirti!

Injifannoo bal'aan walitti deebina.

WBOn haawaaru!
πŸ”₯14❀10πŸ†2
Jolleen kaleessaa Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Daacitti galma Waaqeffannaatii waraanni fashistii Impayeera fuudhee rashane suuraan isaani kana.
😭51❀13😱2
Teechumni Yilmaa Mardaasa Galgalaan Itti Bulluqeera.

Teessoo Humna Qilleensaa Empaayeeraatti Magaalaa Biishooftuu.
Kaambii Maakkalakiyaa Ganda 01 keessatti argamu lafa walitti qabama Ajajootni waarananni pp Argaamanatti odessuma keessoo moorichaa irraa argaateen Taarkaanfii Haaleellaa boonbii fudhaatsmeen
~4 du'aan Adaabee
~5 n madoo ciimaan adaabee jira.

IUOf
πŸ”₯47❀31πŸ†4πŸ‘3😁1
Waan dabaati

Yuuniversiitii Wallaggaa ammas badii seenaa itti fufee Jira. Barattoota abiddaatti oofaa jira yeroo ammaa kana barattoota qormaata kuftee abdii kutattee jirtu raayyaan ittisa biyyatti dabalamaa. miindaa siniif kaffalaa akkasumas digrii jalqabaaf isinii kennaa jechuun beeksisa baase gowwomsa jira.
Kanaaf ilmaan Oromoo mootummaa bututee kufaa jiru kanatti dabalamtanii waliin hin salphatinaan dhaamsa keenya.
πŸ”₯21❀12😁6
Dhimmoota Yeroo Ilaalchise Ibsa ABO-WBO Irraa Bahee.
πŸ‘14❀8πŸ‘Ž3πŸ”₯3
Kan armaan gaditti mul'atu kun lafee Loon hongeen dhumee sitti hin fakkaatin.
Lafee Oromoo Qulqulluu loltoota Impaayera Itoophiyaatiin Wallagga Bahaa Aanaa kiiramuutti ajjeefamanii bosonatti gatamaniiti.

Oromiyaa guutuu keessaa akkanumatti ajjeefamuun itti fufee jira.

Oromoo dammaqi!!😭
Lafa jirtutti quba wal-qabaadhu
😭33❀10πŸ”₯4😁1
2025/07/13 20:44:59
Back to Top
HTML Embed Code: