Telegram Web Link
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii kibba bahaa humna haaraa leenjisaa ture eebbisuun bobbaasee jira.

Waraanichi Ummataaf gaachana ta'ee ukatti qabachuun, Ummatichis Aanniisaa furmaata rakkinaa kana Onneetti qabachuun imala jireenya dukkaanaa keessa gara ifaa taasisaa jiran akka jabeessan hawwiin qaba.
πŸ‘34❀17πŸ”₯3πŸ†3
Presidant Ibraahim Tiraayoreen riifoormii sirreeffamtootaa haaraan as baheera. Hidhamtoonni fi warri murtii eeggachaa jiran amma qonna irratti hojjechuu danda'u. Hojiin ji'a tokkoo labsii haaraa kanaan adabbii isaanii ji'a sadiin hir'isa.

Pirezidaantiin Ibraahim Tiraawooree akka jedhanitti, "Har'a irraa eegalee hidhamtoonni keenya qonna irratti kan hojjetan yoo ta'u adabbiin isaanii hir'ifama. Seerri keenya sonawwan Afrikaa calaqqisiisuu qaba."

Itti dabaluunis biyyoonni Afrikaa hedduun ammallee mala adabbii fi deebisanii dhaabuu bara koloneeffataa fayyadamu jedhan. Biyyi keenya dargaggeessa humna omishaa mana hidhaatti naqxee eegdu asirraa waa baratuu qabdi. Dargaggeessa meeqatu shira siyaasaan omishtummaafi jireenyaan ala ta'aa jira.
❀45πŸ‘6
Murni faashistii PP magaalaa Finfinnee keessatti hojjeta waltajjii teessisaa jiraachuun barame

ONM-ABO | Waxabajjii 3,2025

Guyyaa har'a Waxabajji 3,2025 gareen maafiyaa Bilxiginnaa hojjettoota mootummaa kutaa magaalaa Finfinnee hundaa keessatti marii dhimmaa haalaa yeroo irratti jechuun walgahii teessisaa jiru.

Impaayera Itoophiyaa keessatti gaaffiin mirgaa gama hojjettoota mootummaa keessumaa barsiisotni kaasaa turan, ogeeyyoota fayyaan erga jabaatee gara lagannaa gabaatti ce'een booda qe'ee PP keessatti goolamni cimaan uumamee jira.

Mariin ammaa kunis sodaa hojjettoota irraa qaban irraa kan ka'ee sektera sekteratti addaa fo'anii qofa qofatti marii gochaa jiru.

Akka odeessa hojjettoota magaalattii irraa argannetti hojjettoota aanaa magaalattii tokko bakkaa 10 fi isaa olitti addaa fo'anii marii godha jiru. Kunis akka hojjettootni yaadaan wal hin gargaarree fi gaaffii irratti wal hin tumsineef akka ta'e himaniiru.

Marii kana irratti Bilxiginnaan kijiba nama qanneessuu dubbachuun gocha isaanii qabatamaan ijan argamu nu miti jechuun haalu.

Maqaa misooma magaalaa namoota humnaan buqqa'an haaluu, ajjeechaan akka hin jirre, jireenyi uummataa fooyya'uu, guddina, faayidaan hojjettoota eegamaa jiraachuu faa qaanii maalee kaasu. Hojjettoonni ammoo yaada kana kijiba ta'uu hhubachuun gaaffii kaasuu dhiisanii taajjabbiin ilaalaa jiru.

Maddi: Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
❀51πŸ‘12
Odeeffannoo RIB

Sababii isaani qabatamaan beekamu baatus Jeneraalonni Abiy Ahmed
6 ta'aan Si'a tokkotti walfaana
Hojii Dhaabuu Isaanii Beeksisanii
Jiru.
Isaanis
1. Birgeder Jeneraal Maariyyee
Bayyanee
2. Bir/Jeneraal Abbabee Bayyanee
3. Bir/Jeneraal Daawwit Yohaannis
4. Bir/Jeneraal Kaasaa Damisee
5. Bir/Jeneraal Alamuu Ayyalee
6. Bir/Jeneraal Siisayi Walanee
Jedhamu.

Yaa Oromoo Impayeera cabdee burkutawaa jirtu faana kaachu dhiisi WBO kee cina wan dandeessun dhaabbadhu.
❀67πŸ†23πŸ‘8πŸ”₯6
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Qabsoon Bilisummaa dhiiga warra biyya jaallatuun goolabamti!
~~~~~~~
Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO
Qabsoo bilisummaa jechuun adeemsa (toora) sirna bittaa, hacuuccaa , kolonii, saaminsa, ajjeechaa, fi gidiraa namtokkee ykn gartuu gurmooftee jirtuun saba tokko irra qaqqabu hundeen diiganii,harcaasanii fi buqqisanii dhamdhamaa fi urgaa bilisummaa haqa irratti ijaaramte saba tokko goonfachiisuti. Walabummaa fi birmadummaa saba tokkoo kan silaa heerri uumaa namaaf laatee irrummaa fi dhiphummaa gartuu dantaa(sadoo) irratti ijaarramteen saba irraa mulqamee ture haqummaa irratti gurmaa'un mirga irreen fuudhamte irreen deeffachuuti! Qabsoon baabura. Imala dheeraa imaltoota bakka maddaatii kaasee hanga fagaachaa deemu isa kaan harcaasaa isa kaan dabalataa hanga xummura isaa deema . Inni imala eegalee irraa harca'u; kuun imala isaa xummuree inni kaan qilleensa baabura sanaa dadhabeetu harca'a. Inni karaatti dabalamu hanga barbaachisu imaluuf itti gora.akkasuma warri imala sana haalaf akka osoo hin ilaalin xummurus numa jira.

Karaan qabsoo ammoo bu'aa ba'ii karaa dheeraa fi daddaaqqamaa, dararama, akkasuma shesheellataa waan qabuuf obsa dhabeeyyii fi danta qabeeyyin geggeessuu hin danda'an. Obsa dhabeeyyin haala fi akka ilaalun gaafa tolte geggeessaa gaafa hammaatte ammoo dhiisanii ba'u, diinaf saaxilu, bakkeetti gatanii galu! Danta qabeeyyin ammoo silas sadoo barbaacha waan jiruuf qabsoo sabichaa maallaqaan jijjiirrata, bakka ulaagan jirreenyaa guuttef filata! Mi'aa dantaa(sadoo) dhuunfaa malee mi'aa bilisummaa hin beeku! Warri kun guutummaatti qabsoo bilisummaaf geggeeffamu fiixan baasuu hin danda'an!
Qabsoo haqa qabeessa geggeessun ofganuu, Onneen machaa'uu, haala mijataa jibbuu, xurree sodaa irraa maquu, mataa dhuunfaa dhiisanii mataa biyyaan yaaduu, ofkennuu gaafata. Qabsoon galma ga'uuf imala gootu keessatti qabsaa'ota sooratti! Warra ofduuba hinjenne kan haqaan of kennan Arjoomtota! Warra sodaa hin qabne gootota sooratti! Egaa Bilisummaan dhiiga warra biyya jaallatanii fi kabajan qofaan dhufti!

Walabummaa biyya fi bilisummaa ofiif lolanii ijibbachuun ummata Oromootiin hin jalqabamne. Kan nama injifate namatti boonuun, namatti roorrisuun, tuffachuunii fi saamuun carraa uummataa Oromoo qofaa irra gahe miti. Oromoo cabsanii, Oromiyaa koloniin qabachuuf, koloneeffattoota Habashaan, hammeenyi dalagame garuu seenaa keessatti fakkataa danuu hin qabu. Erga boojiamee booda roorroo fi saaminsa ummata Oromoo irratti raawwatame hiriyaa baayee hin qabu.
~Ummatootni addunyaa sirna bittaa alagaan qaban hundi Qabsoo Bilisummaa geggeessuun bilisummaa sabaa fi walabummaa biyyaa argatani. Kan saba Oromoos kanaa ala tahuu hin dandau. kanaaf Qabsoo Bilisummaa Oromoo wareegama ilmaan Oromoon har'a gahe fiixa baasuuf obsa, ejjennoo, murannoof kutannoo, ofkenniinsa fi dammaqiinsa, akkasuma arjummaaf gootummaa nurraa feeti!
~Tarkaanfiin fuulduratti tarkaanfannu hundi galma keenyatti tarkaanfii tokko akka nu dhiheessu waan beeknuf itti fufna.

Sadoo dhuunfaa koo ganee sadoo sabaaf aarsaa ta'uu koo caalaa wanti na gammachiisu hinjiru!
❀31πŸ”₯7
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
❀18
Isaan kun Generaalota Abiy Ahmed Kan AANGOO gadhiisuuf Xalayaa Galfatanii xalayaa eeggachaa jiraniidha.
kun kan agarsiisuu Waan gaafa duraa Generaal Raggaasaan Marii ta'erratti gaaffii dhiigni keenya kantuu hin dhangala'in jedhee lolli nu gaha jedhee gaafachaa ture sana kan jabeessuudha. sirni PP hattuufii Waraanaan kan dhaabateedha amma utubaan HUMNA WARAANAA Jedhamu jigaa jira. gaafas hattuun badhaadhe baqachuu malee filannoo biraa hin qabaatu.


1. Birgeder Jeneraal Maariyyee
Bayyanee
2. Bir/Jeneraal Abbabee Bayyanee
3. Bir/Jeneraal  Daawwit Yohaannis
4. Bir/Jeneraal Kaasaa Damisee
5. Bir/Jeneraal Alamuu Ayyalee
6. Bir/Jeneraal  Siisayi Walanee
❀32πŸ‘17πŸ‘8😁6
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Qabsoon Hanga Abbaa Biyyummaatti!

Nama afaan Oromoo dubbatu osoo hin taane nama Oromoo ta'e filattu!

Obbo Damisee Sardaa hundeessa Maccaa fi Tuulamaa keessaa isaan tokko.
πŸ”₯56❀43πŸ‘10
Birgeediin faana
Eebbisaa Addunyaa barraaqan itti cabse akka baala mukati harcaase jira.
IUOf
πŸ”₯33πŸ‘21❀14πŸ†5
Beneshaagul Gumuz
β—†Kabaja Ayyaa Idaal -Adahaa Irratti hawwaasa Musuliimaa Walitti qabamerratti haalellaan fudhatamuun Yakka hamtuudha!
😭31❀23πŸ”₯8
Baga Jalbultii Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaa Geessan!

Teesssoo asii gadiin nu argachuu dandeessu
Galatoomaa!
πŸ‘52❀29πŸ”₯10
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Sigigsii Afuura Kutii
πŸ”₯35❀18πŸ‘9πŸ‘6πŸ†3😁2
Hubadhu Dhiiroo
=============β‰ˆ
Gareen Itoophiyaa kufaati irraa olchiina jedhe online irraa erbee raasu tokko akka waan Jaal Marroon marii isaan irraa qooda fudhateetti labsuutti jirtu soba dha.
Maqaa Jaal Marroon daldaluuti jiru.
❀56πŸ‘10😁8πŸ‘Ž3
2025/07/14 09:53:45
Back to Top
HTML Embed Code: