Telegram Web Link
~Injifannoo Addaa

Gootichi abdiin Oromoof Oromiyaa WBOn Zoonii Giddu Galeessaa Birgeediin Bakkalcha Barii guyyaa har'aa jechuun Adoolessa 03/2025 magaalaa Fiichee jalatti akka baalaatti harcaasee bahe.

Odeessa guutuuf ONM-ABO hordofaa!
DHAYI JALAA!
πŸ”₯23❀12πŸ†7
Ergaa πŸ“₯ Keessoo

Godina Arsii Bahaa Aanaa Zuwaay dugdaa Waajjira Poolisii aanichaarra. Ilaala ijoollee sanyii nagaasaa guuree galee keessa gariin ajj-eeffamtee jirti. Gariin immoo magaaloota irraa naannawa oolti.
Ishee gariin immoo leenjii xoolayii jirti. Waan kanaa wanti kaaseef ijoollee kanatti gargaramnee gandoota baadiyyaa aanichaaf gandoota ollaa aanichaa jiru irratti hojjaachuu qabna waan jedhamee jiru akka of eeggannoo akka godhaniif jaallan hundaaf uummataa akkasumas QBOn biraa naaf ga'ii.

Ani poolisii sabaan oromoo ta'ee Waajjira Poolisii Aanaa Zuwaay dugdaa irraa‼️

~Injifannoo uummata oromoof.
πŸ‘22❀10πŸ†4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Warra adeemsi Impayeera galeef akkas.
Mirgi Booji'aama Yoomu Nu Biratti Eegamaa Dha.

IUOf
πŸ‘27πŸ†14❀13πŸ”₯5
Impayeera Sobaan IjaaramteπŸ‘‡

✍️Carraa hojii miiliyoona 4.5 uumame" Abiy
✍️ Carraa hojii miiliyoona 9.8 uumame" Muferiyaat
✍️ Carraa hojii miiliyoona 11.75 uumame" Paartii PP
✍️ Carraa hojii miiliyoona 3.4 uumame" Ministira Hojii fi Ogummaa πŸ˜€

Hunduu Carraama Argateen Hawaasicha Sobaa Oola😁
😁37❀14πŸ”₯5πŸ‘1
Birgeedii Abiddaa Ganmaan Tumaa Jiraa.
Milkeessi waaqi
πŸ”₯42πŸ†15❀8
Taanan akka warra Jimmaatti loluun.

Kan suuraa ka'aa oole kun humna waraanaa PP Jimmaa yoo ta'u, shaneetu Jimma seenuuf jechuun akkasiin Operation suuraa ka'u itti oolan dha.
Dhamsii nun isiniif qabnu WBOn ajandaa magaalaa Jimmaa to'aachu qaba taanan si isa araqeef caatiin jilba fixe miti republican Gaurd Abiyyi qofaatti leenjifateyyuu akkamitti akka cabsee itti seenu beeka.
Kanaaf qalbii keetti deebi'i qonnaa kee qotaadhu maati kee jiraachisi kaabine haadha garaaf ergamte abiddaan waadamu dhiisiti.
❀44😁19
ODUU_ARIIFACHIISAA

IJOOLLEE OROMOO WARAANA MOOTUMMAA KEESSA JIRTU MARAAF.........

Biltsiginnaan ijoollee waraana keessa jiran irratti marii bifa addaatin mari'achaa turte goolaba akka itti goote odeessi keessoo biltsiginnaa jalaa baate.

MARICHIS:- Ijoolleen waraana mootummaa keessa jiran kan Sabaan Oromoo ta'an WBO tti harka kennachaa jiru, Kan sabaan Amaaraa ta'an immoo Faannootti harka kennechaa jiru.
Nuti asumaa biiroo teenyee akka nama waraana qabuutti dhaadachaa jirra, garuu waraanni keenya badee dhumaa jira jettee marii gochaa turte.

πŸ‘‰Marichas bifa kanaan goolabdee jirti.
Ijoollee Oromoo taate hunda tokkoo lamaan funaannee hundayyuu gara lola daangaatti ergina.
Lola faannoo, tigree, Ertira fi kkf tti erginee lolchiifna malee ijoolleen Oromoo yeroo dhiyoo keessatti WBO tti makamtee nu harkaa dhumti jettee murteessitee kaate.

πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰HUBACHIISAπŸ‘ˆπŸ‘ˆπŸ‘ˆπŸ‘ˆ
Ijoolleen sabaan Oromoo taatanii Oromiyaa keessa jirtan hundii keessanuu Biltsiginnaan lola isin hin ilaallannetti isin oofuuf waan karoorfatteef yeroo gabaabaa keessatti tooftaa mataa keessanii fayyadamuun gara WBO tti akka makamtan isiniif dhaamna.

Warroonni WBO tti makamuuf osoo fedhii qabdan olola garagaraa sodaachaa jirtan WBO jechuun Obbeelleewwan keessan akka ta'an beekaatii shororkaa keessaa ba'aa.

WBO'n akka isin itti yaaddan sana osoo hin taane obboleessa keessan waan ta'eef yoo barbaaddan haala jiru hunda isiniif mijeessee gara maatii keessaniitti isin galchuu danda'a.

Kanaaf Ijoolleen Oromoo yeroon of baraaraa isiniin jenna.

Dabalataanis WBO'n obboleewwan isaanii simachuuf hamilee guutudhaan eegaa akka jirus abdii qabna.

SHARE Gochuun ijoollee Oromoo hunda biraan nuuf gahaa.

IJOOLLEEN OROMOO YEROODHAAN OF BARAARAA

Oromiyaan Biyya
❀64πŸ‘9πŸ‘8πŸ‘Ž4
~Birgeedii odaa kaarraa cibraan barbadaa saafaa bariidhaan irraa hiikaa jira bireeniin tokko galii taheera!.
πŸ†34❀9πŸ‘7πŸ”₯7
Eeruu
Aanaa Diiggaa fi Saasiggaa PPn RIB kaasuun warra riphee ofiin jettu bakkaa buusaa jiraachun barame
😁25❀6
Cibraan Barbadaa Saafaa Ilu Abbaa Booriitti akkasitti irraa hiikeera.
IOUf
❀25πŸ”₯11
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
❀4
Gujjii lixaatti leencichi barii barraaqan biyyeeti ishee makeeraπŸ’ͺ
IUOf
πŸ”₯15πŸ†8❀5
~Garee Hattoota maqaa WBOn maallaqa saamaa oolan

~ Dabalii kabaa
~Amaanuel kabaa
Fi Warreen lamman kunneen ammoo caasaa isaan wan ta'aanif murtoo isaa isinumaaf dhiisera.

Account isaan dhimma itti bahaan
πŸ‘‡
Awash bank

01320504896900 fi

01320900305700

Toorri Bilbila Isaan
πŸ‘‡

0903031304

0928205990

0955103894
❀31✍2😱1
Buunnoo beddeelleetti Inispekter Liidatu Xurunee jedhama, WBOn mataa irraa ejjennaan ppn hundinuu boo'ichaa guddaa boo'aa jiru😫
Qe'een qe'ee boo'ichaa ta'eera😁
😁37❀23πŸ”₯10πŸ‘7
2025/07/08 15:40:07
Back to Top
HTML Embed Code: