Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dubbiin gara tigraay jabaattee jirti.
Kaaba ittoopiyaatti lolli haareffamee eegale.
Lixa tigiraay fuula umaraan kibba baha tigiraay karaa affaariin lolli erga eegalee torbee ta'eera.
Tplf ammoo waraana ishee sirriitti bobbaasaa jirti.

π₯±29β€13π9
Impayeerri Kun Bakka Bu'aanshe BRICS Keessaa Ari'amuushef Activistoonni PP Maaf Wa Jechuu Dadhabanii?π€£
Russiaβs Foreign Minister Sergey Lavrov takes part in family photo ceremony together with the heads of delegations, partner countries, invited states and executive bodies of international organizations and structures at the XVII BRICS Summit
π Rio de Janeiro, July 7
#BRICS2025
"Saree mana lamaa nyaattu warabeessatu karaatti nyaata" jedha Oromoon

β€28π6
Of Eeggannoof
Godina Qellem wallaggaa Magaalaa Canqaa yeroo ammaa kana RIB kellaa hiitee sakatta'insa godhaa jirti ;

π20β€4π₯4
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Itti Dhiyaadha!
Gaaffiif deebii Aartist Keekiyyaa Badhaadhaa official waliin goone harβa waaree booda Saβatii 11:00 akka Itoophiyaatti qabannee isiniif dhiyaanna!
Aartiin Sagalee Uummataati!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Irraan Hordofaa β

π₯25β€17π3π2
Kun Oromoof Salphiina isa dhumaaf isa guddaa dha.
PPn qabeenya biyya kanaa nyaatte fixxee amma moo gara bineensa bosonaatti ce'uun "Gadamsi" baddaa tokko doolaara kuma 15n akka adamsamu hayyama kennani jiran.
Yeroo ammaa kana Gadamsi baddaa kun baayyinaan kan argamuu naannoo Oromiyaa gaara Arsii fi Baalee akkasumas Hararge Lixaa keessatti kan argamu yoo ta'u lammiileen biyya alaas dollar Kuma 15n kaffaluun akka adamsanif eyyamameef jira.
Kanaaf Oromoon wal ta'i qaama biyya keef qabeenya kee dabarsee gurguree balleesse baduuf deemu dura dhabbadhuu of irraa darbii.
Oromiyaan Biyya!

π21β€13π₯6
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Seenaa Rirmi Hin Nyaatu
Fardi TPLF yoo TPLFn qeeqee hawaasa amansiifachuu yaalu.
Jarri kun warra taayitaa jara irraa argachuuf jala hafamaa turan.
Har'a garuu leenca ta'anii warra kaan komatu. Sun hiika hin qabu. Mi'aa barcumaatu akkas godha.
Jarri tokkuma Dhayi Jalaaβπͺ

β€24π7π3
Injifannoo Urrummuu
Iluu Abbaa Booraa Aanaa Urrummutti Gootichi Akka dansaatti Adabeeraπͺ

π₯29β€12π10π2π2
Injifannoo Gindabarat
Zoonii GG Lixa Shaggar Abuunaa Gindabarat Ganda Gaajoo
Diina sakatta'iinsaf bobbaate irratti tarkaanfii fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira.

π₯21π12β€10π8
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Oromoon Hanga Yoomitti Of SobaaβοΈ
============================
Taaten kun kan raawwachaa jiru βGodina Jimma Aanaa Omoo Naaddaa Magaalaa Allee keessatti hawaasa gibira humnaa ol itti fidanii Ummanni ofirra kaffaluu dadhabnaan balbala manaa ykn ulaa mana namaa akkasuma kellaa hunda irra bubuqqisanii waajjira gandaatti guuraa jiru.
Motummaan motummaa keenya jettani Impayeera of irratti goobsuun kun hin gahaa Oromoo.
Tokkummaan ka'i ofirraa darbii.

π±14β€6π3π₯2
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Odeessa Keessooo
1.Naannoo Finfinnee /Shaggar/ dabalatee, Godinaalee Arsii fii Shawaa Jimmaa hanga Wallaggaa tti command post jalatti akka bulamu murtaa'e jira.
2.ABO-WBO lafa quubsuma isaanitti dhaqanii waraanuu irraa gara uummata keessa galuun Qeerroo fi Qarree jajjaboo hidhuun warra hidhata ABO-WBO Waliin hidhata qaban ajjeessuu fii hidhuu
3.Tigraay irratti waraana banuun gareewwan.Amma Affaar keessatti leenjisaa turte utubuun.Tigraay Dhuunfachuu kan jedhu yemmuu ta'u
4- Faannoo waliin hanga Waraanni Tigray gara bahetti baramutti maqaa Negotiation jedhuun lafarra harkisaa. gagga'ama Waraana irra jalaa gahu hir'isuu hanga Waliigaltee waraana dhaabutti itti adeemuu kan jedhuufii
Akka Oromiyaatti Command Post kan hoogganan Fikaaduu Tasammaafii Araarssaa Mardaasaati

β€16π€7π€£5π₯2
βNamni suuraa argitan kun Xaahih Mahammad jedhama.
Hojjataa waajjira faaynaansii Godina Baalee Aamnaa Harannaa Bulluqi.
Gaheen isaa too'ataa adeemsa bittaafi faanaansiiti.
Guyyaa lama dura nama amma dura bulchaa Aanaa Harannaa Bulluq ture kan amma itti gaafatamaa waajjira badhaadhinaa Aanaa Diinshoo ta'een magaalaa Goobbaa keessatti ajjeefamee bifa agartan kanaan boo'oo bishanii keessatti gatan.
Sababni ajjeechaa kanaas namicha bulchaa sun gaafa angorra jiru maallaqa saamaa waan tureefi amma qoratamuu waan eegaleef, nagahee sobaa qabatee dhaquun Xaahiroo kanaan naa mallatteessi, qorannaa jalaa na baasi jedheen. Xaahiroon didnaan bulchaan sun waahila ofii kan itti gaafatamaa ijaarta paartii badhaadhinaa Diinshoo ta'e tokko waliin ajjeesan. Dallansuu ummataatin kan hidhaman ta'us, himannaan itti hin banamne.
Jarris amma baana jedhanii dhaadataa jiran.β

π28β€19π5π₯3
Haroo Limmuutti
Waraanni mootummaa PP 6 gara WBO tti harka kennatan.
Kan haftaniis dafaaπͺ

π26π6π5
Korommiiwwan Zoonii Lixaa Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Aayiraa fi Qellem Wallaggaa Aanaa Daalle-Sadiitti diina adabuu beeksise
β€23π9π4