Telegram Web Link
Ijoolle Hayiluu Gonfaaf(Gantuuf)

Jabina Waraanicha otoo hin jaalatin ammaa akkaa dubbaatu nan beeka;..Waraanaa oduu otoo hin taane Waraanaa hojiin agarsiisee dha.
Humnaa lixaa shaggaaritti fe'ama turee dabalatee humnaa dabalataa lixaa oromiyaa irraa dhufee waliin #Kutaa_Waraanaa tokkoo keessa ammaa namaa meeqatu lubbuun jiraa?...Hin jiraan xaa'oo dachee Tuulama ta'aaniru.

Gantoota yeroo darbee "nagaa barbannaa" jechaa nagaa isaani barbaduu fiigichan finfinnee lixaan sanaa gad deebistani RIB keessa facaastani gadi eergitani turtaan!. Kun illee cubbuu dhaπŸ˜ƒIsaan keessa kan ol deebi'e galee jiraa?.. Hin jiruu. Bakkaa isaan jiraan uummaata lixaa shaggaar fi dachee lafaa sanaa gaafadha!

Maalumafu lollii fi olollii gargarii sammuu waa'ee kofoo ( Surree) haasa'uu otoo hin taane. Sammuu tarsimoo fi saayinsi lolaa jijjiiree lolee lolchiise diina gubaa ooluutu dirree irraatti hafee jiraa.
❀39πŸ‘15πŸ”₯9πŸ†8
Bahaa Oromiyaatti milkiin galeera jajjabeen abdii sabaa.
πŸ†38❀18πŸ‘2
Aanaa Mana Sibuu

Impaayerattii keessatti maqaa ABO shanee itti moggaasuun Raayyaan Ittisa Biyyaa lubbuu qotee bultoota suuraan isaanii armaan gaditti mul'atuu kana gara laafina tokko malee maatii gidduudhaa erga qabee booda meeshaa harkatti mul'atu kana itti kennuun, bool'a qotadhaa jedheenii gara laafina tokko malee rasaasa itti roobsuun galaafatanii jiru. Isa aalbee of harkatti qabatee jiru qofatu mana hidhaa keessatti lubbuun hafe.
😭35πŸ‘15❀7πŸ”₯1
https://youtube.com/@bakakkaamedia?si=bP85mK_UbK1XPkBD


Subscribe
Like πŸ‘
Share
Gochuun odeessa guyyaa guyyaan darbuu nu hordofaa.
πŸ‘31
WBOn zoonii harsadee godina baha shaggar aanaa akka boosat,liiban cuqqaalaa fi fantaalleetti lukkeelee diinaa irratti tarkaanfii fudhateen kaan ajjeesee kaan immoo madoon adabe.
Injifannoon itti fufa.
πŸ‘28πŸ†10πŸ‘7❀3
Halleelaa WBOn Zoonii Bahaa Godinaa Harargee Lixaa Keessatti Haleeleen PPn Aanaa Burqaa dhiintuu Reeffa Ishee Awwallataa jirti.
❀17πŸ‘6
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gara Jabiinni Kana Caalee Jiraa Oromoo?

Ol adeema kee kan manaa gadii yaame milishaa ficcisiise Shaneen ajjeese jedhe report godhachaa kan jiru kadiire ollaa keeti akka ta'e quba qabdaa?
Ergama Impayeera fudhachuun maddii rakkoo essa akka ta'e quba qabaadhu.
Furmaani isaas sima harka jira.
😭21😒17πŸ‘11❀3
Gara Jabummaan Kaadire Itti Fufee Jira...

Godina Harargee Bahaa Aanaa Guraawaatti Kaadiree pp kan ta'e
Itti Aanaan Bulchaa Aanaa Paatirooliin Haadha kana gara jabinaan ajjeesee bira kute jira.

Maalif goote jedhe kan to'aachuf yaales hin jiru.
😭32πŸ‘18❀3
Lellistooni Faannoo Mana Amantii Qabsiisun Birr Guuraa Jiru.

Hogganaan mana barnoota amantii Ortodoksii Qidist Sillaase Collage kan ta'e Abunee Filiphoosi gamoo mana barnootichaa qabsiisun mana baanki Abbaayi irraa birr Miliyoona Kuma Dhibba Torba (700,000,000) liqeeffate jira.

Birr liqeeffate keessaa Kitila (Miliyoona 160) akka gara balleesse jiru bira gahaame jira.

OPDO(PP)n yeroo biyyaattin matarraa gadii nyaatamte badaa jirtu utuu argiitu akka wan hin argiineti lellistoota Impayeera jala fiiguf jecha ustee as deebi'uun haadho ishee rashanuutti gadii teesse jirti.
Oromoon olola sobaa ergamtuu PP Impayeera dhiise ofta'uun yeroon isaa amma.
Oromoo Dammaqii πŸ™Œ
πŸ‘54❀8🀣7πŸ”₯2
Miidhamtootni Bulchisa Hospitaala Xuqur Anbessaa fuulduratti mormii dhageesisan‼️

Namootni yaala fayyaa argachuuf gara Tikur Anbessa hospitaalaa deeman (Patients) sababa hanqina Doktorootaa irraa kan ka'e bulchiinsa hospitaalichaa fulduratti sagalee mormii dhageessisaa jiru.

Mootummaan gaaffii Ogeessotni Fayyaa gaafatan furuu dadhabuun hawaasni dhibame yaala dhabee rakkachaa jira.
πŸ‘35❀2
Injifannoon
WBOn zoonii Kibba Bahaafi WBOn zoonii baha Oromiyaa keessatti qindoominan diina isaarratti lola geggeesseen Aanaa daaroo labuu fi Aanaa hancaar keessatti
~80 ol ajjeessuun
~75 madeesse jira.
Injifannoo boonsaa galmeessee jira
IUOf
πŸ‘30πŸ‘19πŸ”₯8πŸ’Š1
Itti aanaa Jeneraalaa Kutaa Waraanaa Damee Kibba Toophiyaa Kan ta'e Kolonel Adimaasuu Alamuu dhadachuutti jira.

Namni kun Itti Aanummaa Jeneraalaa kan argatee yeroo dhiyoo ta'uus Jeneraal Guutuu argachuuf jecha WBO balleessuu dhaaf Karoora Baatii 2 hanga Waxabajjii 30tti qabatee jira.

WBO Oromiyaa Keessaa Qulqulleessinee Poolisii naannoo Oromiyaatti dabarsinee Kennineetu Keessaa Baana" jechuunis karoora isaa lafa kaawwachun gara hojiitti seene jira.
Namni kun ajajoota isaa dura turan irraalle wan waa barate natti hin fakkaatu hanga WBOs wan beeku natti hin fakkaatu.
Waggoottan 7n kana ABO-WBO balleessinee akka feenetti Oromoo gabiroomfannee mootota taanee jiraanna" jedhanii hawwii qaban milkeessuuf yoo xiqqaate Yeroo 42 karooraa fi tarsimoo tolfataan bobba'uuf yaalanis osoo hin milkoofne itti salphatan itti du'aan itti mada'aan malee.

Kanaaf akka hogganaa koorii 47ffaa sana akkati taate achiin haftu abdii guddaan qaba.

WBOnis kana Ololan osoo hin gochaan akka si argiisisu ittin amana.

WBOn Haa Waaru
πŸ‘71πŸ’Š25😁10❀9
"Afrikaanonni gara Awurooppaa deemuu yeroo barbaadan, dandeettii Ingiliffaa, Faransaayii ykn Jarmanii isaanii adda baasuuf qormaata Afaan Ingiliffaa/Faransaayi akka barreessan gaafatama. Garuu yeroo Awurooppaanonni as dhufan qormaata Hawusaa, Shoonaa, Zulu ykn Igbo akka barreessan gonkumaa hin gaafannu, qorannoo malee viizaa qofa kenninaaf!"

Humna wal fakkaatu deebisuu jalqabuu qabna jedhe Ibraahim Traaoree'n.
Haasaan humna jabaa godhachaa deemaa jira. Gaafa Afaannoni uummata Afrikaa gurguddoon maqaan tuqamu Afaan Oromoo keessa akka jiru hubadhu!

Iccitii Afrikaa hedduutu nama kanaan gadi ba'aa jira.

Biyyoonni Afrikaa akka Niijeer,Maalii fi kkf tarkaanfii fakkataa Ibraahim Traaoree jalqabanii jiru.Ghnaa,Seeneegaal fi kk fakkkaatan ibsa deeggarsaa kennaa jiru.Kun biyyoota Afrikaa hanga ta'e bilisummaa fi sabboonummaa isaanii fooyyeffataniin waanuma itti fufu fakkaataa jira.

Ati mucaan oromoo egeree keetif ciiftee hin bulle yaada akkamii qabda?
❀47πŸ‘24
Tarkaanfii WBO

Zoonii Lixaa godina Buunnoo Beddellee aanaa Makkoo

ONM-ABO Caamsaa 20,2025

Tarkaanfii Kaleessa Caamsa 19,2025 aanaa Makkoo ganda Busaanoo Nyaarootti tarkaanfii fudhatee ergamtoota Abiy Ahimed du'aa fi madoon adabee tokkos harkaan qabee jira.


Injifannoon Uummata Oromoof ❗
πŸ‘29😁5❀3
2025/07/14 15:51:58
Back to Top
HTML Embed Code: