Gaaffii mirgaa Ummanni gaafatu Qawween ukkaamsuu yaaluun kufaatii Mootummaa Abbaa Irree ariifachiisa.
(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO)
Akkuma beekkamu Ogeeyyonni fayyaa fi barsiisonni qaala'iinsa jireenyaan wal qabatee rakkoo uumameen, kaffaltiin mootummaan ogeeyyota kanaaf kaffalu madaalawaa akka hin taanee fi faayidaa silaa argachuu malan akka dhorkaman irra deddeebin himachaa turuun ni yaadatama. Kana malees qulqullinni fayyaa fi barnootaa dhabamuun lubbuu namaa fi Egereen Dhaloota Barnootarra jiruus sadarkaa yaaddessaarra gahuu fi fooyya'uu akka qabu gaafachaa turuun beekkamaa dha.
Haa ta'u malee, Gaaffii mirgaa fi bu'uuraa Mootummaan itti yaadee ofiif guutuu male kan gaafatame Mootummaan Abbaa irree Kun karaa sirriin keessummeessee deebii laachuu osoo qabuu waraana isaa itti bobbaasuun ogeeyyota gaaffii mirgaa gaafatan doorsisuu, hidhuu, reebuu fi sadarkaa lubbuu balleessuu irra Jira.
Gaaffiin Ogeeyyii fayyaas ta'ee Barsiisonni gaafachaa jiran Kun Gaaffii dhuunfaa isaanii qofa odoo hin taane Gaaffii Ummataa ta'uu kan hubate Qeerroon Bilisummaa Oromoo diddaa amma deemaa jiru kana bifa kamiinuu cinaa dhaabbachuudhaan haala deemaa jiru kana irratti ejjennoo isaa akka ibsa armaan gadii kanaan agarsiisa.
1) Gaaffiin Barsiisonnis ta'ee Ogeeyyin fayyaa gaafachaa jiran Gaaffii Ummata bal'aa waan ta'eef Ummanni keenya biyya keessaf ala jiru diddaa gama ogeeyyii fayyaan eegale kana cinaa. dhaabbachuun Mootummaa farra mirga dhala namaa ta'e kana dura gamtaan akka dhaabbannu irra deebin isin gaafanna.
2) Qeerroon Bilisummaa Oromoo haqa Ummata isaa dabe qajeelchuu fi gatiin wareegamtoota Qeerroo Bilisummaa Oromoo; Qabsoo sabicha bilisa baasuf godhe irratti wareegamee gabrummaaf roorroo akka hin taanef Sirna farra mirga dhala namaa ta'e kana dura tokkummaan dhaabbachuuf yoomuu caalaa qophii ta'uu hubachiifna.
3) Namoota mootummaa fi uummata jidduu jaarsa fakkaatanii deemuun gabrummaa Oromoo irratti dheeressaa, akkasuma kanneen holola diigaa Oromoo gidduu hoofun amaarsaa tokkummaa Saba keenyaa ta'an diina keenyan gargar baafnee hin ilaallu. Tarkaanfii diina irratti fudhannu isaan irrattilleen kan fudhannu ta'uu eenyuyyuu akka nuuf hubatu barbaanna.
4) Mootummaan Abbaa irree Kun Gaaffii Ummanni gaafachaa jiru karaa sirrii fi qajeelaan deebisuuf qophii miti taanan Qeerroon Bilisummaa Oromoo diddaa Ummataa qindeessun mirga Ummatichaa kabachiisuutti kan tarkaanfatu ta'uu hubachiifna. Miseensonnii fi caayaaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoos garaagarummaa tokko malee qooda Oromuummaan isin gaafatu bahachuuf dirqama isinirraa eegamuuf qophii ta'uun akka nu eegdan dhaammanna
5) Kaadiroonnis ta'ee Waraanni Mootummaa dirqama keessan wallaaluun Ulee ummataan dararan. taatanii Ummata nagaa hiisisuu, ajjeesisuu fi doorsisuu keessatti hirmaachaa jirtan of ilaalun. Ummata keessan cinaa akka dhaabbattan isin gaafanna. Yeroo kanatti of bartanii gochaa gara jabinaa kanarraa of hin qusattan taanaan tarkaanfii boru fudhatamuuf jiruuf gaafatamaan isinuma mataa keessan akka ta'e isin hubachiifnal
6) Ilmaan Oromo meeshaa waraanaa baattanii caasaa adda addaa keessaa mootummaa ummata Oromo fixaa jiru tajaajilaa jirtan gaafatama seenaa jalaa bahuuf ummata keessan cinaa akka dhaabbattan waamicha keenya isinif dabarsina.
7) Sabaa fi sablamoonni Oromiyaa keessa jiraattan warri ummata Oromoo wajjin nagayaan jiraachaa jirtan fuulduraas ummata Oromoo waliin nagayaan jirachuun mirga keessan ta'uu hubattanii qabsoo ummanni Oromoo mirga isaa kabachiifachuuf godhu cinaa akka dhaabbattan kabajaan waamicha isiniif goona.
8) Gaaffiin mirgootaas guutummaatti deebii kan argatu Gaaffiin bu'uuraa Oromoon gaafachaa ture deebii argachuudhaan ta'uu hubattanii bilisummaa argamsiisuu fi mirga hiree murteeffannaa saba keenyaa galiin gahuuf, Oromoon yoomiyyuu caalaa tokko ta'ee Sirna farra mirga dhala namaa ta'e Kana dura gamtaan akka dhaabbannuuf Qeerroon Bilisummaa Oromoo waamicha taasisa.
Injifannoon Ummata Oromoof
Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO
Caamsaa 20-2025
Finfinnee, Oromiyaa!

π32β€6π1
Injifannoo Boonsaa
Birgeediin Bakakkaa Aanaa sireetti diinatti bakakkaa buusuun injifannoo boonsaa galmeesseera
IUOf

π32π₯5β€2
WBOn Zoonii Kaabaa Injifannoo Galmeesse Jira.
Baga irraa aantaan ijoollen Warqiitu
IUOf
Baga irraa aantaan ijoollen Warqiitu
IUOf
β€29π13π₯°4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akka Oromiyaatti Caasaan hoggansa PP Zoonii hanga Gandaati leenji loltummaa fudhachuuf gara buufata leenji hawwaashi deeman keessaa hoggaansi PP namni 7 du'uu midiyaan jaraa gabasaa jirti.
π₯±23π8π7β€6
Tarkaanfi AT Gimbii.
Gimbii ganda 02 naannoo jorgootti hogganaa Riphee Lolaa PP1 Gombisee bira darbeera π

π40π₯5β€4π4
Anaa Dhufuu
Godina Wallagga lixaa Aanaa laaloo Assaabiitti RIBn 1 hidhannoo guutuun WBOtti harka kennatee jira.βοΈ

π55π₯8β€5
~Rakkoo Oromoo hundeerraa furuuf, sirni PP hundeerraa buqqaβuu qabdii.
~Ijaaruu, dammaqsuun, hidhachiisuun itti fufa.
~Qawween dur kudhan nyaattu, harβa kuma dhibbootaan nyaachaa jira. Maaliif jennaan, WBOβn harβa kuma dhibbootaan dhukaasaa jira waan taβeef.
~Gaarreen Oromiyaa, bosonni Oromiyaa, lageen Oromiyaa harβa bilisummaa Oromoo lallabaa jira.
Sareen inuma duutti, gaalli inuma qaxxisa.
Waangonni gogaa hoolaa uffatan ofumaaf dhamβu malee, taakkuu tokkoyyuu duubatti nu deebisuu hin danda'an.
Jechoota jaal Marroo keessaa hanga tokkodha.

π47β€17π10
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Oromo Youth Liberation Movement (OYLM)
The People's Right to Ask Questions Should Not Be attempted to Be Suppressed by the dictatorial Government.
(Statement from Oromo Youth Liberation Movement-OYLM)
As is known, health professionals and teachers in their respective regions have faced problems, leading to low wages. Therefore, repeated reminders have been given to correct this. Furthermore, sanitation and cleanliness should be given priority, and the salaries of teachers and health workers should be adjusted in a timely manner.
However, the questions and demands of health professionals and teachers, instead of being fulfilled, are being repeatedly suppressed and harassed by the dictatorial government. Because of that, the dictatorial government continues to create situations in which doctors are threatened, jailed, and their rights are trampled upon.
These questions that the health professionals and teachers are asking are not just their own, but reflect the questions of the entire Oromo population. The Oromo Youth Liberation Movement, despite the government continuing to use force to suppress these rights, expresses the following.
1. The questions of health professionals and teachers are a reflection of the people's questions. Therefore, the Oromo people as a whole, as citizens of the country, should be given an immediate response to their demands regarding human rights.
2. The Oromo Youth Liberation Movement is a symbol for all oppressed Oromo, therefore should continue to struggle for the liberation of Oromo; struggle until the goals of the martyrys realized the voice of basic human rights must never be silenced. We must continue to demand it in a united and more organized way.
3) The government has repeatedly attacked and imprisoned the Oromo people, created animosity and conflict among them, especially directed at the Oromo Liberation Front. The Oromo people must not allow themselves to be divided! The Oromo people must be unified and work together!
4) The dictatorial government never truthfully answers the questions of the people. The Oromo Youth Liberation Movement (OYLM) strongly urges members and supporters to fight for the rights of the Oromo people in a unified and organized way.
5) Cadres and spies of the government will deceive you by telling you that they're supporting the freedom of Oromo to break the people, confuse the people. In the current time where things have taken the wrong direction, if you give them the chance to be close, it will result in death.
6) If you are in the organization that works or advocates for justice, you should be a model. You should not be selfish and break the people to get the benefits, instead work to give benefits for the people!
7) People who live in Oromia with the same faith should be peaceful with Oromo people. In peace and harmony, their unity to fight for what is the people's right must be respected and valued.
8) For questions that deserve an answer and come from the foundation of the Oromo people, they must be answered. If there is a result to achieve the goal and if it happens to achieve freedom it is the right of anyone, for Oromo will one day reach the goal because of that.
Oromo Youth Liberation Movement will continue to work with the Oromo people. The Victory is the People of Oromo's!
Oromo Youth Liberation Movement - OYLQM
Finfinne Oromia [Addis Ababa, Oromia]

π23β€14
Godina wallaggaa lixa Magaalaa Gimbii keessatti gaafa guyyaa 20/05/25 innispektar Waggaarii Fufaa irratti tarkanfii gubduu fudhatame sababeffachuun murni PP guyyaa kaleesaa magaalaa Gimbii manneen ummata jalatti ibsa ykn Ampuulii hidhaa turanii.
Haa ta'u malee ganaama kana ammoo ummataan Walgahii qabduu jechuun mana irraa deemte ummata Shororkeessaa jirti. Isaa diddee ammoo reebichaa hamaa irraan ga'a jirachuun baramee jira.
πSagalee nuf ta'a ummata Magaalaa Gimbii
πOROMOO TOKKUMMAAN FALMADHUU HIREE KEE MURTEEFFADHU!

π₯20π10β€8π1
Muddamsuun pp akkuma itti fufetti Jira.
Naqamtee
Kaleessa barsiisota ture har'a immoo Ogeessota Fayyaa
:_ Hospitaalotaafi
:- Buufata Fayyaa Magaalaa Naqamtee keessa jiru irraa walgayii hatattamaa jechuun galma guddaa Magaalaa Naqamteetti waamteetti.

π27β€8π₯4π3
Eeruu
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ona
Amuruu
Abee Dongoroo
Jaardagaa Jaartee fi
Horroo Bulluq
fi kkf irraa pp'n guyyaa kaleessaa Caamsaa 21,2025 ganama irraa eegaltee interneetii kuttee sakatta'insa geggeessina jechuun humna gara sanatti bobbaaftee waan jirtuuf uummanni keenya gama sana jirtan of eeggannoo cimsaan dhaamsa keenya.

β€22π11π€£6π₯3
Dubbii Jabduu Kaaba
π₯±Tigiraayin Eertiraati Embaasi Banatte Ajaa'iba!
- " Abiy Ahmed Somali Land biyya of dandeesse taatee akka isheen Biyya Somaaliyaa irraa cittuuf Beekamtii nan kennaaf" erga jedheetii Sababa isa kamiif Ertiraan Tigiraayi Xoophiyaa irraa Cittee Biyya of dandeesse akka taatuuf Beekamtii dhorkuu danda'aree?"
Kun Wan Dhugoomu Taanan...

β€40π22π₯8π1
Qeerroon Naqamtee Bakka Bu'oota IZEMA/Faannoo Kanatti Xiyyeeffadhu!
"Jarri kun 3'n M/B Daaloo sad. 2ffaattti barsiisota.
Kan jalqabaa sun Taasisaa jedhama.
Qindeessaa mana barumsichaati. Kan 2ffaa Mangistuu Wubinee jedhama itti aanaa isaati.
Namni kun barsiisota Raayyaa Miidiyaa Naqamtee jiran keessaa adda duree dha.
Kanaan dura 'EZEMA' bakka bu'ee Aanaa Waayyuu Tuqaatti filannoo irratti dorgomeera.
Amma immoo mootummaa Oromoo jedhee barsiisota magaalaa Naqamtee miilla tokkoon kan dhaabaa jiru isa.
Isheen 3ffaa sunis miseensuma isaaniiti. "
Murtoon isinuma harka jira.

π36π10β€6π2