Telegram Web Link
Didii

PPn kitaaba laallee Badhaadhina jedhu kana hojjeeta biiroo mootummaa keessatti ofiyyuu qalaa'insi jireenya ittin taphaa jiru humnaan bituu qabdu jechuun dirqisaa jirti.
👍16👎32
Abdii kutannaa PP
Godina baha Wallaggaa Aanaalee akka
👉Limmuu
👉Haroo Limmuu
👉Eebantuu
👉Giddaa Ayyaana
👉Kiiramuu
👉Jaardagaa Jaarte irraa guutummaan guutuutti Neetorkii erga balleessite guyyaa sadii buleera Uummati kun maal keessa jiralaata? dhoksaatti maaltu irratti dalagaamaa jiru namu quuba hin qabu.
🤔16👍51
Ibsa Ambassador American

Ameerikaan "mootummaan Itoophiyaa ummata ofii irratti haleellaa diroonii raawwachuu hatattamaan akka dhaabu” gaafatte

Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasingaa, mootummaan federaalaa Itoophiyaa ummata ofii irratti haleellaa diroonii raawwachuu hatattamaan akka dhaabu gaafatan, furmaata akka mijeessuu hubachiisaniiru.

Ambaasaaddarichi ergaa har’a Caamsaa 23, 2025 karaa Imbaasii Ameerikaa Finfinnee argamuutin dabarsaniin, Itoophiyaan wagga walitti bu’iinsa kan biraa dabarsaa akka jirtu yaadachiisuun “dhiibbaa inni [walitti bu’iinsa] ummata Itoophiyaa hunda irratti qabu xiinxaluun murteessaadha” jedhan.
👍24🔥31
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Didii Impayeera Kufaatirraa Eeguu

Humna qawween dhaalootarraatti ijaarani uummaata irraatti bobbaasun dhumnisa yaaddoo, gadadoo, booyicha fi wal nyaatinsa waraana keessaatti uumuu qofaadha
👍213
U.S. Embassy Addis Ababa Maxxansa sa’a 2 dura maxxanse keessatti Mootummaan “Uummata ofii Drone dhaan fixaa jiru dhaabuu qaba” jedhee ture.
Garuu deebisee kaase.
Achii booda maxxansa kan biraatiin dhufe.

Maxxansa duraa keessaa “Mootummaanis Uummata ofii Drone dhaan fixuu dhaabuu qaba” kan jedhu haqe.

Embassy’n America Finfinnee jiru kun kana duras Afaan Oromoon “Finfinnee” jedhee haqee ture.

Kun kan argiisisu dhugaa jiru haaluf Sirni PP hundeerraa akka kufte Addunyaa daboo sobaa waammachuu isheetu agarsiisa.
😁29👍2111🔥5🥰2
ABO-WBO'n waamicha nageenyaa Imbaasii Ameerikaa Finfinnee jiruu akka fudhatu beeksise.

ABO-WBO'n ibsa baaseen yeroo kamiyyuu marii nageenyaaf kutannoo qabaachuu hime.

Mootummaan marii nageenyaa haqa qabeessaaf kutannoo akka hin qabne kan himu ABO-WBO'n, mootummaan afaaniin nagaa jechaa gochaan garuu sanaan faallaa karaa waraanaa qabatee deemaa akka jiru ibse.

Mootummaan Ameerikaa bulchiinsa Abiy Ahimad gara marii nageenyaa haqa qabeessaatti fiduuf dhiibbaa jabaa taasisuu akka qabu ABO-WBO'n yaamicha dhiheesse.

Embaasiin Ameerikaa Finfinnee jiru ganama har'aa ergaa gabaabaa maxxanseen hidhattoonni WBO marii nagaa mootummaa faana eegalan akka itti fufan, hidhattoonni Faannoo ammoo kaayyoo qabatamaa fi naga-qabeessa qabatanii gara marii nagaatti akka dhufan yaamicha dhiheessee ture.

Mootummaan Itoophiyaa immoo haleellaawwan diroonii lammiilee ofiirratti raawwatu dhaabee gara furmaataa akka dhufu jechuun yaamicha taasisee ture.

Embaasichi booda irra maxxansa isaa irratti fooyya'iinsa taasisee jira.

“Mootummaan federaalaa haleellaawwan diroonii lammiilee ofiirratti raawwatu dhaabee gara furmaataa akka dhufu waamicha taasifna” kan jedhu haqee “mootummaan federaalaa furmaata walitti bu'iinsaan ala ta'e barbaaduu akka itti fufuu fi nageenya lammiileef dursa akka kennu waamicha taasifna” kan jedhuun bakka buuse.

Nutis akka Qeerroo Bilisummaa Oromoo Kutannoo Jaarmiyaa ABO_WBO kana ni deeggara. Kutannoo Jaarmiyaa ABO_WBOn nagaaf qabus addunyaa beekuun murteessaadha.
👍244🔥3👏2
🔥9👏2👍1
Birgeedin Simbirtuu Barii ijoolle Niqiluu fi ergamtoota Impayeera oliif gadii oofe gadoochisa jira.
🔥31🏆7👍63
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hariiroon Adanachiif Faannoon waliin qaban ifa bahee.

Abbaan warraa mucaa koo jalqabaa Faannoo dha.
Amma kallattii lamaan nu lola jira.
Abbaa mucaa kooti wan ta'eef ammayyu waliif bilbilaa jirra.
Nuniis kanaaf faannoon ergama 4kiloon socho'a kan jennuuf
😁27👍10😭106😱4🔥2
Eeruu

Godina Wallagga Lixaa Aanaa Begii fi Qondaala keessa kan jirtu Ijoollen Niqiluu WBO fakkachuun milla qulla deemuun nuti WBO irraa kaanne mooraadha ref bana lafa Qeerroo ykn WBO nutti hima jechuun diraama uummata keessatti hojjecha jirti baayini ishee hanga nama 8 taati uummanni keenya Of Eeggannoo godhaa dhaamsa! Keenya
😁23👍14👎7🔥21
Oduu Injifannoo WBO zoonii kibbaa
Godina Booranaa Ona Taltallee ganda Marmarroo ardaa Birreessatti Cibraan baddaa daraar diina dhukkeesse jira
~Kan Biyyoo Siphattee 25
~Madoon 17
~Booji'amaan 1
Gama Meeshan
~Akm 15
Irraa funaanun mooraa qabsoo gabbiisera

IUOF
🏆11🔥9👍32
Injifannoo Daarimuu

Birgeedii Odaa Kaarraa Ilu Abba Boor aanaa Daarimuutti ergamtu diinaatti bakakka buusun hedduu biyyeen makee kaan arkaan qabuun injifannoon galeera.
IUOf
👍316🔥5🏆3🥰1
Injifannoo Machaara

Birgeedii Odaa Kaarraa sa'aati wal fakkataati haleellaa Machaaratti fudhateen hedduu biyyeen makuun
21 ammoo harkaan qabee jira.

Odeessa guutuf walitti deebina.

IUOf
🔥26👍129🏆6
Isaayyas Afawarqiitu kabaja guyyaa walabummaa Ertiraa waggaa 34ffaa irratti "mootummaa Oromummaa" jechuun nu arrabs-e dubbii jedhutu miidiyaa kana irra naanna'aa jiraayyuun arge!

Waan Isaayyas dubbate waan dippiloomaatonni mootummaa xoophiyaa dubbatan malee, waan haarawaa miti. Warri impaayera kanaaf hojjettu maqaa saba keenyaa dahoo godhattee daba isheen hin hojjenne hin jiru. Gaafa Abiy fi Isaayyas michuu turan waan hunduu akkuma isaaniif ta'etti arreedaa ture. Har'a gaafa dippilomaasiin isaanii wal dhiitu garuu michummaa isaanii kaleessaa irraanfatanii golga sabummaatiin achii as bahan. Kanaafi kan nuti hammee-nyummaa Abiy dubuunfannee morminuuf. Har'a Ertiraan akkas haa jettu iyyuu malee daba Abiy fi gareen isaa maqaa Oromootiin saboota biroo irratti hojjetan faanuma jecha Isaayyas kana hordofa. Miidhama isaanii har'aaf boru illee akka waan Oromoon isaan irratti yakka dalageetti lallabatu. Warri har'a Isaayyas akkana nuun jedhe jettanii waca uumtan kunis gaafa Abiy fi Isaayyas warqee waliif godhanii Finfinnee hanga Asmaraa dhiichisaa turanii fi Abiy lol-toota Ertiraa Doolaaraan miindessee lol-la Tigiraay fi Oromiyaa irratti hirmaachisaa ture sana gocha fokkisaa akkasii mormuutu isinirra ture. Ormi akka walitti sin arrabsineef immoo gocha hammee-nyaa Abiy sabaaf sablammii biyya kanaa irratti dalagaa jiru sana dura dhaabbadhu, sirri miti jedhi, gochichatu akkati akka sabaatti arrabsamtuuf gahee guddaa bahataa jira!!
👍327🤔1
😁11👍32
2025/07/14 06:31:56
Back to Top
HTML Embed Code: