Telegram Web Link
Baankiin kun kufaati irraa yoo of hambiisu feete namoota Shimalliis achii keessatti lagaan ijaare ittin daldalaa jiru of keessaa baasu qabdi kanaan achi fayyidaa namoota laga tokkof jecha guutuun Oromiyaa dararamu hin qabu.

Bukoo baankiin kun baatte deemtu ammoo boodan isiniitti deebi'a
❀38πŸ‘10
BUKOO BAANKII SIINQEE OROMOON HUNDUU BEEKU QABUU
===============================
Baankiin Siinqee hoggansi jiru guututti sadarkaa jedhanutti dhalattoota naannoo tokko qofa.

Pirazidantiin baankii kanaa Niwaay Magarsaa Leenjisoo yoo ta’u, Shimallis Abdiisaatu muude. Obboleessa Birhaanuu Leenjisooti.

1.Management Olaanaa Baankii Siinqee

Niwaay Magarsaa Piresidaantii Baankii (Salaalee Kuyyuu) -Obboleesa Dr. Birhanu Lenjiso (Prime Media)

*Geetachoo Dheeressaa I/A Presidenti fi Hoogganaa Liqii fi Bulchiinsa Liqii(Salaale Kuyyu)

*Caalaa Lammaa I/A Piresidaantii fi

I /G Humna Namaaf tajaajila Injineera(Salaale)

*Fiqaaduu Tufaa I/A Piresidentii Tajaajila gurguddoo Baankii(Salaale Kuyyuu)

*Fayyisaa Gurmu I/A Piresidaantii Faayinansii (Tuulama)

*Biraanu Toleeraa I/A Piresidaantii Hojii ijoo Baankii(Tuulama)

*Samson Sadarkaa I/A Piresidaantii I/G Odeeffannoo Systeemaa(Tuulama)

*Mokonnen Birruu Dursa Seeraa Baankii kabachisu fi ittisa sodaa(Tuulama)

*Abarraa Maammoo Ooditera Olaana(Tuulama) garu Iluu Abba Booraatti dhalate.
πŸ‘15πŸ”₯11❀5πŸ€”5πŸ‘Ž2😁1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
~Injifannoo Zoonii Giddu gala Oromiyyaa.
Dahannoo ishee keessaa guuree bifa kanaan gubbaan dachii waan fakkaatu agarsiisaa jira.

Ololaan miti lolaan!
πŸ”₯40❀22πŸ‘15πŸ‘10πŸ‘Ž6πŸ†2πŸ’Š2
WBOn zoonii harsadee godina baha shaggar aanaa liiban cuqqaalaa keessatti lukkeelee pp afuura kutee injifannoon goolabeera.
Injifannoon itti fufa
πŸ”₯39πŸ‘12πŸ†3❀1
WBOn Baha Shaggar aanaa Liiban Cuqqaalaa keessatti diina adabe

ONM-ABO | Caamsaa 26,2025
Godina Baha Shaggar aanaa Liiban Cuqqaalaa ganda Muummee Koosooro bakka Andoodee jedhamu keessatti gootiichi Waraana Bilisummaa Oromoo waraana weerartuu PP irratti bari barraaqaan tarkaanfii irratti fudhateen iinjifannoo boonsaa galmeessee jira.

Lola kana birmachuuf humna magaala irra baate gara bakka lolati fiiga turtees ganda Mi'eechaa Addeellee bakka Muummicha jedhamuti gootichi haaxee itti hidhun dhukee irra kaasee jira.

Tarkaanfii boonsaa fudhachuun humna waraana PP du'aa fi madoon adabuun cinaatti meeshaalee waraanaa kan akka:
Bireena 1
Kilashii 8 irraa hiikuun galii moonaa qabsoo bilisummaa Oromoo oolchee jira.


Injifannoon Uummata Oromoof ❗
πŸ‘8πŸ”₯5πŸ†4❀3
WBO'n Zoonii Giddu Galeessa Oromiyaa Kaaba Shaggar Aanaa Warra Jaarsootti diina du'aa fi madoon adabuu beeksise.

ONM-ABO Caamsaa 26,2024

Gaachanni uummata Oromoo WBO'n zoonii Giddu Galeessa Oromiyaa Caamsaa 24,2025 godina Kaaba Shaggar aanaa Warra Jaarsoo bulchiinsa magaalaa Hambisootti mooraa weerartuu PP bakka quubsumaa godhachuun achirraa bobbaatee saamicha, ajjeechaa, gudeeddii fi miiidhaa taasisaa turte mooraatti itti seenee 90 ajjeesee fi 117 madeessuu 27 booji'ee jira.

Lola jajjabeen WBO taasise kanaanis meeshaalee

- PKM 1
- Isnaayippera 1
- AKM 85
- Rasaasa AKM 1,012
- Rasaasa PKM 500 fi
- Boombii 31 irraa hiikuun moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolcheera


Injifannoon uummata Oromoof❗
πŸ†10❀5πŸ‘5πŸ”₯5
Falfala Dani'eel Kibreeti 4Kiloo

Sireetti -:Saree
Gidaamitti -:Hoomaa Hantuuta
Baakkootti -:Warabeessa
Nuunnuu Qumbaatti -:Jaldeessa

Ammammoo fardaan dhuftanii?

Fardi colleedha bakka sirnaa malee bakka falfalaaf hin ta'u akka saree fi lukkuu, kanaaf irra aante ijoollen Abdii Dhugaa
Fiigichaaf yoo ta'es fardi abbaa leenjisee fi abbaa sirnaa inuma beeka!
Injifannoon Kan Abbaa Haqaati.
Falfala Keessan Faannoomatti Geessa Keenya Lolaan Abbaa Haqaati.
❀38πŸ‘15😱7πŸ†7
Wan Dabaa

Kaabinootni Leenjii waraanaaf dabballummaaf Hawwaash Deeman hanga har'aatti Namni 20 Lubbuun Darbeera.
πŸ‘36πŸ”₯8😁8😭5πŸ‘Ž3πŸ‘3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Wallagga Lixaa Aanaa Qilxuu Kaarratti ajaja ergamtu Impayeeraa kaadireen manni hawaasa haala nama gaddisiisun gubachuutti jira.
😭21🀬10πŸ‘5❀3πŸ™ˆ2
Inbox
Ofeeggannoo jaallan B/Beddellee Aanaa Cawwaaqaa, Daaboo fi toora sanarra jiran qaqqabsiisaa!

Caamsaa 27/2025 Facaasaa har'a ganamaan RIB orally lama, Rationaa fi Meeshaaale haguugamoo konkolaataa fe'isaa lama, 3F duwwaa 10 , Ambulance lakk gabatee RIB Itoophiyaa qabu tokko fi konk pickup 1 waliigala naannoo konkolaataa 15 ta'uu naannoo sa'a sadiin Naqamte kaatee gara Buunnoo Beddellee deemaa turte.
Naannoo sa'a 5tti gara Daandii jal'uu aanaa Daaboo Haannaatti gorteetti! Haalli deemaa isheeti kaampii RIB jajjabeessuu fi ykn haaraa hundeessuuf waan deemaa jirtu fakkaata.
Jaallan naannichaa quba haa qabaatan.
πŸ‘46❀3πŸ”₯3
Cibraa Amaanaa Jaal Mo'ii, Hambaa Urjii Lolaa Keessa galgalaan irraa hiikaa jira.
πŸ‘31πŸ‘10πŸ”₯6❀1
Isin Naasisinnaa??

Liiqiin Itophiyaa irra jiru mata mataa lammii biyyattiitti doolaarii 575 gahuu isaa Riippoortar har'a gabaasee jira..

Baay'inni uummata Itophiyaa tibba ammaatti 120,000,000 yoo ta'e, namni kun immoo mata mataatti doolaarii 575 kaffale, liqii irra jiru doolaarii 69,000,000,000
(biiliiyoonii jaatamii sagal), biyyattii irraa geggeessa jechuudha...

β˜†β˜†β˜†β˜† β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘
Gama biraatiin,

Doolaarii 575 gara birrii Itophiyaatti yoo jijjirte immoo,

575Γ—135 = 77,625

Liqiin ati bu'a isaa ykn iddoon gale wan hin beeknetti nama tokko irra jiru yoo xinnaate birrii 77,625
jechuudha.
😁38πŸ‘22❀6πŸ‘1
Guyyaa Caamsaa 28/2025!

β€’ Hawaasnii Oromoo biyya Uk πŸ‡¬πŸ‡§ Magaalaa Landan keessaa jirattuu Sirna Biltsiginnaa balaaleffachuu hiriirra nagaa taasisaniiru.

β€’ Hiriirri kun Abiy Ahmed duguuggaa sanyii Oromoo irratti raawwataa jiru kana akka dhaabatu gaafatu Hawaasnii Oromoo biyya UK magaala London.

β€’ Hawaasni Oromoon UK hiriirun sirna Badhaadhinaa balaaleffatee jira!

β€’ Abiyyii fi gareen isaa waraana duraan eegalan otuu hin dhaabin waraana gulantaa itti aanuf meeshaa barbaachaa fi Dippiloomaasii deeggarsa waraanaa argachuuf wal qoodanii Awuroopaadhaa hanga Mooskootti bobba’anii jiru. Oromoon immoo waraana waggaa jaha dura nurratti eegaltan dhaabaa jedha bakka jiru hundaa mormii taasisa jira.

β€’ Bakkoota kaanittis hiriirri mormii kun itti fufuu qaba. Sirna nama-nyaataa biltsiginnaa kana ummanni Addunyaa illee deeggarsa takka akka hin taasisnee ni gaafanna.

β€’ Qeerroo Bilisummaa Oromoo hiriirra mormii hawaasni Oromoo biyya Uk πŸ‡¬πŸ‡§ Magaalaa London itti jalqabe kana jabeessuun gara guutuu Addunyaa fi Oromiyaa keessatti akka geggeeffamaa jabeesse ni hojjeeta.

#Uk_London
#StopKillingOromo
πŸ‘17❀6πŸ†2
❀29πŸ‘6πŸ†3πŸ”₯1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Biraanun Julaa fi Hayiluu Gonfaa kana quba qabduu?
Hanga waraanicha baraa gaa.
IUOf
WBOn Haa Waaru
πŸ‘40πŸ†8❀6πŸ₯°3πŸ”₯2
2025/07/13 22:29:24
Back to Top
HTML Embed Code: