Adaamaa
Ogeessi Fayyaa Hospitaalaa Meedikaalaa Adaamaa Kan ta'e Ogummaa Addaa Lafee Irrati kan Hojjatu Doctora(specialist)Jabaa Halkan Edaa 27-may-2025 Ajjeeffamee Argame Hospitaalicha Keessatti.
PPn Ogeeyyotaa Jajjaboo Oromoo suuta suuta dhabamsiistee baduuf Jetti
Of tiksi Wal tiksi.

π68β€17π12
Birgeedii Ibiddaa Ganamaan Ibidda itti qabsiisee Injifaannoo gaalmeesse jiraa
Milkeessi waaqi
Milkeessi waaqi
π22π14β€5π₯1
Odeessa Kaabaa
Waliigaltee Waraana Waloon qolachuu jedhuun kaleessa TPLF Shaabiyaa waliin gooteen har'a waaree booda humni waraanaa Ertiraa waggoota 3 oliif lafa Tigray gadhiisee baheera. lafoonni kunneen lafa stratagy Abiy Ahmed yeroo duguuggaa sanyii raawwachaa ture dhimma itti bahaa tureedha.

π₯24β€10π1
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Murnii bitsiginnaa namoota nagaa ajjeessuun akkuma itti fufeetti jira.
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Saassigaatti ajjeechaan namoota nagaa hammaatee jira. Guyyaa kaleessaa caamsaa 28/2025 namoota nagaa sadii ajjeesaniiπ
Namoonii sadeen kun bifa suuraa agartu kanaa ajjeessaan gatan.
Maqaan namoota murna Maafiyaa biltsiginnaan ajjeeffamaan akka armaan gadiitti.
1. Obboo Amsaaluu Moosisaa ( abbaa joollee lamaa)
2. Obboo Caalii Nagaasaa
3. Obboo Warqinaa Bulaa ( jaarsa dadhabaa waggaa 80 taβu) yoo ta'anii sababnii namoota kana ajjeefamaniif badii tokko malee qaamnii mootummaa mana jireenyaa isaanii irraa fudhee bakkeetti ajjeessaan gatan.
Kunoo maatiin bifa kanaan reeffa isaanii maasaa keessaa guurrate galee awwaalan.
Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO gochaa sirni biltsiginnaa ummataa Oromoo irratti raawwachaa fi raawwachiisummaa jirtu kana jabeessee ni balaaleffataa. Ummanni oromoos sirna nama nyaataa biltsiginnaa kana akka balaaleffatuu dhamna.
Maatii fi firootni akkasumas ummanni naannoo sanaf jajjabinaa fi lubbuu isaaniif ammoo jannaata qananii hawwiinaaf.
Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO

β€20π’13π₯2π2
Injifannoo boonsaa godina shawwaa lixaa annaa Tokkee Kuttayee ganda Gimbii duulaa addaa waraana gumaa CIBIRAA OKSIJIINII Birgeedii Aibiddaa kana ture.
IUOf
IUOf
π₯19β€10π4π3
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Hidhaafi ajjeechaan murna bilxiginnaattin ummataa Oromoo irratti ta'a jiru qabsoo bilisummaa Oromoo ni shaffisiisa malee of dubbaa hin deebisuu!
Murnii biltsiginnaa kufaatii isaa muddatte kana irraa of baraaruuf mukaa inni hin koree hin qabuu. Garuu kufaatiin sirnicha qarqara irraa gahee jira. Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO hidhaafi ajjeechaan qabsoo bilisummaa Oromoo of dubbaa hin deebisuu jedha. Ummanni Oromoo qabsoo isaa rogaa hundaan sirna nama nyaata biltsiginnaa irratti qabsoo isaa akka jabeessuu qabu dhamna.
Godina Salaalee Aanaa Dharraa keessatti hidhaan murtee seeraa malee raawwataamaa jiraachuu fi hidhamtoonni mana murtiitti dhiyaachuu dhabuu maatiin hidhamtootaa himan.
Aanaa Dharraa Gandoota akka Baachoo Waajituu, Iluu Waayyuu, Baabbuu Dirree, Harboo Dassoo, Iluu Goodaa Caffee, Karra Mixii Koraa, Godimaa Sossorkaa, Bayyoo Noonnoo, Kaabii Gololchaa, Addis Alam, Ada'aa Malkee, Maanqataa Waarihoo, Magaalaa Adaree 01, Adaree 03 fi kanneen biroo keessaa namoonni hidhamuun murtii malee rakkataa jiraachuu maatiin hidhamtootaa himani jiru.
Namoota hidhaman kana keessa ijoollee daa'immani hanga maanguddoo ganna 80tti keessatti argamuu himani jiru.
Maqaa namoota hidhamanii fi ganda dhaloota isaanii;
Ganda Bachoo Waajitu
1Siraaj Ababbuu
2 Borii Fayyee
3 Kamaal Getahuun
Ganda Iluu Waayyuu
1 Fallaqee Bashiir
2 Aabbuu Amaaree
3 Bushuura
4 Abiyyuu Awaluu
5 Abdiyyee Abarraa
6 Ibraahim Musxafaa
7 Saalihu Jamaal
8 Girmaa
Ganda Baabbu dirree
1 Maangistu Addaamuu
2 Assaffaa Galataa
3 Musxafaa Aabbuu
4 Ayyaalee Tafarraa
5 Xaasoow Shukkee
6 Abbiiyyuu Taayyee
7 Kadiir Musxafaa
8 Jamaal Abbabee
9 Bahaare Tolaa
10 Kadiir Baayyuu
Ganda Harboo dassoo
1 Kadiir Shumee
2 Ayyaaleew Assaaffaa
3 Umaaree Usmaan
4 Bashiir Muzeeyyeen
5 Galataa Nugusee
6 Mitikuu Haftaamu
7 Katii Xaasow
8 Jimaa Fayyee
9 Tasfaahe Nugusee
Ganda Iluu Godaa Caaffee
1 Aabbuu Bogalee
2 Amanuu Taaju
3 Mayidii Ibraahim
4 Indiriis Jamaal
Ganda Karra Miixii Koraa
1 Awaluu Shiittaa
2 Seexeny Assaaffaa
3 Siraaj Muhaabba
4 Diinuu Kadiir
5 Abduu Gobbee
6 Awaluu Mayidii
7 Umaree Siraaj
8 Ayyaaleew Bogaalee
9 Bogaalee Suyyum
Ganda Godiimaa Sossorkaa
1 Sayid Husseen
2 Muhammed Husseen
3 Zaraafa Muhaammad
4 Sulxaan Anbaarru
5 Abdusalaam Awaluu
6 Muhammed Isheetu
7 Iyyaayyu Ahmad
Ganda Bayyoo noonnoo
1 Abduu Hasaan
2 Muhammed Siraaj
3 Taddeesse Yasiin
4 Bashiir Assaffaa
5 Husseen Ahmade
6 Mokee Ayyaaleew
7 Haashim Jamaale
8 Diinuu Husseen
9 Alii Shaamshuu
10 Saadiq Awaal
Ganda kaabii Gololchaa
1 Ayyaaleew Galataa
Ganda Addis Alaam
1 Musxafaa Arraadoo
Ganda Maanqataa Waarihoo
1 Aabbuu Walee
Ganda Ada'aa Malkee
1 Sintaayyoo Balaaxxa
Magaala Adaree 03
1 Jamaal Indiree
2 Taddeesse Yazoo
Magaala Adaree 01
1 Nugusee Abaaje
2 Geetuu Abaaje
3 Muhee Alii
4 Rooba Tulluu
5 Mokee Damisee
6 Muhammed Bishaaw
7 Yaazoo Abarraa
8 Awaalee Umaaree
9 Badhaane Baatu
Namoonni jedhaman hidhamuun mirga mana murtiittis dhiyaachuu dhabuu himani jiru. Akkasumas Ogeessi fayyaa beeyladootaa Yaazaw Abarraa jedhamu qabamuun hidhamuus maddeen himani.
@Qeerroo Bilisummaa Oromoo-QBO tinβοΈ

β€27π4π₯4π±2π1
Injifannoo Gawoo Qebbee
=====================
~Birgeedi Odaa Kaarraa aanaa Gawoo Qeebbeeti injifannoo boonsaa argateen
Bireeni - 1
Sniper -1
AKm - 15
Diinarraa hiikuun moonaa qabsoof yoo godhuu hedduus fayyaatti dhuunfateeraπͺ

β€21
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Impayeerri dhiiga ol-adeema dhuguu baree shamarraniif ijoolle xiqqoo dhimma siyaasa miti ofiyyuu hin barree basaasummaf ergachuutti jira.
β€31π₯±10π±7π2
Eeruu Ariifachiisaa
Magaalaa Naqamtee keessattuu Naannoo karaa Bataskaana Mikaa'elii PPn uummataan Sa'atii 7:00 /1:00 booda namni kam iyyuu akka diidatti hin argamne , yoo argame ni rukkutama jedhaa jirti.
Kanaafuu Uummanni karaa sanaa fi WBOn kallattii sanaan jirtan of eeggannoo cimsaa jenna .

π32β€14π2
πͺ WBO 'n Zoonii kibba Cibraan mataa gafarsaa Aanaa Areeroo Ganda madariitti hojjii hojjateera β
π29β€11π₯4π1
Caqasi Qeerroo
Waraanni Pp kaambii Hoolotaa jiru hundi walgayiirra jirti haala yeroorrati!
Waraanni Pp kaambii Hoolotaa jiru hundi walgayiirra jirti haala yeroorrati!
π₯23β€9π3
Hin Dammaqinaa Warri Sabbataa
Sabbataa Gandii 05 Galgala kana 3:20 irratti shuggee ijoolle abbaa Caaliin ho'iifamte jirti.
Sabbataa Gandii 05 Galgala kana 3:20 irratti shuggee ijoolle abbaa Caaliin ho'iifamte jirti.
π₯22π7β€6
WBOn godina Booranaa aanaa Taltallee keessatti waraana faashistii PP adabe
ONM-ABO | Caamsaa 30,2025
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Caamsaa 24,2025 godina Booranaa aanaa Taltalleetti humna waraanaa koloneel Abiy Ahimed sakattaa WBOf bobbate irratti tarkaanfii fudhateen du'aa fi madoon adabee meeshaalee waraanaa irraa hiikuun loltuu tokkos jiraa harkaan qabee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof β

β€40π₯5π3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dina oromo isa kaleessa oromoo Qawween cabse Waraanni bilisummaa oromoo(WBO)nis Qawween cabsee kuno bifa kanaan Sagantaa hafuura jaallummaa isaa waliin geggeeffata!
JL Disasaa(Risaa laga mogor)
Warruu Ilma Sabaa
Ayyaani Abbaa Oromoo Isiin Faana Haa Ta'u
JL Disasaa(Risaa laga mogor)
Warruu Ilma Sabaa
Ayyaani Abbaa Oromoo Isiin Faana Haa Ta'u
π₯34β€32π4
Yooyyaa
Guyyaa har'aa Gootichi WBO Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa horroo ganda baqqalee jedhamu keesaati injifannoon boonsaa galmeessun kaan harkaan qabee Kaan immoo du'aan addabeera.
IUOf
Guyyaa har'aa Gootichi WBO Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa horroo ganda baqqalee jedhamu keesaati injifannoon boonsaa galmeessun kaan harkaan qabee Kaan immoo du'aan addabeera.
IUOf
β€32π₯11