Wallagga Lixaa aanaa mana Sibuutti PPn hanga'oota koo hidhee jechuun of haareessa jirti
============================
Kan hidhaan itti murtaa'es
➊ Bulchaa Aanaa Mana Sibuu Gammachiis Sirriqaa waggaa 7.
➋ Itti Gaafatamaa Buusaa Gonofaa Beekuma Qajeelaa hidhaa waggaa 2
➌ Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Birraatuu Tafarii hidhaa waggaa 1 yoo wal adabduu
Bulchaa Aanaa Sayyoo Noolee Abbayyaa Dabalaas hidhaa waggaa 8ti itti murreerra jetti.
Hawaasa kana saaman isa kaan ajjeesanii ija uummata duraa wal dhoksuun adeemsa duruma bara Muktaar ffaa irraa daddarbaa wan dhufeef nuf harayaa miti.
Oromoon kan fedhu "Birmadummaa" dha.

Injifannoo
WBOn Zoonii lixaa Aanaa Gudayyaa Biilaatti tarkaanfi guggubduu fudhateen 8 harkaan qabe jira.
IUOf!

Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo Qawwee guban
============================
Pirezdaantichi guyyaa har'aa meeshaalee waraanaa harka nama dhuunfaa turanii fi 'rakkoo nageenyaa natti fiduu malu' jechuun shakkan 6000 bifa kana fakkaatuun walitti qabanii gubaniiru.
Qawwee tanniin ulaagaa kamiin akka namootarraa funaan himamuu baatus dirree irratti abidda yoo itti bobeessan muul'ataniiru.

Haroo Limmuu😢
Hojjetaa Baankii Daldala Itoophiyaa Damee Haroo Limmuu kan ta'e Waggaarii Moosisaa Ittichaa nami jedhamu kadireen Shaneef Maallaqa daddabarsita jettee qabdee mana hidhatti darara hamaa erga irraan gahaaa turteen booda dhukkubsatee mana yaalaatti osoo yaalamaa jiru damdamachu dadhabe du'aan addunyaa kanarra gargar bahee jira. 😢
Akka odeeffanneti hanga'oon baankichas wan baankichi gochuuf maluu dhorkachuun gahee diinummaa isaanille akka bahaacha jiran bira geenye jirra.
Kan boqotee lubbuu nuf haa maaru isa kaan akka itti wal gaafannu ni qabaanna.
Oromoon kaadire ilmaan kee si jalatti fixaa jirtuutti itti dammaqi👋

Biiraa sana eebbisisuu kan Giincitti argame hundi ishee caasaa tikaa fi caasaa galabaati. As miidiyaa kana irratti duraan yaada walabaa barreessaa turan booda keessa gaafa faayidaa isaanii argatan guutummaatti gara caasaa mootummaatti of jijjiiran. Ammas sobanii warri miidiyaa kana irraa akka waan yaada walabaa barreessaanii of fakkeessan jiru. garuu si gowwomsuu isaaniiti. Dhoksaan hojii tikummaatti bobba'anii jiru. Cinattis hojii raayyaa miidiyaa hojjetu. Isaan kana suutuma hordofna rakkoo hin qabu.
Garuu miskinonni miidiyaa kana irraa calliftee jara kana jala yaatuu fi keessan odeessa laattuuf irra of qusachuu qabdan. Warra ilkaaniin kolfaa duubaa qilee si gatudha jarri!

Magaalaa Keessa deemanii ummata nagaatti fokkoruun dhiirummaa miti.
Umaata irraa of quusadhaa warrii haftan!