Telegram Web Link
Biltsiginnaan fayiidaa nam-dhunfaashef jecha akkuma Baankii Siinqeeti dirqiin birr galchaa jechaa jirtu
Ammas dinaagde dhunfaa ishee ittin guddiifachuf biiraa ishii kana dirqiin raabsaa fi dhugaa jechuun waan hin oolle dha.

Kana sif hin taane dura dhabbadhu!
Nagaa Maaltu Jira Otoo Abiy Ahimed Jiruu!

Damballaash Gabre Mikaa’el Nageenyi Finfinnee London Caala Jedhe

Tarkaanfii Leencota Magaalaa Finfinnee


Eda Waxabajjii 15,2025 Magaalaa Finfinnee dhiyoo Sabbataa fi Xoor Haayiloochii gidduu magaalaa Alemganaa bakka mooraa leenjii ispoortii waraanaa PPtti akka isheen sochii qaamaa hojjechaa jirtutti tarkaanfii boombii galgala kana sa'a 1:30tti irratti fudhatamee jira.

‘Ambulance’ tu achii wal-maraa bultee. Hedduutu miidhame!

Injifannoon Uummata Oromoof!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akka kubbaa Millaati millachuun aduunyan itti qoosuuti wan jiru kanatti Oromoon waa hubatee laa dhimma Israel 🇮🇱 fi Iran 🇮🇷 ?
*********

Kan anga'oon addunyaa kanaa humna waraanaa fi humna dinagdeen wal morkanii wal haleelaa jiranitti inni kan keenyaa dhabbata mana amantiin wal qoode atakaaro keessa yeroon seenuu ilaalan jira.
Isaan kan wal haleela jiran dinagdeef meesha waranaan badhaadhani as deebi'an si garboomsuf wal loluuti jiru wan ta'eef, Oromoon dhimma warra dureeyyi quufni wal ficiisisu dhiisi rakkoo keesso keeti gadii ta'ii mari'aadhu furmaata waara fidii isa Impayeerri ilmaan kee gadii baase rasaasan waadaa jirutti.
Anaa Dhufuu
Bahaa Shaggar
Aanaa Fantaalleerra RIBn 3 hidhannoo guutuun WBO bira ga'an jiru.
Kan aanaa Muloo sun humna Riphee Lolaa ganama sakatta'aaf baate galgala WBOn magaalaa jalatti eeggatee 6 battalatti ajjeesuun 1 immoo yeroo ammaa madooftee buufata Fayyaa aanichaa jirti.
Ganama kana isheen hafte walitti deebitee marii gaggeessaa jirti.
Wallaggaa lixaa warri ganda ijaarra jeette kaate namni 11 qacam godheera abbaan dhimmaa .
Inbox Sibuu Siree

Gadheen tola hin jaallattu
Aanaa Sibuu Sireetti dhiyeenya kana qubattooni kan deebite qabutte humna addaa Oromiyaa kan ofiin jettu sana faana WBO loluutti kaanan WBOn akkashen lamuu ol hin jennetti biyyeetti ishee rirrite jira.
IUOf
Kibba Lixa Shaggar aanaa Sooddoo Daaccii ganda Bacaqii keessatti diina adabuun injifannoo boonsaa galmeesse jira leencichi.



Injifannoon Uummata Oromoof
Hanga ammatti Madoo namni 20 hospitaal najjoo geesseetti
Najjootti Hoolota Biraanu Julaa akkasiin walitti oofe jira Jajjabeen.
Itti fufa....
IUOf
Hanga amma reeffi 19 magaalaa Tarree galee jira.
Magaalii Tarree Sooddoo Daaccii boo'ichaa qofa taatee jirti.
Milishaaf ripheedha kan reeffi magaalaa tarree seene....😁

Danda'ii situu kana filate

IUOf
Simannan pp leenjirraa turtee galaa jirtuuf haala gaariin deemaa jira.
PP'n iyyaa jirti deemaati kaabinee ajjabaa ijoolleen nu harkatti fixuufi jecha jirti birmanna jabeessaa fi mee WBOnis bakka hundaayyuu.

Oromiyaan Biyya.
Galaan , Furii
=============
Shaneen dhufee wan seenef eguumsaf nama fuula haara yoo argiitan eeruu nu kennuun dirqama keessan bahaadha jechuun ijoolle baajaj oofan walitti qabdee itti dhadataa oolte kaadiren.
Maree Morkattootaa!
==================
Koloneel Abiyyi garee morkattootaa waliin mari'aachuf beellama qabatee jira.
Gareen morkattootaa wan gochuu qabaniis haala kanaan ka'eef jira.
~Gareen morkattootaa nama 4 qofaa qabatanii dhiyaachu akka qaban.
~Gareen kun guyyaa beellamaan guyyaa 1n dursan akka Finfinneeti argaman
~Gareen argaman kunneen magaalaa Finfinneeti ibsaa inni dhaabef karaa akka dawwatanif dirqaamni yoo ittu keennamu yoo ta'u
~Guyyaan beellamaas gaafa 11ti jedhameera.

Yeroo marii gaarii sif haa ta'u jenna nuniis.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Qophii Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa ONM-ABO Waxaabajjii 17-2025 itti dhiyaadhaa!
Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaaf Adeemsa Hojii Isaa
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://www.tg-me.com/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya [email protected] Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Iddoo olmaa Shanee Shimeef Ijoolle Hayiluun Gonfaa Sanyii Naqarsaa waliin ta'uun Gansiise Galchee.
===============================
Wal galatti kan gallee jettu 1,752 yoo taatu.
Isaan keessaa
~343 - murtee waggaa 6 hanga umurii guutu itti murta'uun Walisoo, Amboo, Naqamtee Shashamanne fi kkf yoo ta'u 13 Karchallee Amboo jirtuuf
~2 Reebicha hamaan yoo duutu
~Hangi ishee kan hin beekamne giddu galatti milishaan ajjeesaman yoo gataman
~2 ammoo reebicha dandamachu dadhabnaan galtee haa duutu jedhamte gara qe'eeti deebitetti
~51Biiroon nageenya Oromiyaa muudee iddoo addaa garaatti yoo ramadu
~> Kan kanarraa hafte birr 90,000 karaa baanki siinqeetti keennamef garuu akka hin baafanne gochuun warri kanaan mufatte magaalaa keessa deemun hojii hannaaf basaasummatti bobbaate jirti.
Injifannoo Dirree Dotii

Libaan cuqqaalaa ganda Dirree Dotii gootichi eda mooraa qubsuma pp barbaadesse💪

IUOf
Simannaan Kadiroota Haaraa Cime Itti Fufa
===============================
Bulchaan Aanaa Areeroo ganda Gallaba egdoota isaa waliin lafa ciniinera
Itti fufa...
Odeessa Gantootaa

"Mucaa kanatti waagga 18 ittii murteessisan jiran.
Nama kana Jireenyaan Rabbumaa yeroo isa fudhatee Bilxiginnaatti galuuf murteessutti "Ani isin faana hin galu" jedhee osoo dhokatee Jalaa badaa jiruu Jiireenyaan kellaa Gudariitti eegee qabsiisuun yeroo ammaa kana hidhaan waggaa 18 itti murtaa'ee jira."
2025/07/05 22:33:55
Back to Top
HTML Embed Code: