H/G/W Aanaa Jimmaa Gannatiitti Kabineen Leenjii irra turte danuun Qacam taatetti.
๐ค31โค15๐5๐3๐ฅ3๐2๐1
Ejjennoo Siyaasaa Leenjii Kaabinee Gandaa.
Ani Leenji'aa Kaabinee Gandaati.
Garuu Godinaa fi Aanaa Koo ibsuu hin barbaadu.
Ergaa akka guutuu Oromiyaati nuuf darbe garuu Waan haaraa miti waanuma amma Gochaa jiraniidha.Garuu Ejjennoo fi Tarsiimoo tooftaa Siyaasaa Biltsiginnaa Waan taheef irra deebi'ee ibsuun fedha.
Anis kanuma irraa ka'ee Hojii mootummaa akkan dhiisee Hoji dhuunfaa koo eegaluun murteessee jira.
Innis Waa'ee Opireeshinii WBOti.RIB , Riphee loltootaa fi Milishaa waliin taanee Gandaa ijaaruun cinatti Dirreeti baanee WBO akka lollu nuti himan.
Kana booda Ejjennoo hadhooftuu Qabatanii Jiru.
Namoota Ijoolleen isaanii Bosona jirtu Kamiyyuu:-
1.Manaa fi Qabeenya isaanii Gubuu.
2.Hariiroo hawaasummaa Kamiyyuu akka Uummati wajjin hin jiraanne Uummata dhorku.fkn Waamichaa, Awwalcha, Gaddaa fi Gammachuu nama Kamiyyuu keessati qooda hin fudhane, akkasumas Uummati akka hin bira hin dhaabbane dhorkuu.
3.Karoora itti baasanii hidhuu fi Reebuun burjaajessu.
4.Karoora Misooma Magaalaa fi Baadiyyaa keessati fayyadamoo akka hin taanee ugguruu.
5.Tajaajila Mootummaa akka hin argane gochuu.
6.Maatii akkasii hordoffi cimaa irrati gochuu etc dha.
๐๐ปMootummaan kallattii Karoora cubbuu akkasi baafatee Waan jiruuf nuti immoo dirqamaan akka hojii irraa oolchinu dirqamni nuti Waan kennameef Hojiin kun Hojii cubbuu Waan taheef "mootummaa waaqayyoo" keessaa nama baasa.
Hojii akkasii Kana hojjechuu dhiisuu Waan wayyuuf hoji Mootummaa dhiisuu murteesseen jira.

โค44๐13๐ฅฐ3
Injifannoo Waankii
WBOn zoonii lixaa aanaa mana sibuutti kaampii ergamtuu impayeeraa ganda Waankii jiru barii barraaqan itti seenuun barbadeesse jira.
IUOf

๐ฅ34๐12๐10๐ฏ6โค4๐คฎ3
Kabajaa Guyyaa Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaa
Webinar ๐๐พ
https://us02web.zoom.us/j/81536588523?pwd=vJHsN1MkiLKbFxaQo0QvEpCqUJoeE6.1
Webinar ID: 815 3658 8523
Passcode: 950493
#ONM_ABO #highlights #highlightseveryonefollowers

Zoom
Video Conferencing, Web Conferencing, Webinars, Screen Sharing
Zoom is the leader in modern enterprise video communications, with an easy, reliable cloud platform for video and audio conferencing, chat, and webinars across mobile, desktop, and room systems. Zoom Rooms is the original software-based conference room solutionโฆ
โค26
Alertโผ๏ธ
Faannoon Gama Daangaa Shawaa Bahaa, Shankoor Fi Fantaallee Irratti Haaleella Banuuf Qophii Xumurtee Jirti.
Dhaamsa Ofeegannoo!

๐26๐ฅ8โค4๐1
BACHOOโผ๏ธ
Odeessa keessoo waraana Garee Niqqiluufi Waraana Tullu Boolloo qubattee jirtu keessaa nu gahe.
Waraanni Garee Niqqiluu Tibbana Magaalaa Tullu Boolloo Bakka Maayibaasii Baatuu Cirrachaa keessa buufattee jirtu Tooftaa Opireeshinii isheen Gochuuf qophoofte keessaa Baadiyyaatti bahuun Waraana Bilisummaa Oromoo/WBO/Fakkaachuun Gandoota Baadiyyaa keessa seentee Uummata Baadiyyaa Gowwoomsuun ฤฑjoolleen keenya tokko Eessa jiruufi Eessaan darban jechuun Iddoo waraanni jiru erga Adda baaftee booda Duubaan Waraana Mootummaa itti waamuun WBO tarkaanfii irratti fudhachiifna jettee sochiitti galuuf akka jirtu dhaga'ameera.Tooftaa kana milkeessuuf akka Uummanni hin shakkineef Warra Rifeensa guddifatan bobbaasuuf jirti. Guyyaa har'aa Konkolaataa Waajira Fayyaa Aanaa Bachoo kan taate Lakkoofsi Gabatee ishee 06755 -OR Konkolaachisaa Afawarq jedhamu qabattee sochii eegaltee jirti.
Konkolaataa kana irratti gareen fe'aman guutummaan isaanii Garee Niqqiluuti.
Dhisii lakkii siif wayyaa yaa warraa garaaf jiratuu.
Kanaas gotuu sanaas gotuu Gotichii abbaan haqaa waan hundaa dursee biraa gahee jiraa warraa waliin demaafi mariiraa turanileen takkan, takkaa kee waan atti odeessaa oltuu barechinee sii beeknaa keesaayuu warrii Aanaa Bachoo magaalaa Tuluboollo ofiif yadakaa ofiin miidhinaa akeekna.

โค46๐7๐ฅ6๐ฅด1
Eeruu
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sadii Canqaa ganda Igguutti sa'a ammaa kana waraanni RIB sakatta'iinsa gochaa waan jirtuuf kanneen kaanimmoo laga keessatti gadi lixanii waan jiraniif qeerroof WBOn ona sana keessa sochootan of eeggannoo godhaa!

๐26โค12๐1
Aanaa Muloo Buraayyuu irraa KM 30 irratti gootichii haalaan tumeeraโ
~Ajaja riphee galaafateera.
~Ajajaa Poolisii aanichaa fi hogganaa nageenyaa immoo harkaan qabeera.
Hedduu du'aaf madoon adabeera.
Humna dabalataa Caanco irraa dhufaaf yaaddee turtees karaa itti cufuun biyyoon makeera

๐45โค15๐6๐ฅ6
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Birgeedii Badhoo Dachaas Cibraa Birbisa Gooroo waliin ta'uun Diinaa Biyyoon Makee
IUOf
IUOf
โค47๐ฅ8๐6๐ฅฐ2๐2
~Birgeedi odaa kaarraa cibraa Abiddaa ganamaan irraa hikeera๐ช
๐ฅ24โค7๐7๐5
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nu Biratti Mirgii Booji'aamaa Kan Kabajame kaa jennuf gochaa waliin.
โงCibraa Birbirsa Gooroon kan booji'aaman.
Carraa argatte ergatte ergamtuu PPtu WBO Booji'ee utuu ta'ee reeffa isaa harkiisaa magaalaa baati.
Ilaali WBO Wabii Sabaa๐
WBOn Haa Waaruu

โค57๐ฅ6๐5
Birgeediin odaa kaarraa cibraa afaan qawwee bariin dhukkee pp irraa kaaseera๐ช
๐ฅ20โค5
Eeruu Jalduu
Lixa shaggar Aanaa Jalduu magaalaa Goojjootti har'aa ganamaa irraa kaassuun hoggantootiin olaanoon PP Oromiyaa fi Godinaa irraa dhufun aanaa Cobii fi Gindabarat lamaan irraa magaalaa jalduutti
kadiree,
Poolisaa,
Milishaa walitii qabuun nageenyaa naannoo kanaa akka barbadamuutti hin argamne jechuun Opireeshiin geggeessuf mariitti oltetti.
Waliif Qoodaa ๐

๐24โค19๐ฅ9
Beeksisa waraana Affasaa!
Muuxannoon zeeroodhaan๐
โก๏ธ Godinaalee irraa namoota 1013
โก๏ธ Magaalota irraa namoota 263
โก๏ธ Walumaagatti namoota 1276
โก๏ธ Sadarkaa barnootaa Digirii jalqabaa
โก๏ธ Qabxii 2:00 fi isaa ol kan qabu/qabdu
Beeksisa hojii kana komishiniin Gumurka Federaalaatu baasee jedhanii dargaggoota mooksun gara waraanaa erguuf jiru.

โค31๐ฅ10๐ฑ7๐5
Bulchiinsaafi Nageenyi Aanaa Muloo Baqqalaa Jimaa dhabama ta'eera!
๐ฅ15โค5
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Dararaa humnoota mootummaa damdamachuu kan dadhaban maanguddoon obbo Taammiruu Nagaraa jedhaman abdii kutannaan of ajjeesuu dhagaa'ame.
Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagalootti humnoonni mootummaa ilmakeetu hidhatee jira jechuun dararaa maanguddoota irraan gahuu erga hammeessaniin booda maanguddoon of ajjeesuuf dirqamuu dhagaa'ame.
Taateen Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Goossanii Baabboo bakka addaa Uggaa Hordaa jedhamutti raawwate kun sababa dargaggoo Gammachuu Taammiruu jedhamuun akka ta'e himame. Gammachuu Taammiruu nama mana qabu, nama ofiin of ajajuu danda'u ofitti murteessee qabsoo hidhannootti makamee sochii qabsoo bilisummaa adeemsisaa jira.
Humnoonni mootummaa sababa Gammachuu abbaa isaa obbo Taammiruu Nagaraa irratti waggaa tokko dura mana guban. Akkasuma obboleessa isaa Barsiisaa Mootummaa Taammiruu jedhamu jalaas mana gubuun, maatiin kun hojii hojjetachuu akka hin dandeenye danquun qe'ee isaaniirraa taa'uuf ka'uu dhorkatan. Qabeenyaa maatiin kun horatan socho'aa yoo saaman, kan hin sochoonetti achitti gubuun waraanni mootummaa dhiibbaa hammaataa irraan gahuu isaanii barame.
Sababa ilmaa fi obboleessaaf maatiin hundi ugguramee qotatee akka hin nyaanne, hojjetatee akka hin jiraanne taasifame. Taateen kun aanichuma magaalaa Qassoo keessattis maatii obbo Surraa Ittaanaa irra qaqqabuun hubatamaadha. Maatiin obbo Surraa Ittaanaa sababa Eebbaa Surraa namni jedhamu hidhannoon mootummaa haleeluutti fuulleffate qofaaf mandarri tokko guutuun kan wasiillanii dabalatee manni abiddaan gubame. Akka hin qotanne, akka hin aramannes taasifaman.
Taateen kun hojjechuuf haramachuu bira darbamee bakka isaan dahatanii jiran, bakka jireenya maatii kanaa deemuun xuxxuquu fi hiraarsuun hammaate. Maanguddoo Raggaatu Iddoosaa jedhaman haadha warraa Taammiruu Nagaraa nama ija hin qabne qabanii hidhan.
Dararaa kana damdamachuu kan dadhabe Taammiruu Nagaraa namni kaleessa midhaan Konkolaataan feesisu, kan kuntaala dhibbootaan lakkaa'ee galchaa ture hojii dhorkamee abdii kutachuu qoricha dhugee of ajjeesuu isaa dhagaa'ameera.
Oduma wal qabatuun Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Goossanii Baabboo bakka addaa Baabbo Wandii jedhamu kan jiraatu qonnaan bulaan Taayyee Guttaattaa jedhamu hidhattootaan hariiroo qaba jedhamuun ajjeefamee, reeffa isaas maatiin akka hin awwaallanne dhokfamee as buuteen dhabamuu dhagaa'ameera.
Taateen kun dararaa humnoonni waraanaa mootummaa geessisaa jiranii fi balaa waraanaaf caasaa PP'n naannicha keessatti adeemaa jiru hangam gara jabinaan kan guutame ta'uusaaf agarsiiftuudha

โค37๐ญ9๐ฅ8