Forwarded from KENNAA
  
Guyyaa Jumu'aa boruu jiini(baatiin) kan ilaalamtu yommuu ta'u yoo mul'atte saftii(qidaamee ykn sanbata xiqqaa) soomanaan oolla.
Yoo kan hin mul'anne taate immoo saftii sha'abaana 30 guuta waan ta'eef guyyaa Alhadaa soomana jalqabna jechuudha yoo Allaah n nuun fedhe!
Rabbiin ittiin nu gahee kheeyrii Ramadaanni qabu hunda nu haa milkeeysu!
Yaadaa fi gaaffii chaanaalii keenya irratti qabdan kamiifuu @AbdiJ13 qunnamaa!
@Kennaapost. @Kennaapost
   
T.me/Kennaapost

Forwarded from Kamil Taajuu
  Forwarded from Kamil Taajuu
Assalaamu Aleykum warahmatullaah wabrakaatuh 
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
إعلان هام للطلبة 📢
☆☆☆☆▪︎▪︎▪︎☆☆☆☆
Beeksisa barattoota ilmiif 📢
Darsiin kitaaba Umdatu As-saalik kan sababa ji'a Ramadaanaa dhaabbatee ture, hamma eegalameera; itti dhihaadhaa hordofaa!
📚Kitaaba: Umdatu As-saalik
🏠 iddoon: mana jireenyaa Sheekota Haj Mahmud Adam
⏰️ yeroon: Galgala 3:00 - 4:00

الحمد لله الصلاة والسلام على سيد المرسلين وعلى آله وأصحابه أجمعين
السلام عليكم و رحمة الله وبركاته
Jamaa'atal-muslimiin akkuma Rabbiin walitti isin qabe kanatti addaan isin hin baasίn akkuma karaa islaamaa gaarii Kanarratti walitti qabamtan Rabbiin isin hatataasisu kayrii walitti isiniif haaqabu Fitnaa isinirraa haqabu, duubaa Nabiin akki jedhu" خير كم من تعلم القرءان و علمه jedhe Caalaan keessan nama Qur’aana baree barsiisee jedhe, duubaa Kanumaa jettanii wolitti qabamtanii, Qur'aana kunoo Qiraatii torban qaraasisuu beeku isnii finnee, Sahaabaan nabii yerooniif muhaajiroonni dhufan, akkam jette ansaarri tokkoon isaanii beera lamaan qabaa tokko siifan hiikaa addunyaas walqixxeedha fudhaanna jennaan tokko abdurrahmaan binu Awfiiti Rabbiin rahmata isaaniif hagodhu akkasi waljaallatti Sahaabaan Nabii, diinii Islaamaa jaallachuu Rabbiin isiniif haa kennu.
jaalannee jaaladhaagaa, Rabbiin isiniif haqajeelchu isinis haqajeelchu, Kayrii walitti isiniif haqabu, Diinaa Rabbii isiniif fidnee diinaa Islaamaa isinii fidnee Qur'aana isiniif fidnee Qur'aana torban isinii fidnee hadiisa isinii fidnee, ee baradhaa, ee baradhaa, ee baradhaa.
Namni hangamii fi hangam natti dhufee narraa barbaadee darasoota kiyya narraa fuudhee, namni tokko itti garagaltee biyyummaan narraa fuute, akkas hin ta’inaa, hamma mataaf miilla kiyyaan isiniif fidee jaallattanii mii!! Jaallattanii mii!! Ahdii Rabbiitii ahdii Rabbiitii, jaalladhaa Rabbiin isin hajaallatuu.
Kayrii walitti isiniif haqabu fitnaa isinirraa haqabu, addaan hin babahinaa, addaan babahuu Rabbiin isin hadhorgu,
واعتصمو بحبل الله جميعا
Jedhaa: diinaa Rabbii cufti keessan qabadhaa jedhaa.
Addaan hin babahinaa addaan babahuu Rabbiin isin haa dhorgu, salafaa fi kalafa jettanii addaan hin babahinaa, namni cuftinuu salafa
وَالسَّابِقُونَ الْأَوَّلُونَ مِنَ الْمُهَاجِرِينَ وَالْأَنصَارِ وَالَّذِينَ اتَّبَعُوهُم بِإِحْسَانٍ رَّضِيَ اللَّهُ عَنْهُمْ وَرَضُوا عَنْهُ
Muhaajiraa fi ansaara jala warra deemuu; iddi’aa’aa fi #himatuudhaanii_miti, Rabbiin salafa isin haa godhu salafa dhugaadhaa,
Nuti kalafa إعتقادا، قولا وعملا ammoo salafa, salafiyyaadha ammo i’tiqaadni keenya amalli keenyaas salafiyyaadha, Rabbiin tokko isin haa godhuu addaan hin babahinaa, addaan isin hin babaasin Rabbi walitti isin haaqabu, hammuma kanaan isiniin jedhaa
السلام عليكم و رحمة الله وبركاته
Dhaamsa Sheikh Ahmad watar M/Asandaaboo Masjiida Tawfiiq keessatti
Txt by: Fuad Faji Jemal ✍️

Media is too big
    VIEW IN TELEGRAM
  Walgahii koree dargagoo magaalaa Asandaaboo fiGumii baratootaa Majlisa Magaalaa Asandaaboo teessiseen Guyyaa 27/9/2017 Arbii harra murtii ciccimoo waliin dabarsineerra.
1.Harka qalleeyyif degarsa barbaachisuu akka godhamuu fi Qaama adda baheef hammaa kaasee deggarsi akka godhamuf dabarseera.
2.Ayyana Eidaa sababefachuun dirreen eidaa Bor gana sa'atii 3:00 kaassamee Dirreen Eida akka sirrahu dabarseera.
3.Nagenya wal qabatee Guyyaa sanas dargagonni fi baratoonni bukkee nagenyaa Dhabachuu akka qaban dabarseera.