God will heal your broken heart and restore your spirit.
๐2
โช๐ ๐ถ ๐ฟ ๐ ๐ ๐ ๐ฒ ๐ฒ ๐ฑ ๐ถ ๐ถ ๐ ๐ ๐ฑ ๐ฑ ๐ฎ ๐ฎ ๐ ๐ฎ ๐ด ๐ฎ ๐ฎ ๐น ๐ฎ ๐ฎ ๐ฆ ๐ต ๐ฎ ๐ฎ ๐ ๐ต ๐ฎ ๐บ ๐ฎ ๐ป ๐ป ๐ฒ ๐ฒ โช
๐๐๐Bอaอgอaอ อGอaอmอmอaอdอdอaอnอ อSอaอbอaอ อMอaอgอaอaอlอaอaอ อSอhอaอaอsอhอaอmอaอnอnอeอeอfอiอ อNอaอaอnอnอoอoอsอhอeอeอtอtอiอ อAอrอgอaอmอtอaอnอ อHอuอnอdอuอmอaอaอfอ!อ๐๐๐
๐ก๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ช๐ฎ๐ฎ๐พ๐ฎ๐๐๐ผ๐ผ ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ท๐ถ๐ถ ๐ ๐ฎ๐๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐ถ๐ถ๐ป kan gaggeeffamu Kiruuseedii Guddaan Magaalaa Shaashamanneetti Guraandhala 14-16 Bara 2017tti, guyyoota 3'f gaggeeffama.
๐๐๐จ๐ฆ. ๐:๐๐ โ๐๐ง๐ข ๐ฐ๐๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ฒ๐๐๐ฅ๐ฅ๐โ๐ฎ, ๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐ ๐๐๐๐ช๐๐ฒ๐ฒ๐จ ๐ข๐ฌ๐ ๐ฐ๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐ข๐ข ๐ช๐๐๐๐ง ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐๐, ๐๐ฎ๐ซ๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐ฌ๐๐ ๐ฐ๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐ข๐ก๐ฎ๐๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐ค๐ค๐๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐๐ฌ ๐ฐ๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ข๐ค๐จ๐ญ๐๐ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐.โ
Mata duree โHแดแดษดแด Wแดษดษขแดแดสแดแดโ jedhuun Namni Waaqayyoo ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ท๐ถ๐ถ ๐ ๐ฎ๐๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฒ๐ฒใ๏ปฟ๐๐ถ๐ฏ๐ฎ๐๐ฎใ๐๐ฎ๐ณ๐๐๐ฟ๐ฎใ๐ค๐๐น๐พ๐๐น๐น๐๐ใadda taโeen kan tajaajilan yommuu ta'u; akkasumas ๐ฆ๐ผ๐ผ๐ฟ๐๐๐ ๐ฅ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ฒ๐๐๐ฒ๐ฒ in tajaajilu.
Guyyoota kanatti:
๐ธ Waaqeffannaan haala adda taโeen gaggeeffama!
๐ Wangeelli Mootummaa waaqayyoo Humnaan in lallabama!
๐ Kanarraa kan kaโes fayyinni dinqiin, hiikamsaafi bilisa baโuu ajaa'ibsiisaan sabasaaf intaโa!
๐Gaddi gammachuutti in jijjiirama!
๐ Warra daaโima barbaadaniif dhala, jireenya keessaniif nagaa, hojii keessaniif milkaaโina, tajaajila keessaniif dibata; qabeenya keessaniif eebbaafi kan namni qoree bira gaโuu hin dandeenye humna fayyinaa addaa; Waaqayyo isiniif qopheesseera.
๐ผ Fแดแดสาแดแดแดแดแดษดษดษช Gแดสสแดแดแดแด Kแดษดแด Tแดแดแดแดแดษชสแดษดษชs ๐ผ
๐ค ๐๐ฎ๐ฟ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ฎ ๐๐ถ๐ฑ๐ผ๐ผ
๐ค ๐๐ฎ๐ฟ ๐ ๐ฎ๐๐ณ๐ถ๐ป ๐๐๐๐๐๐
๐ค ๐๐ฎ๐ฟ ๐ฃ๐ต๐ฎ๐ฎ๐๐๐น๐ผ๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ด๐ฎ๐ป๐
๐ค ๐๐ฎ๐ฟ ๐ฌ๐ถ๐๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ฒ๐ธ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐บ๐บ๐ถ๐ฟ๐๐
Guyyoota kanatti sabni hundinuu ๐โฐโโIstaadiyeemii Shaashamanneettiโโโฏ argamtanii ๐ ๐ฌ๐ฒ๐๐๐๐ ๐๐๐ฟ๐พ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ฎ ๐ isa taโe wajjin wal arguun; hirmaattota fayyinaaafi eebba kanaa akka taatan jaalala Waaqayyootiin affeeramtaniittu!

๐1
The Scripture says, โYouโve been made in the image of God.โ He made you talented, beautiful, smart, confident. You are fully equipped for the purpose Heโs laid out for you. But the trick of the enemy is to distort your self-image. He doesnโt want you to see yourself the way you really are. The Psalmist said, "Youโve been fearfully and wonderfully made." But when you look at that mirror, youโll see all your flaws, everything you donโt like will be exaggerated. Youโve been forgiven, redeemed. The past is over, but when you look in that mirror, youโll see all your mistakes, failures, times you didnโt measure up. Looking back at you is a guilty, unworthy, undeserving person. Itโs a distorted mirror. Youโve been through disappointments, setbacks. Life hasnโt treated you fair. That distorted mirror will come up. Youโll see yourself defeated, at a disadvantage, nothing good in your future. The truth is God has beauty for those ashes. What was meant for your harm, Heโs turning to your advantage.
God wants you to know Him.
Searching for Him isn't like looking for a needle in a theological haystack. He isn't hiding. He isn't unknowable. He isn't some mysterious force or philosophical construct that you can't quite grasp or attain.
In fact, the opposite is true. His Son appeared to all in bodily form. Jesus, "the radiance of God's glory and the exact representation of his being," walked this earth in plain sight so that anyone seeking God could find their way to Him.
God's not hiding. He's been looking for you for a long, long time.
Do you know why? Because He wants you to know who He is...and who you are, too. He wants you to know that you're the object of His affection, created in His image, made by and for Him.
He wants you to know that the Unknown God has a name. He wants you to know that the incredible desire for worship rooted deep inside your heart was crafted for Him.

God is saying, โKeep Me first place in your life.โ When you wake up in the morning, donโt meet with anyone until you first meet with God. Take time to thank Him for the day, thank Him for who He is, thank Him that Heโs the giver of all good things. He's your protector, your provider, your healer, your way-maker. All through the day, under your breath, you can talk to God. โLord, thank You for watching over my children. Thank You for helping me at work. Thank You for giving me wisdom.โ The Scripture says, โIf youโll acknowledge God in all your ways, Heโll crown your efforts with success."
๐6
QARQABA KITAABA!
Duraan Dursa namoonni maxxansi kun isin qaqqabee kamuu utuu barroo kana hin dubbisiin hin hafiinaa. Dhuguma Seenaa Barreessitoonni kitaaba kanaa gara Waggaa 10(Kudhanii) itti dhama'aniitu barreessan. Anis hamma ta'e waanuma tokkoo akka hubattaniif taa'ee itti yaadee dhimmee sorsee haala kanaan gabaabsee siniif qopheesse.
Share godhooti namoota baay'ee bira geessisaa.
Seenaa namni kamuu beekuu qabudha Seenaan kun.
Amma Koottaa ega gara Qarqaba kitaabichaa deemna.
Maqaa Kitaabichaa: Daani'el Dabalaa Guci-qabsiisaa fi Qaanqessaa Wangeelaa fi Barnoota ammayyaa Ummata Orommoo.
Bara Yoom-eessa Seenaa kitaabichaa: 1866-1904
Qopheessitoonni: Fiqaaduu Beenyaa (Luba) fi Lammii Mokonnon (Ob)
Fuula kitaabichaa: 169
Bara maxxane: 2025/2017
Mana maxxansaa : Daystar Printing and Trading
Teessoo: Finfinnee.
Maxxansa: 1ffaa
ISBN: 978-99990-0-720-7
Lak. Bilbilaa: +251911120440/+251911799417
Email โ๏ธ: [email protected]/ [email protected]
Qabiyyee: Seenaa
Suurri Isaanii kan argame: Tokko qofa ta'uu innis isuma golgaa kitaabichaa irra jiru qofa ta'uu.
Afaanota ittiin qophaa'ee: Afaan Oromo, English, แ แแญแ
Gatii: 300ETB 15USD
Qola Kitaabaa kan tole: OLIT Technologies
Boqonnaa: 8 qaba.
Mata-Duree xixiqqaa: 38 qaba.
Kaayyoo: Hojii Daani'el Dabalaa Guci-qabsiisaa fi Qaanqessaa Wangeelaa fi Barnoota ammayyaa Ummata Orommoof godhe hambaa seenaa dhalootatti himuu fi beeksisuu. ( Hub: Kaayyoo kana akkan ofii hubadhettin ibse malee, akka kanatti katabamee kitaabicha irra hin jiru kun Kaayyoo kitaabichaati jedhee)
IMALA JIREENYAA DAANI'EEL DABALAAA:
-Hidda dhaloota Daani'eel. Sibuu-lukkuu-Guduruu- Jaawwii-Maccaa-Boorana-Oromoo. Kanaafuu hiddi dhaloota Daani'eel Dabalaaa Sibuu irraa dhalata jechuudha. 2017:11
- Daani'eel Dabalaaa kutaa biyya Itiyophiyaa dhihaa Gudurutti bara 1866 (A.L.A dhalate. 2017:21
- Bara dargaggummaa garbuummaan gurgurame. 2017:21
- Misiyoonata warra Siwiidiiniittiin erga garbummaarraa bilisoomee booda, amantii warra protestant fudhachuun bara isaa guutuu amantii kanaaf jiraachuu itti fufe. 2017:21
- Erga Garbummaarraa bilisoomee booda maatii isaa barbaadee argachuuf bakka dhalootaasaa ga'us Daani'eel Dabalaaa garuu nama ijoollummaasaarraa kaasee beeku tokkollee argachuu hin dandeenye . 2017:22
- Yeroo ummuriinsaa naannoo waggaa 12 ta'u akka garbaatti ijoollee 80 ta'an waliin gara Ertiraatti kan fudhatame 2017:27
- Daani'eel (Luuluun) Bara 1877 Warra Wangeela Siwiiidin Maasawwaa turaniin birmadoome 2017:40
- Ergamoota Wangeelaa keessaa Lundahl biratti amanamee waan argameef bara 1877tti mana barumsaa akka galuuf galmaa'e 2017:40-41
-Onkoloolessa 31/1881 Cuuphame.
- Erga baratee Mana Barumsaa Misiyoonata kanaan waggaa 8 oliif qajeelfama misiyoonichaa jalatti barsiisaa ture 2017:40
- Daani'eel Dabalaaa hojii Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo hiikuu keessatti sirreessa qubee (A proof Readeer) hojjeteera. 2017:48
- Daani'eel Dabalaaa Aadde Xuruu wajjin erga Gaa'ela godhatanii booda mucaa durbaa bakka Yejubeetti godhatan, yeroo muraasaaf yejubee erga turanii bara 1898 laga Abbayyaa ce'anii gara Guduruu, biyya dhaloota Daani'eel Dabalaaa dhufan. 2017:66
- Daani'eel Dabalaaa imala gara Oromoo 5ffaa irratti Boojjii gahee. Mariin Gebree-Iwostatewos fi Daani'eel gidduutti godhameen booda bakka xiyyaaffatanii hojjetan qooddatan Haaluma kanaan Gebree-Iwostatewos itti gaafatamummaan isaa gama Hafuuraan mana amanataa Ortodoksii Boojjii Maariyaam keessatti akkasumaa maatii Dibaabaa Bakaree waliin kan wal qabate jiru irratti akka hojjetu, gama biraatiin Daani'eel Dabalaaa immoo mana barumsaa ammayyaa Aadde Gumesh fi Aadde Xuruu wajjiin akka eegaln walii galteerra gahame. 2017:74
- Daani'eel Dabalaaa Barnootarratti utuma xiyyeeffatuullee hojii Wangeelaa irrattis gad fageenyaan bobba'ee ture. KANAAF Daani'eel Arkiteekta ijoo hundueeffama Waldaa Kiristiyaanaa nama gahee cimaa qabu ta'e. Akkuma kanaan bara 1898 Chaapeliin Yeroo jalqabaaf bakka itti Waldaa Warra Wangeelaa Makane Yesus Itoophiyaa dhalatte BOOJJII KARKARTOOTTI ijaarame. 2017:75

โค1
- Daani'eel Dabalaaa hundeessaa Waldaa Kiristiyaanaa warra Wangeelaa Itoophiyaa nama yeroo jalqabaaf BOOJJIITTI raawwatedha. Kuns Daani'eel Dabalaaa hundeessaa Waldaa Makkaanaa Yesus jalqabaa ta'uusaa mul'isa 2017-76-77
- Daani'eelif Gebree-Iwostatewos bara 1898 mana barumsaa mandara BOOJJIITTI eegalan. Manneen barnoota kun hoganamaa kan turan Daani'eel Dabalaaan yommuu ta'u Addee Gumesh fi Aadde Xuruun miseensota istaafii turan. Manni barumsaa haala kanaan eegalamuu isaatiin geggeessitoonni beekamoon keessaa argamaniiru. 2017-79
- Namni jabaa fi guddaan kun umrii gabaabaatti Waggaa 38 boqotanii.
HAMBAA DAANI'EEL DABALAAA:
- Boqochuu Daani'eel Dabalaaa fi miiltoowwan ariifataa booda barattoonni isaa Boruu Siibaa, Saamu'eel Danqii/Dankii Nagaasaa Fayyisaaf fi Bushaa Siibaa faa sochii Tajaajila Wangeelaa Daani'eel faa itti fufuu danda'aniiru. 2017:92
BARATTOONNI DAANI'EEL DABALAAA HOJII ISAAN HOJJETAN:
- BORUU hojii Wangeela Gooftaa Yesusiif mana barnootaa Siibaa jedhamee beekamu Boojjiirraa miilaan sa'a 10 fagaaturratti baneera. 2017:92
- Gama kaaniin, Saamu'eel Daankii mana barumsaa naannoo Gimbii, Alee Ambaltootti baneera. 2017:92
-Fayyisaa Nagaasaa Bu'uura cimaa mana barnootaa Boojjiitti hundeesseera. 2017:92
- Manni Barumsaa Daani'eel Dabalaaa Boojjitti eegale amma gara Sadarkaa Olaanaatti guddatee Hawwaasa Oromoo Boojjii fi Naannawaa sana tajaajilu itti fufeera ammalee . Maqaan Mana Barumsichaa MANA BARUMSAA BOOJJII BIRMAJJII JEDHAMA. 2017:93
- Du'a Daani'eel Dabalaaa booda Feben fi Ayele Yimer isaan immoo Hojii Wangeela lallabbuu Boojjii kan Daani'eel jalqabe itti fufaan. 2017:93-94
WALFAKKEENYA ONEESIMOOS NASIIBIIF FI DAANI'EEL DABALAAA:
- Lamaan isaanii Garbummaatti gurguraman
-Lamaan isaanii Ijoollumaan gurguramanii biyyaa ba'an.
- Lamaan isaanii Qaanqee Wangeelaa bobeessan.
- Lamaan isaanii Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootii hiikuurratti hirmaataniiru.
- Lamaan isaanii Ijoollee Oromooti
- Lamaan isaanii Misiyoonata Siwiidiiniin Massawaatti bilisooman.
- Lamaan isaaniiyyu Sochii Warra Wangeelaa Itoophiyaa keessatti hundeesuuf namoota ijoo ta'anidha. 2017:95
- Bara 1904 Onesimos gara biyya isaatti kan deebi'e yoo ta'u , Daani'eel Dabalaaa garuu Waggaa 6 dursee bara 1898tti gara biyya isaatti deebi'e. 2017:95
KAAYYOO DAANI'EEL DABALAAA BARUMSARRATTI QABA TURE.
Daani'eel Dabalaaa Bu'uura Barnoota Ammayyaa isa Jalqaba dachee Oromoorratti hundeessuun isaa, Kayyoon isaa inni guddaan ummata Oromoo gama hundaan jijjiiruu fi jijjiirraa hunda galeessaa argamsiisuu ture. 2017:102
XUMURA JIREENYA ISAA FI HIREE MAATII DAANI'EEL DABALAAA.
- Yeroo dheeraaf haalli fayyummaa isaa itti hammaachaa dhufee, gaafa Hagayya 13, 1904 Aadde Xuruu fi ijjoollee isaa xixiqoo shan waliin dhiisee boqote. 2017:109
- Awwaalchi isaas Boojjiiti raawwatame Waldaa Ortodooksii Boojjii Maaramaa jedhamutti ture 2017:109
HIREE MAATII DAANI'EEL DABALAAA:
- Haati manaa Daani'eel Dabalaaa Xuruun intala lafa olka'aa/ baddaa Eertiraa irraa kan dhufte yommuu taatu, Daani'eel baa 1993 guyyaa ayyaana dhaloota Gooftaa kabajamutti ishee fuudhe. 2017:12
- Haati manaa Daani'eel Dabalaaa lammii Ertiraa yeroo taatu maqaan ishee guutuun Xuruu Gabree jedhamti. 2014:114
- Intalli Daani'eel Dabalaaa nama Yaa'iqoob Seegoo Gimbi jedhamutti heerumte. 2017:13
Barbaachisummaa kitaabichaa: Dhaloonni seenaa abboota isaa baree, ofiis seenaa gaarii dhimma baasu akka hojjetuuf kakaasuu.
Cimina Kitaabichaa:
- Wabiilee barreeffama, Website fi ragaa odeeffannoo walumaa galatti gara Wabiilee 44 kan wabeeffatamee qophaa'edha.
-Tokkoo tokkoon Seenaa kitaabichaa ragaatiin wabiilee barreeffama garagaraan barreeffamuu isaa.
-Barroo sana kan dhugoomsu, Ragaalee Suura garaagaraa jiraachuusaa.
-Kana malee Ragaaleen namaa Afgaaffiin seenaan kitaabichaa qindaa'uusaa.
Fuulduree yaada barreesitoota kitaaba kanaa:
Bakka ragaa hedduun kuufamee jiru biyya siwiidiiniitti walitti qabamee kitaaba kana kan gabbisu hojiin in hojjetama yaada jedhu qabu.
Hb: Waan ani kaase xiqqoodha hubannooma xiqqoo akka argattaniif jedheen isin guutummaasaa kitaabicha dubbisaa.

Nan Xummurega.
Kan Qopheesse: IYYAASUU TARRAFAA FAAYISAA
Hagayya 28/2017
Finfinnee Oromiyaa
Horaa Bulaa!
Kitaaba akka haala kanaan akka hojjetamuu barbaaddan comment godhaa nan hojjedha.
Seenaa kana share godhaa waliif hiraa.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yoo xiqqate video kun yaada keessan ni jijjiira dhaggeeffadhaa. Video hedduu links tiktok account
https://vt.tiktok.com/ZSD2qrpNY/ banaa dhaggeeffadhaa.
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
https://vt.tiktok.com/ZSD2qrpNY/ banaa dhaggeeffadhaa.
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gonkuma waanta nuti dagachuu hin qabne Caqasaa second 14 qofa.
https://vt.tiktok.com/ZSD2gomEg/
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
https://vt.tiktok.com/ZSD2gomEg/
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waan sin qabaachuu hin qabne. https://vt.tiktok.com/ZSD6Aw3wE/ dhaggeeffadhaa 22 second
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Please dhiisi baqqaa hin dandeessu hin yaaliiniyyu https://vt.tiktok.com/ZSDrxL1D2/
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gonkumaa addaan hin kutiin! https://vt.tiktok.com/ZSDkoYm3D/
Join
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Join
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaa tokko hin hafu. Video baay'ee miidhagoo hedduu Links tiktok https://vt.tiktok.com/ZSDU9FEoY/ kanarraa argachuu dandeessu. Dhugaa Waantota baay'ee sin fayyadu tiktok irra siniif kaa'eera.
Join godhaa channel kanallee
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Join godhaa channel kanallee
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
๐2