Jaalala β€πŸ”ž pinned Β«@jaalala ❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ Gorsa fi Hikkaa Jaalalaa ❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ Jaalala bituu hin yaalin jaalalli isin haa bituu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoon kee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte…»
Forwarded from Crypto Era (Yt) via @like
Dhoksaa dhoo'ee du'e
Seenessa gabaabaa

Barrisaa bara 2008 ture fulbaana gara jalqabaarra. Barattoota si'aayina baruumsatiin guubamanii fi irraa jalaan haaraa uffatanii akkuma I Lilli masqalaa daawidhaaf tolaniin oddoon mana baruumsaas ilillii ofiif biqilche dabalatee iddoo turistii fakkaateera. A klima kaampasitti ijoolleen buleeyyin warreen kutaa 12 ijoollee reefu qophaa'inatti makamanitti mood qabachuu barbaadu. Oliyaad namoota ijoollee kutaa 11ffaa irraa deemanii qeeqan keessa adda dureedha. Barattuu Giiftin ammoo barattuu ofitti amanamummaa guutuu qabdu kan isheetti boonuu fedhu kan hin sodaannefii barattoota mataa gadi qabatanii baay'ee hin dudubbanne kan akka Milkii baay'ee kabajjuudha. Giiftiin umama isheen taphattuu wayiidha dhiiras ta'ee dubartiitti sodaa takka malee dhiyaattee gaafa isheen faana kofaltee taphattu, inni gubaan jaalala onnee isaa qote kan akka Milkii inaaffan of ciruu malee itti dhiyaatee rakkoo itti jiru Giiftitti himachuuf kutannoo dhabeera. Oogummaa Milkiin Giftiif jaalatu inni tokko gaafa isheen kubbaa harkaa taphattu taphataa ta'ee seenee taphachuurraa alaa daawwataa ta'ee dander trio Giiftii dinqisiifachuu ta'e hireen isaa. Gubannaa Milkiin itti jiru kan beeku yoo jiraate isaafii waaqa qofa. Giftiis taanan Milkiin nama farda baruumsaa qifatti faanaa dhahate male ishee mitii dubartoota biraatifuu yaada jaalalaa waan qabu waan itti fakkaatu miti. Maal godhan ijji arraba hin ta'u, Milkiin hanga barbaade Giiftii ijaan gaadus ijji isaa dhaamsa isaa Giiftitti hin himneef. Silaarree ijarraa hubattiif jedhama hateet ilaala malee gaafa fuullee isaa jirtu akka nama homaa waa'ee ishee dhimma hin qabneetti namuma dhimma ishee qabuu hin fakkaatu. Kan biraarree yaa hafuu ijashee sodaarraan kan ka'ee fuula ishee irraanfachuun Isaa hin oolu. Otoo immaa onnee horatee ilkaan ishee akka waan tumanii walqixxaatee ayeetuu fakkaatee hidhii ishee gaafa seeqattu banamtu sana gidduudhan akka biiftuu barraaqaa calaqqisu sana ilaalee ni maraata ta'a bagumattuu ija sodaataa ta'e.

Milkiis ta'ee Giiftiin baruumsa isaanitiin kormee turan. Qoruumsa galuumsa yuuniversitiis dhiyaateera. Milkiinis ba'aa Giiftii osoo isheen hin beekiniif gara waggaa tokkootif laphee isaattii Bachaa ture walakkaa boriif kaayyateetii gara dubbisaatti deebi'eera. Giiftiin ammoo barattuu saayinsii hawwaasaa gatii taateef caalattuu dubbisaa jirti. Qoruumsa biyyaalessaa erga qoramaniin boodas Milkiin foormii addaddaa guutamu sababeeffatee carraa sanaan Giiftii ilaaluuf olmansaa guyyaarraa mana baruumsaa ta'eera. Giiftiin garuu homaa quban qabdu jiraachuuyyuu Milkiiyyuu waan quba qabdu mitii. Inni garuu yaadan kobla baasee weerareefii jira. Wanti bu'aa jaalala isheetirraa buufate inni tokko wayiitii gosa barnootaa afaan Oromoo ijoolleen Oromoo saayinsii uumamaa fi saayinsii uumamaas waan waliin barataniif sababa Giiftii arguuf qofa afaan Oromoo baay'ee jaalachuusaarraa kan ka'e gosa hundarra afaan Oromoo qabxii olaanaa fide(98). Guyyaan waljala dabruun bu'aan qormaataa ni ifoome. Milkiin jalqabumarraa kaasee dhimma Giiftiin ni dabartimoo ni kuftii malee kansaa dagateera. Akka bu'aan qoruumsaa gad lakkifamuu dhagayeenis kan Giiftiit dursee ilaale, ni gammade yoon an biraa hafeemmoo ni yaadda'e garuu milkaa'eera. Carraan yuuniversitii gaafa bahu ishee gara kibba isas gara Oromiyaa kibbaatti darbate. Amma erga mooraa yuuniversitii galanii bubbulaniiru. Amma fageenyi Milkiif onnee taate fakkaata. Akka hoomtuu hin uumamneetti fbrran haasa'aan bilbilashees irraa fudhate tg fi sagaleedhanis haasa'a hooisaniiru. Erga carraa kana argateeyis Milkiin waan garaa isaa baasee hin himanne. Baay'ee ulfeessee akka waan duuti isatti murtaa'uu. Amma ture turee garuu... mata duree seenessaa kanaa ol deebi'ii ilaali.
WAAN DUBBIFTANIIF GALATOOMAA. SHARE GOCHUUN NU JAJJABEESSAA.
JOIN
@ASOOSAMAJAALALAA
@ASOOSAMAJAALALAA
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ Crazy kissing πŸ’‹πŸ˜
Gayyaa gaariiπŸ’‹β€οΈ

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ dhungoo maraachisaa πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ Crazy kissing πŸ’‹πŸ˜
Gayyaa gaariiπŸ’‹β€οΈ

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ Crazy kissing πŸ’‹πŸ˜
Halkan gaariiπŸ’‹β€οΈ

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ dhungannaan akkanatti πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ jaalala πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
@jaalala
FAYYAA DUBARTOOTAA: Dubartiin waa'ee qaama saalaa ishee wantoota beekuu qabdu shan

Waa'ee qaama hormaataa dubartootaa irratti jette jetteen dhugaa hin taane hedduutu miidiyaa hawaasummaarra deemu. Dubartiin tokko ilaalcha kana sirreessuuf hojii eegalteetti.
Dr Jeen Gunter biyyoota Ameerikaa fi Kanaadaa keessatti waggoota 25'n darbaniif dhimma fayyaa dubartootaa irratti hojjechaa turte.
Dubartiin tokko waa'ee qaama saalaa ishee wantoota beekuu qabdu shanan akka armaan gadiitti keesseetti Dr. Gunter. @jaalala

1⃣- Fuchii ykn vagina fi qaamni saalaa gara alaa ykn vaalvaan wal-adda

Vagina ykn fuchiin qaama gara keessaati- maashaa ujummoo ulaa gadameessaa qaama alaa waliin walquunnamsiisu jechuudha. Kan alarraa mul'atu 'vaalvaa' jedhama.
Gunter jechoota kanneen adda baasanii beekuun dirqama jetti, jecha hin ibsine fayyadamuun sirrii akka hin taanes dubbatti.
''Maqaa qaamota hormaataa kunneen yoo sirriitti hin waamtu ta'e jecha safuu ykn qaanii akka ta'e agarsiisaa jirta jechuudha'' jetti Gunter.
Akka Gunter jettutti qaamolee kunneen sirriitti waamuu dhabuun miidhaa xiinsammuu qofa osoo hin taane dhiibbaa fayyaas qaqqabsiisuu mala. @jaalala

2⃣- Vagina ykn fuchiin ofiin of qulqulleessa

Gunter ilaacha dubartoota qaama hormaata isaanii qulqulleessuuf jecha dawaa biraa fayyadaman jijjiiruuf waggaa 10 hojjetteetti.
Vagina ykn fuchii qulqulleessuuf wanti alaa itti dabalamu tokkollee jiraachuu hin qabu jetti Gunter.
''Inni ofiinuu uumamaan of qulqulleessuu danda'a'' jette.
Bishaannillee miidhaa qabaachuu dubbatti. Dhibeewwan saalqunnamtiin daddarban fiduuf carraa bana jetti.
Qayyachuun ammoo waan hin malle qofa osoo hin taane gubachuuf saaxiluu danda'a.
Kanaachi qaamagara alaa 'Vaalvaa' bishaaniin qulqulleessuun ni danda'ama.
Seelonni 'vagina' sa'atii 96 keessatti of haaressu, kanaafuu yoo hubamanis dafanii fayyu jechuudha. @jaalala

3⃣-Vagina ykn fuchiin akka ooyiruu qonnaa tokkooti

Vagina ykn fuchiin baakteeriyaa bu'a qabeessa kan fayyummaasaa eeguuf uumamaan qaba.
''Sirni 'vagina microbiome' jedhamu baakteeriyaawwan hedduu kanneen fayyummaa isaa eegan hedduu uumamaan qaba'' jetti Gunter.
Baakteeriyaa bu'a qabeessi qaamni walhormaataa dubartootaa uumamaan qabu kun naannoo dhiisuudhaandii gadi dhiisuudhaan baakteeriyaawwan balaa qaqqabsiisan qolata.
Kanaafuu meeshaalee qoricha farra baakteeriyaa cuuphamaniin keessa qaama hormaataa dubartii miiccuun dhiibbaa qaba.
Madaallii baakteeriyaa uumamaan jiruu eeguun barbaachisaadha.
Dabalataan Gunter kan gorsitu dubartiin kamuu meeshaa rifeensa ittiin qoorfataniin qaama alaa dubartii akka hin qulqulleessine gorsiti.
Sababni isaa gogaan naannwa sana jiru jiidha qabaachuu qaba waan ta'eef jetti. @jaalala

4⃣-Rifeensi qaama hormaataarratti sababa malee hin biqille

Dubartoonni wayita qaama saalaa isaaniirraa rifeensa haadanii fixan kan taajjabaa turte Gunter garuu balaa guddaa baata jetti.
"Wayita dibata dibdu yookiin ammoo rifeensa haaddu gogaa qaama saalaa miidhaa jirta. Qaamni muramuu ykn gogaan qunca'uu danda'a. Dhibeen biraa fiduu mala'' jetti Gunter.
''Rifeensi waa malee qaama saalaa irratti hin biqille. Sababa mataasaa qaba. Waan fayyaduuf qaba. Qaama hormaataa balaarraa kan eeguu fi hubamuu gogaa kan ittisuudha''
''Tokko tokkoon rifeensa narvii qaama saal qunnamtii waliin walqabatee waan jiruuf kukkutuun walquunnamtii saalaa irrattis dhiibbaa guddaa qaba.'' @jaalala

5⃣- Akkuma umuriin dabaluun vagina ykn fuchiin miidhamaa deema

Laguu ji'aa waggaa dheeraaf erga arganii fi daa'imman hedduu erga godhatanii booda oovaariin hanqaaquu oomishuu ni dhaaba, laguunis ni dhaabbata.
Hormooniin hormaataaf fayyadu hir'achaa deema. Kun hunduu vagina ykn fuchii irraan dhiibbaa geessisa.
Kanaafuu dubartoonni waan uumamaa kana beekanii of dhiphisuu dhiisuu qabu jetti Gunter.
@jaalala @jaalala @jaalaal
Via BBC Afaan Oromoo

#Share waliif gochuu hin dagatiinaa keessattuu dubartootaaf

@jaalala share share
@jaalala

# Faayidaa_Dhungoo (Benefits of Kissing)

Saayinsiin maal jedha?

Dhungoon kemikaalootaafi hormoonoota madda gammachuu tahan maddisiisa. Isaan keessaa Dooppaamiinii (dopamine) tokkoofi hangafa.
Kemikaalli kun kutaa sammuu keessaa kan maddu yoo tahu miirri gammachuu guddaan akka nutti dhaga'amu taasisa.
Wal dhungachuu malees kemikaalli kun baaloota sammuu hadoochan fayyadamuufi nyaachuuniis
madduu danda'a. Miira gammachuu kanarraa ka'uun namoonni wal dhungachuu amaleeffatan.
Dhungoon jaalalaafi bultii keessattiis murteessaa dha.
Hariiroo namaa irra caalatti walitti guduunfa.
Hormoonii Indoorfiin (endorphin) jadhamu maddisiisuun guyya guyyaan gammachuu akka arkannu nu taasisa.
@jaalala
Haalota qaama keenyaa yerumatti akka sirraa'u taasisa.
Namoonni lameen haala wal dhungoo kana irratti kan hirmaatan yoo tahe qaamni isaanii Indorfiin (endorphin) kana maddisiisuun daran gammadoo tahanii daran akka walittiis dhihaatan isaan taasisa.
@jaalala
Dabalataaniis, wal dhungachuun hormoonii oksijtoosiin (Oxytocin) jadhamu maddisiisuuniis ni beekkama. Hormooniin kun 'hormoonii jaalalaa' jadhamee yaamamuun baratame. Inniis jaalalleewwan jiddutti qaanqee jaalalaa bobeeysuun akka waliin turan taasisuuf gargaara.
@jaalala
Bara 2009'ti qorannoon waa'ee dhungoo irratti taasifame tokko akka akeekuutti wal dhungachuun dubartoota vaayrasii hancufa namaa keessatti argamu kan 'Cytomegalovirus' jadhamu irraa dandeettii ittisuu kennaaf. Vaayrasichi kun uumamaan kan nama miidhu tahu baatullee garuu yeroo ulfaa daa'ima gadaameessaa keessa jiru ajjeessuufi rakkoolee sammuutiif saaxiluu ni mala. Haatahuu garuu vaayrasichi jalqabarraa dubartii waliin yoo wal bare dandeettii ittisuu (maddiinummaa) waan horattuuf ulfa irratti rakkoo tokkollee hin fidu.
@jaalala
Wal dhungachuun daqiiqaa tokko keessatti kaaloorii 6 gubuu danda'a. Kana jechuun sa'aa tokkoon yoo herreegne kaaloorii fiigicha sa'atii tokkootiin gubamu irra caalaa gubaa jechuudha. Haala kanaan ulfaatina qaamaa hir'isuuf nama gargaara. Kanaafuu warri
qaamni irra dabre dhungoo jabeessaa ergaa jattu
qabaattinaa laata? @jaalala
Dhungoon dandeettii dhukkuba ifirraa dhoowwuu qaama keenyaa dabalachuu ni dandeenya. Afaan namaa
keessa baakteeriyoonni adda addaa akka argaman beekkamaa dha. Kanaan dhibee fiduu ni danda'ama. @jaalala
Haatahuu malee, dhibee wal dhungachuun shammadannu caalaa harka wal fuudhuudhaan kan oomishannuutu irra hedduu dha. Kanaafuu, qulqullina afaanii gahaa godhuun yoo wal dhunganne rakkoon tokkolleen
uumamuu hin danda'u.

@jaalala
πŸ’‘ share waliif gochuu hin dagatinaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ Good morning πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
Forwarded from Jaalala β€πŸ”ž via @like
@jaalala

#Si_yaa_michuu_Dhugaa
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Ani barbaacha keef
Gad hin teenye takkaa
Na jalaa Owwaadhu
Dhufeetan si Argaa
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Si Barbaacha yaadaan
Addunyaa Naanna'ee
Michu sin dhungadha
Yoon si bira gahee
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Eessa jirtaa maaloo?
Sin waama lallabee
Faana si dhaheetan
Si Argachuu dhabee
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Ati jaalalleen koo
Faaya biyya lafaa
Barbaacha kee hin hilu
Maafan sirraa hafaa?
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Yaa furmaata jiruu
Yaa tasgabbii sammuu
Sii yaa michuu dhugaa
Ani sirraa hin sarmuu
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Jaalala eegalleem
Bareechinee kolfaa
Wal malees hin teenyuum
Dideetu nu horfaa
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Ati na jaallatta
Akka lubbuu keetii
Anis sin jaalladha
Yoomuu michuu keetii
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Jaalalli inni dhugaa
Inni akka Aannanii
Dammarra kan caalu
Nu wal Qabaannaanii
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Lapheekoo naaf qabii
Naaf godhi wal'aansaa
Narraa fagaachuunkee
Garaakoo na raasaa
β˜†β˜†β˜†β˜† @jaalala β˜†β˜†β˜†β˜†
Anaaf ati yoomuu
Waliin dhugnee nyaannaa
Walirraa adda hin baanu
Furtuu waliif taanaa
β€οΈβ˜…β˜…β˜… @jaalala β˜…β˜…β˜…β€οΈ
πŸ‘ŒWaan #Dubbistaniif galatoomaa

Kan fudhatame (galaana walaloo) irraa

Yaada keessan nuuf qoodaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@jaalalabot
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

🌹 @jaalala 🌺 share godhaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ Good morning πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ Nagaan Bulaa πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ β€οΈπŸ’šβ€οΈ πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ Good morning πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
❀❀❀❀ @jaalala ❀❀❀❀

NAN GAABBE !

Walirraa adda hin baanu
Kakannee erga jennee
Onnee kiyya qulqulluus
Ergan banee siif kennee
πŸ’”πŸ’”
Hanga lubbuu kiyyaatti
Si qofa ergan yaadee
Abiddi jaalalakees
Guggube erga na waadee
πŸ’”

Garuu,
Jaalallikee dhimmisuu
Amma ergan laalee dhaaphee
Sobdee na jaallachuunkee
Reefuu naaf galeen gaabbe!
πŸ’”πŸ’”πŸ’”
ATII...!
Kakuuf irbuu onneekoo
Qaratti dhidhimsitee
Qoodan dhugaan si jaalle
Jibbakoo liqimsite
πŸ’”
Gulantaa jaalalaatiin
Gola onneekoo teessee
Onneekee keessa garuu
Jibbakoo hammartee keesse !
πŸ’”πŸ’”πŸ’”
Eenyummaakoo siif kennee
Si godhus hunda duree
Gola onneekee keessa
Bakka homaa hin qabun ture
πŸ’”πŸ’”
Na ooddee na jibbitee
Ofii keettii na murtee
Gola onneekee keessaa
Kakuu kiyya gurgurte!
πŸ’”
Ani garuu...!
Homaa sitti hin waakkanne
Gola onnee kiyyaa teessee
Kan hangana na gantu
Maalan sitti balleessee ?
Osoon dhugaan si jaalluus
Maaliif jibba naaf keessee?
πŸ’”πŸ’”
Egaa...!
Erga na gantee deemtee
Natti taatee eelaakoo
Anis lamuu sin jeequ
Deebise qubeelaakoo
πŸ’”
Maallaqnis si gowwoomsee
Erga sitti aanee dhibbuu
Egaa nagaadhaan deemi
Ani garuu sin jibbu
πŸ’”
Yaadannoo jaalalakees
Erga onneekoo hin yaallee
Anis faana deeffadhe
Nagaatti yaa jaalalle !
β€οΈβ˜…β˜…β˜… @jaalala β˜…β˜…β˜…β€οΈ
πŸ‘ŒWaan #Dubbistaniif galatoomaa

✍ Belina Wakjira

Yaada keessan nuuf qoodaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@jaalalabot
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

🌹 @jaalala 🌺 share godhaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜˜πŸ’‹ Good morning πŸ’‹πŸ˜

╔══════ πŸ’ ══════╗
#Join πŸ”₯ @jaalala πŸ”₯#share
β•šβ•β•β•β•β•β• 🎲 ══════╝
Nama tokkoon gadi fageenyaan jaallatamuun humna siif kenna, nama tokko gadi fageenyaan jaallachuun garuu ija jabina siif kenna.

╔══════ πŸ’š ══════╗
#Join ❀ @jaalala ❀#share
β•šβ•β•β•β•β•β• πŸ’š ══════╝
2024/05/02 03:00:29
Back to Top
HTML Embed Code: