Telegram Web Link
Guddina kee hamma dinqisiifattu abjuu keef boba'aa ta'uuf fedhii guddaa qabaatta. Rakkoo akka qaama jireenyaa tokkootti yeroo of ol kaasuuf hojjechuu qabdutti fudhattu, yeroo akka miidhamtuutti sitti dhaga'amu hin qabdu. Yaadni gaariin abdii, gammachuu fi nagaa sii guuta.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍27
"Yaadni nama kamiiyyuu ofitti amanuu kee hin ajjeesin".

"Ofii kee irratti, waan hojjettu irratti & waan hojjechuu barbaaddu irratti amantaa cimaa yoo qabaatte, rakkoon kamiyyuu mo'uuf baay'ee rakkisaa miti."

"Itti cichuun kee ofitti amanuudha".


━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍241
TARKAANFII 12 OF KUNUUNSUUF.

1. Yoo dogoggora ta'ee itti dhaga'ame hin godhin.
2. Waan jechuu barbaadde sirriitti dubbadhu
3. Uummata gammachiisuuf hin jiraatin.
4. Keessa kee amani.
5. Waa'ee ofii kee gonkumaa hamaa hin dubbatin.
6. Abjuu kee irratti gonkumaa abdii hin kutatin.
7. Lakki jechuu hin sodaatin.
8. Eeyyee jechuu hin sodaatin.
9. Ofii keetiif gaarummaa qabaadhu.
10. Waan to'achuu hin dandeenye gadi dhiisi.
11. Diraamaa fi waan hamaa irraa fagaadhu.
12. Jaaladhu.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
26👍13
🥀°•Yaadadhaa..
Addunyaan naannoo kee jiru kan bareedu yommuu addunyaan keessa kee jiru nagaa ta'ee dha.°

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
20👍5
Dhugaa jireenyaa:

Yeroo hunda kophaa jiraachuuf qophaa'aa ta'i. Sababiin isaas namoonni tokko tokko waan battaluma sana jijjiiramaniif.

Har'a ati isaaniif barbaachisaa ta'uu dandeessa garuu Boru homaa isaaniif ta'uu hin dandeessu.

Sunis jireenya dhugaati.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
31👍13
Jireenyi iskiriiptii waliin hin dhuftu.  Akkaataa si kolfisiisuun jiraadhu.  Shakkii fi komii keessatti qisaasa'uuf baay'ee gabaabaa dha.  Waan siif kenname hunda caalaa fayyadami.  Gowwummaan haa jiraatu.  Ijoollummaan haa jiraatu.  Al tokko qofa jiraatta.  Dursa ofii kenni.  Gammachuu filadhu.

GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍282🔥2
Namoonni orbitii isaanii keessa akka naannoytu si godhuu barbaadu, isaan irraa adda taatee mul'achuu kee hin jaalatan

Saniif jecha "akkana ta'i, akki kun sirraa hin bareedu, akkana hin ta'in" jedhanii mataa khee si nyaatu.

Ati ammoo waan Rabbii khee hin dallansiisne taanaan akka feete ta'in siin ja'a obboleessoo.

Akka isaan jireenya khee ajaja isaanii jala galfatan hin hayyaminiif 👌🙄😘

#Ati_Atiin
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
🥰18👍132
Hojii teetitti amani !

Yeroo hundaahuu hojii teetti amanuu qabda. Dargagumaan yeroo itti humna qabdu waan ta'eef, humna tee bakka hin taanetti hin qisaasin. Yeroo qabdu hunda hojiidhaan dabarsi.

Sa'aatii 24 qabna. Ummata adii(Faranjii) fi ummata gurraachaaniis waluma qixa qabna. Kuni kennaa Rabbiin kheenya {S.W} wal qixxeysee nuuf kenneedha. Garaagarummaa kan uumu garuu akkaataa nuti itti fayyadamnu qofa.

Join 👇
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
👍198
Addunyaa tanarratti obboleessa yookin obboleettii dhimmi kee yaachisu qabaatun waan guddaadha. Yookin ati yeroo hunda cabbii khophummaa keessatti sitti qorraa jiraatta. It's heavy feeling!

Arif Ahmed✍️


Join 👇
@Jechootahayyoota
👍154
Jireenyi khun akkana...
     jaallattus jibbitus Rakkina malee hin guddattu, osoo hin dogoggorin hin barattu, osoo hin khufin hin milkooytu!.🖤🖇



@Jechootahayyoota
32👍12
Garaagarummaan Hiriyyaa dhugaatii fii Hiriyyaadhaa hiriyyaan seeqinsa kee qofa arga, Hiriyyaan dhugaa ammoo; seeqinsa kee keessa miidhama kee arga!. 🤍🙏

Kennaa✍️


Join 👇
@Jechootahayyoota
👍362
▪️Akkaataa ofitti amanamummaa itti horatan:

• Waan duraan galmaan geesse ilaali.
• Wantoota irratti ga’umsa qabdu yaadi.
• Ofii keetii ol haasa’i.
• Galmoota tokko tokko kaa’i.
• Hojii itti bohartu argadhu.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
27👍16👌3
Namoonni namoota duʼan dafanii akkamitti akka dagatan utuu beekta taʼee, namoota dinqisiifachuuf jiraachuu ni dhiista.

—Christopher Walken
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
34👍15
Wantoota mallaqni bituu hin Dandeenye kutaa 1ffaa .

1"Jaalala (Love)
2:Nageenya (Peace)
3:Yeroo (Time)
4:Dhugaa (True )
5:Dandeeytii (Talent )
6:Fayyaa (Health)
7:Amala (Maner)
8:Hiriyyaa Dhugaa (True friend)
9:Beekkumsa (Knowledge)
10:Bilisummaa (Freedom )

@JECHOOTAHAYYOOTA
JOIN AND SHARE 👆👆👆👆
35👍7🔥4👏2
#JECHA_HAYYOOTAA 😍

1;Biyyi kan barbaaddu harka hin xuroofneefii sammuu qulqulluudha! ✍️

2; Dhiifama taasisuun amala nama cimaati dhiifama godhuu dhabuun amala nama dadhabooti!✍️

3; Hundeen beekkumsaa dubbisuudha namni hin dubbisne waan dubbatu dhaba! ✍️
4; Jechi hin Danda'amu jedhu kan argamu kuusaa goowwootaa keessatti! ✍️

5: Meeshaan cimaan addunyaa ittiin jijjiiran barnoota!✍️

6; Namni abdiin jiraatu akkuma soomaa jirutti du'a! ✍️


@JECHOOTAHAYYOOTA
#Share waliif godhaa Galatoomaa!!!🙏
👍432
#Makamaastoota

"Goowwaan boolla itti baqate mana se'a !

"Galgalli harree kan Waraabeessaati!

"Gafaa humna qaban sagaleen lolanii gaafa humna dhaban sagalee tolaanii !

@Jechootahayyoota
4more join us 👆👆👆👆👆
👍306👏4🥰1
Rakkinnii fi sodaan har'a qabdu waan haaraa kalaquuf karaa siif bana ta'a. Mudhii kee hidhadhuu jireenya itti fufi! Boru har'a irra ni wayya jechuudhaanis mul'ata kee guddisi! Fageessii yaadi!

🌐  @Jechootahayyoota
👏3413👍11🥰5
Yaada kee namatti hin himiin.  Yeroo baayyee yaada sana keessatti waan gaarii arguu kan dandeessu si qofa.  Namoota birootti yoo himte immoo sitti kolfuu fi ofitti amanamummaa kee ajjeesuu dandaʼu.  Akkasumas yaada sana keessa waan gaarii illee yoo argan hatuu danda’u.  Yoo share gochuu qabda ta'e, osoo hin godhin dura copyright si jalaa godhu.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍3211👎1
Namoota baay'ee callisan dhaggeeffadhaa.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
43👍23
Aangoo qabaachuu jechuun hiyyeessa arrabsuu dandeessa jechuu miti.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
31
2025/07/13 16:46:55
Back to Top
HTML Embed Code: