Telegram Web Link
Yeroon ni jijjiirama,wantoonni ni jijjiiramu,namnis ni jijjiirama!

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
16👍12
Kophaa ta'i.  Kophaa nyaadhu, of jaaladhu , kophaa rafi.  Kana gidduutti waa'ee ofii keetii ni baratta.  Ni guddatta, waan si kakaasu ni baratta.  Abjuu mataa keetii, amantaa mataa keetii, ifa mataa keetii kan nama ajaa'ibu ni horatta.  Akkasumas nama sirrii seelii kee akka shubbisu godhu yeroo wal argitu, ofitti amanamummaa kee waan beektuuf ni mirkaneeffatta.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
30👍6
Gammachuun naaf dhufa jettee yoo yaadde yeroo kee eeggachaa qisaasessaa jirta...

Gammachuu yoo barbaadde gammachuu mataa keetii uumuu qabda.  Kun jireenya keessatti waan kamiifuu deema... Waan tokko yoo barbaadde uumuu qabda!!!  Sababni isaas namni biraa siif gochuu hin danda'u...

Achi baatee waan si gammachiisu hojjechuun itti gaafatamummaa kee ti :)

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
19👍16👏4🔥1
🥀°•Namoonni Oksijiinii miti, isaan malee jiraachuu ni dandeessa.°

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota                          
30👍11
Namni of to’achuu hin dandeenye kamuu bilisaa miti.

—Pythagoras
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👏23👍6💯5
🥀°•Namni amanamaan hundi dhumarratti ni miidhama°

     ━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍44💯5
Lola kamiyyuu injifachuuf akka waan dura du'eetti qabsaa'uu qabda.

—Miamoto Musashi
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
25👍5👏4
Yeroo waan tokko galmaan gahuu barbaadde hundatti ija kee banaa godhi, xiyyeeffannaa fi maal akka barbaaddu sirriitti beekuu kee mirkaneessi.  Namni ija cufatee galma isaa rukutuu hin danda'u.

― Paulo Coelho
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
🥰105👍5
Boru eenyu akka taatu waan har'a hojjettu irraa eegala

― Tim Fargo
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍31🔥5🥰2
Caba kee Ni fayyita, yeroo qofa fudhata waan ta'eef, Obsi.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
19👍12
Waan itti amantu ni taata.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍18
:::::::::::::::::::::::::::

1. Bashannani - Osoo hin dhugin
2. Haasa'i - Bilbilaan alatti
3. Kolfi - Seelfii malee
4. Abjodhu - Qoricha sammuu hadoochu malee
5. Jaaladhu - Haal-duree tokko malee

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
29👍12👏1
Yeroo wantootni siif ifa hin fakkaanne:

- deemi
- dubbadhu.
- dubbisi.
- barreessi.
- rafi.
- mormi.
- shaakali.
- xiinxali.

Wantoonni kun ifa siif kennu.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
35👍19
➡️Dhukkubbii Dhugaa

Namoonni tokko tokko, nama eeguun nama dhukkubsa jedhu.
Namoonni tokko tokko, nama dagachuun nama dhukkubsa jedhu.
Garuu dhugaan jiru, dhukkubbiin hamaan kan uumamu yeroo ati  eeguu fi dagachuu isaa addaan hin beeknee dha.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👏19👍5
Kana beektuu:-

KANNIISNI ija SHAN qaba,isaanis ija kompaawundii gurguddaa lamaa fi ija ocelli  xixiqqoo sadii giddu galeessa mataa isaa irratti qaba.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍206
Gaaffiilee General Knowledge isiniif haa dhiyeessinuu? React fi Comment godhaa mee!!👇👇👇👇👇👇
73👍21👎4👏3
Waan takkaa argattee hin beeyne argachuu yoo barbaadde,waan takkaa gootee hin beeyne godhuu qabda.

@Jechootahayyoota
👍548
Qabsoon Yeroodhaafi.

Wareegamni akka invastimantii ti. Injifannoo yeroo dheeraaf jecha michooma yeroo gabaabaa dhiisi. Obsaa fi xiyyeeffannaa keessan qabaadhaa.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍301
Yoo ni hojjeta jettee amante carraa argita. Hin ta'u jettee yoo amante garuu Gufuu qofa argita.

—Wayne Dyer
━━━━━━━━━━━
🖋@Jechootahayyoota
16👍6
Dhugaawwan gurguddoo:

• Milkaa'inni gatii salphaa miti.
• Carraa mataa keetii ofii tolfatta.
• Injifachuuf naamusa si barbaachisa.
• Nama hunda gammachiisuu hin dandeessu.
• Amalli kee jireenya kee boca.
• Liqiin namaa sirra hin jiru.
• Warroonnj naannoo kee jiran si bocu.

Like & Share godhaa!
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍297🤬2😁1
2025/07/13 09:15:40
Back to Top
HTML Embed Code: