Namicha Hiyyeessaa Fi Imaltoota
▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Namicha hiyyeessa tokkotu baay'ee rakkachuu irraan kan ka'e gasoodhan lafa qofforee midhaan facaafata. Imaltoonni wayii itti dhufanii "Maali namichoo akkamitti akkasitti dadhabdee lafa kana gasoodhan qottee facaafta sitti hin ulfaatuu?" jedhaniin.
◇ Namichis "kunis ni darba" jedheen. Kana caalaa deebii biraa itti hin deebifne. Imaltootni sunis deebii namichaatti ajaa'ibsiifanii bira kutanii imala isaanii itti fufan.
◇ Waggaa muraasa booda namichi sun sooromee qabeenya horatee jireenya gaarii jiraachuu jalqabe. Guyyaa biraa tokko imaltonni sun ammas osoo karaa deemanii aduun itti dhiinan mana namicha wayii nu bulchaa jedhanii kadhatanii buluuf ol galan. Taa'anii buna dhugaa haasawanii yoo wal qoratan namichi hiyyeessi gasoodhan lafa qotu sun akkasitti baay'ee sooromuun isaa raajii guddaa itti ta'ee akkamitti akkasitti sooromte garuu jedhanii yoo gaafatan "Kunis hin darba" ittiin jedhe namichi sooressichi sun.
◇ Isaanis achi bulanii daandii imala ofii itti fufan. Yeroo dheeraa booda imaltoonni sun daandii sanarra deebi'anii otoo galuuf jiranii Siidaa (Awwaala) nama tokkoo arganii itti goranii yoo maqaa ilaalan namicha sooressa mana isaa bulaniidha.
◇ Maqaa isaa jalatti jecha "KUNIS NI DARBA" jedhutu barreeffamee jira. lmaltoonni sun jecha kana gaafa argan isa inni gaafa gasoodhan lafa qotuu san yaadatanii baay'ee ajaa'bsifatanii du'uu isaatti immoo gaddanii "ayii!" jechaa imala isaanii itti fufan. ammas yeroo murtaa'en booda imaltootni sun yoo daandii sanarra dhufan Siidan sun kaafamee daandii asphaaltii ta'ee jira.
➦ Yaa nama koo inni ati amma keessa jirtu rakkina osoo hin taane daandii jireenyaa dirqama ati keessa darbuu qabduudha. Kanaaf deemsa kee hin dhaabin fuulduratti deemi!
➦ Wanti hin darbine akka hin jirre seenaa namicha kanaatirraa ni hubatta jedheen amana. Kanaaf imalli hundumtuu ni darba. Abdii hin kutin!
Join👇
🛒 @Jechootahayyoota 🔔
🛒 @Jechootahayyoota 🔔
👆
JION👈👉 SHARE

👍36❤14👎2
Abdii hin kutin. Jireenyi kee inni hafe gaarii tahuu mala maaltu beeka!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
👍31❤4
Kana beektuu?
Qorannooleen akka agarsiisanitti araadawwan (suusii) ciccimoon sammuu namaa hedduu miidhan Tamboo (sigaaraa) soorata daangaa darbee fi qumaaradha.

👍22❤6
1. Ofitti amanuu: Milkaa’ina argachuuf tarkaanfiin jalqabaa ofii fi dandeettii keetti amanuudha.
2. Milkaa’ina ijaan ilaali: Humna mul’isuutti fayyadamuun galma kee galmaan ga’uu fi jireenya barbaadde jiraachuu kee of ilaali.
3. Mirkaneessitoota: Mirkaneessitoota gaarii fayyadamuun sammuu kee isa dammaqaa jalaa irra deebi’ii saganteessuu fi of haasa’uu gadhee mo’achuu.
4. Tarkaanfii fudhadhu: Milkaa’inni tarkaanfii waan gaafatuuf, guyyaa guyyaan tarkaanfii xixiqqoo gara galma keetii fudhadhu.
5. Kufaatii irraa baradhu: Kufaatiin duubatti deebi’uu osoo hin taane carraa barachuu fi guddachuudha.
6. Waan gaarii ta’een of marsi: Namoota gaarii fi dhiibbaa kaayyoo kee deeggaraniin of marsi.
7. Jijjiirama hammachuu: Jijjiiramni waan hin oolle waan ta’eef hammachuu fi akka carraa guddinaatti itti fayyadamaa.
8. Furmaata irratti xiyyeeffachuu: Rakkoo irratti xiyyeeffachuu mannaa furmaata barbaaduu irratti xiyyeeffadhu.
9. Cimaa ta’i: Milkaa’inni yeroo baay’ee gufuuwwan mudatan ciminaa fi cimina gaafata.
10. Jireenya kee fi filannoo keetif itti gaafatamummaa fudhadhu, kufaatii keetiif nama biraa hin komatin.
11. Galateeffannaa shaakali: Wanta sitti hirʼate irratti xiyyeeffachuu mannaa, wanta jireenya keessatti qabduuf ilaalcha galateeffannaa horadhu.
12. Yaada guddinaa horachuu: Yaada guddinaa qormaata akka carraa guddinaa fi barumsaatti ilaalu fudhachuu.
13. Of kunuunsi: Nageenya qaamaa, sammuu fi miiraa eeguuf of kunuunsuun barbaachisaa dha.
14. Barachuu itti fufi: Barbaachisaa ta’ee jiraachuu fi haala haaraa wajjin walsimsiisuuf ogummaa fi beekumsa haaraa itti fufiinsaan baradhu.

👍31👏2❤1😁1
#Ogummaa
● Ogummaan ka’umsaa fi bakka waan hundaati.
● Namoonni ogummaan hin geggeeffamne bakka jireenyaa isaanii hin beekan.
● Ogummaan jijjiirama inni fiduun madaalama.
Ogummaadhaan haa jiraannu!

👍16❤2🤔1
If a loved one is suffering from depression: 10 ways to support them
Often out of the best of intentions, in trying to help a loved one who is suffering from depression, people make mistakes. What are they and how can they be avoided?
1. Know: he needs you, even if it seems that he does not.
2. Listen.
3. never say "get a grip" unless you are going to give detailed instructions.
4. Remember: depression is an illness. The sufferer may say things they don't really mean.
5. Try to put yourself in your loved one's shoes. What seems simple to you may be an unbearable ordeal for a depressed person.
6. Don't take depression personally. It is not your fault.
7. Be patient. There will be ups and downs.
8. Ask what you can do to help. But the most important thing you can do is just be there for them.
9. Ease life/work pressures if possible.
10. Try to make sure that the depressed person does not feel even more "weird" than they do now.
Join us for more -
@JECHOOTAHAYYOOTA

👍12❤4
Maallaqni giddu galeessa dha
Maallaqni salphaatti meeshaadha, akeeka fi hiika keenyatu hamaa ykn gaarii isa taasisa. Maallaqni waan namni tokko duraan jiru guddisa. Kan araada qabu caalaatti araada akka qabaatu taasisa, kan arjaa immoo caalaatti arjaa akka ta’u taasisa.

👍19❤1
#yaada_humna_kee_balleessu
#1 Waan namoonni naan jedhan
Milkaa'ina keetif namoota biroo irraa mirkaneessa yoo barbaadde, jireenya keessatti quufa dhugaa gonkumaa hin argattu. Of dhaggeeffachuu dhiistee waan namoonni siin jedhan taata.
Milkaa'inni fuudhuudha yoo jedhan ni fuuta, milkaa'inni konkolaataa bitachuu yoo jedhan liqiin qabaattus konkolaataa bitatta.
Namni si caalaa si beeku hin jiru, kanaaf humna sammuu kee fayyadamii daandii mataa keetii murteessi
#2_Mudaa guutuu
"Wanti hundinuu haala gaariin yoo hin hojjetamne bu'aan isaa maali?"
Mudaa kan hin qabne taʼuuf yommuu carraaqxu, wantoota hin barbaachifnee fi salphaa taʼan irratti dhiphatta, kakaʼumsii fi kakaʼumsi kees ni laafaa. Yeroo kee immoo qisaaseessa jirta. Mudaa kan hin qabne taʼuuf carraaquu mannaa, dogoggora kee irraa barachuu filadhu.
Humna sammuu kee mudaa hin qabne irratti hin xiyyeeffatin; Dogoggora keessan irraa baradhaa!
#3_Jijjiiramuuf fedhii dhabuu
Jijjiirama hin sodaatinaa inni bakka jirutti tarkaanfatu eessayyuu hin deemu, har'a irraa hanga dandeesse jijjirama jalqabi.
Yeroo hunda karaa beeknuu fi baranneen imaluu barbaanna. Carraa haaraa yaaluun sodaanna, jijjiiramuu hin barbaannu. Kanaaf har'a irraa eegali hanga dandeesse jijjiiramuu eegali.

👍18❤6
👏20❤15👍2
Qabeenya guddaa waan qabaattee dhiibbaa uumtee jiraatta osoo hin taane,ilaalcha mo'ate yoo qabaatte dhiibbaa uumtee jiraachuu dandeessa
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
👍34👏2🤔1
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..!
1. Karoora kee.
2. Dadhabina kee.
3. Kufaatii kee.
4. Iccitii kee.
5. Sochii kee kan fuul-duraa.
6. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
##JOIN SHARE

👍27❤5👏4
Oromoon bokkuu shan qaba. Isaanis,
1.Bokkuu kallachaa
2.Bokkuu Dikaa
3.Bokkuu Biifaa
4.Bokkuu Roobaa
5.Bokkuu Horaa
Dhaloota seenaa fi eenyummaasaa beeku ha taanu! ❤💚❤ #Share #JOIN

❤19👍3👏3
"Namni waan nyaatu fakkaata" jedhama. Sammuunis waanuma nyaatuu fakkaata. Kitaaba ati dubbistu, muuziqaa ati dhaggeeffattu, fiilmii ati ilaaltu kun hundi eenyummaakee bocu. Ati waanuma sammuukee nyaachiftu fakkaatta. Bu'aa ilaalcha keeti ati. Ilaalcha kee immoo nyaata ati sammuukee nyaachiftutu murteessa. Wanta sammuukee seenu irratti eeggannoo guddaa godhi.
Halkan gaarii qabaadhaa😍
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Halkan gaarii qabaadhaa😍
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
❤31👍1
Jireenyi walitti dabalama waantootaa ti.
Rakkina qaba.Bal'ina qaba. Salphina qaba. Ulfina qaba. Warra kanatu walitti dabalamee jireenya hiikkaa qabu fida. Nan kufa jettee hin sodaatin. Kufaatiin dhuma jireenyaa miti. Ulfinatu naaf dhufe jettee hin boonin. Ofiin boonuun galma jireenyaa miti. Isa ta'uf dhalatte osoo hin ta'in hafuun kufaatidha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo, rakkina keessa darbuun dirqama.
madda; Kallattii Geggeessummaa(Miratu Shanko)

👍14❤12
#DUBBIIWWAN_ABRAHAAM_LIINKAAN_GURGUDDOO !
~
1) Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
2) Hiriyyaan koo nama hundumaarra naaf caalu, Nama kitaaba ani hin dubbisne naaf kennedha.
3) Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
4) Waan feete ta'i; garuu itti cimi.
5) Akaakayyuunkoo eenyu akka ta'e hin beeku; ilmi ilma isaa eenyu ta'uuf, ta'uuf akka jirutu na dhiba.
6) Michuun kee nama diina ati qabdu qabuudha.
7) Waan har'a hojjechuu qabdu kamuu boriif hin kaa'iin.
8) Nagaa yoo feete beekamtummaa irraa of fageessi.
#Xumureera !
#Galatoomaa!
#Hirriyoota_kessaan Afeeraa!
Share join...👇👇

👍19❤2
✍ Karaa gabaabaa fayyadamuun kaayyoo dheeraa galmaan ga'uuf yaaluu jechuun akka dubartii osoo hin ulfaa'iin da'uudhaaf mana yaalaa deemtuuti!!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
👍19❤2👏1
Jechoota jajjaboo Che Guevara!
1.Ati Addunyaa jijjiiruu dandeessa.
2.Qabsoo cimaan jaalalaan geggeeffama.
3.Namni tokko waan godhu gaafa wallaalu tasgabbaa'u qaba.
3.Qabsoo keessatti waa lamatu jira, Yookaan injifachuu, Yookaan du'uu.
4.Hojiin qabsa'aa inni jalqabaa ofii kan barate ta'uudha.
#share

❤20🥰5👍4
"Failure is a great teacher, and I think when you make mistakes and you recover from them and you treat them as valuable learning experiences, then you've got something to share."
~ Steve Harvey ~
#share share
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
~ Steve Harvey ~
#share share
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
❤13👍4
▪️Habits that make you more Attractive:
• Often checking up on friends.
• Practicing self care.
• Maintaining a positive mindset.
• Not caring what others think.
• Keeping an open mind.
• Handling conflict well.
• Being curious.
▪️Share: @Jechootahayyoota
• Often checking up on friends.
• Practicing self care.
• Maintaining a positive mindset.
• Not caring what others think.
• Keeping an open mind.
• Handling conflict well.
• Being curious.
▪️Share: @Jechootahayyoota
👍19❤9